fa
Feedback
Onesimos Apologia Ministry (OAM)

Onesimos Apologia Ministry (OAM)

رفتن به کانال در Telegram

1 Phex 3:15 | 2 Qor 10:5 • Reason • Expose • Defend • Disciple Social Media Platforms:- • https://www.tiktok.com/@onesimosapologia?_r=1https://youtube.com/@onesimosapologia?si=LaYC82ipwpPoDo61

نمایش بیشتر
2 559
مشترکین
-324 ساعت
+77 روز
+4030 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+71
در 0 کانال‌ها
ژوئن '26
+72
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+41
در 3 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+49
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+33
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+46
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+49
در 1 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+18
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+19
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+20
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+12
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+16
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+11
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+13
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+13
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+28
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+15
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+11
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+16
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+45
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+47
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+51
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+46
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+47
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+38
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+32
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+43
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+43
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+31
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+28
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+45
در 1 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+42
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+33
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+58
در 2 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+54
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+113
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+147
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+136
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+64
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+36
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+16
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+112
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+84
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+105
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+193
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+69
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+76
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+54
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+64
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+119
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+124
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+80
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+45
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+90
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+121
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+262
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+128
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+113
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+115
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+180
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+204
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+110
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '21
+158
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '21
+194
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '21
+143
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '21
+202
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '20
+1 120
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
21 ژوئیه+2
20 ژوئیه0
19 ژوئیه+3
18 ژوئیه+4
17 ژوئیه+4
16 ژوئیه+1
15 ژوئیه+5
14 ژوئیه+4
13 ژوئیه+3
12 ژوئیه+4
11 ژوئیه+3
10 ژوئیه+4
09 ژوئیه+1
08 ژوئیه+4
07 ژوئیه+4
06 ژوئیه0
05 ژوئیه+14
04 ژوئیه0
03 ژوئیه+7
02 ژوئیه+3
01 ژوئیه+1
پست‌های کانال
Random thought from substack I don't like pity. ግን ''ማንበብ አልወድም፣ ቤተ መፅሀፍት ይጨንቀኛል፣ መፅሀፍ ጭራሽ አይጥመኝም... I don’t read at all '' ም
Random thought from substack I don't like pity. ግን
''ማንበብ  አልወድም፣ ቤተ መፅሀፍት  ይጨንቀኛል፣ መፅሀፍ ጭራሽ አይጥመኝም... I don’t  read at all ''
ምናምን ከሚሉ ሰዎች በላይ pity ማደርገው ፍጡር የለም።  እነሱ ራሳቸው ይጨንቁኛል። 😂 ለ ቃል ምርጫዬ ይቅር በሉኝ  ግን  I think It’s a stunted existence. እድገቱ የቆመ፣ በራሱ ግቢ ውስጥ የታጠረ አስተሳሰብ። I'm always wondering እሺ you don't like reading... ይሁን።  But then what do you actually do to broaden your thinking scope? How do you challenge your own biases? Where do you go to learn things that exist outside of your immediate, physical reach? How do you even form an opinion በነገሮች ላይ? Do you scroll?  ወይስ የሆነ ሰው በተናገረው ነገር or የሆነ ሰው form ባደረገው opinion ተስማምቶ እንደ ቦይ ውሀ በተቀደደው መፍሰስ ነው?  I am aware that there's more to life than የቀለም ትምህርት and ህይወትም በራሱ ትምህርት ቤት ነው። But that's not what I'm talking about. አንዳንዴ there are certain things that require ወረቀት ማገላበጥ አይደል? ከሰዎች ጋር የሚያከራክሩን ፣ ሀሳብ የሚያፋጩ ፣ ለ አዳዲስ ሀሳቦች or inventions በር የሚከፍቱ ... I believe books are the tools that sharpen the mind for the debates and creativity...There's so much to read ደሞ እኮ!! There is so much to explore, so much to lose yourself in, and so much beauty in the struggle of understanding a complex idea! ማለት what do these people even talk about with their people? የውይይታቸው substance ምንድነው?  what makes the conversations interesting? What new things do they talk about when they meet people? I am genuinely curious to know ስለ ምን እንደሚወራ in their friend groups.  Is there truly nothing more to discuss than the trivialities of the day? ስለ ማን ምን አለ? ማን ጋር ስንት ገንዘብ አለ? ማን ከማን ጋር ነው? "ማን አሸነፈ?" የሚል  ወሬ ብቻ?ወይስ Is the dynamic just one person talking where the rest of the group collectively sits and listens while they consume whatever important thing or garbage the other person says? የሆነ ሰፈር ግድግዳ ላይ እንደተለጠፈ ማስታወቂያ፣ መቼም የማይለዋወጥ፣ የማይጠይቅ፣ የማይመረምር የውይይት አይነት?  At this point, I’m convinced that for some, the greatest challenge isn't learning something new, but surviving the terrifying silence that follows the shallow talk finally dying out.Imagine a life lived in the shallows because the deep is too much work to navigate. ማንበብ ሙሉ ሰው ያደርጋል። Intellectual Passivity is not a flex. ሳbeh

2
Betlhem_Wolde_ቤተልሄም_ወልዴ_ቃልህን_እወደዋለው_kalhin_ewedewalw_lyric_song.mp3
481
3
Kun waan tokko iyyuu nutti fakkaachuu dhiisuu danda'a garuu balaa guddaa qaba. Balaa waan hin qabne nutti fakkaachuun isaa iyyuu dhiibbaa wantoota kanaa jala jiraachuu keenyaaf ragaadha. Dhugaa macaafaatiin yaadota kanneen qoruu qabna yaa amantootaa. Commonly rakkinni amma jiru ijoon kitaaba motivation dubbisanii ittiin macaafa qulqulluu dubbisuudha. Kristiyaanummaan waa'ee dadhabbii namaa fi fayyisuu Waaqayyooti malee waa'ee ga'umsa namaa miti please hin gowwominaa. Brother psychology qo'achuu yoo feete university seenii qo'adhu malee kitaaba Myles Munroe fi Joyce Meyer hin dubbisin. Isaan barsiisota wangeelaas miti ogeessota xiinsammuus miti. Isaan ija kee Waaqayyo irraa kaasanii ofii keetti si deebisu. Eenyummaa namaa inni dhugaan isa isaan jedhan miti, yaada sana lafa kaa'ii mee macaafa qulqulluu dubbisi. Maal akka turte, maal akka taate, maal ta'uuf akka jirtus macaafni waan jedhu qaba. © Biniam.E Share | Onesimos | apologia | invite
484
4
Shaakala qo'annaa Macaafa Qulqulluu Yommuu macaafa qulqulluu qo'annu yoo xiqqaate wantootni shan gara hiikkaa dogoggoraatti nu geessu jedheen yaada. Ta'us of irratti beekuu dhiisuu dandeenya. 1. Beekumsa nuti kanaan dura mata duree sana irratti qabnu (presupposition) 2. Tilmaama keenya (presumption) 3. Akkaataa hiikkaa yookiin fudhannaa (perception) 4. Jaalala wantootaa (affection for the things) 5. Shaakala dogoggoraa (bad practice) Warra kaan irruma keessan dubbadha, garuu isa 1ffaa irratti nan xiyyeeffadha. Kan baayyee barbaachisaa ta'e irratti immoo yoo Waaqayyo jedhe, gara fuulduraatti... 1. Sababii ariifannaas haa ta'u dhibaa'ummaatiin kutaa macaafaa tokko hubachuu yoo dadhabnu tilmaama kennuu akka filannootti fudhanna ta'a. Kun sirrii miti. Macaafni qulqulluun dubbii Waaqayyooti malee waraqaa qorannoo miti; tilmaama mataa keenyaa itti kennuun filannoo jalqabaa osoo hin taane occasionally filannoo isa dhumaati. Tilmaamni nuti kenninu sun jireenya qabatamaaf qajeelfama waan ta'uuf accidentally tilmaama kennuu irraa of qusachuu qabna. 2. Dubbii Waaqayyoo isa afaan namootaan barreeffame, afaan namootaan itti dhiyaannee faayidaa barabaraa keessaa argachuun walxaxaa ta'uu baatus gadhiisii miti. Ogbarruun seera qaba. Akka macaafni faarfannaa barraa'etti macaafni raajotaa hin barreeffamne. Adaduma akkaataan barreeffama macaafotaa jijjiiramaa adeemu akkaataan dubbisa keenyaas jijjiiramuu qaba. Kanaaf akkaataa itti macaafa isa dubbisne hiikkannu (fudhannu) beekuun baayyee barbaachisaadha. 3. Si'a tokko tokko immoo hawwii fi fedhii keenya macaafa keessa barbaanna. Inumaayyuu yaada qajeelaadhaan fedhii fi hawwii keeny barbaanna. Jaalalli biyya lafaa waan nu harkisuufis yaada mataa keenyaa macaafa keessaan dubbifanna. Garuu yaadni Macaafa Qulqulluu yaada namootaa duukaa hin jijjiiramu. Macaafa Phaawulos barreessee ittiin jibba biyya lafaa barsiise dubbisee ani akkamittin biyya lafaa buufadha?? 4. Kana malees xiyyeeffannoo nuti ittiin macaafa qulqulluu dubbisnu baayyee murteessaadha. Namni tokko waktii murtaa'aa ta'e tokko qofa macaafa qulqulluu dubbisa yoo ta'e dubbisa sanaa fi miira isaa wal keessa makuun gara hiikaa dogoggoraatti dhufuu danda'a yookiin ulfaaatinni dubbii Waaqayyoo isatti beekamuu dhiisuu danda'a. Kaayyoon macaafa qulqulluu dubbisuu keenyaa 1Xim. 3:16 irratti barreeffamee jira. 5. Rakkoo inni guddaa fi yeroo ammaa nu weeraree jiru immoo beekumsa nuti kanaan dura dubbisa dubbisaa jirru sana irratti qabnuudha. Tilmaama saayinsawaa kennuu baadhus beekumsi akkanaa karaa tokkoon faayidaa muraasa qaba. Fakkeenyaaf namni wangeelota dubbisee yaada keessaa qabu Isa. 53 gaafa dubbisu waa'ee maalii akka ta'e isaaf hubatamaadha. Namni waa'ee trinity (sillaasee) yaada keessaa qabus gaafa Kes. 6:4 dubbisu maal jechuu akka ta'e isaaf hubatamaadha. Rakkoo hamaan garuu waa'ee wanta dubbisaa jirru irratti beekumsa nuti iddoo biraadhaa walitti corannee qabnuudha. Fakkeenyaaf namni kitaaba ''Power of Vision'' dubbisaa oolee kutaa macaafaa “Jabina gooftaan anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a.” jedhu dubbisu wanti yaada isaa keessa dhufu kaampaanii gurguddaa dhaabuu fi daldala cimaa hoogganuudha malee isa kutaan sun haasa'u miti. Waa'ee jaalalaa, wal danda'uu, walii wajjin jiraachuu barnoota civics keessatti barachaa guddanne ammas nama nuti takkaa lafatti arginee hin beekne nama isa garraamii garaa waaqaa, isa oo'a qabeessa, isa ofii hagabuu bulee nama nyaachisu miidiyaan nutti lallabaa oola haa ta'u malee macaafni qulqulluun namni dadhabaa fi hamaa akka ta'e jaalallis Waaqayyo biraa akka ta'e dubbata. Biblically mataan (subject) jaalalaa Waaqayyoodha. Waa'ee gaa'eelaa isa fiilmii Turkey irraa agarre, waa'ee tarkaanfii jireenyaa isa TikTok iraa dhageenye, waa'ee jaalalaa isa dhaabbilee gargaarsaa fi miidiyaa irraa dhageenye, waa'ee maallaqaa isa motivational speaker irraa dhageenye, waa'ee eenyummaa namaa isa Christian Science fi አጉል Psychologist irraa dhageenye fudhannee gara Macaafa Qulqulluu yoo deemne dhugaa macaafaa nu jalaa ukkaamsa.
435
5
[Coram Deo: Fuula Waaqayyoo dura jiraachuu] Coram Deo is a latin phrase which can be translated as "In the presence of God, under the authority of God, For the Glory and honor of God" Eenyuyyuu haa taanu, eessayyuu haa jiraannu, waan kam iyyuu gochaa haa jiraannu nuti fuula Waaqayyoo dura jiraanna. Wanti nuti goonu(hojjennu) hundinuu fuula isaa duraa tokkollee hin dhokatu. Kanaaf nuti Kiristiyaanonni deddeebii(jireenya) keenya keessatti yeroo hundumaa akka nama Waaqayyo isa/ishee ilaalaa jiruutti deddeebi'uu qabna. "Bantii waaqaatti yoon ol ba'e, ati achi jirta! Iddoo lafa jalaa keessa yoon ciises, ati achittis immoo in argamta!” Far. 139:8
444
6
1. Yaa Waaqayyo, ati qortee na ilaalteetta, na beektas! 2. Taa'uu koo fi ijaajjuu koo in beekta, fagoodhaas yaada koo in hubatta. 3. Ka'ee adeemuu koo fi ciisuu koos gargar in baafatta, karaa jireenya koo hundumaas keessa in beekta. 4. Utuma dubbiin afaan kootii hin ba'in, isa ani jechuuf ture hundumaa ati dur illee beekte, yaa Waaqayyo! 5. Ati karaa hundumaan naannoo kootti argamtee, harka kee ana irra qabdee jirta. 6. Wanta dinqisiisaa akkasii kana beekuun humna koo gara irraa dha, anaa ol, isa bira ga'uus hin danda'u. 7. Hafuura kee duraa eessa nan dhaqa? Fuula kee duraas eessatti nan baqadha? 8. Bantii waaqaatti yoon ol ba'e, ati achi jirta! Iddoo lafa jalaa keessa yoon ciises, ati achittis immoo in argamta! 9. Ani baallee baasee akka ifa bariitti balali'ee, galaana dhidhimaa qarqara utuun qubadhee, 10. silaa achitti immoo harki kee na geggeessa, harki kee mirgaas jabeessee na qaba ture. 11. Ani,"Dukkanni ana irra haa bu'u, ifni guyyaas naannoo kootti halkan haa ta'u!"yoon jedhe, 12. dukkanni iyyuu si duratti hin dukkanaa'u, halkan akkuma guyyaa in ifa; dukkanni immoo akkuma ifaa in ta'a. 13. Keessa namummaa koo situ uume, gadameessa haadha koo keessatti situ na tolche; 14. isa ati guddaa dinqisiisaa gootee na uumteef, ani galata siif nan galcha; gochaan kee waanuma raajii ti, anis kana ba'eessa godhee nan beeka. 15. Ani dhoksaatti yommuun hojjetame, gadameessa [isa akka lafa gad fagootti ilaalamu] keessatti yommuun tottolfame lafeen koo iyyuu si duraa hin dhokanne. 16. Nama ta'uun koo utuu hin beekamin iji kee na arge, dhaladhee barri jireenya koo lakkaa'amuu utuu hin jalqabin, guyyoonni anaaf yaadaman guutummaatti macaafa kee keessatti caafaman. 17. Yaadni kee maal maal anatti jabaata, yaa Waaqayyo! Guutummaattis maal maal baay'ata! 18. Ani lakkoobsa isaa himuu utuun yaalee, cirracha irra in baay'ata; kana yaaduu keessaa yeroon dammaqus, amma iyyuu sii wajjinan jira. Faarfannaa 139:1-18 ©Coram_Deo
445
7
seenaa waldaa kiristaanaa ishee durii.pdf
780
8
Egaa yoos immoo sodaa falfaltuu fi tolchituu ''zayitii dibataa'' mataa siree dura ka'achuun xabalaa fi ixaana korojoo keessa ka'atanii deemuu irraa garaagarummaa maalii qaba? Waaqni ''bishaan dibataa'' malee hin dhageenyee fi waaqni lukkuu  gurraattii malee hin dhageenye garaagarummaa maalii qabu? Amantaa jijjiirrachuun duudhaa fi shaakala keenya hin jijjiiru yoo ta'e amantaa jijjiiruudhumti maal inni? Birmaduu ba'uun meerre?! Humni lukkuu gurraattiin hojjetuu fi humni ''bishaan dibataan'' hojjetu adda adda ta'u isaaniitiif amansiisi keenya maali? Maqaa Waaqayyoo akkasumaan dha'uu jechuun hoo maal jechuudha? Guyyaa isa dhumaatti ''... 'Matumaa ani isin hin beeku, isin yaa warra hamaa hojjettanii, ija koo duraa badaa!'...'' kan ittiin jedhamu eenyu fa'i isaan? ''Fayyinaa fi dinqiin'' jedhamu kun karaa namoota barumsa macaafa qulqulluu irratti yeroo dheeraa dabarsaniin raawwatamuu mannaa maaliif karaa namoota hubannaa macaafa qulqulluu gahaa hin qabneen raawwatamuu mala? ''Fayyinaa'' fi ''dinqiin'' namoota burjaajessu kun dubbii Waaqayyoo wajjin hidhata kan hin qabne ta'innaa? Mootiin danbii fi ittiin bulmaata isaa moggaatti gatee fedha ''hoggantoota bakka isa bu'an'' qofaatiin saba isaa geggeessu jiraaree? Waaqayyo mootii saba isaatiiti. Yoos immoo inni dhugaa dubbii isaa faallessee saba isaa geggeessuuf mootii dadhabaadhaaree? Dubbiin isaa akkas jedha: “Isin keessaa namni dhukkubsate jiraa? Inni JAARSOLII WALDAA KIRISTIYAANAA haa waamsifatu; isaan immoo maqaa gooftaatiin dibata dibanii kadhata haa godhaniif.” Yaq. 5:14 Barroon kun ''amantoonni'' maal na dhibdee fi sassata namootaatiin fayyaa fi qarshii isaanii akka hin dhabneef dhiibbaa bicuu uumuuf yaadameeti malee atakaaroo dhagaa bishaan obaasuu sanaaf kan yaadame miti. Share | Onesimos | apologia | invite
1 024
9
#Waaqayyo_mootii_dadhabaa_miti! Amantaan sababeessuu fi caasaa yaadaa ol yoo ta'u arguun waan raajii miti. Amantaawwan hedduun hadiida sababeessuu fi loojikii koruu hin danda'an. Yeroo baay'ee amantaan gowwaa fi wallaalaa utuu nama godhuu ni argita. Nama sanaaf garuu adeemsichi gocha gamnummaati; karaa isa caalu filachuu isaati. Waan feete jedhi, yoo waaqni samii irraa garaa isaa cabse malee humni NATO iyyuu wal deggaree yaada isaa dabsuu hin danda'u. Garuu amantaan maalumaaf gowwaa nama fakkeessuu mala: 1. Qaawwi amantaan tokko kallattii loojikiitiin qabu duudhaa fi dhugeeffannaadhaan haguugamee waan irra darbamuuf. 2. Raajii fi dinqiin qaama shaakala amantaa waan ta'aniif. Raajiin immoo akkamitti hin jedhamu; dinqiinis maaliif hin jedhamu. 3. Humni amantaa duuba jiru waan sodaatamuuf, waan safeeffatamuuf. Sababni gahaan sodaachisu tokkichi jiraannaan, sababoonni kumaatamni sodaa sana fashaleessuuf dhufan waa'ee hin baasan. 4. Adabaa fi dheekkamsa abboomamuu dhabuudhaan dhufu baachuu irra gowwuma amantaa keessa jiru fudhachuun waan salphatuuf. Kana malees sababoonni biroon jiraachuu ni malu; kun qajeeltoo walii galaati malee amantaa kiristiyaanummaatti gaafa dhufnu duudhaa fi barsiisni jiru kana irraa adda dha. Barsiisni kiristiyaanummaa hadiida loojikii kan baqatu miti. Bara Yesuus Kiristoos lafarra turetti, erga inni deemees bartoonni isaa dinqii hojjetaa turan. Kaayyoon dinqii sanaas Yesuusiin kabajuu fi tajaajila Yesuus dhugeessuu ture. Seenaa keessatti raajii fi dinqiin safartuu kiristiyaanummaa ta'ee hin beeku inumaa ari'atamaa fi jireenyi dhugaan calaqqee kiristiyaanotaa turan. Garuu jalqaba jaarraa 20ffaa irraa eegalee ''dinqii'' fi ''raajiin'' mata duree ijoo tajaajila ''kiristiyaanaa'' ta'uu eegale. Sosochiin ''dinqii'' fi ''raajii'' kun ilmaan namootaa irratti gaaga'ama hedduu geessiseera. Mooraa kiristiyaanummaa keessaa baanee akka namaaatti bal'isnee yoo yaadnu namoonni utuu dhibee isaanii irraa hin fayyin ''fayyiteetta'' jedhamanii du'aaf saaxilamuun waan boquu nama cabsuudha. Falmii biroon haa hafu dhimmi amantaas haa hafu, mee bifa namummaatiin eeruu koo kana guduunfadhaa: 1. Mana amantaa kamitti iyyuu ''fayyiteetta'' yommuu isiniin jedhan hanga mana yaalaatti mirkaneessitanitti qoricha fudhachuu hin dhaabinaa. Meeshaa yaalaa ogeessi fayyaa isiniif kennes hin gatinaa. Manni yaalaa isin itti mirkaneessitan magaalaa manni amantaan sun keessa jirutti ta'uu hin qabu; bakka biraa deemaa ilaalamaa. Eeyyeen bakka biraa. 2. Dhukkubsattanii ''Raajotaa'' fi ''ergamoota'' bira deemtanii kadhiifachuu keessan dura oduu fi agarsiisa TV irra kan darbe namni isin beektan yookiin namni naannoo keessan jiru mana amantaa sana deemee dhukkuba wal fakkaataa irraa fayyuu isaa akkasumas adeemsa ani armaan olitti eereen mirkaneessa mana yaalaa argachuu isaa hubadhaa. Oduu namootaa fi agarsiisa namootaan hin gowwominaa. Fayyaan keessan yoo isin jalaa deeme deebitanii akka hin arganne hin dagatinaa. ''Amani'' yommuu isiniin jedhan ''amaneen as dhufe'oo'' jedhaa. ''Amantii'' hin qabu jettanii ofitti hin yeella'inaa; fayyisuun kan Waaqayyooti malee dubbannaan keessan isin hin fayyisu. Waaqayyo keenya ni bulcha ni dhaga'a malee kan abboomamu miti'oo. 3. Bishaan, zayitii, uffataa fi kkf irratti kadhatameera jedhanii yommuu mana amantaatii isiniif kennan (isinitti gurguran) gaaffii qaxxaamuraa tokkoon sammuu keessan qoruun barbaada mee amanamummaadhaan sammuu keessaniif deebisaa. Kiristiyaanonni jalqaba gaafa Gooftaa Yesuusiin fayyisaa lubbuu keessanii godhattanii fudhattan hidhaa seexanaa jalaa, bittaa cubbuu jalaa, seerrata foonii jalaa birmaduu ba'eera jettanii turtan. Kana malees ani mana qulqullummaa Waaqayyoo bakka buufata Hafuura Qulqulluuti jettanii Waaqayyotti kooluu galtaniittu.
838
10
wal_jijjiirraa_guddichaa_fi_akka_itti_ayyaanni_waaqayyoo_hojjetu.pdf
866
11
If you need something in addition to God to make you happy, that is your true King. Timothy Keller Share | Onesimos | apologia | invite
968
12
Yesuus_moo_Amantii ?? Torbee darbee kana barroo gabaabduu Chad Bird barreesse tokko namoota hedduudhaan utuu qoodamuu argaan ture. Mee qooqa keenyaan itti dhiyaadhaa. Haga dhumaatti hin dubbistan taanaan hin eegalinaa. ''SABABA qalbii jijjiirratteef, cubbuu kee himatteef yookiin Waaqayyoon amanteef Gooftaa biraa dhiifamuu cubbuu hin argattu. Qalbiii jijjiirrachuu qabdaa? Eeyyeen. Cubbuu kee himachuu qabdaa? Eeyyeen. Amanuu qabdaa? Eyyeen sirriitti. Garuu kunniin hundinuu dhiifamuu cubbuu akka argattuuf wabii siif hin ta'an. Mee akkasitti yaadi. Yoo dhukkubsatte, ogeessa fayyaa biraa deemtee mallattoo dhukkuba keetii itti himattee ajaja ogeessaa fudhachuu qabdaa? Eeyyeen. Garuu gochi kun fayyina siif hin kennu. Fayyinni qorsa (qoricha) keessaan siif dhufa. Yesuus fayyisaa hundaa danda'uudha. Isaa fi Isa qofatu dhiifamuu cubbuu akka argattuuf sababa tokkicha siif ta'e. Waaqayyo Abbaan qajeelota godhee nu simachuuf isaaf Inni [Yesuus] sababa tokkichadha. Waa'ee kanaa ilaalchisee walii wallaaluu dhabuu bal'aatu waldaa kiristiyaanaa keessatti mul'ata. Isa kanaaf sababni tokko hubannoo dogoggoraa caqasa 1Yoh 1:9 irra jirudha: “Cubbuu keenya yoo isatti himanne, inni amanamaa fi qajeelaa waan ta'eef, cubbuu keenya nuuf in dhiisa, jal'ina keenya hundumaattiis nu qulleessa.” Kun dhugaa dha. ''Yoo nuyi tarii ogeessa fayyaa bira deemnee dhibee keenya itti himanne, dhuguma iyyuu ogeessichi dhibee keenya irraa nu fayyisuuf ogummaa fi itti gaafamummaa qaba.'' Akkammitti ''nu fayyise?'' Qorsa nuuf kennuudhaan. Waaqayyo akkamitti dhiifamuu cubbuu nuyiif kenne? Yohannis lakkoofsa sadii gad siqee nutti dubbata: “Inni furee cubbuu keenyaa ti, cubbuu keenya duwwaafis miti cubbuu guutummaa biyya lafaatiifis malee.” (2:2) Garuu yeroo tokko tokko namoonni akka waan guutummaan qalbii jijjiirrannaa, cubbuu himannaa fi amantii isaanii bobbocamee fannoo irra isaaniif jirutti amanu. Qalbii jijjjiirrannaan kee siif hin fannifamne'oo. Beeksifannaan amantii keetiis siif hin duune. Amantiin kee du'aa siif hin kaane'oo. Yesuus fi Yesuus qofatu siif jiraatee, du'ee, deebisees immoo du'aaf siif ka'e. Waaqayyo Abbaan yommuu cubbuu keenya nuyiif dhiisu akka namoota qalbii jijjiirratanii, cubbuu isaanii himatanii amananiitti cubbuu keenya nuyiif dhiisa. Garuu kan nu fayyisu qalbii jijjiirrannaa keenya miti, cubbuu keenya himachuu keenya miti, amantii keenyas miti. Kiristoos fi Kiristoos qofatu sababa fayyuu keenyaati. Dhiifamuun cubbuu 100% hojii aarsaa araaraa Yesuus Kiristoos irra dhaabbatee jira. Aarsaan araaraa Isaa gahaa dha. Aarsaan isaa gonkumaa mudaa hin qabu; quubsaa ture. Dhiigni Isaa cubbuu isa ati qalbii itti jijjiirrattu qofa kan siif dhoksu miti'oo, qalbii jijjiirrannaa hanquu ati cubbuu kee sanaaf taasiftus siif dhoksa. Dhiigni Isaa [Yesus] qalbii jijjiirrannaa kee isa amanamummaa 100% gad qabuu fi amantii kee isa walaallammii makatu sanas siif dhoksa. Abdiin keenya waan dhiigaa fi qajeelummaa Yesuus gad ta'ee kam irra iyyuu hin dhaabbanne; waan kanaa ala ta'es homaa dabalata hin barbaadne.'' Egaan akka barroo kanaatti, aarsaa fannoo Yesuus qofatu boqonnaa lubbuu, abdii jireenyaa fi sababa kiristiyaana ta'uu gahaa nuuf kenna. Fannocha qofatu Abdii keenya. Fannocha! Amantii keenya utuu hin taane isa amantiin keenya irra jirutu nu fayyisa. Amantii keenya waaqa tolfamaa godhachuun nurraa haa fagaatu. Humnaa fi anniisaan kiristiyaanummaa keenyaa, Abbaa amantii keenya biraati malee nu biraa miti. © Biniam Edosa Share | Onesimos | apologia | invite
1 013
13
Yesuus_moo_Amantii ?? Torbee darbee kana barroo gabaabduu Chad Bird barreesse tokko namoota hedduudhaan utuu qoodamuu argaan ture. Mee qooqa keenyaan itti dhiyaadhaa. Haga dhumaatti hin dubbistan taanaan hin eegalinaa. ''SABABA qalbii jijjiirratteef, cubbuu kee himatteef yookiin Waaqayyoon amanteef Gooftaa biraa dhiifamuu cubbuu hin argattu. Qalbiii jijjiirrachuu qabdaa? Eeyyeen. Cubbuu kee himachuu qabdaa? Eeyyeen. Amanuu qabdaa? Eyyeen sirriitti. Garuu kunniin hundinuu dhiifamuu cubbuu akka argattuuf wabii siif hin ta'an. Mee akkasitti yaadi. Yoo dhukkubsatte, ogeessa fayyaa biraa deemtee mallattoo dhukkuba keetii itti himattee ajaja ogeessaa fudhachuu qabdaa? Eeyyeen. Garuu gochi kun fayyina siif hin kennu. Fayyinni qorsa (qoricha) keessaan siif dhufa. Yesuus fayyisaa hundaa danda'uudha. Isaa fi Isa qofatu dhiifamuu cubbuu akka argattuuf sababa tokkicha siif ta'e. Waaqayyo Abbaan qajeelota godhee nu simachuuf isaaf Inni [Yesuus] sababa tokkichadha. Waa'ee kanaa ilaalchisee walii wallaaluu dhabuu bal'aatu waldaa kiristiyaanaa keessatti mul'ata. Isa kanaaf sababni tokko hubannoo dogoggoraa caqasa 1Yoh 1:9 irra jirudha: “Cubbuu keenya yoo isatti himanne, inni amanamaa fi qajeelaa waan ta'eef, cubbuu keenya nuuf in dhiisa, jal'ina keenya hundumaattiis nu qulleessa.” Kun dhugaa dha. ''Yoo nuyi tarii ogeessa fayyaa bira deemnee dhibee keenya itti himanne, dhuguma iyyuu ogeessichi dhibee keenya irraa nu fayyisuuf ogummaa fi itti gaafamummaa qaba.'' Akkammitti ''nu fayyise?'' Qorsa nuuf kennuudhaan. Waaqayyo akkamitti dhiifamuu cubbuu nuyiif kenne? Yohannis lakkoofsa sadii gad siqee nutti dubbata: “Inni furee cubbuu keenyaa ti, cubbuu keenya duwwaafis miti cubbuu guutummaa biyya lafaatiifis malee.” (2:2) Garuu yeroo tokko tokko namoonni akka waan guutummaan qalbii jijjiirrannaa, cubbuu himannaa fi amantii isaanii bobbocamee fannoo irra isaaniif jirutti amanu. Qalbii jijjjiirrannaan kee siif hin fannifamne'oo. Beeksifannaan amantii keetiis siif hin duune. Amantiin kee du'aa siif hin kaane'oo. Yesuus fi Yesuus qofatu siif jiraatee, du'ee, deebisees immoo du'aaf siif ka'e. Waaqayyo Abbaan yommuu cubbuu keenya nuyiif dhiisu akka namoota qalbii jijjiirratanii, cubbuu isaanii himatanii amananiitti cubbuu keenya nuyiif dhiisa. Garuu kan nu fayyisu qalbii jijjiirrannaa keenya miti, cubbuu keenya himachuu keenya miti, amantii keenyas miti. Kiristoos fi Kiristoos qofatu sababa fayyuu keenyaati. Dhiifamuun cubbuu 100% hojii aarsaa araaraa Yesuus Kiristoos irra dhaabbatee jira. Aarsaan araaraa Isaa gahaa dha. Aarsaan isaa gonkumaa mudaa hin qabu; quubsaa ture. Dhiigni Isaa cubbuu isa ati qalbii itti jijjiirrattu qofa kan siif dhoksu miti'oo, qalbii jijjiirrannaa hanquu ati cubbuu kee sanaaf taasiftus siif dhoksa. Dhiigni Isaa [Yesus] qalbii jijjiirrannaa kee isa amanamummaa 100% gad qabuu fi amantii kee isa walaallammii makatu sanas siif dhoksa. Abdiin keenya waan dhiigaa fi qajeelummaa Yesuus gad ta'ee kam irra iyyuu hin dhaabbanne; waan kanaa ala ta'es homaa dabalata hin barbaadne.'' Egaan akka barroo kanaatti, aarsaa fannoo Yesuus qofatu boqonnaa lubbuu, abdii jireenyaa fi sababa kiristiyaana ta'uu gahaa nuuf kenna. Fannocha qofatu Abdii keenya. Fannocha! Amantii keenya utuu hin taane isa amantiin keenya irra jirutu nu fayyisa. Amantii keenya waaqa tolfamaa godhachuun nurraa haa fagaatu. Humnaa fi anniisaan kiristiyaanummaa keenyaa, Abbaa amantii keenya biraati malee nu biraa miti. © Biniam Edosa Share| Onesimos | apologia | invite
4
14
Ana isa maanguddicha biraa, haa ga'u gara haadha warraa ishee fo'atamtee fi gara ijoollee ishee, warra ani dhugaadhaan jaalladhu; ana kophaa miti, warri dhugaa hubatan hundinuu isin in jaallatu malee. Jaalalli kunis, dhugichi inni nu keessatti hafee jiru bara baraan waan nu bira jiraatuuf. Ayyaanni, araarri, nagaanis Waaqayyo abbaa biraa, Yesus Kristos ilma abbaa biraas dhugaatti, jaalalattis nuu wajjin haa ta'u. Ijoollee kee keessaa kaan, akkuma nuyi abbaa biraa abboomamnetti dhugicha duukaa utuu bu'anii argachuun baay'ee na gammachiise. Yaa haadha warraa! Abboommii haaraa siif caafuuf miti, garuu nuyi walii keenya akka jaallannu, abboommii isa durii durii jalqabnee qabna turre sana sin yaadachiisa malee. Jaalala jechuun akka abboommii Waaqayyootti jiraachuu dha; akkasitti akka jiraattaniif, abboommiin jalqabaa jalqabdanii dhageessan isa kana. Warri nama wallaalchisan, Yesus Kristos fooniin dhufuu isaa amananii warri hin beeksifne, baay'een gara biyya lafaatti ba'aniiru; inni nama wallaalchisu, inni Kristosiin mormus isa akkasiitti. Of eeggadhaa! Miindaa guutuu akka argattaniif, kanaa achi inni itti dadhabdan hundinuu isin duraa in bada. Namni barsiisa Kristositti qabamuu dhiisee, kana irra darbee barsiisu, Waaqayyoon of biraa hin qabu; inni barsiisichatti qabamee jiraatu immoo, abbaa, ilmas of biraa qaba. Namni barsiisa kana hin fudhanne isin barsiisuuf yoo dhufe garuu, mana keessanitti isa hin simatinaa! Nagaa iyyuu isa hin gaafatinaa! Namni nagaa isa gaafatu, hojii isaa isa hamaattii hirmaachuu isaa ti. Kanan isiniif caafu illee waan baay'ee qaba; garuu gammachuun keenya guutuu akka ta'uuf, qalamiidhaan waraqata irratti isiniif caafuu hin barbaanne. Ani dhufee wal arginee afaaniin isinii wajjin haasa'uu nan abdadha. Ijoolleen obboleettii kee ishee fo'atamtee nagaa siif dhaamu. 2 Yoh 1:1-13
921
15
God enters the world without ceasing to be God; God then leaves the world without ceasing to be man. Gavin ortlund Share | Onesimos | apologia | invite •
779
16
Best 5 books on the person and work of Christ.zip
886
17
KADHATA GANAMAA.mp3
1 055
18
ተስፋ ቆርጬ በእንባ ሳለሁ ያንተን ድምፅ ስሰማ ነቃለሁ አይዞሽ ባይ ነህና ደካማ አፅናኝ የፈረሰን እምነት ጠጋኝ 🎶
858
19
Prayer ቅዱስ እግዚአብሔር ኾይ፦ ክፉዎችን ይቀጣ ዘንድ በትርን ያስታጠቅኸው ምድራዊ መንግሥት የንጹሐንን ፍጅትና ዕንባ ከምንም ሊቆጥር አልፈቀደም አላስተዋለምና፣ እነኾ አጽናኝና ከልካይ የሌለን እኛ በቅዱስ ክንፎችኽ ጥላ ሥር እንጠለል ዘንድ አንተው ራስኽ ጠብቀን፤ ፍርዱንም ለአንተ ሰጥተናልና ውጊያውም ሜዳውም ፍጹም የአንተ ነው። ምድራውያን መንግሥታት በክብራቸው ቢያብጡም እንኳ እንደ ጧፍ ቀልጠው፣ እንደ ጉም ተነው ይሻራሉ። አንተ ግን ከትውልድ እስከ ትውልድ በግርማኽና በጽድቅኽ ለዘለዓለም ጸንተህ ትኖራለኽ!
964
20
Proverbs 28:5 Evil men do not understand justice, but they who crave and seek the Lord understand it fully. @ProlifeGenerations
1