es
Feedback
FOCUS KITTOO FURDISA

FOCUS KITTOO FURDISA

Ir al canal en Telegram

...................FOCUS KITTO FURDISA............... Welcome to the official Telegram channel of FOCUS Ministry – Jimma University (JIT) Kitto Furdisa Branch. FOCUS KITTO FURDISA 💳 CBE ACCOUNT :1000197541974  

Mostrar más
1 260
Suscriptores
Sin datos24 horas
+97 días
+4230 días

Carga de datos en curso...

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
agosto '26
agosto '26
+3
en 0 canales
julio '26
+66
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+15
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+22
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+49
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+30
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+15
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+12
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+44
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+116
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+93
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+23
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+14
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+15
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+7
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+30
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+74
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+66
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+14
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+74
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+8
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+36
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+28
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+14
en 0 canales
Get PRO
agosto '24
+13
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+13
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+14
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+32
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+19
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+21
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+38
en 1 canales
Get PRO
enero '24
+57
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+103
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+22
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+26
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+3
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+6
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+5
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+13
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+5
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+23
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+22
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+4
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+11
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+5
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+7
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+1
en 0 canales
Get PRO
septiembre '220
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+4
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+11
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+24
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+25
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+14
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+9
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+8
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+30
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+35
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+1
en 0 canales
Get PRO
octubre '210
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+4
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+4
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+11
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+3
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+326
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
02 agosto+3
01 agosto0
Publicaciones del Canal
🔴 LIVE NOW | POST GRADUATES SUMMER PROGRAM ❇️ Eeguun xumurameera! Sagantaan keenya Post Graduates Summer Program mata duree
🔴 LIVE NOW | POST GRADUATES SUMMER PROGRAM ❇️ Eeguun xumurameera! Sagantaan keenya Post Graduates Summer Program mata duree "Christ Ambassadors" jedhuun amma LIVE irratti tamsa'aa jira. 📲 Amma TikTok keenya irratti sagantaa kana irraa eebbifamuu dandeessu: @focus_jit ✅Hiriyoota fi maatii keessanifis qooduu akka hin daganne; namni kamiyyuu eebba kana akka hin dhabne haa taasisnu. 📲 LIVE keessaa nu waliin ta'aa: 🔗 LINKI ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜

2
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — TODAY! 🤝 Nagaa fi ayyaanni Gooftaa hunda keenyaaf haa baayyatu. Akkam jirtu maatii FOCUS-
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — TODAY! 🤝 Nagaa fi ayyaanni Gooftaa hunda keenyaaf haa baayyatu. Akkam jirtu maatii FOCUS-Kittoo? 🎉 Guyyaan yeroo dheeraan eegamaa ture kunoo Gooftaan nu gargaaree har'a ga'eera! Sagantaan addaa #Post_Graduate_Summer_Program bara kanaa, mata duree "Christ Ambassadors" jedhuun qophaa'e beeksifamaa ture, har'a ni geggeeffama. ✨ Egaa maarree eebba guddaa kana irratti argamuun Waaqayyoon waliin akka waaqeffannu akkasumas obbolummaa karaa hafuuraa arganne akka jabeeffannu jaalala Gooftaan irra deebinee isin yaadachiifna. . Akkasumas warri biyya alaa ykn qaamaan argamuu hin dandeenye, karaa LIVE social media keenyaatiin saganticha hordofuu ni dandeessu. 📆 Har'a – Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
161
3
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — TODAY! 🤝 Nagaa fi ayyaanni Gooftaa hunda keenyaaf haa baayyatu. Akkam jirtu maatii FOCUS-Kittoo? 🎉 Guyyaan yeroo dheeraan eegamaa ture kunoo Gooftaan nu gargaaree har'a ga'eera! Sagantaan addaa #Post_Graduate_Summer_Program bara kanaa, mata duree "Christ Ambassadors" jedhuun qophaa'e beeksifamaa ture, har'a ni geggeeffama. ✨ Egaa maarree eebba guddaa kana irratti argamuun Waaqayyoon waliin akka waaqeffannu akkasumas obbolummaa karaa hafuuraa arganne akka jabeeffannu jaalala Gooftaan irra deebinee isin yaadachiifna. . 📡 Akkasumas warri biyya alaa ykn qaamaan argamuu hin dandeenye, karaa LIVE social media keenyaatiin saganticha hordofuu ni dandeessu. Kanaaf Liinkii ittin LIVE darbu saatii muraasa booddee waan isin beeksifnuuf nu hordofaa. 📆 Har'a – Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website| YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
1
4
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART10 🔻THE INCARNATION OF THE WORD Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfi
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART10 🔻THE INCARNATION OF THE WORD Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfina isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine; ulfinni isaas isa ilmi tokkichi abbaa isaa irraa argatu ture. Wangeela Yohannis 1:14 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 10ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#SAGALICHI_FOON_UFFATE" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. ✨Hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu. 📆Guyyaa:Dilbata(2-8-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00LT galgala 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
147
5
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM —1 DAY LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Ho
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM —1 DAY LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
220
6
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 2 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot,
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 2 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
226
7
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 3 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
201
8
🔊Christology Continuous Teaching #Part9 🔻THE DIVINITY OF JESUS CHRIST Audion barumsa #Christology #part9 akka kanatti qophaa'ee jira. 📌Barumsi kuni barnoota kana booda barannuuf hundee waan ta'eef sirriitti akka hordoftan isin yaadachiifna. 🔸Akkasumallee HIRIYYOOTA keessan kamillee hirmaachisuu akka hin daganne. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
212
9
Kanaaf Manni Maree Niqiyaa Ariyos balaaleffatee, Nicene Creed jedhamu baase. 📜 B. Manni Maree Qonstantinoophil (Council of Constantinople) – AD 381 Bara 381 AD Manni Maree lammaffaan magaalaa Qonstantinoophil keessatti geggeeffame. Kaayyoon isaa: 📖 Barumsa Manni Maree Niqiyaa murteesse cimsuu. ✝️ Waaqummaa Yesuus Kiristoos ammas mirkaneessuu. 🕊 Waaqummaa Hafuura Qulqulluus ifatti labsuu. Waldaan akkana jette: ✅ Yesuus Kiristoos guutummaatti Waaqayyo dha. ✅ Hafuurri Qulqulluunis guutummaatti Waaqayyo dha. ✅ Tokkummaan Sillaasee Qulqulluu (Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu) akka barsiisa Macaafa Qulqulluutti mirkanaa'e.. 9️⃣ 🔗 Waaqummaa fi Namummaa Yesuus Yesuus: 👑 Guutummaatti Waaqayyo dha. 👤 Guutummaatti nama dha. Garuu: ❌ Walakkaa Waaqayyo miti. ❌ Walakkaa nama miti. ❌ Namoota/Person lama miti. ✅ 📖 Yesuus Kiristoos Person tokko keessatti uumamoonni (amalli) lama qaba: Waaqummaa fi Namummaa. Amalli lamaan kun waliti hin makaman (inconfusedly), wal hin jijjiiraman (unchangeably), walirraa hin qoodaman (indivisibly), walirra adda hin baafaman (inseparably). Kunis barumsa Manni Maree Kaalqedoon (Council of Chalcedon, AD 451) keessatti ibsame dha. Kun Hypostatic Union jedhama. 🔟 📌 Hiika Ti'ooloojii ✝️ Waaqayyo mataan isaa nu fayyise. 📖 Waaqayyo Kiristoosiin of mul'ise. 🙏 Yesuus waaqeffatamuu qaba. 🌍 Abdii keenya isa irratti kaa'anna. 👑 Inni Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa dha. 📌 Cuunfaa (Summary) ✝️ Macaafni Qulqulluun ifatti barsiisa: 👑 Yesuus Waaqayyo guutuu dha. 📖 Amaloota Waaqummaa hunda qaba. 🌍 Hojii Waaqayyoo qofa raawwata. 🙏 Waaqeffannaa ni fudhata. ⚖️ Addunyaa hunda irratti ni farada. 💀 Du'aa ni kaasa. ❤️ Cubbuu ni dhiisa. 🌟 Kanaaf Yesuus Kiristoos raajii qofa, barsiisaa qofa, yookaan uumama qofa miti; inni Ilma Waaqayyoo isa bara baraa, Waaqayyo foon uffatee gara addunyaa dhufe, Fayyisaa fi Gooftaa keenya dha. 📝 Homework (Short) Yesuus Waaqayyo ta'uu isaa caqasoota Macaafa Qulqulluu lama (2) fayyadamuun ibsi. Amaloota Waaqummaa Yesuus keessaa sadii (3) barreessi. Manni Maree Niqiyaa (AD 325) Ariyoosiif deebii maal kenne? Maaliif Waaqummaan Yesuus fayyina keenyaaf barbaachisaa ta'e? Gabaabinaan ibsi 🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸 Deebii Hojii manaa, akkasumas yaada barumsa kana irratti qabdan @MILKAN19 irratti nuuf qoodaa. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
174
10
Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira” isaaniin jedhe*. Namni kamiyyuu bakka hundatti argamuu hin danda'u. Kun amaloota Waaqummaa keessaa tokko. 🔒 E. Hin Jijjiiramu (Immutability) 📖 Ibroota 13:8 Yesus Kristos kaleessa isuma ture, har'as bara baraanis isuma sana*! Waaqayyo hin jijjiiramu. Yesuusis hin jijjiiramu. 4️⃣ ✝️ Hojii Waaqayyoo Yesuus Raawwate 🌍 Uumama uume. 📖 Yohaannis 1:3 🔗 Uumama hunda ni eega. 📖 Qolosaayis 1:17 🙏 Cubbuu ni dhiisa. 📖 Marqoos 2:5 ⚖️ Addunyaa hunda ni irratti murtee ni kenna. 📖 Maatewos 25:31-46 💀 Du'aa ni kaasa. 📖 Yohaannis 11 5️⃣ 👑 Maqaalee Waaqummaa Yesuus Agarsiisan 📖 Ilma Waaqayyoo 👑 Gooftaa (Kyrios) 📖 Dubbii Waaqayyoo (Logos) 🔥 Alfa fi Omeegaa 💡 Ifa 🐑 Tiksee Gaarii 🚪 Balbala 🍞 Buddeena Jireenyaa 6️⃣ 🙏 Waaqeffannaa Yesuus Fudhate 📖 Maatewos 14:33 Bartoonni isa waaqeffatan. 📖 Yohaannis 9:38 Namni ija isaa baname isa waaqeffate. 📖 Ibroota 1:6 Abbaan: Waaqayyo ilma isaa isa angafa waan hundumaa, gara biyya lafaatti yommuu erge immoo, “Ergamoonni Waaqayyoo hundinuu isaaf haa sagadan!” jedhe* Yesuus akka isa hin waaqeffannaa hin dhowwine. Kun Waaqummaa isaa mirkaneessa. 7️⃣ 🤝 Tokkummaa Abbaa fi Ilmaa 📖 Yohaannis 10:30 Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe*. Kun abbaani fi ilmi person tokkodha jechuun miti. Hiikni isaa: ✝️ Waaqummaa tokko/one Divine Essence. 👑 Humna tokko. ❤️ Kaayyoo tokko. 🌍 Nature Waaqayyoo tokko. 📖 Yohaannis 14:9 Yesus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge; attamitti, ‘Abbaa nu argisiisi’ jetta ree*? 8️⃣ 🏛 Hubannoo Waldaa Durii Waaqummaa Yesuus Irratti Erga Yesuus mootummaa samii ol ba'ee booddee, Waldaan Kiristiyaanaa jalqabaa Yesuus guutummaatti Waaqayyo ta'uu isaa cimsitee barsiisaa turte. Garuu yeroo dheeraa booda barsiisotni sobaa tokko tokko waaqummaa Yesuus mormuu jalqaban. Kanaaf waldaan barsiisa Macaafa Qulqulluu eeguuf manneen maree (Councils) waamte. 📜 A. Manni Maree Niqiyaa (Council of Nicaea) – AD 325 Manni Maree Niqiyaa bara 325 AD keessatti mootummaa Roomaa, magaalaa Niqiyaa keessatti geggeeffame. Sababni inni waamame keessaa inni guddaan barsiisaa tokko, Ariyos (Arius) jedhamu ture. ❌ Ariyos Maal Barsiise? Ariyos akkana jedha ture: 👉 Yesuus Waaqayyo miti. 👉 Ilmi Waaqayyoo uumama jalqabaa dha. 👉 Yeroo tokko Ilmi hin jirre ture. 👉 Waaqayyo Ilma uume. Kana jechuun Ariyos Yesuus Waaqa guutuu ta'uu isaa ni morme. ✅ Waldaan Maal Deebiste? Waldaan Macaafa Qulqulluu irratti hundaa'uun akkana jette: ✝️ Ilmi hin uumamne. ♾️ Ilmi bara baraan jira. 👑 Ilmi Abbaa wajjin Waaqummaa tokko qaba. 📖 Ilmi fi Abbaan uumama Waaqummaa tokko (Homoousios) qabu. Homoousios jechuun: "Uumama (essence/nature) Waaqummaa tokko qabaachuu." Kana jechuun Abbaan fi Ilmi namoota tokko miti; garuu Waaqummaa isaanii tokko dha. 📖 Yohaannis 10:30 Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe*. 📖 Yohaannis 1:1 Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture
123
11
.....📖 Christology Continuous Teaching  #Part9: 🔻 WAAQUMMAA YESUUS KIRISTOOS(The Divinity of Christ) 📖 Yaada Bu'uuraa (Core Idea) Amantii Kiristiyaanaa keessatti dhugaan guddaan tokko jiru: 👉 Yesuus Kiristoos nama qofa miti. ❌ 👉 Inni guutummaatti Waaqayyo dha. ✝️👑 Kana jechuun Yesuus uumama keessaa tokko miti; uumamaa hundumaa uume keessaa isa tokko miti. Inni Ilma Waaqayyoo isa bara baraa, Abbaa wajjin uumama Waaqayyoo tokko qabu (One Divine Essence) dha. 📖 Qolosaayis 2:9 Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jiraata*. Kana jechuun Waaqummaan Waaqayyoo guutuun Yesuus keessa jiraata jechuu dha. ❗️Kanaaf Yesuus: 👑 Mootii qofa miti. 📖 Raajii qofa miti. 👨‍🏫 Barsiisaa qofa miti. 🙏 Ergamaa qofa miti. ✝️ Waaqayyo foon uffatee gara addunyaa kana dhufe dha. 📖 Yohaannis 1:14 Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. 1️⃣ Maaliif Waaqummaan Yesuus Barbaachisaa Dha? Waaqummaan Yesuus bu'uura amantii Kiristiyaanaa ti. Yesuus Waaqayyo ta'uu isaa yoo mormine: ❌ Fayyinni keenya hin jiru. ❌ Aarsaan isaa gatii hin qabaatu. ❌ Waaqeffannaan keenya dogoggora ta'a. ❌ Macaafni Qulqulluun wal faallessa jechaa jira. Sababoota ijoo: ✝️ A. Waaqayyo qofatu Nama Fayyisuu Danda'a 📖 Isaayaas 43:11 Ana duwwaatu Waaqayyoo dha, ana malee fayyisaan kan biraa hin jiru*. Kanaaf Yesuus Fayyisaa ta'uun isaa Waaqummaa isaa mirkaneessa. 🙏 B. Waaqayyo qofatu Cubbuu Dhiisuu Danda'a 📖 Marqoos 2:7 Yihudoonni akkana jedhan: “Attamitti namichi kun akkas dubbata? Kun Waaqayyoon arrabsuu isaa ti! Waaqayyo tokkicha malee eenyutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?” jedhan*. Garuu Yesuus akkana jedhe: "Cubbuun kee siif dhiifameera." Kana jechuun Yesuus aangoo Waaqayyummaa qaba. 🙇 C. Waaqeffannaan Waaqayyo Qofaaf Ta'a 📖 Bau'uu 20:3-5 Namni kamiyyuu waaqeffatamuu hin qabu. Garuu Yesuus waaqeffannaa ni fudhate. Kanaaf inni Waaqayyo dha. 📖 D. Waaqayyoo Guutummaatti Kan Mul'isu Waaqayyo Qofa 📖 Yohaannis 14:9 Yesus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge; attamitti, ‘Abbaa nu argisiisi’ jetta ree*? Yesuus mul'ata guutuu Waaqayyoo dha. 2️⃣ 📖 Ragaa Macaafa Qulqulluu Waaqummaa Yesuus 📖 A. Yohaannis 1:1 Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture* As keessatti wantoonni sadii ibsaman: ✅Sagalichi bara baraan ture. ✅Sagalichi Abbaa wajjin ture. ✅Sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture. Sagalichi Yesuus dha. 👤 B. Yohaannis 20:28 Toomaas Yesuusiin akkana jedhe: Toomaasis, “Gooftaa ko, Waaqayyo ko!” jedhee deebiseef*. Yesuus kana hin mormine. Ergamoonni yeroo namoonni isanin waaqeffatan ni dhowwu. Garuu Yesuus waaqeffannaa kana fudhate. Kana jechuun inni Waaqayyo dha. 📖 C. Tiitoos 2:13 Achumaanis abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas Phaawuloos ifatti Yesuusiin "Waaqayyoo keenya isa guddicha" jedhee waama. 📖 D. Ibroota 1:8 Abbaan Ilmaan isaan akkana jedha: Waa'ee ilmaa garuu, “Teessoon kee yaa Waaqayyo, baraa hamma baraatti, uleen mootummaa kees ulee qajeelummaa ti. Kun ragaa cimaa keessaa isa tokko. Abbaan mataan isaa Ilma "Waaqayyo" jedhee waama. 3️⃣ 👑 Amaloota Waaqummaa Yesuus ♾️ A. Bara Baraa (Eternal) 📖 Yohaannis 8:58 Yesus immoo deebisee, “Dhuguma, dhuguman isinitti hima, Abrahaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture” isaaniin jedhe* "ANI" jechuun maqaa Waaqayyoo Bau'uu 3:14 keessatti Museetti mul'ate dha. Kanaaf Yesuus maqaa YHWH ofiif fayyadame. 🧠 B. Beekumsa Guutuu (Omniscience) 📖 Yohaannis 2:24-25 Yesuus garaa nama hundaa ni beeka. 📖 Yohaannis 16:30 Bartoonni: Amma ati waan hundumaa, gaaffii namni qabu iyyuu utuu inni si hin gaafatin akka beektu nuyi barreerra; kanaanis Waaqayyo biraa akka ati dhufte in amanna” jedhaniin*. 💪 C. Humna Guutuu (Omnipotence) Yesuus: 🌊 Bubbee callisiise. 🍞 Nyaata baay'ise. 💀 Du'aa kaase. 🌍 Uumama hunda ni to'ata. 🌍 D. Bakka Hundatti Argama (Omnipresence) 📖 Maatewos 28:20
135
12
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM Nagaan Waaqayyoo siniif haa baayyatu. #Story kana olitti share godhame kana repost gochuudhaan waliif qodaa. Sagantaan kuni kan Post Graduate yoo jedhame iyyuu obboloonni Undergraduate Finfinnee fi naannoo isheetti argamtan dhuftanii akka hirmaattan isin Yaadachiifna. 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, #Hospitaalaa_Phawuloos_Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
371
13
Sin texto...
162
14
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot,
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
370
15
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART9 🔻THE DIVINITY OF JESUS CHRIST Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jir
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART9 🔻THE DIVINITY OF JESUS CHRIST Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jiraata. Qolosaayis 2:9 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 9ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#WAAQUMMAA_YESUUS_KIRISTOOS" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. Irraa haa barannuu hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu. 📆Guyyaa:Roobii(29-7-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00 galgala (LT) 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
297
16
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot,
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
430
17
🔊Christology Continuous Teaching #Part8 🔻NAMUMMAA YESUUS KIRISTOOS (THE HUMANITY OF CHRIST) Audion barumsa #Christology #part8 akka kanatti qophaa'ee jira. 📌Barumsi kuni barnoota kana booda barannuuf hundee waan ta'eef sirriitti akka hordoftan isin yaadachiifna. 🔸Akkasumallee HIRIYYOOTA keessan kamillee hirmaachisuu akka hin daganne. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
270
18
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
235
19
Kanaaf Docetism jechuun namummaa dhugaa Yesuus Kiristoos kan mormu barsiisa sobaa dha. 🚫 Gnosticism Gnosticism jechuun barsiisa sobaa kiristaanota jalqabaa keessatti babal'ate keessaa isa biraa dha. Barumsi kun wanta qaamaa(wanti qaqabamu) hundii hamaa yoo ta'u wanta hafuura qofatu gaarii akka ta'e barsiisa. Kanaaf Waaqayyo qaama namaa fudhachuu hin danda'u jechuun amana. Sababa kanaan Gnostikoonni Yesuus Kiristoos qaama namaa dhugaa hin fudhanne jechuun barsiisu. Isaan akka jedhanitti, wanti qaamaa(fooni) hamaa waan ta'eef Ilmi Waaqayyoo foon namaa dhugaa uffachuu hin danda'u. Kanaaf qaamni Yesuus qaama namaa fakkaatu qofa qaba ture jedhu. Barumsi kunis Macaafa Qulqulluu waliin wal faallessa. Macaafni Qulqulluun Waaqayyo uumama isaa hunda gaarii godhee akka uume, Ilmi Waaqayyoo immoo foonii fi dhiiga namaa dhugumaan akka hirmaate ifatti barsiisa. Ibroota 2:14 ni jedhu: Ijoollonni kun foonii fi dhiiga akkuma ta'an, inni “Obboloota koo” jedhee isaan waamu kunis akkuma isaanii ta'e; du'a isaatiin Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf nama ta'e*." Akkasumas Luqaas 24:39 keessatti Yesuus du'aa ka'ee booddee, "Harka koo fi miilla koo ilaalaa, ana mataa koo ti'o; mee qaqqabaa na ilaalaa, ekeraan foonii fi lafee hin qabu, ani garuu akkan qabu in argitu*” jedhe." jedhee bartoota isaatti dubbate. Kun qaama isaa dhugaa akka qabu ifatti mirkaneessa. Kanaaf Gnosticism jechuun namummaa fi qaama dhugaa Yesuus Kiristoos kan mormu barsiisa sobaa dha; Macaafni Qulqulluun garuu Yesuus Kiristoos guutummaatti nama dhugaa ta'ee foonii fi dhiiga namaa fudhatee gara addunyaa akka dhufe ifatti barsiisa.. 8️⃣ 🔗 Namummaa fi Waaqummaa Yesuus Yesuus: ✝️ Guutummaatti Waaqayyo dha. 👤 Guutummaatti nama dha. Garuu: ❌ Walakkaa Waaqayyo walakkaa nama miti. ❌ Person lama walitti makames miti. ✅ Person tokko keessatti uumamni(nature) lama jechuun Waaqummaa fi namummaan osoo Walitti hin makamin (inconfusedly), hin jijjiiramin (unchangeably), hin qoodamin (indivisibly), wal irraa hin addaan hin ba'iin (inseparably). tokko ta'anii jiru. Kun Walitti Hidhamiinsa two natures/Uumamoota Lama (Hypostatic Union) jedhama. 9️⃣ 📌 Hojiirra Oolmaa Namummaan Yesuus jireenya keenya keessatti hiika guddaa qaba. 🙏 Yeroo dhiphannu nu hubata. 💪 Yeroo qorama keessa jirru nu jajjabeessa. 👣 Akka isaatti qulqullinaan akka jiraannu nu barsiisa. ❤️ Fayyina keenyaaf bakka keenya bu'ee waan du'eef abdii keenya isa irratti kaa'anna. 🌍 Inni dhufuun nama haaromsuuf akka ta'e nu hubachiisa. 🧠 Yaadannoo Ijoo 📖 Ibroota 4:15 "Lubni Ol'aanaan keenya dadhabbii keenya nu waliin hin hubanne miti; inni akka keenya karaa hundumaan qorameera, garuu cubbuu hin hojjenne." 📌 Cuunfaa Yesuus Kiristoos: 👶 Dhugumaan nama ta'ee dhalate. 🍞 Nyaate, beela'e, dheebote, dadhabe, rafee boqote. ❤️ Boo'e, gammade, aare, garaan isaa ni laafe. ⚔️ Karaa hundumaan qorame; garuu cubbuu hin hojjenne. 💀 Dhugumaan dhiphate, fannifame, du'e. ✝️ Bakka keenya bu'ee aarsaa ta'e. 🌅 Guyyaa sadaffaatti du'aa ka'ee du'a moo'e. 👑 Guutummaatti Waaqayyo ta'ee osoo jiruu, guutummaatti nama ta'uun fayyina keenya raawwate. Kun bu'uura amantii Kiristiyaanaa fi Kristooloojii keessaa isa guddaa dha. 📚 Homework – Namummaa Yesuus Kiristoos 1️⃣ Macaafa Qulqulluu irraa ragaa sadii (3) barreessi kan Yesuus Kiristoos dhugumaan nama ta'uu isaa mirkaneessu; hiika isaanii gabaabinaan ibsi. 2️⃣ Maaliif namummaan Yesuus fayyina keenyaaf barbaachisaa ta'e? Sababoota afur (4) barreessi, lakkoofsa Macaafa Qulqulluus waliin deggari. 3️⃣ Docetism fi Gnosticism wal bira qabii ibsi. Tokkoon tokkoon isaanii waa'ee namummaa Yesuus maal barsiisu? Macaafni Qulqulluun maaliif isaan ni morma? 4️⃣ Walitti Hidhamiinsa Uumamoota Lama (Hypostatic Union) maal jechuu dha? Jechoota armaan gadii hiika isaanii barreessi: Walitti hin makamin (inconfusedly) Hin jijjiiramin (unchangeably) Hin qoodamin (indivisibly) Wal irraa hin addaan ba'iin (inseparably) 🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸 Deebii Hojii manaa, akkasumas yaada barumsa kana irratti qabdan @MILKAN19 irratti nuuf qoodaa.
203
20
😢 Boo'eera 📖 Yohaannis 11:35 Yesus imimmaan isaa dhangalaase*. Yeroo ALaazaar du'e, maatii isaa waliin boo'e. Kun inni jaalala fi gara-laafina guddaa qabu agarsiisa. ❤️ Garaan Isaa Laafa dha. 📖 Maatewos 9:36 Namoota akka hoolota tiksee hin qabneetti bittinnaa'an arguudhaan garaan isaa ni laafe. 😡 Aare 📖 Marqoos 3:5 Inni namoota akka hoolota tiksee hin qabneetti bututanii, gatamanii turan sana yommuu arge isaaniif oo'e*. Aariin isaa cubbuu irratti ture; namoota balleessuuf miti. 😊 Gammadeera 📖 Luqaas 10:21 Hafuura Qulqulluun gammadee Abbaa galateeffate. 😭 Dhiphateera 📖 Luqaas 22:44 Getesemaanee keessatti dhiphina guddaa keessa gale; dhiigni isaa akka copha dhiigaatti lafa bu'aa ture. Kun Yesuus dhiphina namaa guutuu akka beeku agarsiisa. ⚔️ D. Yesuus Qorameera 📖 Ibroota 4:15 Yesuus akkuma keenya karaa hundumaan qorameera. 📖 Maatewos 4:1-11 Seexanaan qorame. Qorumsawwan isaa keessaa: 🍞 Dhagaa buddeena godhi. 🏛 Mana qulqullummaa irraa of darbadhu. 👑 Mootummoota addunyaa kana hundumaa fudhadhu. Garuu yeroo hunda Dubbii Macaafaatiin deebise. Kanaaf: ✅ Qorame. ❌ Garuu cubbuu hin hojjenne. 💀 E. Yesuus Dhugumaan Dhiphate fi Du'e Yesuus du'a fakkeessa miti kan inni du'ee du'a really ta'e du'e. Inni: 😢 Yihudaan ganamee. 👊 Reebame. 🌵 Qoreen gonfame. 🩸 Dhiigni isaa dhangala'e. ✝️ Fannoo irratti fannifame. 💀 Dhugumaan du'e. 📖 Yohaannis 19:30 "Fiixaan Ba'eeraa" Duuti isaa fayyina keenyaaf kaffaltii cubbuu ture. 3️⃣ 🧒 Yesuus Akka Namaatti Guddate 📖 Luqaas 2:52 Yesus immoo Waaqayyoo fi namoota irraa ayyaana argachaa, namummaadhaa fi ogummaatti in guddata ture*. Kun agarsiisa: 🧠 Ogummaan guddate. 💪 Qaamaan guddate. ❤️ Hariiroon namoota waliin qabu ni guddate. 🙏 Jireenya hafuuraa keessattiis guutummaa ajajamuun jiraate. 4️⃣ 🙏 Yesuus Fedhii Namaa Qaba Ture akkuma keenya fedha qaba ture 📖 Luqaas 22:42 “Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta'e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta'in, akka ati jaallatte haa ta'u!” jedhe*. Kun Yesuus akka namaatti fedhii qabaachuu isaa agarsiisa. Garuu fedhii isaa fedhii Abbaa jala galche. Kun ajajamuu guutuumaattii fi gad of deebisuu isaa mul'isa. 5️⃣ 👤 Yesuus Aadam Lammaffaa 📖 1 Qorontos 15:45 Yesuus "Aadam inni lammaffaan" jedhamee waamama. 👤 Aadam Tokkoffaa ❌ Cubbuu fide. ❌ Du'a fide. ❌ Addunyaatti abaarsa fide. ✝️ Yesuus ✅ Ajajamuu fide. ✅ Qajeelummaa fide. ✅ Jireenya bara baraa fide. Kanaaf Yesuus jalqaba uumama haaraa ta'e. 6️⃣ 🧠 Hiika Ti'ooloojii Namummaa Yesuus Namummaan Yesuus hiika guddaa qaba. ✝️ Inni bakka keenya bu'ee du'e. 🙏 Araaraa fi araarsaa keenya ta'e. ❤️ Dhiphina keenya ni hubata. 👣 Fakkeenya jireenyaa nuuf ta'a. 7️⃣ ❌ Dogoggora Barumsaa Waa'ee yesuus irratti xiyyeefatan 🚫 Docetism Docetism jechuun barsiisa sobaa yeroo jalqaba Kiristaanoota keessatti babal'ate keessaa isa tokko dha. Jechi Docetism jedhu afaan Giriikii dokein irraa kan dhufe yoo ta'u, hiikni isaa "akka fakkaatu" ykn "mul'achuu qofa" jechuu dha. Barumsi kun Yesuus Kiristoos qaama namaa dhugaa hin fudhanne jedha. Isaan akka amananitti Yesuus nama fakkaatee mul'ate malee, foon dhugaa akkuma keenyaatti hin qabu. Kana jechuun foon inni uffate jechuun isaanii foon dhugaa osoo hin taane, foon fakkaataa ykn mul'ata qofa ture jedhu. Kanaaf beela, dheebuu, dadhabina, dhiphina fi du'a isaa illee dhugaa osoo hin taane waan mul'atu/faakkaatu qofa ture jechuun barsiisu. Barumsi kun garuu Macaafa Qulqulluu waliin guutummaatti wal faallessa. Macaafni Qulqulluun ilmi Waaqayyoo dhugumaan foon akka uffate a, Yesuus akka dhalate, akka beela'e, akka dheebote, akka dadhabe, akka rakkate, akka du'e fi du'aa ka'e ifatti barsiisa. Yohaannis 1:14 ni jedhu: "Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. e*." Kana jechuun Ilmi Waaqayyoo nama dhugaa ta'ee akka dhufe mirkaneessa. Akkasumas 1 Yohaannis 4:2–3 fi 2 Yohaannis 7 keessatti ergamaan Yohaannis namoonni Yesuus Kiristoos fooniin dhufe jechuun hin amanne hafuurota sobaa akka ta'an ifatti akeekkachiisa.
141