en
Feedback
๐ˆ๐Ÿ๐š ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š

๐ˆ๐Ÿ๐š ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š

Open in Telegram

๐™ณ๐šŠ'๐š ๐šŠ๐šŠ ๐š๐š’ ๐™ฑ๐šŠ๐š›๐š—๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐™ธ๐šœ๐š•๐šŠ๐šŠ๐š–๐šŠ๐šŠ ๐™ฐ๐š๐šŠ๐šŠ๐š— ๐™พ๐š›๐š˜๐š–๐š˜๐š˜๐š๐š’๐š’๐š—

Show more

๐Ÿ“ˆ Analytical overview of Telegram channel ๐ˆ๐Ÿ๐š ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š

Channel ๐ˆ๐Ÿ๐š ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š (@ifaislaamaa) is an active participant. Currently, the community unites 11 313 subscribers, ranking 8 167 in the Religion & Spirituality category and 2 956 in the Ethiopia region.

๐Ÿ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on ะฝะตะฒั–ะดะพะผะพ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 11 313 subscribers.

According to the latest data from 06 June, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -137 over the last 30 days and by -2 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 4.00%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.19% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 452 views. Within the first day, a publication typically gains 135 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 3.

๐Ÿ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
โ€œ๐™ณ๐šŠ'๐š ๐šŠ๐šŠ ๐š๐š’ ๐™ฑ๐šŠ๐š›๐š—๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐™ธ๐šœ๐š•๐šŠ๐šŠ๐š–๐šŠ๐šŠ ๐™ฐ๐š๐šŠ๐šŠ๐š— ๐™พ๐š›๐š˜๐š–๐š˜๐š˜๐š๐š’๐š’๐š—โ€

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 June, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

11 313
Subscribers
-224 hours
-417 days
-13730 days
Posts Archive
๐ŸŒ• Jechoota Mimmiidhagoo ๐ŸŒ• โœ”๏ธ Namni hundi beekumsa barbaada, โœ”๏ธ Beekumsi immoo hojii barbaada, โœ”๏ธ Hojiinis ogummaa (sammuu)
๐ŸŒ• Jechoota Mimmiidhagoo ๐ŸŒ• โœ”๏ธ Namni hundi beekumsa barbaada, โœ”๏ธ Beekumsi immoo hojii barbaada, โœ”๏ธ Hojiinis ogummaa (sammuu) barbaada, โœ”๏ธ Ogummaan immoo tawfiiqa (gargaarsa) Allaahu barbaada, โœ”๏ธ Beekumsi hojiin hin deeggaramne hundi faayidaa hin qabu, โœ”๏ธ Beekumsiifi hojiin Niyyaa (kaayyoo gaarii) hin qabne hundi gatii hin qabu, โœ”๏ธ Beekumsi, hojiiniifi niyyaan Sunnaah hin hordofne fudhatama hin qabu, โœ”๏ธ Beekumsi, hojiin, niyyaaniifi sunnaan Wara'a (fokkisaafi haraam irraa of qusachuu) hin qabne hundi kisaaraa dha. โœ… @ifaislaamaa

๐Ÿ”ˆ Maalummaa Nama Tokko Wantoota 3n Beekna โ€ุฅู†ู‘ ุงู„ู†ุงุณ ูŠูุนุฑููˆู† ููŠ ุซู„ุงุซโ€œ ๐ŸŽ™Abu Asiyah Abdallah ๐Ÿ•Œ Masgiida Bukhaarii Annee Diimaa, Buraayyuu ๐Ÿ—“ ูกูฅ/ ุฑุฌุจ /ูกูคูคูง ู‡ู€ https://t.me/ifaislaamaa/2007

๐Ÿ”ˆ Maalummaa Nama Tokko Wantoota 3n Beekna โ€ุฅู†ู‘ ุงู„ู†ุงุณ ูŠูุนุฑููˆู† ููŠ ุซู„ุงุซโ€œ ๐ŸŽ™Abu Asiyah Abdallah ๐Ÿ•Œ Masgiida Bukhaarii Annee Diimaa, Buraayyuu ๐Ÿ—“ ูกูฅ/ ุฑุฌุจ /ูกูคูคูง ู‡ู€ https://t.me/ifaislaamaa/2007

๐ŸŽง ๐™ƒ๐™ž๐™ ๐™ ๐™–๐™– ๐™†๐™๐™ช๐™ญ๐™—๐™–๐™– ๐™…๐™ช๐™ข๐™ช'๐™–๐™–  ๐™ˆ๐™–๐™จ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™– ๐™Ž๐™ช๐™ฃ๐™ฃaa    ุงู„ุชุฑุบูŠุจ ููŠ ุฐูƒุฑ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ๐ŸŽ™ ๐™๐™จ๐™ฉ๐™–๐™–๐™ฏ ๐˜ผ๐™—๐™ช ๐˜ผ๐™ฃ๐™–๐™จ ๐˜ผ๐™—๐™™๐™ช๐™ง๐™ง๐™–๐™๐™ž๐™ข ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ•Œ ๐™ˆ๐™–๐™จ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™– ๐™Ž๐™ช๐™ฃ๐™ฃ๐™–๐™– { ๐™Ž๐™๐™–๐™–๐™จ๐™๐™–๐™ข๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™š} /ุญุฑุณู‡ุง ุงู„ู„ู‡ http://T.me/abuanesabdrehim https://t.me/shasheme

๐ŸŽŠ Bakka jirtanitti Gammadaa!! ยซูŠูˆู… ุนุฑูุฉ ูˆูŠูˆู… ุงู„ู†ุญุฑ ูˆุฃูŠุงู… ุงู„ุชุดุฑูŠู‚ ุนูŠุฏู†ุง ุฃู‡ู„ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ูˆู‡ู‰ ุฃูŠุงู… ุฃูƒู„ ูˆุดุฑุจยป โ€œGuyyaan Arafaa, guyya
๐ŸŽŠ Bakka jirtanitti Gammadaa!!  ยซูŠูˆู… ุนุฑูุฉ ูˆูŠูˆู… ุงู„ู†ุญุฑ ูˆุฃูŠุงู… ุงู„ุชุดุฑูŠู‚ ุนูŠุฏู†ุง ุฃู‡ู„ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ูˆู‡ู‰ ุฃูŠุงู… ุฃูƒู„ ูˆุดุฑุจยป โ€œGuyyaan Arafaa, guyyaan qalmaa akkasumas guyyoonni Ayyaamu-ttashriiq Iida warra muslimaati guyyaa nyaataaf dhugaatii akkasumas Rabbiin itti faarsanii fi galateeffatanidha.โ€ ๐Ÿซด Nyaadhaa, Dhugaa Taphadhaas!! โŒ Yaadaan guutamuun โŒ Dhiphaachuun โŒ Gadduun bakka hin qabu har'a. "ู„ูุชูŽุนู’ู„ูŽู…ูŽ ูŠูŽู‡ููˆุฏู ุฃูŽู†ู‘ูŽ ูููŠ ุฏููŠู†ูู†ูŽุง ููุณู’ุญูŽุฉู‹ุŒ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูุฑู’ุณูู„ู’ุชู ุจูุญูŽู†ููŠูููŠู‘ูŽุฉู ุณูŽู…ู’ุญูŽุฉู "ุฑูˆุงู‡ ุฃุญู…ุฏ โ€œJarri Yahuudaa Diiniin keenya Gara laafaa fi Rahmata of keessa qabu ta'uu isaa haa beektu. Amantaa Haqaan ergamuu koos haa beektu.โ€ ู‚ุงู„ ุงู„ุญุงูุธ ุงุจู† ุญุฌุฑ ู€ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ุณุฑูˆุฑ ููŠ ุงู„ุนูŠุฏ ู…ู† ุดูุนูŽุงุฑ ุงู„ุฏูŠู† ๐Ÿ“– ูุชุญ ุงู„ุจุงุฑูŠ ุฌ2 ุต443 โ€œGuyyaa ayyaanaa gammachuu mul'isuun mallattoo Islaamummaa ti.โ€ https://t.me/ifaislaamaa

๐ŸŽŠ Bakka jirtanitti Gammadaa!! ยซูŠูˆู… ุนุฑูุฉ ูˆูŠูˆู… ุงู„ู†ุญุฑ ูˆุฃูŠุงู… ุงู„ุชุดุฑูŠู‚ ุนูŠุฏู†ุง ุฃู‡ู„ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ูˆู‡ู‰ ุฃูŠุงู… ุฃูƒู„ ูˆุดุฑุจยป โ€œGuyyaan Arafaa, guyya
๐ŸŽŠ Bakka jirtanitti Gammadaa!!  ยซูŠูˆู… ุนุฑูุฉ ูˆูŠูˆู… ุงู„ู†ุญุฑ ูˆุฃูŠุงู… ุงู„ุชุดุฑูŠู‚ ุนูŠุฏู†ุง ุฃู‡ู„ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ูˆู‡ู‰ ุฃูŠุงู… ุฃูƒู„ ูˆุดุฑุจยป โ€œGuyyaan Arafaa, guyyaan qalmaa akkasumas guyyoonni Ayyaamu-ttashriiq Iida warra muslimaati guyyaa nyaataaf dhugaatii akkasumas Rabbiin itti faarsanii fi galateeffatanidha.โ€ ๐Ÿซด Nyaadhaa, Dhugaa Taphadhaas!! โŒ Yaadaan guutamuun โŒ Dhiphaachuun โŒ Gadduun bakka hin qabu har'a. "ู„ูุชูŽุนู’ู„ูŽู…ูŽ ูŠูŽู‡ููˆุฏู ุฃูŽู†ู‘ูŽ ูููŠ ุฏููŠู†ูู†ูŽุง ููุณู’ุญูŽุฉู‹ุŒ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูุฑู’ุณูู„ู’ุชู ุจูุญูŽู†ููŠูููŠู‘ูŽุฉู ุณูŽู…ู’ุญูŽุฉู "ุฑูˆุงู‡ ุฃุญู…ุฏ โ€œJarri Yahuudaa Diiniin keenya Gara laafaa fi Rahmata of keessa qabu ta'uu isaa haa beektu. Amantaa Haqaan egamuu koos haa beektu.โ€ ู‚ุงู„ ุงู„ุญุงูุธ ุงุจู† ุญุฌุฑ ู€ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ุณุฑูˆุฑ ููŠ ุงู„ุนูŠุฏ ู…ู† ุดูุนูŽุงุฑ ุงู„ุฏูŠู† ๐Ÿ“– ูุชุญ ุงู„ุจุงุฑูŠ ุฌ2 ุต443 โ€œGuyyaa ayyaanaa gammachuu mul'isuun mallattoo Islaamummaa ti.โ€ https://t.me/ifaislaamaa

๐Ÿ”Š ุฎูุทุจุฉ ุนูŠุฏ ุงู„ุฃุถุญู‰ ู„ุนุงู… ูกูคูคูงู‡ู€ ...
ู…ู† ู„ุทู ุงู„ู„ู‡ ุจุนุจุงุฏุฉ
    ู†ู†ุตุญ ุจุณู…ุงุนู‡ุง ... ๐ŸŽง
๐ŸŽ™ ู„ูุถูŠู„ุฉ ุงู„ุดูŠุฎ/    โฆ‡ ุฃุจูŠ ุนู…ู‘ูŽุงุฑ ูŠุงุณุฑ ุงู„ุนุฏู†ูŠ โฆ†      ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ูˆุฑุนุงู‡
โŒš ุงู„ู…ูุฏู‘ุฉ : โฆ… 13:10 โฆ†. ๐ŸŽง ุณูุฌู‘ูู„ุช ุจุชุงุฑูŠุฎ : ูกู  / ุฐูˆุงู„ุญู€ุฌู€ุฉูกูข / ูกูคูคูง ู‡โ€
๐ŸŽ™ ุฃูู„ู‚ูŠุช ููŠ ู…ุตู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ุนูŠุฏ : ุงู„ู…ู†ุตุฉ _ ู…ุฏูŠู†ุฉ ุงู„ู…ูƒู„ุง _ ู…ุญุงูุธุฉ ุญุถุฑู…ูˆุช.
๐Ÿฉธ ๐ŸŽค ุชุณุฌูŠู„ุงุช ู…ุณุฌุฏ ุงู„ุฎูŠุฑ ุจููˆู‡ ุญุถุฑู…ูˆุช ู€ ุงู„ู…ูƒู„ุง ๐Ÿ”Š .......................... โ˜ž
https://telegram.me/aboammaar

Kuxbaa Iidaa #ุฎุทุจุฉ ุงู„ุฃุถุญู‰ ๐ŸŽ™๏ธู„ู„ุดูŠุฎ :ุฃุจูŠ ุนุจุฏ ุงู„ุฑุญู…ู† ุฌุจูŠุฑ ุจู† ุญุฌูŠ ุงู„ุฃูˆุฑูˆู…ูŠ - ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ•Œ ุฃู„ู‚ูŠุช ููŠ ู…ุณุฌุฏ ุงู„ู‚ุฏูŠู… ุฏุงุฑ ุงู„ุญุฏูŠุซ ุงู„ุณู„ููŠุฉ ุจุทุฑูŠุชุง ุญุฑุณู‡ุง ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ—“๏ธ ูŠูˆู… ุงู„ุซู„ุงุซุงุก ูจ/ ุฐูŠ ุงู„ุญุฌุฉ /ูกูคูคูง / ู‡ุฌุฑูŠุฉ

ุฎุทุจุฉ_ุงู„ุฃุถุญู‰_10ูŠูˆู…_ุงู„ุฃุฑุจุนุงุก_ุฐูŠ_ุงู„ุญุฌุฉ_1447_091942152.mp311.69 MB

ุฎุทุจุฉ_ุงู„ุฃุถุญู‰_10ูŠูˆู…_ุงู„ุฃุฑุจุนุงุก_ุฐูŠ_ุงู„ุญุฌุฉ_1447_091942152.mp311.69 MB

Allahu Akbar! ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽูƒู’ุจูŽุฑู Allah Irra Guddaadha!! Jechi ยซุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽูƒู’ุจูŽุฑูยป jedhu jecha hiikkaan isaa guddaafi barakaa qabuudha. Allah wanta hundarraa guddaadha. Wanti isa irraa guddatu hin jiru. Mootummaan hunduu harka isaa jira. ๐Ÿ“ฎ ู‚ุงู„ ุงู„ุฅู…ุงู… ุจู† ุงู„ุนุซูŠู…ูŠู† ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ :- ๐Ÿ‘ˆ " ุฅู† ู‚ูˆู„ูƒ : ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุฃูƒุจุฑู ู„ุง ุดูƒูŽู‘ ุฃู†ูƒ ู„ูˆ โ€Œุงุณุชุญุถุฑุช ู…ุนู†ู‰ ู‡ุฐุง ุชู…ุงู…ุงู‹ ู„ุบุงุจุช ุนู†ูƒ ุงู„ุฏูู‘ู†ูŠุง ูƒู„ูู‘ู‡ุง ู„ุฃู† ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑู ู…ูู† ูƒู„ูู‘ ุดูŠุก ูˆุฃู†ุช ุงู„ุขู† ูˆุงู‚ููŒ ุจูŠู† ูŠุฏูŠ ู…ูŽู†ู’ ู‡ูˆ ุฃูƒุจุฑ ู…ูู† ูƒู„ูู‘ ุดูŠุก .. ๐Ÿ“š " ุงู„ุดุฑุญ ุงู„ู…ู…ุชุน (ูฃ / ูขูจ) โ€œ'Allahu Akbar' jechuun kee osoo hikkaa isaa sirriitti hubatte shakkii tokko malee adunyaan hundishee sirraa ni fagaatti 'Allah' waan hundarra Guddaa waan ta'eef, ati amma kan dhaabbachaa jirtu waan hundarra guddaa ta'e fuuldura dha....โ€ ๐Ÿ“ฎ ู‚ุงู„ ุดูŠุฎ ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุงุจู† ุชูŠู…ูŠุฉ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡:- ๐Ÿ‘ˆ"ููƒูู„ูŽู‘ู…ุง ู‚ู€ุงู„ ุงู„ุนุจุฏ ๏ทฒ ุฃูƒุจู€ู€ู€ุฑ : ุชุญู‚ูŽู‘ู‚ ู‚ู„ุจู‡ ุจุฃู†ู’ ูŠูƒูˆู†ูŽ ๏ทฒ ููŠ ู‚ู„ุจูู‡ ุฃูƒุจุฑ ู…ู† ูƒู„ูู‘ ุดูŠุกู ูู„ุง ูŠูŽุจู‚ู‰ูฐ ู„ู…ูŽุฎู„ูˆู‚ ุนู„ู‰ูฐ ุงู„ู‚ู„ุจู ุฑุจูŽู‘ุงู†ูŠุฉ ุชูุณุงูˆูŠ ุฑุจูŽู‘ุงู†ูŠุฉ ุงู„ู€ุฑูŽู‘ุจ ูุถู„ุงู‹ ุนู† ุฃู† ูŠูŽูƒูˆู† ู…ุซู€ู„ู‡ุง .. ๐Ÿ“š "ุฌุงู…ุน ุงู„ู…ุณุงุฆู„ (ูขูจูก/ูฃ) โ€œGarbi tokko 'Allahu Akbar' yeroo jedhutti qoma isaa keessatti 'Allah' wanta hunda irraa guddaa ta'uu ni mirkanaahaaf , qoma isaa keessatti tokko hin hafu gooftaan uumamaa Rabbitti wal gitu kan Gooftaa Aalamaa fakkaatu dhiisii...โ€ ๐Ÿ”– Allahu Akbar jecha mujaahidoonni warreen karaa Rabbiif qabsoo godhan itti fayyadamuun Aduwwii irra itti ta'ani dha. ๐Ÿ”– Allahu Akbar jecha yeroo shayxxaani dhagahu rifatee, xiqqaatee baqatu dha. ๐Ÿ”– Allahu Akbar zikrii (faaruu) , Du'aa fi Ibaadaa guddaadha. ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰: ๏ดฟูˆูŽุฑูŽุจู‘ูŽูƒูŽ ููŽูƒูŽุจู‘ูุฑู’๏ดพ [ุงู„ู…ุฏุซุฑ: 3] โ€œGooftaa keetis guddisiโ€ ูˆู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰: ๏ดฟูˆูŽูƒูŽุจู‘ูุฑู’ู‡ู ุชูŽูƒู’ุจููŠุฑู‹ุง๏ดพ [ุงู„ุฅุณุฑุงุก: 111] โ€œGuddisuu isa guddisiโ€ ๐Ÿ”– Allahu Akbar jecha waan hundaaf qorichaa fi furtuu ta'e dha. ๐Ÿ“ฎ ุนู† ุฃุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„ ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ โ€... ูˆู„ุง ูƒูŽุจู‘ูŽุฑูŽ ู…ููƒูŽุจู‘ูุฑูŒ ู‚ุทู‘ู ุฅู„ู‘ูŽุง ุจูุดู‘ูุฑูŽ ุŒ ู‚ูŠู„ : ุจุงู„ุฌู†ุฉู ุŸ ู‚ุงู„ : ู†ูŽุนูŽู…ู’โ€œ ((ุงู„ู…ุนุฌู… ุงู„ุฃูˆุณุท)) (7779) ุงู„ุณู„ุณู„ุฉ ุงู„ุตุญูŠุญุฉ (1621) โ€œNamni Takbiiraa (Allah Akbar) jedhu hin jiru yoo gammachiifame malee 'Jannataanii?' jedhamee gaafatamnaan Eeyyee jedhan ๏ทบ. ๐Ÿ“ฎ ู‚ุงู„ ุนูู…ุฑ ุจู† ุงู„ุฎุทุงุจ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡: "ู‚ูˆู„ู ุงู„ุนุจุฏ: ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑ ุฎูŠุฑูŒ ู…ู† ุงู„ุฏู†ูŠุง ูˆู…ุง ููŠู‡ุง" ๐Ÿ“š [ุชูุณูŠุฑ ุงู„ู‚ุฑุทุจูŠ (ุงู„ุฌุงู…ุน ู„ุฃุญูƒุงู… ุงู„ู‚ุฑุขู†]. Umar Ibnul Khaxxab akkas jedhan:- โ€œGarbi tokko 'Allahu Akbar' jechuun isaa adunyaan kanaaf waan ishee keesaa jiru hunda caalaโ€ ๐Ÿ“ฎ ู‚ุงู„ ุงู„ุฅู…ุงู… ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ :- ๐Ÿ‘ˆ " ู‚ุจูŠุญูŒ ุจุงู„ุนุจุฏู ุฃู†ู’ ูŠู‚ูˆู„ูŽ ุจูู„ุณุงู†ูู‡ู : ุงู„ู„ู‡ู ุฃูƒุจุฑ ูˆูŽู‚ูŽุฏู ุงู…ุชู„ุฃ ู‚ู„ุจู‡ ุจุบูŠุฑู ุงู„ู„ู‡ .. ๐Ÿ“š "ุจุฏุงุฆุน ุงู„ููˆุงุฆุฏ ( 2/196) โ€œGarba tokkorratti baay'ee fokkisaa dha arabaan 'Allahu Akbar' jechaa qalbiin isaa wanta Allah ala jiruun guutamuun isaa..โ€ โ™ป๏ธ Allahu Akbar jecha bakkeewwan ciccimoo ta'anitti , bakka hundatti yeroo hunda jedhamudha. ูˆู‚ุงู„ ุงุจู† ุญุฌุฑู - ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ - ุนู† ุงู„ุชูƒุจูŠุฑ: "ุฐูƒุฑูŒ ู…ุฃุซูˆุฑูŒ ุนู†ุฏ ูƒู„ ุฃู…ุฑู ู…ู‡ููˆู„ุŒ ูˆุนู†ุฏ ูƒู„ ุญุงุฏูุซู ุณูุฑูˆุฑูุŒ ุดููƒุฑู‹ุง ู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ุŒ ูˆุชุจุฑุฆุฉู‹ ู„ู‡ ู…ู† ูƒู„ ู…ุง ู†ูŽุณูŽุจูŽ ุฅู„ูŠู‡ ุฃุนุฏุงุคูู‡" ๐Ÿ“š[ูุชุญ ุงู„ุจุงุฑูŠ (2/ 438).] โ™ป๏ธ Azaana keessatti, Iqaamaa keessatti, Salaata keessatti, Yeroo jiini baatu, Guyyoota kurnan Zul-Hijjaa, Dalagaa Hajii keessatti, Yeroo Iidaa(Ayyaanaa), Yeroo geejiba yaabatan, Yeroo bakka gubbaatii gadi bu'an , Yeroo qalma qalan, Yeroo oduu gammachuu dhagahan, Yeroo gubinsa argan, Yeroo salaata Janaazaa fi bakkee bay'eetti ni jedhama โš ๏ธ Bakkeewwan armaan olitti caqasaman hunduu ragaalee hadiisaa ni qabu. Bakka kanatti hadiisa jiru hunda kaahuuf barreeffamatu dheerataaf dhiifne. https://t.me/joinchat/TNoRmBLV_hFHVkEp

๐ŸŽง ๐™ƒ๐™ž๐™ ๐™ ๐™–๐™– ๐™†๐™๐™ช๐™ญ๐™—๐™–๐™– ๐™…๐™ช๐™ข๐™ช'๐™–๐™–  ๐™ˆ๐™–๐™จ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™– ๐™Ž๐™ช๐™ฃ๐™ฃaa    ุงุณุชุบู„ุงู„ ุนุดุฑ ุฐูŠ ุงู„ุญุฌุฉ ูˆุฐูƒุฑ ุดูŠุก ู…ู† ุฃุญูƒุงู… ุงู„ุฃุถุญูŠุฉ ๐ŸŽ™ ๐™๐™จ๐™ฉ๐™–๐™–๐™ฏ ๐˜ผ๐™—๐™ช ๐˜ผ๐™ฃ๐™–๐™จ ๐˜ผ๐™—๐™™๐™ช๐™ง๐™ง๐™–๐™๐™ž๐™ข ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ•Œ ๐™ˆ๐™–๐™จ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™– ๐™Ž๐™ช๐™ฃ๐™ฃ๐™–๐™– { ๐™Ž๐™๐™–๐™–๐™จ๐™๐™–๐™ข๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™š} /ุญุฑุณู‡ุง ุงู„ู„ู‡ http://T.me/abuanesabdrehim https://t.me/shasheme

Guyyoota Warqee Akkamiin Dabarsina?? โ€ฆโ€ฆDubbisii Share Godhiโ€ฆโ€ฆ Akkuma beekamu hardha guyyoota duniyarratti hundarra caalan jedhaman keessaa tokko jennee jalqabneerra. ๐Ÿฅ›Soomuuf, ๐ŸงบSadaqaa kennuuf, ๐Ÿ“–Qur'aana xumuruuf, ๐ŸคฒGara Allaah deebi'uuf (Towbaa), ๐Ÿ•‹Salaata Sunnaa baay'isuuf, ๐Ÿ”ŠTakbiiraa gochuuf fi Waliigala ibaadaa irratti jabaachuuf sagantaa kan qabattan hardha irraa jalqabaa mudhii keessan jabeeffadhaa. Hardha Zuul-Hijjaa tokko yoo ta'e, Kibxata dhufu Zuul-Hijjaa 9 ykn Guyyaa Arafaa ta'a. ๐Ÿ”น Guyyaan Arafaa sirriin biyya keenyatti beekamu guyyaa qalmaa (Iidaa) osoo hin taane, guyyaa qalmaa dura kan jiru guyyaa 9ffaa Zuul-Hijjaati. ยซGuyyaa Arafaaยป jedhamee kan moggaafames namoonni Hajji godhan bakka "Arafaa" jedhamutti waan dhaabbataniifi. ๐Ÿ”น Guyyaan kun: Waliigala guyyoota waggaa keessa jiran keessaa guyyaa "Qalmaa" (Iidaa) tti aansuun sadarkaa 2ffaarratti guyyaa hundarra caaludha. ๐Ÿ”นCaalmaan guyyaan kun qabu keessaa: ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰Namni guyyaa kana soome yakka isaa kan waggaa lamaa akka haqamuuf godhaโ€ผ๏ธ Akkasumasโ€ฆ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰Yeroo kamiyyuu caalaa guyyaa kana du'aa'iin godhamu hundarra caalaa fi qeebaltii argachuuf dhihoo kan taheedhaโ€ผ๏ธ Roobiin immoo guyyaa 10ffaa Zuul-Hijjaa ta'ee Guyyaa Iid al-Adhaa ykn Guyyaa Qaliinsaa ta'a. ๐Ÿ”น Guyyaan kun waggaa keessaa guyyaa hundarra caalu jedhamee kan waamamedha. ๐Ÿ”น Ibaadaawwan gurguddoo guyyaa kana raawwataman keessaa: ๐Ÿ•‹ Salaata Iidaa fi ๐Ÿ”ช Qalma Uduhiyyaa Ibaadaawwan kunneen lameen ยซSalaataa fi Qaliinsiยป mallattoolee gurguddoo Islaamummaan ittiin mul'atu waan ta'aniif, hundi keenya bakka jirrutti gammachuu fi kaka'umsa guddaan dabarsuu qabna. ๐Ÿ”ชUdhiyyaa qaluun erga salaatni Iidaa jalqabee haga guyyoota sadii itti aananii dhufan keessatti qaluun ni danda'ama. Roobiin Iida yoo ta'eโ€ฆโ€ฆโ€ฆ Kamisa, Jimaataa dabalatee hanga Sanbata Xiqqaan aduun seentutti Udhiyyaa qaluun ni danda'amaโ€ผ๏ธ ๐Ÿ”น Iida booda guyyootan jiran sadan kunniin: Kamisa, Jimaataaf Sanbata Xiqqaan ยซAyyaamal Tashriiqqiยป jedhamanii kan beekaman yoo ta'u, guyyoota kanneen keessa soomuun dhowwadha. Ergamaan Rabbii ๏ทบ akka ibsanitti guyyootan kun: ๐Ÿ‘‰Kan itti nyaatamu, ๐Ÿ‘‰Kan itti dhugamu fi ๐Ÿ‘‰Kan Allaah itti yaadatamu (Zikrii itti baay'ifamu) dha. @ifaislaamaa

๐ŸŒ•Guyyotaa kurnaan zulhijaa ๐ŸŽงUstaaz abu nu'maan ahmad ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ•Œ ๐™ˆ๐™–๐™จ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™– ๐™Ž๐™ช๐™ฃ๐™ฃ๐™–๐™– { ๐™Ž๐™๐™–๐™–๐™จ๐™๐™–๐™ข๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™š} /ุญุฑุณู‡ุง ุงู„ู„ู‡ https://t.me/shasheme

๐Ÿ’ฅ โ€Guyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caaltu dhufuuf guyyoota muraasatu hafa!! Guyyootni 10nan ji'a Zul-hijjaa seenuuf balbala gahaniiru guyyooni kun ulfina waan qabaniif Rabbi subhaanahu itti kakateera. ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุจุงุฑูƒ ูˆุชุนุงู„ู‰:- โ€ูˆูŽูฑู„ู’ููŽุฌู’ุฑู ูˆูŽู„ูŽูŠูŽุงู„ู ุนูŽุดู’ุฑูโ€œ "Barii/Fajriin kakadha. Halkan kurna ni kakadha!" ู‚ุงู„ ุงุจู† ูƒุซูŠุฑ ููŠ ุชูุณูŠุฑ :- ู‚ุงู„ ุนุจุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงุจู† ุนุจุงุณ ูˆุงุจู† ุงู„ุฒุจูŠุฑ ุŒ ูˆู…ุฌุงู‡ุฏ ุŒ ูˆุบูŠุฑ ูˆุงุญุฏ ู…ู† ุงู„ุณู„ู ูˆุงู„ุฎู„ู โ€ูˆูŽู„ูŽูŠูŽุงู„ู ุนูŽุดู’ุฑูโ€œ ุงู„ู…ุฑุงุฏ ุจู‡ุง ุนุดุฑ ุฐูŠ ุงู„ุญุฌุฉ Abdullah Ibnu Abbaas, Ibnu Zubayr, Mujaahid fi Salafaa fi khalafa keessaa baay'een isaanii โ€œHalkan kurnaโ€ isa jedhu guyyoota kurnan Zul-Hijjaa jechuun tafsiira ibnu kasiir keessatti ibsameera. Ergamaan Rabbii ๏ทบ Hadiisa keessattis akkas jedhaniiru. "ุฃูŽูู’ุถูŽู„ู ุฃูŽูŠู‘ูŽุงู…ู ุงู„ู’ุฏู‘ูู†ู’ูŠูŽุง ุฃูŽูŠู‘ูŽุงู…ู ุงู„ู’ุนูŽุดู’ุฑูุŒ ูŠูŽุนู’ู†ููŠ ุนูŽุดู’ุฑู ุฐููŠ ุงู„ุญู’ุฌู‘ูŽุฉู" ยซGuyyoota addunyaa keessaa guyyootni irra caalan guyyoota kurnan Zul-Hijjaa dhaยป ๐Ÿ”– Hadiisa biraatiin dalagaa guyyoota kana keessatti dalagaman guyyoota biroo irraa caalmaa akka qaban yammuu ibsan akkas jedhan. ุนูŽู†ู ุงุจู’ู†ู ุนูŽุจู‘ูŽุงุณู ุนูŽู†ู ุงู„ู†ู‘ูŽุจููŠู‘ู ๏ทบ ูˆุฃูŽู†ู‘ูŽู‡ู ู‚ูŽุงู„ูŽ "ู…ูŽุง ุงู„ู’ุนูŽู…ูŽู„ู ูููŠ ุฃูŽูŠู‘ูŽุงู…ู ุงู„ู’ุนูŽุดู’ุฑู ุฃูŽูู’ุถูŽู„ูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู’ุนูŽู…ูŽู„ู ูููŠ ู‡ูŽุฐูู‡ู ". ู‚ูŽุงู„ููˆุง : ูˆูŽู„ูŽุง ุงู„ู’ุฌูู‡ูŽุงุฏู ุŸ ู‚ูŽุงู„ูŽ : " ูˆูŽู„ูŽุง ุงู„ู’ุฌูู‡ูŽุงุฏูุŒ ุฅูู„ู‘ูŽุง ุฑูŽุฌูู„ูŒ ุฎูŽุฑูŽุฌูŽ ูŠูุฎูŽุงุทูุฑู ุจูู†ูŽูู’ุณูู‡ู ูˆูŽู…ูŽุงู„ูู‡ู ููŽู„ูŽู…ู’ ูŠูŽุฑู’ุฌูุนู’ ุจูุดูŽูŠู’ุกู " ุฎุฑุฌู‡ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ โ€œIbaadaa guyyaa biroo gootan irra, tan guyyoota kurnan ZulHijjaa (gama duraatti argaman) kana keessa gootantu caala. Rabbi birattillee irra jaalatama" jennaan, Sahaabaan dubbii tana ajaa'ibanii "karaa Rabbii irratti qabsaawuu irrallee, Ibaadaa kurnan kana goonuutu caalaa?" Jedhanii ergamaa Rabbii gaafatan. "Ee! Ibaadaa kurnan kana gootantu caala. Yoo nama Jihaadaaf jecha lubbuufi qabeenya isaa baasee wareegamee hundaan achumatti hafee maleeโ€ jechuun deebisan. ๐Ÿ“จ Yaa uummata Muslimaa guyyoota kana akkaan itti fayyadamuu qabna guyyootni kun akkanumatti taphaan, baacaan dabarsuu hin qabnu. ๐Ÿ“ฎ Nutis Guyyoota saniin Rabbi nu gahee nama itti fayyadamu nu haa taasisu. Kanaafu gamanumaan qophii itti haa goonu!!
Allah/Rabbiin baay'inaan faarsuu , Takbiir, Tahliila, Tahmiida, Du'aa baayyisuu, Sadaqaa baayyisuu, soomana soomuu, Qur'aana qara'uu, Salaata jama'aan salaatuu, Sunnaa dalaguu baayyisuu walumaagalatti waan Rabbi jaalatu khayrii hunda dalaguu
. ๐Ÿคฒ ูˆุจุงู„ู„ู‡ ุงู„ุชูˆููŠู‚ โœ Abu Asiyah Abdallah ุงู„ุณุจุช ูขูฆ ุฐูˆ ุงู„ู‚ุนุฏุฉ ูกูคูคูฆ ู‡ุฌุฑูŠุฉ ๐Ÿ›ฐ @ifaislaamaa