ch
Feedback
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

前往频道在 Telegram

𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

显示更多

📈 Telegram 频道 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 的分析概览

频道 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 (@ifaislaamaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 11 424 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 7 813,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 933

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 11 424 名订阅者。

根据 22 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -20,过去 24 小时变化为 2,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 4.74%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.62% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 542 次浏览,首日通常累积 185 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 6

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

凭借高频更新(最新数据采集于 23 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

11 424
订阅者
+224 小时
-97 天
-2030 天
帖子存档
"Dubartoonni uffannaa keessan bareechaa, warra uffatanii akka qullaa deeman irraa hin ta'inaa."
"Dubartoonni uffannaa keessan bareechaa, warra uffatanii akka qullaa deeman irraa hin ta'inaa."

🇮🇷"Shi'aawwan muslimoota biroo irraa adda ta'anii Masjiida Al-Aqsaa bilisa baasuuf waan qabsaawaniif nan jaalladha" nama isa jedhuuuf.... Jalqaba irratti, mazhaabni Shi'aa "Masjiidni Al-Aqsaa Qur'aana keessatti caqafame lafa irra hin jiru; Masjiidni Al-Aqsaa Ergamaan Rabbii ﷺ Mi'raaja ittiin taasisan samii irra (samii 4ffaa irratti) kan argamu malee, masjiida biyya Falisxiin keessatti argamu miti" jedhanii amanu. Kana qofa miti; Masjiidni Al-Aqsaa lafa Falisxiin keessatti argamu caalmaa (sadarkaa addaa) qabaachuun hafee, "Masjiidni Kuufaa keessatti argamu fadliidhaan (sadarkaadhaan) Al-Aqsaa irra ni caala" jedhanii amanu.⁉️ Masjiida "Lafa irra hin jiru!!" jedhanii amananiif, herrega kamiin isa bilisa baasuuf qabsaawu? ⌛Kun siyaasa isaan muslima gowwaa irratti taphatan qofa. منقول

قَـالَ شَيْخُ الإِسْلاَمِ ابْنُ تَيْمِيَّة -رَحِـمَهُ الله-: ▣ Sheykul Islam Ibnu Taymiyah Rahimahullah akkas jedhan ◾️ ومن تدبر أحوال العالم وجد كل صلاح في الأرض فسببه توحيد الله وعبادته وطاعة رسوله -ﷺ- ، ◾️Haala addunyaa kanaa namni xiinxale dacheen kun toluun ishee waan gaariin jiraachuun sababni isaa Tawhiida , Rabbiin gabbaruufi ergamaa ﷺ isaaf ajajamuutu sababa akka ta'e ni hubata . وكل شر في العالم وفتنة وبلاء وقحط وتسليط عدوٍ وغير ذلك فسببه مخالفة الرسول -ﷺ- والدعوة إلى غير الله.  اﻫـ.» Addunyaa kessatti wanti yaraa ta'e, fitnaan , gogosni , beelli , diinni muslimoota irratti ol ta'uuniifi kkk hunduu sababni isaa ergamaa Rabbiin ﷺ faallessu fi Allahuun ala waa biraa waammachuu fi gabbaruu dha.” 📚 {مجموع الفتاوى٢٥/١٥} © 🛰 @ifaislaamaa

Ergamaan Allaah ﷺ akkana jedhaniiru: "Namni tokkollee jiraattota Madiinaa hamtuun (badiidhaan) hin yaadne, Allaahn ibidda kee
Ergamaan Allaah ﷺ akkana jedhaniiru: "Namni tokkollee jiraattota Madiinaa hamtuun (badiidhaan) hin yaadne, Allaahn ibidda keessatti isa baqsa malee, akkuma rasaasni baqu ykn akkuma soogidda bishaan keessatti baquutti." Sahiih Muslim 1363

Sa'ud Arabiyaa keessatti hiyyummaan iddoo hin qabu. Boba'aan yoo dhumate warqiin jira. Warqiin yoo dhumate yuraaniyaamiin jir
Sa'ud Arabiyaa keessatti hiyyummaan iddoo hin qabu. Boba'aan yoo dhumate warqiin jira. Warqiin yoo dhumate yuraaniyaamiin jira. Kunoo, Sa'udiin keenya Madiinatil Munawwaraa keessatti albuuda yuraaniyaamii toonii miiliyoona 110 argachuu ishee Miniistirri Boba'aa fi Annisaa Luul Abdulaziiz biin Salmaan beasisaniiru.

▪️▪️▪️ ▪️▪️ ▪️ 🗓️السبت ١/ ربيع الثاني/ ١٤٤٨هـ ▪️ ▪️▪️ ▪️▪️▪️

Ayyaanni Inquxaxash (Waggaan Haaraan Itoophiyaa) amantaa Kiristaana Oortoodooksii wajjin hidhata seenaa fi sirnaa cimaa qaba. Kanaafuu : ❌ Wajjin kabajuu ❌ “Baga Geessan” isaaniin jedhuun ❌ Gammachuu ibsuun ❌ Isaa fakkaachuun ❌ Waan isaan ayyaana sana irratti itti gargaaraman dhiyeessuun akka Islaamaatti haraamaafi dhorkaadha. قال ﷺ : «مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ» “Namtichi orma tokkotti fakkaate isaanuma irraayyii, isaaniin addaan hin jiru" jedhan” قَالَ شَيْخُ الإِسْلَامِ ابْنُ تَيْمِيَّةَ رَحِمَهُ اللهُ: «وَهٰذَا الْحَدِيثُ أَقَلُّ أَحْوَالِهِ أَنْ يَقْتَضِيَ تَحْرِيمَ التَّشَبُّهِ بِهِمْ، وَإِنْ كَانَ ظَاهِرُهُ يَقْتَضِي كُفْرَ الْمُتَشَبِّهِ بِهِمْ». “Hadisni ‘Namni ummata tokko fakkaate, inni isaan irraayi’ jedhu, yoo xiqqaate warra kaafiraa fakkaachuun haraama ta’uu agarsiisa. Haata’u malee, fakkaachuun tokko tokko bifa isaa fi waan itti yaadame irratti hundaa’uun kufrii ta’uu danda’a.” ✍ @ifaislaamaa

Repost from N/a
🎧Nasihaa haaraa روى الحاكم في المستدرك من حديث سهل بن سعد رضي الله عنه قال ﷺ أتاني جبريلُ عليه السَّلامُ فقال :”يا محمَّدُ ! عِشْ ما شئتَ فإنَّك ميِّتٌ ، وأحبِبْ من شئتَ فإنَّك مفارقُه ، واعمَلْ ما شئتَ فإنَّك مجزِيٌّ به ، ثمَّ قال : يا محمَّدُ ! شرفُ المؤمنِ قيامُه باللَّيلِ ، وعِزُّه استغناؤُه عن النَّاسِ“ 🎙 𝙐𝙨𝙩𝙖𝙖𝙯 𝘼𝙗𝙪 nu'maan Ahmad حفظه الله 🕌 𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣𝙖𝙖 { 𝙎𝙝𝙖𝙖𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙣𝙣𝙚} /حرسها الله https://t.me/shasheme/3962 https://t.me/+5HZzbPLf-bVhMzNk

🎧Nasihaa haaraa روى الحاكم في المستدرك من حديث سهل بن سعد رضي الله عنه قال ﷺ أتاني جبريلُ عليه السَّلامُ فقال :”يا محمَّدُ ! عِشْ ما شئتَ فإنَّك ميِّتٌ ، وأحبِبْ من شئتَ فإنَّك مفارقُه ، واعمَلْ ما شئتَ فإنَّك مجزِيٌّ به ، ثمَّ قال : يا محمَّدُ ! شرفُ المؤمنِ قيامُه باللَّيلِ ، وعِزُّه استغناؤُه عن النَّاسِ“ 🎙 𝙐𝙨𝙩𝙖𝙖𝙯 𝘼𝙗𝙪 nu'maan Ahmad حفظه الله 🕌 𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣𝙖𝙖 { 𝙎𝙝𝙖𝙖𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙣𝙣𝙚} /حرسها الله https://t.me/shasheme/3962

#محاضرات 🎧 تسجيلات دار الحديث السلفية بمسجد الهداية حي خَبَنَاوَى – مويالي – إثيوبيا 🎧 تقدم لكم هذه المادة: 🎙 وهي عبارة عن محاضرة قيمة 📌 لفضيلة الشيخ: أبي عبدالله محمد عبدالله درارو الغبري حفظه الله 🔖 بعنوان: 🔖 ذم الــمــســألـة ⌚️ مدة المحاضرة: (36:37) ⌚️ 📍سُجلت في مسجد بر الوالدين OLLA IIDII حي خَبَنَاوَى – مويالي – إثيوبيا 🗓 ليلة السبت الموافق 23 ربيع الأول 1448هـ 🔗 https://t.me/Sheikh_muhammed213

بسم الله الرحمن الرحيم الحمدلله والصلاة والسلام على رسول الله أما بعد سيكون بمشيئة الله تعالى في هذه الليلة كلمة للوالد حفظه الله ورعاه بعنوان *(حَثُّ اليمنيين، قبائلَ ومسؤولين، بالتكاتُفِ لصدِّ بغي الرافضة الحُوثِيين .)* بث مباشر على هذا الرابط في التليجرام في تمام الساعة 12:00 https://t.me/sh_yahia_duroos?livestream=f683d7ef3e8d2d43cf نسأل الله أن ينفع بها المسلمين .

🚫 Hamiin kuduraa gad-aantotaa fi meeshaa dadhabdootaa ti. قال الإمام ابن_الجوزي رحمه الله : ‏«كم أفسدت الْغيْبَة من أَعمال الصَّالِحين وَكم أحبطت من أجور العاملين، وَكم جلبت من سخط رب الْعَالمين ! فالغيبة فاكهة الأرذلين، وسلاح العاجزين، مضغة طالما لفظتها أفواه المتقين،ومجّتها أسماع الأكرمين » 📚 التذكرة / ص 124 Ibnul-Jawzii Rahimahullah akkas jedhan “Hamiin dalagaa gaarii meeqaaf meeqa balleessite, ama'insa meeqaaf meeqa daaraa goote, hagam dheekkamsa Gooftaa aalamaa fidde, hamiin kuduraa gad-aantotaa fi meeshaa dadhabdootaa ti.” 🛰 @ifaislaamaa

بسم الله الرحمن الرحيم 🎙️ كلمة عبر البث المباشر إلى إخواننا أهل السنة السلفيين في مسجد الهداية بمدينة مويالي – إثيوبيا بعنوان: #أسباب_العزة_والرفعة_والتمكين ▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️ 🎙️ للشيخ الفاضل بسّام الغراسي ـ حفظه الله ونفع به ـ ⏱️ المدة: 38:49 ▫️▫️▫️▫️▫️▫️▫️ 📅 يوم الأربعاء 2 محرّم 1448هـ 📲 للاستماع والمشاهدة: https://t.me/Bassamalimohammed

Khawaarija isa fuula Usmaan (Rabbi Irraa Haa Jaallatu) kabale. الخارجي الذي صفع عثمان رضي الله عنه على خده، عن محمد بن سيرين قال: كنت أطوف بالكعبة، وإذا رجل يقول: اللهم اغفر لي، وما أظن أن تغفر لي Muhamad Ibnu Siiriin irraa odeeffame “Gaaf tokko osoon Xawwafa godhuu nama 'Yaa Rabbii naa araarami garuu waan natti araaramtu hin se'u' jedhu dhagahe فقلت: يا عبد الله ما سمعت أحدا يقول ما تقول 'Yaa garbicha Rabbii akkas hin jedhamu, nama akkas jedhee kadhatu hin dhageenye kana dura' jedheen. قال: كنت أعطيت لله عهدا إن قدرت أن ألطم وجه عثمان إلا لطمته فلما قتل وضع على سريره في البيت والناس يجيئون يصلون عليه  فدخلت كأني أصلي عليه  فوجدت خلوة  فرفعت الثوب عن وجهه  ولحيته ولطمته وقد يبست يميني Namtichis Akkas jedheen "Yoon danda'eef fuula Usmaan kabaluuf Rabbiif Waadaa seeneen ture, Yeroo Usmaan ajjeefame siree reeffaa irra kaahame. Namoonni itti dhufuun salaata, du'aas godhuu eegalani, anis nama irratti salaatu fakkaadheen kophaa isaa argadheen uffata fuula isaaf hareeda isaa irraa molquun kaballaa itti naqe kanumaan harki koo gogdee hafte. قال ابن سيرين: فرأيتها يابسة كأنها عود. Muhammad Ibnu Siiriin akkas jedha “Harka isaa ilaallaan gogaadha akka mukaa” 📚 تاريخ دمشق لابن.عساكر 39/ 447 SubhaanAllah, Dacheen waa meeeqa baatte. Gara jabeenya Akkamiiti. Akkumatti Khulafaa sadaffaa, Zu-nuurayn, Isa duniyaa irra osoo jiruu Janataan gammachiifame, isa dursee Islaamummaa qabate Sahaabaa Ergamaa Rabbii ta’een akkas itti dalaga.!? 🟣 Namni tokko yoo walaalummaafi fedhii lubbuu jala deemuun yoo dhukubsate waan dalaguuf dhimma hin qabu. https://t.me/ifaislaamaa

Bakakkaa. (وَيُسَبِّحُ ٱلرَّعۡدُ بِحَمۡدِهِۦ وَٱلۡمَلَٰٓئِكَةُ مِنۡ خِيفَتِهِۦ وَيُرۡسِلُ ٱلصَّوَٰعِقَ فَيُصِيبُ بِهَا مَن يَ
Bakakkaa. (وَيُسَبِّحُ ٱلرَّعۡدُ بِحَمۡدِهِۦ وَٱلۡمَلَٰٓئِكَةُ مِنۡ خِيفَتِهِۦ وَيُرۡسِلُ ٱلصَّوَٰعِقَ فَيُصِيبُ بِهَا مَن يَشَآءُ وَهُمۡ يُجَٰدِلُونَ فِي ٱللَّهِ وَهُوَ شَدِيدُ ٱلۡمِحَالِ) Mandiisuun (kakawweennis) faaruu Isaatiin (Isa) qulqulleessa. Maleeykonnis sodaa Isaa irraa (Isa qulqulleessu). Bakakkaalee nierga, isheedhaan nama fedhe dhawa. isaan (kaafiroonni) Rabbiin keessatti wal falman,Inni humni isaa cimaadha

Warri ayyaana mawlida Nabi Muhammad ﷺ Kabajan Shubahaalee fidan keessaa inni tokko mawlidni Bida'aa Hasanaa ykn Bida'aa Gaariidha jedhu.... INSTANT VIEW irraa dubbifadhaa!! https://telegra.ph/Shubuhaa-Mawlidaa-09-29