FOCUS KITTOO FURDISA
رفتن به کانال در Telegram
...................FOCUS KITTO FURDISA............... Welcome to the official Telegram channel of FOCUS Ministry – Jimma University (JIT) Kitto Furdisa Branch. FOCUS KITTO FURDISA 💳 CBE ACCOUNT :1000197541974
نمایش بیشتر1 421
مشترکین
+624 ساعت
+867 روز
+11030 روز
در حال بارگذاری دادهها
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26اکتبر '26
اکتبر '26
+121
در 0 کانالها
سپتامبر '26
+35
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '26
+51
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+66
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+15
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+22
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+49
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '26
+30
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+15
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+12
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+44
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+116
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+93
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+23
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+14
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+15
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+7
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+30
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+74
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+66
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+14
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+74
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+8
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+36
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+28
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+13
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+13
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+32
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+19
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+21
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+38
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+57
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+103
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+22
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+26
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+3
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+6
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+5
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+13
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+5
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+23
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+22
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+11
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+5
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+7
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+1
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '220
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+24
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+25
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+14
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+9
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+8
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+30
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+35
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+1
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '210
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '21
+4
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '21
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '21
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '21
+3
در 0 کانالها
Get PRO
مه '21
+326
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 24 اکتبر | +3 | |||
| 23 اکتبر | +6 | |||
| 22 اکتبر | +21 | |||
| 21 اکتبر | +34 | |||
| 20 اکتبر | +8 | |||
| 19 اکتبر | +13 | |||
| 18 اکتبر | +5 | |||
| 17 اکتبر | +2 | |||
| 16 اکتبر | +6 | |||
| 15 اکتبر | +4 | |||
| 14 اکتبر | +3 | |||
| 13 اکتبر | 0 | |||
| 12 اکتبر | +4 | |||
| 11 اکتبر | 0 | |||
| 10 اکتبر | 0 | |||
| 09 اکتبر | 0 | |||
| 08 اکتبر | +1 | |||
| 07 اکتبر | +1 | |||
| 06 اکتبر | +2 | |||
| 05 اکتبر | 0 | |||
| 04 اکتبر | +2 | |||
| 03 اکتبر | +5 | |||
| 02 اکتبر | 0 | |||
| 01 اکتبر | +1 |
پستهای کانال
📢 2026 FRESHERS WELCOME
“Egaa akkuma Kristos ofitti isin qabe, isinis Waaqayyoon galateeffachiisuuf akka ta'utti, inni tokko isa kaan ofitti haa qabu.” — Rom. 15:7🤝Nagaa fi araarri Waaqayyoo Gooftaa keenyaa hunduma keessaniif haa ta'u. Akkam nagaa jirtuu maatii FOCUS JiT? 🔸️Bara kana barattoota moora kenyatti ramadamanii, feeloo keenya dhufaniif sagantaa simannaa guddaa qopheessinee jirra. 🔹️Guyyaa kana barattootni buleeyyiin, ijoollee haaraa namoota beektan qabatanii akka dhuftanii fi namoota haaraa dhufaniifis kabajaa fi jaalala guddaa akka itti agarsiiftan jaalala Gooftaan isin gaafannaa. 📆GOctober 21, 2026 ⏰️12:00LT 📍Bosa Addis Ketama MYC ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
| 2 | 📢DHUGA BA'UMSA WANGEELAA
“Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!”
— Mat. 28:19
🤝Ayyannin fi Nagaan Waaqayyoo keenya hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu maatii, FOCUS Kitto?
🔸️ Guyyaa har'aa DHUGA BA'UMSI WANGEELAA magaalaa Jimmaa keessatti ni geggefamaa, karaa gartuu "Mission & Bible Study" (MBS) qophaa'ee jira.
🔹️Egaa maarree miseensi feeloo keenya hundumti argamuun ergama guddaa Gooftaan keenya nuttti kenne kana galman haa geenyu.
📆Guyyaa: October 8, 2026
⏰️Saatii:8:00LT
📍Iddo Wal-argee: Bosa Addis Ketama MYC
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜 | 645 |
| 3 | بدون متن... | 581 |
| 4 | WEDNESDAY PROGRAM SHOTS📸👇🏻👇🏻 | 477 |
| 5 | 📢15TH ANNIVERSARY CELEBRATION
🤝Nagaan fi ayyanni Waaaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo?
🔹Bara 2019 kana keessaa waanti haaraan tokko akka jiru isin beeksisaa turuun keenya ni yaadatama.
Waantichis 15TH YEAR ANNIVERSARY CELEBRATION🎉FOCUS KITTOO FURDISAATI. Tilmaamni kee sirrii turee?
🔹Egaa Harmeen keenya FOCUS KITTOON(JIT) hundeeffamuun ishee amma waggaa 15 gahaa jira. Kanaan walqabatee ji'oota muraasa boodaa hundeeffama fellowship keenyaaa waan kabajnuuf hundi keenyaa yaadaan akkasumas karaa barbaachisu hundaan akka irratti qophii goonu sin yaadachiifna.
🔸Addumatti obboloonni Post Graduate taatan sagantaan kun bifa isin hirmaachisuun waan qophaa'eef, har'aa kaastanii sagantaa keessaan keessa akka galchattan isin hubachiifna.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜 | 748 |
| 6 | 📢 JOHN'S BIBLE STUDY
“Yesus yommus, "Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa" ittiin jedhe.”
— Yoh. 4:26
🙏Nagaa fi ayyaanni gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa keessanii?
🔸Guyyaa borii akkuma beekamu barsiisni Macaafa Qulqulluu, wangeela Yohaannis bakkaa fi yeroo isaa eeggatee jira.
🔶Kanaaf namni kamuu osoo irraa hin hafiin hiriyoota keessan afeeruun akka irratti argamnu jaalala Gooftaan isin yaadachiifna.
✳️NAMNI HUNDUU IRRAATTI ARGAMNEE DUBBII WAAQAYYOO HAA BARANNI!
📆 October 17, 2026
🕐 6:30LT
📌 CHARIS
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 600 |
| 7 | 📢WENDESDAY GENERAL PROGRAM
"Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!” — Er. 17:7
🤝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo?
🔹Akkuma beekamu guyyaa borii, jechuun Roobii sagantaan keenya idileen yeroo fi bakka isaa eeggatee waan jiruuf, namni kamuu osoo irraa hin hafin akka argamtan jaalala Gooftaan isin yaadachiifna.
Qabiyyen Sagantaa keenyaa:
🛐Kadhannaa
🎶 Waaqeffannaa
📖 Saglee Waaqayyoo
📆 October 14, 2026
⏰ 12:00 LT
📍 Bosa Addis Ketama MYC
🌟Yeroo kabjnee haa argamnuu!
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 1 |
| 8 | 📢WENDESDAY GENERAL PROGRAM
"Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!” — Er. 17:7
🤝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo?
🔹Akkuma beekamu guyyaa borii, jechuun Roobii sagantaan keenya idileen yeroo fi bakka isaa eeggatee waan jiruuf, namni kamuu osoo irraa hin hafin akka argamtan jaalala Gooftaan isin yaadachiifna.
Qabiyyen Sagantaa keenyaa:
🛐Kadhannaa
🎶 Waaqeffannaa
📖 Saglee Waaqayyoo
📆 October 14, 2026
⏰ 12:00 LT
📍 Bosa Addis Ketama MYC
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 758 |
| 9 | 📢 SISTERS' SPECIAL PROGRAM
“Simboon nama irraa in darbiti miidhaginnis nama in gowwoomsiti, dubartiin Waaqayyoon sodaattu garuu in jajamti.”
— Fak. 31:3030
🤝Nagaa fi jaalalli Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu!
🔸️Akkuma beekamu, sagantaan addaa Kibxata dhufu Charis keessatti shamarraniin qophaa’e ni gaggeeffama.
🔸️Kanaafuu, shamarran hundumti sagantaa kana irratti osoo irraa hin hafin akka hirmaannu kabajaan isin affeerra.
🔸️Dabalataanis, postera armaan gadii fayyadamuun sagantaa kana karaa miidiyaa hawaasaa (social media) keessanii beeksisuun akka nuuf tumsitan isin gaafanna.
📆 October 13, 2026
🕐 12:00 LT
📌 Charis
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 755 |
| 10 | Kanaanis ani kan Kristos ta'ee argameera. Egaa qajeelummaan koo isa seera eeguudhaan argamu utuu hin ta'in, isa Kristositti amanuudhaan argamuu dha; qajeelummaan kun Waaqayyo biraa in dhufa, amantii irras in dhaabata.
Filiphisiiyus 3:9
Kanaafis isa duwwaa beekuu, humna du'aa ka'uu isaas miyeeffachuu, dhiphina isaa irraa, du'a isaa irraas hirmaachuu nan barbaada.
Filiphisiiyus 3:10 | 525 |
| 11 | Nuyi garuu nama biyya waaqa irraa ti; “Gooftaan keenya fayyisaan keenya Yesus Kristos achii nuuf dhufa” jennee eegganna.
Filiphisiiyus 3:20 | 515 |
| 12 | Egaa amma firdiin, warra Kristos Yesusitti qabamanii jiraatanitti faradamu tokko illee hin jiru.
Roomaa 8:1 | 549 |
| 13 | 📢 JOHN'S BIBLE STUDY
“Yesus yommus, "Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa" ittiin jedhe.”
— Yoh. 4:26
🙏Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu maatii Gooftaa?
🔸️Barnoonni Wangeela Yohaannis guyyaa boriis yeroo fi bakka isaa eeggate itti fufee jira.
🔶️Kanaaf namni kamuu osoo irraa hin hafiin hiriyoota keessan affeeruun eebba guddaa kana irraa akka hirmaannu jaalala Gooftaan isin yaadachiifna.
📆 October 10, 2026
🕐 6:30LT
📌 CHARIS
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 636 |
| 14 | Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif haa baay'atu. Akkuma yeroo darbe isin beeksisaa turre har'a galgala gareen Volunteer dabtaraa fi iskriibtoo waan sassaabaniif Namni hundinuu yoo xiqqaate datara 1 fi iskriibtoo 1 qabatee haa dhufu. | 694 |
| 15 | 📢WENDESDAY GENERAL FELLOW
🤝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo?
🔹️Akkuma beekamu guyyaa borii, jechuun Roobii sagantaan keenya idileen yeroo fi bakka isaa eeggatee waan jiruuf, namni kamuu osoo irraa hin hafin akka argamtan jaalala Gooftaan isin yaadachiifna.
📆 October 7, 2026
⏰️ 12:00 LT
📍 Muluwangel Church
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 988 |
| 16 | ✨Kadhata Ganamaa
🔸Tartiiba Gareewwaanii:
📌Monday- Tech and Prayer
📌Tuesday- Hilasmos and Choir
📌Wednesday- MBS, BS, and Council
📌Thursday- Nathan and Charis
📌Friday- Emanuel and Volunteer
🔸Tartiiba kanaan teamn kamiyyuu harcaatii malee haa hirmaannu.
🔸Dabalataan Roobii Galgala namni dhuunfaan akkasumas teamn tajaajila qabu ganama kadhata hirmaachuu qaba.
🕐 12:00 -- 1:15LT
📍 Muluwangel Church
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 581 |
| 17 | Namni akka gorsa warra jal'ootaatti hin deddeebine,
karaa cubbamoonni irra adeeman irra kan hin ejjenne,
warra ga'isanii wajjinis tarree kan hin teenye gammachuu qaba!
Faarfannaa 1:1
......... | 510 |
| 18 | 📢 KADHANNAA GANAMAA
“Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe.”
— Mat. 26:41
🔥🔥MONDAY------Hilasmos and Choir Team🔥🔥
🕐 12:00 -- 1:15LT
📌 Muluwangel Church
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 575 |
| 19 | بدون متن... | 497 |
| 20 | 📢 KADHANNAA GANAMAA
“Qoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe.”
— Mat. 26:41
🤝Nagaa fi jaalalli Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa keessanii, maatii FOCUS Kittoo?
🔸️Akkuma bara darbee Waaqayyoo karaa garaa garaan nu eebisaa tureera, isaan keessaa tokko kan ta'e immoo "#Kadhannaa_Ganamaa" ti.
🔸️Egaa bara kanas bifa fooyya'aa ta'een cimnee fuula Waaqayyoo keenya akka barbaaddannuuf, kadhannaan ganamaa itti fufee jiraa.
🔸️Kanaaf yeroo 'team' keessaniif adda ba'e fi akkasumas yeroo isiinif danda'ame hundumaa fayyadamuun Waaqayyoon jabaannee haa barbaaddannu.
📆 Monday -- Friday
🕐 12:00 -- 1:15LT
📌 Muluwangel Church
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 WE ARE FOCUSED
📖 WE PREACH THE GOSPEL
🌍 WE REACH THE NATION
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📲 Follow Us:
Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
💜💜💜💜YOURS FOCUS💜💜💜💜 | 778 |
