cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Quwwatul'Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu @Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

نمایش بیشتر
فنلندة404زبان مشخص نشده استدین و مذهبی5 790
پست‌های تبلیغاتی
14 633
مشترکین
+3824 ساعت
+2607 روز
+1 25230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
👉 ሷሊህ ሴት ማለት ወንጀልን የማትሰራ ማለት አይደለችም።...ነገር ግን እሷ ማለት ባስታወሷት(በገሰፇት) ጊዜ የተገሰፀች፣ በመከሯት ጊዜም ምክርን የተቀበለች፣ ከጥፋቷም የተመለሰች፣ ጌታዋንም ማሃርታ የተቀበለች ናት። 👌እህቴ እሷን role model አድርገሽ ያዢ። 🌸🌸 JOIN_SHARE...🙏 @Quwwatulislaam
نمایش همه...
👍 3
👍#Sadarkaa Qur'aanaa 👉#Imaam Al-Khaxxaabiin akka jedhanitti, baayinni lakkoofsa keewwattoota qur'aanaa baay'ina sadarkaa jannataatin wal qixa akka ta'e "Asara" keessatti dhufeera. 👉#Kanaaf namni duniyaa irratti qur'aana qara'aa ture hundi akkuma duniyaa irratti qara'aa turteen sadarkaawwan jannataa ol ba'i jedhama, 👉Namni qur'aana akkaataa baay'ina keewwatoota qur'aanaa kan qara'aa tureetiin guutuu guutuutti qara'e aakhiraatti sadarkaa jannataa isa ol aanaa gubbaa ta'a. 👉#Namni isa irraa kutaa muraasa qara'es, sadarkama hanga qara'ee irra ta'a, Sadarkaan sawaaba isaa iddooma inni duniyaa irratti qara'e sana ta'a. 👇 "يُقَالُ لِصَاحِبِ الْقُرْآنِ : اقْرَأْ وَارْتَقِ وَرَتِّلْ ، كَمَا كُنْتَ تُرَتِّلُ فِي الدُّنْيَا ، فَإِنَّ مَنْزِلَكَ عِنْدَ آخِرِ آيَةٍ تَقْرَؤُهَا" JOIN_SHARE...🙏🙏🙏 @Quwwatulislaam
نمایش همه...
3👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
﷽ اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎🌹🌹 وعن جابر رضی الله عنه قال: 📝قال رسول الله ﷺ🥰🥰:- مثل الصلوات الخمس کمثل نهر,جار,غمر.في بیت احدکم یغتسل منه کل یوم خمس مرات.رواه مسلم. 🍃 JAABIR IRRAA ODEEFFAMEE .ERGAMAAN RABBII🥰🥰 ﷺ . AKKANA JEDHAN📝 :- fakkiin salaata shananii akka fakkii laga yaa'aa,guddaa, mana tokkoo keessanii keessatti argamuuti,ka dhiqatu isarraa guyyaa hunda yeroo shan.muslimtu gabaase. kanaaf wuduu'a kee waliin gahi dhiqadhu niyyadhuu akka ma'siyaa sirraa dhiqee qulqulleesu.🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 @quwwatulislam
نمایش همه...
3
record.ogg4.38 MB
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
Qophaa'i ..... @quwwatulislam
نمایش همه...
نمایش همه...
Quwwatul'Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu @Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

Hubadhu! 🚧Namni lamaa waa hin baratu. ☑️Nama boonu,fi ☑️Nama saalfatu https://t.me/quwwatulislaam
نمایش همه...
Quwwatul'Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu @Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

👍 12
#Koottaamee maricha ni jalqabnaa fedhii Rabbiitiin....
نمایش همه...
Repost from Quwwatul'Islaam
#Karaa kanaan seenaamee ... 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/quwwatulislaam?livestream=04708bb11fd842e1f2
نمایش همه...
Quwwatul'Islaam

#Tamsaasa chaanaala Quwwatulislaam 1- #Barnoota Amanta Islaamaa 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Nasiihaa 5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu @Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu

Koottaatii seenaamee amma obboleewwan...
نمایش همه...