cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

نمایش بیشتر
فنلندة1 247زبان مشخص نشده استدین و مذهبی18 988
پست‌های تبلیغاتی
4 905
مشترکین
+224 ساعت
+3107 روز
+1 81230 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Media files
1223Loading...
02
Jumu'aa borii Zulhijjaan tokko ta'uun mirkanaa'ee jira.
1483Loading...
03
Addeessi Zulhijjaa Arguuf Itti Jiru Jarri. @ifaislaamaa
2745Loading...
04
📮 Yaadachiisaaf Hubachiisa! Baatiin Zulqi’idaa har'a (Kamisa) 28 oole. Fedha Rabbii yoo ta'e Zulhijjaa 1 Jimaataa ykn Sanbata xiqqaa irra oola. Kanaafuu Namoonni Uduhiyyaa qaluuf niyyattan gaafa sanaa kaastanii haga qalma qaltanitti ▪️Rifeensa mataa ▪️Rifeensa funyaan jalaa ▪️Rifeensaa bobaa ▪️Rifeensa qaama saalaa akkasumas ▪️qeensa muruun irra hin jiraatu. عَنْ أُمِّ سَلَمَةَ أَنَّ النَّبِيَّ ﷺ قَالَ : " إِذَا رَأَيْتُمْ هِلَالَ ذِي الْحِجَّةِ، وَأَرَادَ أَحَدُكُمْ أَنْ يُضَحِّيَ فَلْيُمْسِكْ عَنْ شَعَرِهِ، وَأَظْفَارِهِ".رواه مسلم Ergamaa Rabbii ﷺ akkas jedhaniiru:- ”Yoo ji'a Zul-Hijjaa agartan, tokkoon keessaan uduhiyyaa qaluuf yoo feetan haga qalma qaltanitti rifeensaa fi qeensa hin tuqiinaa" 📨 Dhaamsi kun muslima hundaaf haa gahu. 🛰 https://t.me/ifaislaamaa
3716Loading...
05
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ Khuxbaa Bareeda Ta'e بعنوان: {{ فضل عشر ذي الحجة }} Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa للشيخ الواعظ: أبي نصرة آدم بن دوبا السلفي حفظه الله Sheeka Abu Nusra Aadam Al-gabrii بتاريخ ٥/ ذو الحجة ١٤٤٤ه‍ Zulhijjaa 5 1444.H سجلت في "مسجد التوفيق" بمويالي حرسها الله Masjiida Tawfiiq Mooyaalee https://t.me/AdamalgabriAbunarsa 🛰 @ifaislaamaa
3163Loading...
06
☑️ Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caaltu dhufuuf guyyoota muraasatu hafa!! Guyyootni 10nan ji'a Zul-hijjaa seenuuf balbala gahaniiru guyyooni kun ulfina waan qabaniif Rabbi subhaanahu itti kakateera. قال الله تبارك وتعالى:- ”وَٱلْفَجْرِ وَلَيَالٍ عَشْرٍ “ "Barii/Fajriin kakadha. Halkan kurna ni kakadha!" قال ابن كثير في تفسير :- قال عبد الله ابن عباس وابن الزبير ، ومجاهد ، وغير واحد من السلف والخلف ”وَلَيَالٍ عَشْرٍ“ المراد بها عشر ذي الحجة Abdullah Ibnu Abbaas, Ibnu Zubayr, Mujaahid fi Salafaa fi khalafa keessaa baay'een isaanii “Halkan kurna” isa jedhu guyyoota kurnan Zul-Hijjaa jechuun tafsiira ibnu kasiir keessatti ibsameera. Ergamaan Rabbii ﷺ Hadiisa keessattis akkas jedhaniiru. "أَفْضَلُ أَيَّامِ الْدُّنْيَا أَيَّامُ الْعَشْرِ، يَعْنِي عَشْرُ ذِي الحْجَّةِ" «Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caalan guyyoota kurnan Zul-Hijjaa dha» 🔖 Hadiisa biraatiin dalagaa guyyoota kana keessatti dalagaman guyyoota biroo irraa caalmaa akka qaban yammuu ibsan akkas jedhan. عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ عَنِ النَّبِيِّ ﷺ أَنَّهُ قَالَ "مَا الْعَمَلُ فِي أَيَّامِ الْعَشْرِ أَفْضَلَ مِنَ الْعَمَلِ فِي هَذِهِ ". قَالُوا : وَلَا الْجِهَادُ ؟ قَالَ : " وَلَا الْجِهَادُ، إِلَّا رَجُلٌ خَرَجَ يُخَاطِرُ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فَلَمْ يَرْجِعْ بِشَيْءٍ " خرجه البخاري “Ibaadaa guyyaa biroo gootan irra, tan guyyoota kurnan ZulHijjaa (gama duraatti argaman) kana keessa gootantu caala. Rabbi birattillee irra jaalatama" jennaan, Sahaabaan dubbii tana ajaa'ibanii "karaa Rabbii irratti qabsaawuu irrallee, Ibaadaa kurnan kana goonuutu caalaa?" Jedhanii ergamaa Rabbii gaafatan. "Ee! Ibaadaa kurnan kana gootantu caala. Yoo nama Jihaadaaf jecha lubbuufi qabeenya isaa baasee wareegamee hundaan achumatti hafee malee” jechuun deebisan. 📨 Yaa uummata Muslimaa guyyoota kana akkaan itti fayyadamuu qabna guyyootni kun akkanumatti taphaan, baacaan dabarsuu hin qabnu. 📮 Nutis Guyyoota saniin Rabbi nu gahee nama itti fayyadamu nu haa taasisu. Kanaafu gamanumaan qophii itti haa goonu!! 📤 Allah/Rabbiin baay'inaan faarsuu , Takbiir, Tahliila, Tahmiida, Du'aa baayyisuu, Sadaqaa baayyisuu, Soomana soomuu, Qur'aana qara'uu, Salaata jama'aan salaatuu, Sunnaa dalaguu baayyisuu walumaagalatti waan Rabbi jaalatu khayrii hunda dalaguu. 🤲 Rabbi Tawfiiqa Nuuf Haa Kennu. ✍ الثلاثاء ٢٦ ذو القعدة ١٤٤٥ هجرية 🛰 @ifaislaamaa
3204Loading...
07
#Affeeramaa 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮 https://t.me/ifaislaamaa
4531Loading...
08
Media files
4354Loading...
09
Dubartii Rukutuun Wal-Dhabbii Haadha Manaa fi Abbaa Manaa Hiikuuf Furmaata Ni Tahaa? Mee Hundi Keessanuu Irraatti Hirmaadhaa.
5002Loading...
10
Maqaa Rabbii tola oolaa mararfataa ta’eetiin jalqabna jalqabaa Maatiin bu’uura jiruun ilma namaa irratti dhaabbatu, tan hundee ijaarsa dhala namaa ibsitu, tan kallattii adeemsa ilma namaa daangessitu, tan isii galmaan gahuu irratti garaa garummaan hawaasaa hundaa’uu fi ijaarsii, dhaabilee fi bu’uurri qaama isaa irratti hirkatuudha. 1. Intalli heerumte haqa jaarsaa kan akkaa isa jaalachuu, kabajuu, ajaja isaa godhuu, yeroo inni isitti haajamee yaame tole jettee dhaquu fi kkf. guutuun isheerratti dirqama. 2. Gurbaan fuudhes haqa haadha mana isaa guutuu qaba, sunis mahrii isii guutee kennuufii, masruufa baasii isii kennuufii, mana jireenyaa qopheessuufii, uffata gayaa uffisuu, jaalachuu, kabajaa godhuu fii kkf sirritti guutuun dirqama isaati. Dhaamsa: ▪️Yoo yeroon heeruma kee booda aane ykn otoo hin heerumiin turte, khadijjaa yaadadhu, Waggaa dheeraa erga oobsitee booda irra caalaa namaa (Nabi muhammad ﷺ argatte ▪️Yoo heerumtee abbaan mana kee nama jallaa (mujrima) tahe, Jaartii fir'oownaa (Aasiyaa) yaadadhu. Rabbiin bultii teessan bultii jaalalaa tan gammachuu isniif haa godhuu.
5264Loading...
11
✍      Hoonga'uun Inni Guddaa፦ Ganamaan Rizqii barbaachaaf dammaqaa, Fajrii irratti isa si Razzaquuf dammaquu dhiisuu keeti.
5683Loading...
12
Media files
5537Loading...
13
Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii kan ta’e akkasumas kan Mu’mintoonni irratti walii galani Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata buusuudha. Salawaata baay'inaan Ergamaa Rabbii ﷺ irratti buusuun akka namoonni tokko tokko hubattaniitti dalagaa suufiyyaa fi kan isaanitti wal nama fakkeessu miti. Inumaayyuu Ibaadaa faayidaa hedduu qabuu fi jaalala ALLAH kan nama gonfachiisu dha. Imaamu a-tTirmizii (lakk-2457) akka odeesanitti Ubay Ibnu Ka'ab رضي الله عنه Abbaa Isaa irraa odeessuudhaan akkana jedhe. (قُلْتُ : يَا رَسُولَ اللَّهِ ، إِنِّي أُكْثِرُ الصَّلَاةَ عَلَيْكَ ، فَكَمْ أَجْعَلُ لَكَ مِنْ صَلَاتِي ؟) «Yaa Ergamaa Rabbii ani sirratti salawaata buusuun baay'isa, mee salaata kana meeqa siif godha? Jedheen gaaffadhe. فَقَالَ : ( مَا شِئْتَ ) Isaanis «Hanga feete!» jedhan قَالَ : قُلْتُ : الرُّبُعَ ؟ «¼ffaa» (sirraatti buusuu) ? قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ، Isaanis «Haga feete, yoo dabaltes siif gaariidha» jedhaniin. قُلْتُ : النِّصْفَ ؟ «½ffaa?» (sirraatti buusuu)? قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ، Isaanis «Haga barbaadde, yoo dabaltes siif irraa caalaa dha» jedhaniin. قَالَ : قُلْتُ : فَالثُّلُثَيْنِ ؟ «⅔ffaa?» (sirraatti buusuu) ? قَالَ : ( مَا شِئْتَ ، فَإِنْ زِدْتَ فَهُوَ خَيْرٌ لَكَ ) ، Isaanis «Haga barbaadde, yoo dabaltes siif irraa caalaa dha» jedhaniin. قُلْتُ : أَجْعَلُ لَكَ صَلَاتِي كُلَّهَا ؟ «Salawaata koo hunda isaa siif godhuu?» nan jedheen. قَالَ : ( إِذًا تُكْفَى هَمَّكَ ، وَيُغْفَرُ لَكَ ذَنْبُكَ ) Isaanis «Akkas yoo ta'e yaadni kee siif gaha, yakki kee sirraa dhiqama» naan jedhan jedha. ▪️قال الإمام ابن القيّم رحمه الله : لَو صلّي العبد على النبي ﷺ بِعَدَد أنفاسه لم يكن موفّيا لِحقِّه .جلاء الأفهام : (344) Ibnul Qayyim Akkas Jedhan:- “Osoo gabrichi haga hafuura baafatuun, nabiyyii irratti salawaata buusee haqa ergamaa rabbii hin guutu” Kana malees Nabi Muhammad ﷺ salawaata buusuun faayidaawwaan hedduu garbichaaf qaba. Akka fakkeenyaatti:- 1- Ajaja Rabbii hojirra olchuudha. Rabbiin Salawaata Nabiyyi ﷺ irratti buusuu ajaje. 2- Rabbii Qunnamuudha. Rabbii Nabiyyii ﷺ Isaarratti salawaata buusa, Garuu Salawaanni keenyaa fi kan Rabbii hiikkaan isaa garaagara. 3- Malaaykoota Qunnamuudha. 4- Rabbiirraa Rahmata 10 arganna sababaa takka Salawaata Nabiyyii ﷺ irratti buufneef. 5- Gabrichi Isiidhaan sadarkaa 10 ol fuudhama. 6- Hasanaata 10tu nuf katabama. sababaa takka salawaata buuseen. 7- Cubbuu 10tu nurraa haqamata sababa salawaata takkaan. 8- Salawaata buusuun du'aayiin eegalamtu fudhatamuuf hedduu kajeelama. 9- Shafaa’aa Nabiyyii ﷺ argachuuf sababaa taati. 10- Sababaa Araarama cubbuutiif. Kan kana fakkatan baay'eetu jira keesumaa halkan Jimaataa fi guyyaa isaa keessatti salawaata kana heddumeessuun jaalatamaa dha. أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا “Halkan jum'aatiifi guyyaa jum'aa anarratti salawaata buusuu baay'isaa namni narratti salawaata tokko buuse Rabbiin salawaata kudhan isarratti buusa.” اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا ونبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين 🛰 @ifaislaamaa ✍ Join Godhaa
1 42416Loading...
14
الحمد لله بنعمته تتم الصالحات Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan gabaasee jira. Namoonni baay'een yoo marfee waraanaman malee hubaataa hin jiran. #Dubbiffadhaa mee قال الإمام ابن كثير رحمه الله - : الحسن بن صافي بن بزدن التركي ، كان من أكابر أمراء بغداد المتحكمين في الدولة ، ولكنه كان رافضيّاً خبيثاً متعصباً للروافض ، وكانوا في خفارته وجاهه ، حتى أراح الله المسلمين منه في هذه السنَة في ذي الحجة منها ، ودفن بداره ، ثم نقل إلى مقابر قريش ، فلله الحمد والمنَّة . وحين مات فرح أهل السنة بموته فرحاً شديداً ، وأظهروا الشكر لله ، فلا تجد أحداً منهم إلا يحمد الله . 👈📚" البداية والنهاية ( 12 / 338 ) . 🛰 @ifaislaamaa
9602Loading...
15
Salaata Ad-Duhaa Salaatni duhaa yeroo biftuun bahee egalee hanga biiftuun walakkaa samii irraa hin dabiin duratti salaatama. Yeroon filatamaan immoo ogga biftuun bareechee gubee ho’uu dha. Lakkofsi raka’aa isaa xiqqoon raka’aa lama. Akkasumas afur, ja’a ykn saddeet salaatuunis ni ta’a. عَنْ أَبِي الدَّرْدَاءِ رضي الله عنه قَالَ ((أَوْصَانِي حَبِيبِي ﷺ بِثَلَاثٍ، لَنْ أَدَعَهُنَّ مَا عِشْتُ : بِصِيَامِ ثَلَاثَةِ أَيَّامٍ مِنْ كُلِّ شَهْرٍ، وَصَلَاةِ الضُّحَى، وَبِأَنْ لَا أَنَامَ حَتَّى أُوتِرَ)) رواه مسلم Abi Dardaan akkas jedhe:- ‹‹Jaalalleen koo ﷺ waa sadiin naa dhaamaniiru hagan lubbuun jirutti hin dhiisu:- 'Ji'a keessatti guyyaa sadii soomuu, salaata duhaafi osoo hin rafiin dura witrii akkan salaatu›› قال رسول الله ﷺ : ( لا يحافظ على صلاة الضحى إلا أواب، وهي صلاة الأوابين ) رواه ابن خزيمة ، وحسنه الألباني في صحيح الترغيب والترهيب (1/164) "Salaata duhaa kan eeggatu hin jiru warra awwaba (nama gara Rabbitti tawbachuu baay'isu)⁴ ta'an malee, isheenis Salaatul-Awwaabiin jedhamti" 🛰 @ifaislaamaa
7521Loading...
16
Guyyaan Qiyaamaa Sababoota Maaliini Kan “Qiyaamaa” Jedhame? ▪︎وسُمِيَّ بِيومِ القِيامَةِ لِثلاثِ أسبَابٍ: Guyyaa qiyaamaa kan jedhameef sababa sadiini:- ❶- قِيَامُ النَّاسِ مِنْ قُبُورِهمُ، ❶-Namoonni qabrii irraa waan dhaabataniifi. لِقولِهِ تَعالَى: ﴿يَوْمَ يَقُومُ النَّاسُ لِرَبِّ الْعَالَمِينَ﴾ "Guyyaa namni Gooftaa aalamaatiif dhaabbatu" ❷- قِيَامُ الأَشهَادِ، ❷- Ragaan waan dhaabbatuufi لِقولِهِ تَعَالَى: ﴿إِنَّا لَنَنصُرُ رُسُلَنَا والَّذِينَ ءَامَنُوا فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَيَومَ يَقُومُ الأَشهَادُ﴾ "Dhugumatti, Nuti ergamtoota keenyaafi isaan amananiifis jiruu addunyaa keessattis ta’ee guyyaa ragoonni dhaabbatan ni tumsina" ❸- قِيامُ العَدلِ، ❸- Madaalli waan dhaabbatuufi. لِقولِهِ تعَالَى: ﴿وَنَضَعُ الْمَوَازِينَ الْقِسْطَ لِيَوْمِ الْقِيَامَةِ ﴾ "Nuti Guyyaa Qiyaamatiif madaala haqaa lafa keenya" 📚 [القَولُ المُفِيدُ علَى كِتابِ التَّوحِيدِ |ص٤٢٢] 🛰 @ifaislaamaa https://t.me/+TNoRmBLV_hFHVkEp
1 17211Loading...
17
Nama 5ffaa hin ta'iin ni badda ▪️ولا تكن الخامس فتهلك قال أبو الدرداء رضي الله عنه : ”كن عالما ، أو متعلما ، أو محبا ، أو متبعا ، ولا تكن الخامس فتهلك“ قال الحسن :  هو المبتدع Abu Dardaa'i رضي الله عنه akkas jedhan. 1⃣ Beekaa ta'i! ykn 2⃣ Barataa ta'i! ykn 3⃣ Beektota jaalladhu! ykn 4⃣ Fordofaa ta'i! 5ffaa garuu hin ta'iin ni badda!! Namni 5faa eenyu akka ta'e yeroo ibsan Hasan Albasrii رحمه الله Mubtadi'ii dha jedhan. 📚 [الآداب الشرعية (٣٥/٢0) https://t.me/+TNoRmBLV_hFHVkEp
9403Loading...
18
Rabbitti, Malaykoota Isaatti, kitaabban Isaatti, Ergamtoota Isaatti, Guyyaa Dhumaatti fi keyriis ta’e sharriis ta’e qadara (wanta murteefametti) amanuudha. [Hundeewwan iimaanaa jahan] Rabbii qulqullaa’aa olta’etti amanuu jechuun Jiraachuu Rabbii, Gooftummaa Isaa, Tokkichummaa fi haqaan gabbaramuu Isaa fi asmaa’a wa sifaata Isaa jala muranii dhugoomsu, guutumaan guututti mirkaneessu fi itti amanuudha. Kanaafu Rabbitti amanuun wantoota afur of keessatti qabataa jechuudha. Isaanis: (1) Rabbiin Qulqullaa’an olta’e jiraachutti shakkii tokko malee amanuu. (2) Gooftummaa Isaatti dhugaan amanuu. Kana jechuun Uuman, Mootiin, Qindeessan, nyaachisaa fi obaasan wanta hundaa Rabbii ol’aanu qofa akka ta’e amanu. (3) Tokkichummaa fi haqaan gabbaramuu kan qabu Rabbiin qofa akka ta’e amanu. (4) Asmaa’a wa sifaat (Maqaalee fi amaloota) gaggaarii Rabbiitti amanuu kana jechuun Rabbiin qulqullaa’an olta’e amaloota gugguutuu fi maqaalee gaggaarin kan ibsamu akka ta’e amanu. Amaloota hanquu fi hir’uu irraa qulqullu akka ta’e amanu. 🛰 @ifaislaamaa
1 1958Loading...
19
Ilmi kee yeroo fuudhe san maal jettee gorsiteen? Jedhamnaan... Yaa ilma koo! intalli kun abbaa, obbolessa, haadhaafi obboleettii ishee siif jettee dhiistee dhufte. Kanaafuu atis... kana hunda ta'iifin jedheen. @ifaislaamaa
8314Loading...
20
بِسْمِ الله الرَّحْمٰنِ الرَّحِيمِ Allah ergamaa isaa ﷺ faaruu baay'ee guddaa ta'e faarsuun isas qulqulleessee jira. لقد زكى الله تعالى نبينا تزكية ما زكاها لأحد من الخلق 1. Nama daandii sirri irra jiru ta'uu isaa .«مَا ضَلَّ صَاحبكم وَمَا غَوَىٰ» Hiriyaan keessan (Muhammad ﷺ) hin jallanne; hin dogoggorres. 2. Nama Gara Daandii sirriitti waamuu isaa «وَإِنَّكَ لَتَدْعُوهُمْ إِلَىٰ صِرَٰطٍ مُّسْتَقِيمٍ» Dhugumatti, ati gara karaa qajeelaatti isaan waamta. 3. Dubbiin Inni Dubbatu Ofii isaa irraa osoo hin taane Rabbuma irraa ta'uu isaa وَمَا يَنطِقُ عَنِ ٱلهَوَىٰٓ Fedha lubbuu irraas hin haasa’u. 4. Beekumsa inni Qabu Beekumsa Namoota biraa caalu fii Barsiisaan isaa immoo humna guddaa qabaachuu isaa عَلَّمَهُۥ شَدِيدُ ٱلقُوَىٰ (Jibriil) kan humni isaa cimaatu isa barsiise. 5. Onneen Isaa Qulqulluu fii Waan kijibaa fii Sobaa irraa nagaya ta'uu Isaa مَا كَذَبَ ٱلفُؤَادُ مَا رَأَىٰٓ Onneen (Nabiyyii-ﷺ) waan arge keessatti homaa hin sobne. 6. Ijji isaa ija Gamaa-gamana hin facaanee fii Waan Addaan baastee hubattee ilaaltuu ta'uu Isaa مَا زَاغَ ٱلبَصَرُ وَمَا طَغَىٰ Ijji gamaa gamana hin jallanne, irras hin dabarre 7. Qomti Isaa bal'oo fii Kan waan heddu yaaduu fii ba'achuu dandeessu ta'uu isaa أَلَمْ نَشْرَحْ لَكَ صَدْرَكَ Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee? 8. Inni Nama Yaadatamaa jiraatuu fii Maqaan isaa Olfuudhame ta'uu isaa وَرَفَعْنَا لَكَ ذِكْرَكَ Maqaa keetis siif ol kaafne. 9. Haalaa fii Amala Bareeedaa fii hunda caalu qabaachuu Isaa وَإِنَّكَ لَعَلَىٰ خُلُقٍ عَظِيمٍ Dhugumatti, ati amala (naamusa) guddaa irra jirta 10. Mararfataa fi Rahmata ta'uu isaa «لَقَدْ جَآءَكُمْ رَسُولٌ مِّنْ أَنفُسِكُمْ عَزِيزٌ عَلَيْهِ مَا عَنِتُّمْ حَرِيصٌ عَلَيْكُم بِٱلْمُؤْمِنِينَ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ» Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni keessan isa irratti jabaatu, kan isiniif (akka amantanuuf) bololu, mu’uminootaaf immoo mararfataa, rahmata godhaa ta’e isinitti dhufeera. #Nama Akkas Allahuun Kabaje Akkamitti Arrabsuu?!! 🔖 @ifaislaamaa
9904Loading...
21
بِسْمِ الله الرَّحْمٰنِ الرَّحِيمِ لقد زكى الله تعالى نبينا تزكية ما زكاها لأحد من الخلق Allah ergamaa isaa ﷺ faaruu baay'ee guddaa ta'e faarsuun isas qulqulleessee jira. 1. Nama daandii sirri irra jiru ta'uu isaa .«مَا ضَلَّ صَاحبكم وَمَا غَوَىٰ» Hiriyaan keessan (Muhammad ﷺ) hin jallanne; hin dogoggorres. 2. Nama Gara Daandii sirriitti waamuu isaa «وَإِنَّكَ لَتَدْعُوهُمْ إِلَىٰ صِرَٰطٍ مُّسْتَقِيمٍ» Dhugumatti, ati gara karaa qajeelaatti isaan waamta. 3. Dubbiin Inni Dubbatu Ofii isaa irraa osoo hin taane Rabbuma irraa ta'uu isaa وَمَا يَنطِقُ عَنِ ٱلهَوَىٰٓ Fedha lubbuu irraas hin haasa’u. 4. Beekumsa inni Qabu Beekumsa Namoota biraa caalu fii Barsiisaan isaa immoo humna guddaa qabaachuu isaa عَلَّمَهُۥ شَدِيدُ ٱلقُوَىٰ (Jibriil) kan humni isaa cimaatu isa barsiise. 5. Onneen Isaa Qulqulluu fii Waan kijibaa fii Sobaa irraa nagaya ta'uu Isaa مَا كَذَبَ ٱلفُؤَادُ مَا رَأَىٰٓ Onneen (Nabiyyii-ﷺ) waan arge keessatti homaa hin sobne. 6. Ijji isaa ija Gamaa-gamana hin facaanee fii Waan Addaan baastee hubattee ilaaltuu ta'uu Isaa مَا زَاغَ ٱلبَصَرُ وَمَا طَغَىٰ Ijji gamaa gamana hin jallanne, irras hin dabarre 7. Qomti Isaa bal'oo fii Kan waan heddu yaaduu fii ba'achuu dandeessu ta'uu isaa أَلَمْ نَشْرَحْ لَكَ صَدْرَكَ Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee? 8. Inni Nama Yaadatamaa jiraatuu fii Maqaan isaa Olfuudhame ta'uu isaa وَرَفَعْنَا لَكَ ذِكْرَكَ Maqaa keetis siif ol kaafne. 9. Haalaa fii Amala Bareeedaa fii hunda caalu qabaachuu Isaa وَإِنَّكَ لَعَلَىٰ خُلُقٍ عَظِيمٍ Dhugumatti, ati amala (naamusa) guddaa irra jirta 10. Mararfataa fi Rahmata ta'uu isaa «لَقَدْ جَآءَكُمْ رَسُولٌ مِّنْ أَنفُسِكُمْ عَزِيزٌ عَلَيْهِ مَا عَنِتُّمْ حَرِيصٌ عَلَيْكُم بِٱلْمُؤْمِنِينَ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ» Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni keessan isa irratti jabaatu, kan isiniif (akka amantanuuf) bololu, mu’uminootaaf immoo mararfataa, rahmata godhaa ta’e isinitti dhufeera. #Nama Akkas Allahuun Kabaje Akkamitti Arrabsuu?!! 🔖 @ifaislaamaa
70Loading...
22
Gaaffii Hirmaachisaa Ta'e. Towhiidni Asmaa wa sifaat (sifaa fi maqaa Rabbii) maali? Comment 👇
7681Loading...
5.23 MB
8.59 KB
Jumu'aa borii Zulhijjaan tokko ta'uun mirkanaa'ee jira.
نمایش همه...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Addeessi Zulhijjaa Arguuf Itti Jiru Jarri. @ifaislaamaa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
📮 Yaadachiisaaf Hubachiisa! Baatiin Zulqi’idaa har'a (Kamisa) 28 oole. Fedha Rabbii yoo ta'e Zulhijjaa 1 Jimaataa ykn Sanbata xiqqaa irra oola. Kanaafuu Namoonni Uduhiyyaa qaluuf niyyattan gaafa sanaa kaastanii haga qalma qaltanitti ▪️Rifeensa mataa ▪️Rifeensa funyaan jalaa ▪️Rifeensaa bobaa ▪️Rifeensa qaama saalaa akkasumas ▪️qeensa muruun irra hin jiraatu. عَنْ أُمِّ سَلَمَةَ أَنَّ النَّبِيَّ ﷺ قَالَ : " إِذَا رَأَيْتُمْ هِلَالَ ذِي الْحِجَّةِ، وَأَرَادَ أَحَدُكُمْ أَنْ يُضَحِّيَ فَلْيُمْسِكْ عَنْ شَعَرِهِ، وَأَظْفَارِهِ".رواه مسلم Ergamaa Rabbii ﷺ akkas jedhaniiru:- ”Yoo ji'a Zul-Hijjaa agartan, tokkoon keessaan uduhiyyaa qaluuf yoo feetan haga qalma qaltanitti rifeensaa fi qeensa hin tuqiinaa" 📨 Dhaamsi kun muslima hundaaf haa gahu. 🛰 https://t.me/ifaislaamaa
نمایش همه...
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ Khuxbaa Bareeda Ta'e بعنوان: {{ فضل عشر ذي الحجة }} Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa للشيخ الواعظ: أبي نصرة آدم بن دوبا السلفي حفظه الله Sheeka Abu Nusra Aadam Al-gabrii بتاريخ ٥/ ذو الحجة ١٤٤٤ه‍ Zulhijjaa 5 1444.H سجلت في "مسجد التوفيق" بمويالي حرسها الله Masjiida Tawfiiq Mooyaalee https://t.me/AdamalgabriAbunarsa 🛰 @ifaislaamaa
نمایش همه...
{{ فضل عشر ذي الحجة }}.mp38.15 MB
💯 3👌 1
☑️ Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caaltu dhufuuf guyyoota muraasatu hafa!! Guyyootni 10nan ji'a Zul-hijjaa seenuuf balbala gahaniiru guyyooni kun ulfina waan qabaniif Rabbi subhaanahu itti kakateera. قال الله تبارك وتعالى:- ”وَٱلْفَجْرِ وَلَيَالٍ عَشْرٍ “ "Barii/Fajriin kakadha. Halkan kurna ni kakadha!" قال ابن كثير في تفسير :- قال عبد الله ابن عباس وابن الزبير ، ومجاهد ، وغير واحد من السلف والخلف ”وَلَيَالٍ عَشْرٍ“ المراد بها عشر ذي الحجة Abdullah Ibnu Abbaas, Ibnu Zubayr, Mujaahid fi Salafaa fi khalafa keessaa baay'een isaanii “Halkan kurna” isa jedhu guyyoota kurnan Zul-Hijjaa jechuun tafsiira ibnu kasiir keessatti ibsameera. Ergamaan Rabbii ﷺ Hadiisa keessattis akkas jedhaniiru. "أَفْضَلُ أَيَّامِ الْدُّنْيَا أَيَّامُ الْعَشْرِ، يَعْنِي عَشْرُ ذِي الحْجَّةِ" «Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caalan guyyoota kurnan Zul-Hijjaa dha» 🔖 Hadiisa biraatiin dalagaa guyyoota kana keessatti dalagaman guyyoota biroo irraa caalmaa akka qaban yammuu ibsan akkas jedhan. عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ عَنِ النَّبِيِّ ﷺ أَنَّهُ قَالَ "مَا الْعَمَلُ فِي أَيَّامِ الْعَشْرِ أَفْضَلَ مِنَ الْعَمَلِ فِي هَذِهِ ". قَالُوا : وَلَا الْجِهَادُ ؟ قَالَ : " وَلَا الْجِهَادُ، إِلَّا رَجُلٌ خَرَجَ يُخَاطِرُ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فَلَمْ يَرْجِعْ بِشَيْءٍ " خرجه البخاري “Ibaadaa guyyaa biroo gootan irra, tan guyyoota kurnan ZulHijjaa (gama duraatti argaman) kana keessa gootantu caala. Rabbi birattillee irra jaalatama" jennaan, Sahaabaan dubbii tana ajaa'ibanii "karaa Rabbii irratti qabsaawuu irrallee, Ibaadaa kurnan kana goonuutu caalaa?" Jedhanii ergamaa Rabbii gaafatan. "Ee! Ibaadaa kurnan kana gootantu caala. Yoo nama Jihaadaaf jecha lubbuufi qabeenya isaa baasee wareegamee hundaan achumatti hafee malee” jechuun deebisan. 📨 Yaa uummata Muslimaa guyyoota kana akkaan itti fayyadamuu qabna guyyootni kun akkanumatti taphaan, baacaan dabarsuu hin qabnu. 📮 Nutis Guyyoota saniin Rabbi nu gahee nama itti fayyadamu nu haa taasisu. Kanaafu gamanumaan qophii itti haa goonu!! 📤 Allah/Rabbiin baay'inaan faarsuu , Takbiir, Tahliila, Tahmiida, Du'aa baayyisuu, Sadaqaa baayyisuu, Soomana soomuu, Qur'aana qara'uu, Salaata jama'aan salaatuu, Sunnaa dalaguu baayyisuu walumaagalatti waan Rabbi jaalatu khayrii hunda dalaguu. 🤲 Rabbi Tawfiiqa Nuuf Haa Kennu. ✍ الثلاثاء ٢٦ ذو القعدة ١٤٤٥ هجرية 🛰 @ifaislaamaa
نمایش همه...
💯 2👌 1
00:54
Video unavailableShow in Telegram
#Affeeramaa 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮 https://t.me/ifaislaamaa
نمایش همه...
1.66 MB
🍓 5
Gorsa_Gabaabaa_Mata_duree_Duniyaa_ija_Qur'aanaatiin_jedhurratti.mp35.35 MB
👍 1💯 1