uk
Feedback
𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

Відкрити в Telegram

𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

Канал 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 (@ifaislaamaa) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 11 313 підписників, посідаючи 8 167 місце в категорії Релігія і духовність та 2 956 місце у регіоні Ефіопія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 11 313 підписників.

За останніми даними від 06 червня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -137, а за останні 24 години на -2, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 4.00%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 1.19% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 452 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 135 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 3.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 08 червня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Релігія і духовність.

11 313
Підписники
-224 години
-417 днів
-13730 день
Архів дописів
🌕 Jechoota Mimmiidhagoo 🌕 ✔️ Namni hundi beekumsa barbaada, ✔️ Beekumsi immoo hojii barbaada, ✔️ Hojiinis ogummaa (sammuu)
🌕 Jechoota Mimmiidhagoo 🌕 ✔️ Namni hundi beekumsa barbaada, ✔️ Beekumsi immoo hojii barbaada, ✔️ Hojiinis ogummaa (sammuu) barbaada, ✔️ Ogummaan immoo tawfiiqa (gargaarsa) Allaahu barbaada, ✔️ Beekumsi hojiin hin deeggaramne hundi faayidaa hin qabu, ✔️ Beekumsiifi hojiin Niyyaa (kaayyoo gaarii) hin qabne hundi gatii hin qabu, ✔️ Beekumsi, hojiiniifi niyyaan Sunnaah hin hordofne fudhatama hin qabu, ✔️ Beekumsi, hojiin, niyyaaniifi sunnaan Wara'a (fokkisaafi haraam irraa of qusachuu) hin qabne hundi kisaaraa dha. ✅ @ifaislaamaa

🔈 Maalummaa Nama Tokko Wantoota 3n Beeknaإنّ الناس يُعرفون في ثلاث“ 🎙Abu Asiyah Abdallah 🕌 Masgiida Bukhaarii Annee Diimaa, Buraayyuu 🗓 ١٥/ رجب /١٤٤٧ هـ https://t.me/ifaislaamaa/2007

🔈 Maalummaa Nama Tokko Wantoota 3n Beeknaإنّ الناس يُعرفون في ثلاث“ 🎙Abu Asiyah Abdallah 🕌 Masgiida Bukhaarii Annee Diimaa, Buraayyuu 🗓 ١٥/ رجب /١٤٤٧ هـ https://t.me/ifaislaamaa/2007

📻مقطع صوتي 💥Lubbuu teessanii fi lubbuu warra keessaniillee ibiddarraa bitaa أبو سالم الأورومي

🎧 𝙃𝙞𝙠𝙠𝙖𝙖 𝙆𝙝𝙪𝙭𝙗𝙖𝙖 𝙅𝙪𝙢𝙪'𝙖𝙖  𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣aa    الترغيب في ذكر الله تعالى 🎙 𝙐𝙨𝙩𝙖𝙖𝙯 𝘼𝙗𝙪 𝘼𝙣𝙖𝙨 𝘼𝙗𝙙𝙪𝙧𝙧𝙖𝙝𝙞𝙢 حفظه الله 🕌 𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣𝙖𝙖 { 𝙎𝙝𝙖𝙖𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙣𝙣𝙚} /حرسها الله http://T.me/abuanesabdrehim https://t.me/shasheme

🎊 Bakka jirtanitti Gammadaa!! «يوم عرفة ويوم النحر وأيام التشريق عيدنا أهل الإسلام وهى أيام أكل وشرب» “Guyyaan Arafaa, guyya
🎊 Bakka jirtanitti Gammadaa!!  «يوم عرفة ويوم النحر وأيام التشريق عيدنا أهل الإسلام وهى أيام أكل وشرب» “Guyyaan Arafaa, guyyaan qalmaa akkasumas guyyoonni Ayyaamu-ttashriiq Iida warra muslimaati guyyaa nyaataaf dhugaatii akkasumas Rabbiin itti faarsanii fi galateeffatanidha.” 🫴 Nyaadhaa, Dhugaa Taphadhaas!! ❌ Yaadaan guutamuun ❌ Dhiphaachuun ❌ Gadduun bakka hin qabu har'a. "لِتَعْلَمَ يَهُودُ أَنَّ فِي دِينِنَا فُسْحَةً، إِنِّي أُرْسِلْتُ بِحَنِيفِيَّةٍ سَمْحَةٍ "رواه أحمد “Jarri Yahuudaa Diiniin keenya Gara laafaa fi Rahmata of keessa qabu ta'uu isaa haa beektu. Amantaa Haqaan ergamuu koos haa beektu.” قال الحافظ ابن حجر ـ رحمه الله إظهار السرور في العيد من شِعَار الدين 📖 فتح الباري ج2 ص443 “Guyyaa ayyaanaa gammachuu mul'isuun mallattoo Islaamummaa ti.” https://t.me/ifaislaamaa

🎊 Bakka jirtanitti Gammadaa!! «يوم عرفة ويوم النحر وأيام التشريق عيدنا أهل الإسلام وهى أيام أكل وشرب» “Guyyaan Arafaa, guyya
🎊 Bakka jirtanitti Gammadaa!!  «يوم عرفة ويوم النحر وأيام التشريق عيدنا أهل الإسلام وهى أيام أكل وشرب» “Guyyaan Arafaa, guyyaan qalmaa akkasumas guyyoonni Ayyaamu-ttashriiq Iida warra muslimaati guyyaa nyaataaf dhugaatii akkasumas Rabbiin itti faarsanii fi galateeffatanidha.” 🫴 Nyaadhaa, Dhugaa Taphadhaas!! ❌ Yaadaan guutamuun ❌ Dhiphaachuun ❌ Gadduun bakka hin qabu har'a. "لِتَعْلَمَ يَهُودُ أَنَّ فِي دِينِنَا فُسْحَةً، إِنِّي أُرْسِلْتُ بِحَنِيفِيَّةٍ سَمْحَةٍ "رواه أحمد “Jarri Yahuudaa Diiniin keenya Gara laafaa fi Rahmata of keessa qabu ta'uu isaa haa beektu. Amantaa Haqaan egamuu koos haa beektu.” قال الحافظ ابن حجر ـ رحمه الله إظهار السرور في العيد من شِعَار الدين 📖 فتح الباري ج2 ص443 “Guyyaa ayyaanaa gammachuu mul'isuun mallattoo Islaamummaa ti.” https://t.me/ifaislaamaa

🔊 خُطبة عيد الأضحى لعام ١٤٤٧هـ ...
من لطف الله بعبادة
    ننصح بسماعها ... 🎧
🎙 لفضيلة الشيخ/    ⦇ أبي عمَّار ياسر العدني ⦆      حفظه الله تعالى ورعاه
⌚ المُدّة : ⦅ 13:10 ⦆. 🎧 سُجِّلت بتاريخ : ١٠ / ذوالحـجـة١٢ / ١٤٤٧ ه‍
🎙 أُلقيت في مصلَّى العيد : المنصة _ مدينة المكلا _ محافظة حضرموت.
🩸 🎤 تسجيلات مسجد الخير بفوه حضرموت ـ المكلا 🔊 .......................... ☞
https://telegram.me/aboammaar

Kuxbaa Iidaa #خطبة الأضحى 🎙️للشيخ :أبي عبد الرحمن جبير بن حجي الأورومي - حفظه الله 🕌 ألقيت في مسجد القديم دار الحديث السلفية بطريتا حرسها الله 🗓️ يوم الثلاثاء ٨/ ذي الحجة /١٤٤٧ / هجرية

خطبة_الأضحى_10يوم_الأربعاء_ذي_الحجة_1447_091942152.mp311.69 MB

خطبة_الأضحى_10يوم_الأربعاء_ذي_الحجة_1447_091942152.mp311.69 MB

2026-05-25_18'08'09'.mp31.99 MB

Kabaja fi Guddina Guyyaa Arafaa 🕰 Zulhijjaa 8/1447H https://t.me/ifaislaamaa/2100

Kabaja fi Guddina Guyyaa Arafaa

Allahu Akbar! اللَّهُ أَكْبَرُ Allah Irra Guddaadha!! Jechi «اللَّهُ أَكْبَرُ» jedhu jecha hiikkaan isaa guddaafi barakaa qabuudha. Allah wanta hundarraa guddaadha. Wanti isa irraa guddatu hin jiru. Mootummaan hunduu harka isaa jira. 📮 قال الإمام بن العثيمين رحمه الله :- 👈 " إن قولك : اللَّهُ أكبرُ لا شكَّ أنك لو ‌استحضرت معنى هذا تماماً لغابت عنك الدُّنيا كلُّها لأن الله أكبرُ مِن كلِّ شيء وأنت الآن واقفٌ بين يدي مَنْ هو أكبر مِن كلِّ شيء .. 📚 " الشرح الممتع (٣ / ٢٨) “'Allahu Akbar' jechuun kee osoo hikkaa isaa sirriitti hubatte shakkii tokko malee adunyaan hundishee sirraa ni fagaatti 'Allah' waan hundarra Guddaa waan ta'eef, ati amma kan dhaabbachaa jirtu waan hundarra guddaa ta'e fuuldura dha....” 📮 قال شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله:- 👈"فكُلَّما قـال العبد ﷲ أكبـــر : تحقَّق قلبه بأنْ يكونَ ﷲ في قلبِه أكبر من كلِّ شيءٍ فلا يَبقىٰ لمَخلوق علىٰ القلبِ ربَّانية تُساوي ربَّانية الـرَّب فضلاً عن أن يَكون مثـلها .. 📚 "جامع المسائل (٢٨١/٣) “Garbi tokko 'Allahu Akbar' yeroo jedhutti qoma isaa keessatti 'Allah' wanta hunda irraa guddaa ta'uu ni mirkanaahaaf , qoma isaa keessatti tokko hin hafu gooftaan uumamaa Rabbitti wal gitu kan Gooftaa Aalamaa fakkaatu dhiisii...” 🔖 Allahu Akbar jecha mujaahidoonni warreen karaa Rabbiif qabsoo godhan itti fayyadamuun Aduwwii irra itti ta'ani dha. 🔖 Allahu Akbar jecha yeroo shayxxaani dhagahu rifatee, xiqqaatee baqatu dha. 🔖 Allahu Akbar zikrii (faaruu) , Du'aa fi Ibaadaa guddaadha. قال تعالى: ﴿وَرَبَّكَ فَكَبِّرْ﴾ [المدثر: 3] “Gooftaa keetis guddisi” وقال تعالى: ﴿وَكَبِّرْهُ تَكْبِيرًا﴾ [الإسراء: 111] “Guddisuu isa guddisi” 🔖 Allahu Akbar jecha waan hundaaf qorichaa fi furtuu ta'e dha. 📮 عن أبي هريرة رضي الله عنه قال قال رسول الله ﷺ ”... ولا كَبَّرَ مُكَبِّرٌ قطُّ إلَّا بُشِّرَ ، قيل : بالجنةِ ؟ قال : نَعَمْ“ ((المعجم الأوسط)) (7779) السلسلة الصحيحة (1621) “Namni Takbiiraa (Allah Akbar) jedhu hin jiru yoo gammachiifame malee 'Jannataanii?' jedhamee gaafatamnaan Eeyyee jedhan ﷺ. 📮 قال عُمر بن الخطاب رضي الله عنه: "قولُ العبد: الله أكبر خيرٌ من الدنيا وما فيها" 📚 [تفسير القرطبي (الجامع لأحكام القرآن]. Umar Ibnul Khaxxab akkas jedhan:- “Garbi tokko 'Allahu Akbar' jechuun isaa adunyaan kanaaf waan ishee keesaa jiru hunda caala” 📮 قال الإمام ابن القيم رحمه الله :- 👈 " قبيحٌ بالعبدِ أنْ يقولَ بِلسانِهِ : اللهُ أكبر وَقَدِ امتلأ قلبه بغيرِ الله .. 📚 "بدائع الفوائد ( 2/196) “Garba tokkorratti baay'ee fokkisaa dha arabaan 'Allahu Akbar' jechaa qalbiin isaa wanta Allah ala jiruun guutamuun isaa..” ♻️ Allahu Akbar jecha bakkeewwan ciccimoo ta'anitti , bakka hundatti yeroo hunda jedhamudha. وقال ابن حجرٍ - رحمه الله - عن التكبير: "ذكرٌ مأثورٌ عند كل أمرٍ مهُول، وعند كل حادِثِ سُرورٍ، شُكرًا لله تعالى، وتبرئةً له من كل ما نَسَبَ إليه أعداؤُه" 📚[فتح الباري (2/ 438).] ♻️ Azaana keessatti, Iqaamaa keessatti, Salaata keessatti, Yeroo jiini baatu, Guyyoota kurnan Zul-Hijjaa, Dalagaa Hajii keessatti, Yeroo Iidaa(Ayyaanaa), Yeroo geejiba yaabatan, Yeroo bakka gubbaatii gadi bu'an , Yeroo qalma qalan, Yeroo oduu gammachuu dhagahan, Yeroo gubinsa argan, Yeroo salaata Janaazaa fi bakkee bay'eetti ni jedhama ⚠️ Bakkeewwan armaan olitti caqasaman hunduu ragaalee hadiisaa ni qabu. Bakka kanatti hadiisa jiru hunda kaahuuf barreeffamatu dheerataaf dhiifne. https://t.me/joinchat/TNoRmBLV_hFHVkEp

🎧 𝙃𝙞𝙠𝙠𝙖𝙖 𝙆𝙝𝙪𝙭𝙗𝙖𝙖 𝙅𝙪𝙢𝙪'𝙖𝙖  𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣aa    استغلال عشر ذي الحجة وذكر شيء من أحكام الأضحية 🎙 𝙐𝙨𝙩𝙖𝙖𝙯 𝘼𝙗𝙪 𝘼𝙣𝙖𝙨 𝘼𝙗𝙙𝙪𝙧𝙧𝙖𝙝𝙞𝙢 حفظه الله 🕌 𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣𝙖𝙖 { 𝙎𝙝𝙖𝙖𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙣𝙣𝙚} /حرسها الله http://T.me/abuanesabdrehim https://t.me/shasheme

Guyyoota Warqee Akkamiin Dabarsina?? ……Dubbisii Share Godhi…… Akkuma beekamu hardha guyyoota duniyarratti hundarra caalan jedhaman keessaa tokko jennee jalqabneerra. 🥛Soomuuf, 🧺Sadaqaa kennuuf, 📖Qur'aana xumuruuf, 🤲Gara Allaah deebi'uuf (Towbaa), 🕋Salaata Sunnaa baay'isuuf, 🔊Takbiiraa gochuuf fi Waliigala ibaadaa irratti jabaachuuf sagantaa kan qabattan hardha irraa jalqabaa mudhii keessan jabeeffadhaa. Hardha Zuul-Hijjaa tokko yoo ta'e, Kibxata dhufu Zuul-Hijjaa 9 ykn Guyyaa Arafaa ta'a. 🔹 Guyyaan Arafaa sirriin biyya keenyatti beekamu guyyaa qalmaa (Iidaa) osoo hin taane, guyyaa qalmaa dura kan jiru guyyaa 9ffaa Zuul-Hijjaati. «Guyyaa Arafaa» jedhamee kan moggaafames namoonni Hajji godhan bakka "Arafaa" jedhamutti waan dhaabbataniifi. 🔹 Guyyaan kun: Waliigala guyyoota waggaa keessa jiran keessaa guyyaa "Qalmaa" (Iidaa) tti aansuun sadarkaa 2ffaarratti guyyaa hundarra caaludha. 🔹Caalmaan guyyaan kun qabu keessaa: 👇 👉Namni guyyaa kana soome yakka isaa kan waggaa lamaa akka haqamuuf godha‼️ Akkasumas… 👇 👉Yeroo kamiyyuu caalaa guyyaa kana du'aa'iin godhamu hundarra caalaa fi qeebaltii argachuuf dhihoo kan taheedha‼️ Roobiin immoo guyyaa 10ffaa Zuul-Hijjaa ta'ee Guyyaa Iid al-Adhaa ykn Guyyaa Qaliinsaa ta'a. 🔹 Guyyaan kun waggaa keessaa guyyaa hundarra caalu jedhamee kan waamamedha. 🔹 Ibaadaawwan gurguddoo guyyaa kana raawwataman keessaa: 🕋 Salaata Iidaa fi 🔪 Qalma Uduhiyyaa Ibaadaawwan kunneen lameen «Salaataa fi Qaliinsi» mallattoolee gurguddoo Islaamummaan ittiin mul'atu waan ta'aniif, hundi keenya bakka jirrutti gammachuu fi kaka'umsa guddaan dabarsuu qabna. 🔪Udhiyyaa qaluun erga salaatni Iidaa jalqabee haga guyyoota sadii itti aananii dhufan keessatti qaluun ni danda'ama. Roobiin Iida yoo ta'e……… Kamisa, Jimaataa dabalatee hanga Sanbata Xiqqaan aduun seentutti Udhiyyaa qaluun ni danda'ama‼️ 🔹 Iida booda guyyootan jiran sadan kunniin: Kamisa, Jimaataaf Sanbata Xiqqaan «Ayyaamal Tashriiqqi» jedhamanii kan beekaman yoo ta'u, guyyoota kanneen keessa soomuun dhowwadha. Ergamaan Rabbii ﷺ akka ibsanitti guyyootan kun: 👉Kan itti nyaatamu, 👉Kan itti dhugamu fi 👉Kan Allaah itti yaadatamu (Zikrii itti baay'ifamu) dha. @ifaislaamaa

🌕Guyyotaa kurnaan zulhijaa 🎧Ustaaz abu nu'maan ahmad حفظه الله 🕌 𝙈𝙖𝙨𝙟𝙞𝙙𝙖 𝙎𝙪𝙣𝙣𝙖𝙖 { 𝙎𝙝𝙖𝙖𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙣𝙣𝙚} /حرسها الله https://t.me/shasheme

💥 ‍Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caaltu dhufuuf guyyoota muraasatu hafa!! Guyyootni 10nan ji'a Zul-hijjaa seenuuf balbala gahaniiru guyyooni kun ulfina waan qabaniif Rabbi subhaanahu itti kakateera. قال الله تبارك وتعالى:- ”وَٱلْفَجْرِ وَلَيَالٍ عَشْرٍ“ "Barii/Fajriin kakadha. Halkan kurna ni kakadha!" قال ابن كثير في تفسير :- قال عبد الله ابن عباس وابن الزبير ، ومجاهد ، وغير واحد من السلف والخلف ”وَلَيَالٍ عَشْرٍ“ المراد بها عشر ذي الحجة Abdullah Ibnu Abbaas, Ibnu Zubayr, Mujaahid fi Salafaa fi khalafa keessaa baay'een isaanii “Halkan kurna” isa jedhu guyyoota kurnan Zul-Hijjaa jechuun tafsiira ibnu kasiir keessatti ibsameera. Ergamaan Rabbii ﷺ Hadiisa keessattis akkas jedhaniiru. "أَفْضَلُ أَيَّامِ الْدُّنْيَا أَيَّامُ الْعَشْرِ، يَعْنِي عَشْرُ ذِي الحْجَّةِ" «Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caalan guyyoota kurnan Zul-Hijjaa dha» 🔖 Hadiisa biraatiin dalagaa guyyoota kana keessatti dalagaman guyyoota biroo irraa caalmaa akka qaban yammuu ibsan akkas jedhan. عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ عَنِ النَّبِيِّ ﷺ وأَنَّهُ قَالَ "مَا الْعَمَلُ فِي أَيَّامِ الْعَشْرِ أَفْضَلَ مِنَ الْعَمَلِ فِي هَذِهِ ". قَالُوا : وَلَا الْجِهَادُ ؟ قَالَ : " وَلَا الْجِهَادُ، إِلَّا رَجُلٌ خَرَجَ يُخَاطِرُ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فَلَمْ يَرْجِعْ بِشَيْءٍ " خرجه البخاري “Ibaadaa guyyaa biroo gootan irra, tan guyyoota kurnan ZulHijjaa (gama duraatti argaman) kana keessa gootantu caala. Rabbi birattillee irra jaalatama" jennaan, Sahaabaan dubbii tana ajaa'ibanii "karaa Rabbii irratti qabsaawuu irrallee, Ibaadaa kurnan kana goonuutu caalaa?" Jedhanii ergamaa Rabbii gaafatan. "Ee! Ibaadaa kurnan kana gootantu caala. Yoo nama Jihaadaaf jecha lubbuufi qabeenya isaa baasee wareegamee hundaan achumatti hafee malee” jechuun deebisan. 📨 Yaa uummata Muslimaa guyyoota kana akkaan itti fayyadamuu qabna guyyootni kun akkanumatti taphaan, baacaan dabarsuu hin qabnu. 📮 Nutis Guyyoota saniin Rabbi nu gahee nama itti fayyadamu nu haa taasisu. Kanaafu gamanumaan qophii itti haa goonu!!
Allah/Rabbiin baay'inaan faarsuu , Takbiir, Tahliila, Tahmiida, Du'aa baayyisuu, Sadaqaa baayyisuu, soomana soomuu, Qur'aana qara'uu, Salaata jama'aan salaatuu, Sunnaa dalaguu baayyisuu walumaagalatti waan Rabbi jaalatu khayrii hunda dalaguu
. 🤲 وبالله التوفيق ✍ Abu Asiyah Abdallah السبت ٢٦ ذو القعدة ١٤٤٦ هجرية 🛰 @ifaislaamaa