𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
📈 تحلیل کانال تلگرام 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
کانال 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 (@ifaislaamaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 11 498 مشترک است و جایگاه 7 882 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 3 011 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 11 498 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 13 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 62 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 0 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 6.62% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 2.51% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 761 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 289 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 7 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 14 اکتبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 13 اکتبر | +2 | |||
| 12 اکتبر | 0 | |||
| 11 اکتبر | 0 | |||
| 10 اکتبر | +10 | |||
| 09 اکتبر | +2 | |||
| 08 اکتبر | 0 | |||
| 07 اکتبر | +7 | |||
| 06 اکتبر | +3 | |||
| 05 اکتبر | +6 | |||
| 04 اکتبر | +10 | |||
| 03 اکتبر | +1 | |||
| 02 اکتبر | +33 | |||
| 01 اکتبر | +5 |
| 2 | 2026-10-14_05'58'01'.mp3 | 144 |
| 3 | recording-20261013-184648.mp3 | 133 |
| 4 | recording-20261013-184648.mp3 | 1 |
| 5 | 2026-10-14_05'53'18' (2).mp3 | 147 |
| 6 | 💥Assalaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
🔝Oduu Gammachiisaa🔝
🔖 Guyyaa har'aa kabajamoon Sheek Abu Abdillah Muhammad Al-Ansi fi obboloonni kabajamoon nu Ziyaara dhufaniiru.
📍Nutis "Ijoollee keessan fi barattoota keessan Ahlus-Sunnaah wal-Jamaa'ah masjiida Sunnaa (Shaashamannee) jiran biratti baga nagaan dhuftan, simannaa gaarii fi gammachuu guddaadhaan isin simanna," isaaniin jenna.
🌐 Irraa Deebbiin Hundumti Keessanuu Baga Nagaan Dhuftan Anaa Dhufu | 230 |
| 7 | Dubartoota Fuudhuun Nurratti Hamaata Ta'an
INSTANT VIEW gadii tuquun dubbiffadhaa.
https://telegra.ph/Dubartoota-Fuudhuun-Haraama-Taan-07-28
Join 👉 🛰 @ifaislaamaa | 313 |
| 8 | irreecha.mp3 | 277 |
| 9 | "Hima didduun du'a hin diddu!"
Gooftaan waaqeffattoonni ayyaana Irreechaa irratti walitti dhufanii galateeffatanii fi kadhatan Eenyu!
⚠️የዋቄፈና እምነት ተከታዮች በኢሬቻ በዓል ላይ ተሰባስበው የሚያመሰግኑትና የሚለምኑት ጌታ ማነው❓
https://t.me/ifaislaamaa/2176 | 589 |
| 10 | Dr Gammachuu Magarsaa Irreechaa Washington DC irratti October 01/2023 ergaa dabarsa irraa kan fudhatame.
▪️Irreecha jechuun maal jechuu akka ta'e.
▪️Waaqeffataan Waaqa gurraacha akka gooftaatti akka amanu.
▪️Kan oromoo tokko taasisu Waaqa gurraacha qofa akka ta'es dubbateera.
«وَشَهِدَ شَاهِدٌ مِّنْ أَهْلِهَآ»
«Ragaa ba’aan maatii ishee irraa ta’e»
♻️Ayyaanni kun sirna amantii waaqeefataa ta'uu ifaa ifatti dubbateera Muslimni tokko lafaa ka'ee akkamitti kun aadaa dha sirna amantii miti jechuun irratti hirmaataa jiraa?!
Namatti himu malee, namatti hin hidhan. Jedhama.
https://t.me/ifaislaamaa/1730 | 622 |
| 11 | 2026-10-02_06'53'17'.mp3 | 1 009 |
| 12 | Walaloo Dr Abdushukur.mp3 | 608 |
| 13 | نظم نصائح العباد للدكتور.pdf | 570 |
| 14 | 🔴 AMANTIIN DHIIGA MITI!
Irreechi ayyaana amantiiti. Masqallis ayyaana amantiiti. Iidul-Fixris ayyaana amantiiti. Muslimni immoo ibaadaa fi amantii isaa Qur’aanaa fi Sunnah irraa fudhata.
Kanaaf, bakka waaqni sobaa itti waamamu, bakka shirkii fi wanti Rabbiin hin ajajin itti raawwatamu keessatti Muslimni hirmaachuu ykn faarsuu hin qabu.
Rabbiin ni jedha:
﴿وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ﴾
“Namni Islaama malee amantii biraa barbaade, isa irraa hin qeebalamu.”
Oromummaa jechuun daangaa amantii darbuun miti. Saba tokko ta’uun amantii tokko ta’uu jechuu miti.
Amantiin dhiiga miti; amantiin waan namni Rabbii isaa ittiin gabbarudha.
Muslimni dhugaan Islaama yoo qabate, Qur’aanaa fi Sunnah jala bula; waan amantii isaa faallessu irraa fagaata.
Amantii lama walitti makuun hin danda'amu. Islaama yoo qabatte, seera Rabbii qofa jala bulta! | 821 |
| 15 | Jarruu kunoo ayyaanni kun sirna amantii waaqeefataa ta'uu ifaa ifatti ibsaniiru. Muslimni tokko lafaa ka'ee akkamitti kun aadaa dha sirna amantii miti jechuun irratti hirmaata?!
«وَشَهِدَ شَاهِدٌ مِّنْ أَهْلِهَآ»
«Ragaa ba’aan maatii ishee irraa ta’e»
“Akkan sobee ragaa siibahe argitee jennaan, akkan si taajjabe ammoo argitee jedhe jedhan namichi”
Namoota fedha lubbuufi bu'aa biyya lafaaf jedhanii uummata burjaajessan dhiisaatii dhimma kanarraatti hubannoo bal'inaan argachuuf sagalee armaan gadii ragaan deegarame dhaggeeffadhaa. Rabbi Barakaa Siniifaa Godhu.
▪️Ayyaana Irreecha Irratti Maal Akka jedhamuufi Hikkaa Isaa
https://t.me/ifaislaamaa/1732
▪️Bu'uraaf Maalummaa Amantii Waaqeffannaa
https://t.me/ifaislaamaa/1733
▪️Islaamummaaf Sabboonummaa Oromummaa
https://t.me/ifaislaamaa/1734
▪️Waa'ee Bilisummaa Amantiif Gorsa Xumuraa
👉 Walumaa-galatti ▪️Yoo Xiqqaate Irreecha Qaphxii 10f Hin Dhaqin Irrattis Hin Hirmaatiin
https://t.me/ifaislaamaa/1422
“Hima Didduun Du'a hin Diddu!” Jedhan.
Har'a sababa uummachuun ayyaana kana deegartee bor fuula Rabbii duratti maaltu si liqimsa!?
📒 Warri qubee Oromoo hubattan Barruu Qorannoo Gabaabaa “Ayyaana Irreechaa Madaala Haqaan” jedhurratti Barreeffame. Dubbiffadhaa Waliifis Qodaa.
https://t.me/ifaislaamaa/1727
https://t.me/+TNoRmBLV_hFHVkEp | 752 |
| 16 | "Dubartoonni uffannaa keessan bareechaa, warra uffatanii akka qullaa deeman irraa hin ta'inaa." | 1 392 |
| 17 | 🇮🇷"Shi'aawwan muslimoota biroo irraa adda ta'anii Masjiida Al-Aqsaa bilisa baasuuf waan qabsaawaniif nan jaalladha" nama isa jedhuuuf....
Jalqaba irratti, mazhaabni Shi'aa "Masjiidni Al-Aqsaa Qur'aana keessatti caqafame lafa irra hin jiru; Masjiidni Al-Aqsaa Ergamaan Rabbii ﷺ Mi'raaja ittiin taasisan samii irra (samii 4ffaa irratti) kan argamu malee, masjiida biyya Falisxiin keessatti argamu miti" jedhanii amanu.
Kana qofa miti;
Masjiidni Al-Aqsaa lafa Falisxiin keessatti argamu caalmaa (sadarkaa addaa) qabaachuun hafee, "Masjiidni Kuufaa keessatti argamu fadliidhaan (sadarkaadhaan) Al-Aqsaa irra ni caala" jedhanii amanu.⁉️
Masjiida "Lafa irra hin jiru!!" jedhanii amananiif, herrega kamiin isa bilisa baasuuf qabsaawu?
⌛Kun siyaasa isaan muslima gowwaa irratti taphatan qofa.
منقول | 773 |
| 18 | قَـالَ شَيْخُ الإِسْلاَمِ ابْنُ تَيْمِيَّة -رَحِـمَهُ الله-:
▣ Sheykul Islam Ibnu Taymiyah Rahimahullah akkas jedhan
◾️ ومن تدبر أحوال العالم وجد كل صلاح في الأرض فسببه توحيد الله وعبادته وطاعة رسوله -ﷺ- ،
◾️Haala addunyaa kanaa namni xiinxale dacheen kun toluun ishee waan gaariin jiraachuun sababni isaa Tawhiida , Rabbiin gabbaruufi ergamaa ﷺ isaaf ajajamuutu sababa akka ta'e ni hubata .
وكل شر في العالم وفتنة وبلاء وقحط وتسليط عدوٍ وغير ذلك فسببه مخالفة الرسول -ﷺ- والدعوة إلى غير الله. اﻫـ.»
Addunyaa kessatti wanti yaraa ta'e, fitnaan , gogosni , beelli , diinni muslimoota irratti ol ta'uuniifi kkk hunduu sababni isaa ergamaa Rabbiin ﷺ faallessu fi Allahuun ala waa biraa waammachuu fi gabbaruu dha.”
📚 {مجموع الفتاوى٢٥/١٥}
© 🛰 @ifaislaamaa | 861 |
| 19 | بدون متن... | 381 |
| 20 | Ergamaan Allaah ﷺ akkana jedhaniiru:
"Namni tokkollee jiraattota Madiinaa hamtuun (badiidhaan) hin yaadne, Allaahn ibidda keessatti isa baqsa malee, akkuma rasaasni baqu ykn akkuma soogidda bishaan keessatti baquutti."
Sahiih Muslim 1363 | 922 |
