fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

ABDI MEDIA💥

ABDI MEDIA💥

رفتن به کانال در Telegram

Dhaloota abdii qabu ijaarra!

نمایش بیشتر
3 755
مشترکین
-324 ساعت
-197 روز
-9630 روز

در حال بارگذاری داده‌ها

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اکتبر '26
اکتبر '26
+13
در 1 کانال‌ها
سپتامبر '26
+162
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '26
+452
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '26
+229
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+724
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+34
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+90
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+85
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+14
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+15
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+6
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+15
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+19
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+52
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+96
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+62
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+58
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+21
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+47
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+55
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+158
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+1 537
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+106
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+10
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+7
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+21
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+8
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+16
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+49
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+288
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+18
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+175
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+66
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+32
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+29
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+32
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+46
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+1 501
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+33
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+34
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+57
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+31
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+48
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+40
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+39
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+907
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '220
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+1
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+220
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
24 اکتبر0
23 اکتبر0
22 اکتبر0
21 اکتبر0
20 اکتبر+1
19 اکتبر+1
18 اکتبر0
17 اکتبر0
16 اکتبر0
15 اکتبر+2
14 اکتبر0
13 اکتبر+3
12 اکتبر+1
11 اکتبر+2
10 اکتبر0
09 اکتبر0
08 اکتبر+1
07 اکتبر+2
06 اکتبر0
05 اکتبر0
04 اکتبر0
03 اکتبر0
02 اکتبر0
01 اکتبر0
پست‌های کانال
Aanaa Dandii (Giincii)💥 Siyaas-diinagdee, hawaasumattis of gahoomsuun dansa; keessumaa qonna ammayyaa'aa addunyaa ammaa wali
+2
Aanaa Dandii (Giincii)💥 Siyaas-diinagdee, hawaasumattis of gahoomsuun dansa; keessumaa qonna ammayyaa'aa addunyaa ammaa waliin walitti hidhamiinsa qaburratti xiyyeeffatanii qote-bulaa sangaa irraa gara tiraakteraatti jijjiiruun, maashina midhaan haamee dhahu (Combine Harvester, Thresher or Reaper) dhiyeessuun dijitaalessuun wanta jabeeffamu. Kun bu'aa bulchiinsa gaarii fi hooggansa yeroo waliin deemutuu fura. Abdinaol Abera

2
ATTAM OOLTAN?! Kabajni fageenya keessa jiru, tuffii dhiheenya keessa jirurra baayyee caala! Namoota tokko tokko waliin, halaala irraa wal jaalachuu fi wal kabajuutu bareeda. Gaafa garmalee walitti dhihaatan, daangaan kabajaa ni caba, wal tuffachuun, fi waliif iddoo dhabuutu madda. Namni fageenyatti baayyee si kabajuu fi si jaalatu, gaafa sitti dhihaatu amala ati hin eegneefi bitaa sitti ta'u agarsiisuun isaa waanuma jiruudha.😊 Kanaafuu, garmalee walitti dhihaatanii wal nuffuu, wal mufachiisuu fi boodarra gargar fagaachuurra; fageenyuma ofii eeggachuun kabajaan waliin jiraachuutu filatamaadha. Hundi keenya iddoo ofii fi daangaa keenya beeknee yoo jiraanne, walitti dhiheenya dhamaatii qaburra, fageenya nagaa qabutu nuuf wayya. Halaalumatti wayya🫡 Lafa nagayaa bulaa!
21
3
ATTAM OOLTAN?! Kabajni fageenya keessa jiru, tuffii dhiheenya keessa jirurra baayyee caala! Namoota tokko tokko waliin, halaala irraa wal jaalachuu fi wal kabajuutu bareeda. Gaafa garmalee walitti dhihaatan, daangaan kabajaa ni caba, wal tuffachuun, fi waliif iddoo dhabuutu madda. Namni fageenyatti baayyee si kabajuu fi si jaalatu, gaafa sitti dhihaatu amala ati hin eegneefi bitaa sitti ta'u agarsiisuun isaa waanuma jiruudha.😊 Kanaafuu, garmalee walitti dhihaatanii wal nuffuu, wal mufachiisuu fi boodarra gargar fagaachuurra; fageenyuma ofii eeggachuun kabajaan waliin jiraachuutu filatamaadha. Hundi keenya iddoo ofii fi daangaa keenya beeknee yoo jiraanne, walitti dhiheenya dhamaatii qaburra, fageenya nagaa qabutu nuuf wayya. Halaalumatti wayya🫡 Lafa nagayaa bulaa!
279
4
Yuunivarsiitiin DIILLAA, b/ttoota REMEDIAL onkololeessa 19-20/2019'tti waamee jira!💫
Yuunivarsiitiin DIILLAA, b/ttoota REMEDIAL onkololeessa 19-20/2019'tti waamee jira!💫
313
5
بدون متن...
347
6
بدون متن...
668
7
Ilaa fi Ilaamee, Mallattoo Siyaasa Ammayyaa Garaagarummaan yaada siyaasaa yeroo kamiyyuu jiraachuun uumama. Garaagarummaan yaadaa yoo hin jiraanne, dorgommiin siyaasaa hin jiraatu. Bakka dorgommiin siyaasaa hin jirretti, siyaasni jireenya dhugaa irraa adda ba’ee, akka nama bosona dukkanaa keessa dhaabbatee waan hin jirre tokko eeggatuu ta’a. Garuu garaagarummaan siyaasaa fedhii biyyaa, egeree sabaa fi tokkummaa uummataa diiguuf ykn miidhuuf ooluu hin qabu. Abbootiin siyaasaa fi jaarmiyaaleen siyaasaa yaada isaanii ammayyeessuuf, karaa nagaa filachuu fi rakkoolee hawaasaa furuuf carraaqqii godhan, sarara diimaa kana beekanii kabajuun isaanii jajjabeeffamuu fi irraa baratamuu qaba. Garaagarummaa siyaasaa qawwee irraa bilisa haa baafnu; falmii siyaasaa yaadaa fi mul’ata irratti hundaa’e karaa nagaan haa gaggeessinu. Warri garaagarummaa siyaasaa furuuf qawwee kaasanis, dhumni falmii siyaasaa marii, waliigaltee fi araara karaa nagaa ta’uu akka qabu hubachuun guddina siyaasaa ti. Qawween kan biyyaalessaa fi seera biyyattii jalatti bulu ta’uu qaba malee, meeshaa paartileen siyaasaa ittiin wal doorsisan ykn yaada isaanii humnaan fudhachiisan ta’uu hin qabu. Qawwee falmii paartilee siyaasaa keessaa baasuun mallattoo bilchina siyaasaa ti. Ilaa fi ilaameen, mariin fi waliigalteen injifannoo waloo fida. Falmii qawween gaggeeffamu garuu, waliigaltee yaadaan argamu osoo hin taane, humnaan mo’achuu fi wal balleessuutti geessa. Kun barmaatilee siyaasaa badaa fi egeree sabaaf balaa ta’an keessaa isa tokko. Kanaaf, karaa nagaa ilaa fi ilaameen wal amansiisnee, wal kabajnee, waliin haa mo’annu! Dargaggoota Oromoo kaayyoo siyaasaa qabattanii gaarreenii fi laggeen Oromiyaa keessa jirtan, ergaan isiniif qabu ifa dha. Yoo dhugumaan dhimma saba keessanii irratti yaaddooftan, saba keessan gara injifannoo waaraa geessuun karaa marii nagaa, yaada bilchaataa, tokkummaa fi waliigaltee ta’uu hubachuu qabdu. Dhimma saba keessanii dagattanii, kaayyoo alagaa fagootti argamuuf qawwee baachuun garuu, egeree saba keessanii balaa keessa galchuu danda’a. Seenaa irraa barachuun barbaachisaa dha. Yaada siyaasaa humnaan nama fudhachiisuuf yaaluun furmaata waaraa hin fidu. TPLF dabalatee muuxannoo gareewwan qawwee qabatanii siyaasaa keessatti hirmaatanii irraa barachuun barbaachisaa dha. Qawween yeroo tokko abbaa ishee tajaajiluu dandeessi; garuu yeroo biraa abbaa isheetti garagaluu dandeessi. Kanaaf qawween bakka marii fi siyaasaa bu’uu hin qabdu. Yaada siyaasaa humnaan fudhachiisuun fi nama amansiisuun wantoota adda addaa dha. Sodaachisuun yeroo gabaabaaf ajajamuu fiduu danda’a; amansiisuun garuu amanamummaa, waliigaltee fi nageenya waaraa ijaara. Injifannoon dhugaan kan garee tokkoo qofa miti; injifannoon dhugaan nagaa, tokkummaa, bilisummaa yaadaa fi egeree saba keenyaa ti. Injifannoon kan saba keenyaa ti! ©️ General Hailu Gonfa✍️
636
8
Biyya keenyaaf, uummata teenyaaf yoomuu ni hojjenna; yoomessa bakkaaf akka kamuu keessatti saba tajaajiluurratti haa xiyyeeff+2
Biyya keenyaaf, uummata teenyaaf yoomuu ni hojjenna; yoomessa bakkaaf akka kamuu keessatti saba tajaajiluurratti haa xiyyeeffannu! Education is about serving one’s country and fulfilling one’s responsibilities to all nations, nationalities and peoples without discrimination. As an educated person, I am committed to serving with integrity, fairness and kindness wherever I am. Today and tomorrow, I will treat everyone equally and serve all with respect and dedication.🫡🤝 V/President of Salale University Students Union💥 Abdinaol Abera
529
9
بدون متن...
522
10
“Okolee diddu, Okkotee hin diddu!” jedhe namichi Sa’aa maseente qalatee! Egaa Shaabiyaanis yookan Asab gadi dhiiftee nagaan j+2
“Okolee diddu, Okkotee hin diddu!” jedhe namichi Sa’aa maseente qalatee! Egaa Shaabiyaanis yookan Asab gadi dhiiftee nagaan jiraatti; yookan ammoo siruma kaartaa ofii lafarraa balleessitee as makamti. Tokko keessaa tokko dirqama!
578
11
بدون متن...
431
12
BIYYAAF EENYUMMAAN,…!💫 Alaabaa sadeen: Birmadummaan biyya kanaa, daangaa fi olaantummaan sabaaf sablammootaa kan kabajamee addan gahe, alaabaa mtaashee biyyaaf, Afrikaatti akkasumas sadarkaa addunyaattuu tarree biyyoota guddataniitti kan fannifatte beekamtii sadarkaa idil-addunyaatti qabdu alaabota sadeen kana. Kan Itoophiyaa: irraa gadi, Magariisa, Diimaaf Keelloo gidduun asxaa walqixxummaa kan ofirraa qabu; kan Oromiyaa, Diimaa, Adiif Gurraacha kan gidduun Odaa kan qabuufi alaabaa abbaa Gadaa (Oromoo) Irraa gadi Gurraacha, Diimaaf Adii kan mallattoo dabalataa biroo ofirraa hin qabnedha. Eenyummaan ofii biyyarraa eegala; biyya ofii yoo hin jaalanne, eenyummaan kee siif hin kabajamu, sirni ati balballoomsitu, wixineen ati diriirsite fudhatama hin qabu. Biyya koorraa maalan eeggadha? Jechuu caala, biyyi koo dursa maal narraa eeggatti? Kan jedhus beekuun gaaruma; jaalala biyyaa, ilaalcha rational taheen sab-lammoota kabajuuf waliin jiraachuutti yaa amannu! Garaagarummaan siyaasaa, amantaaf eenyummaa keenya biyya tokko waliin qabnu keessatti, waliif kabajuufi wal dandahuun alatti, wal gaarreffannaa fi wal jibbuudhan jijjiiramni dhufu wanta hin jirreef, ‘garaagarummaa keenya akka miidhaginaatti' fudhannee wal haa jaalannu, wal waliin haa jiraannuun dhaamsa kooti. Loving our country means respecting our identity. Our national flag, officially recognized and cherished by our people, represents the sacrifices made for our nation. Let us reflect on the question: “What does my country expect from me, and what can I contribute to my country?” Together, let us uphold our nation’s sovereignty and respect the equality and dignity of all nations, nationalities, and peoples. Serve your country with pride and responsibility!❤️💪 Abdinaol Abera✍️
408
13
INJIFANNOO ADDAA!💪❤️ (Asab Teenya; Eertiraan ni diigamti!) Kun injifannoo salphifamee ilaalamuu qabu miti; tokko, birmadummaa biyyaaf aarsaa qaalii kanfaluun warra daangaa tiksaniif duulatti jiran injifannoo boonsaan kun deeggaramuu qaba. 2ffaa, Asab dhuunfannee, kaartaa ganamaa biyya kanaa sararuudhaan siyaas-diinagdee biyya kanaa sirreessuuf dooniin gama sanaan daldala biyyoota alaaf keessaan taasifamu hedduu nuuf murteessaadha. Namuu jireenya qaala’iinsa biyya kanaaf sababa tahe, karaan kun furmaata wanta taheef siyaasaaf amantii, ilaalcha kamirrayyuu bilisa tahee Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruufi utubuudha qaba; kunis jaalala biyya ofiif qabnuufi injifannoo ofii gonfachuus taha wanta taheef! Nu warri miidiyaa hawaasaan ilaallee salphaatti jechaan, yaadaan wanta hedduu salphifnee laaluu dandeenya; garuu qorraaf ho'a, beelaaf dadhabbii meeqa keessa darbuun waraana sabaaf, biyyaaf jecha aarsaa hanga lubbuu ofii hin qusanneetti nuuf taasisaa jiran kanneeniif haamilee fi galata guddootu malaaf! Kana namni kamuu rationally yaada ofii, gara ilaalcha walootti fiduudhaan; wal utubuuf wal deeggaruutti dhufuudha qabna. Kun dhimma eenyummaati, birmaduu biyyaafi; jaalalaafi injifannoo Raayyaan Ittisa Biyyaa, sabaaf-sablammoota isaaf taasisaa jirudha! Injifannoon keenyuma; daangaan keenya kabajamee, Galaanni Diimaa nuuf banamee, Asab dhuunfachuun sabni kun siyaas-diinagdeen itti of gahoomsuun, hiyyummaa jalaa bahuudhan namuu akka of dandahu abdanna! Qaamni(namni) duula waloo ammaa kana qeeqee, arrabsee, xibaara hin malle balballoomsu diina biyya kanaaf uummataa tahuu namuu beekuu qaba; hayyootni siyaasaa, barataaf barsiisaan, dhalataan maqaa biyya kanaan waamamuuf dhahatu kamuu deeggaruu baatullee diraamaa hin barbaachifne dalaguurraa of qusachuun, yoo itti amanan ammoo haamilee tahuun hunduma keenyarraa kan eegamuudha! Injifannoo hawwinaaf; Waaqni biyya keenya haa walaboomsu, Asab nuuf deebitee olaantummaa kan itti mirkaneeffannu nuuf haa taasisu!❤️💪 Abdinaol Abera✍️💫
594
14
Ministeerota Ministeera Barnootaa itti fufaniif haaromsi(muudamni) taasifamuun waggaa 5'f itti fufan sadeen!🤝+2
Ministeerota Ministeera Barnootaa itti fufaniif haaromsi(muudamni) taasifamuun waggaa 5'f itti fufan sadeen!🤝
494
15
+4
بدون متن...
483
16
SAAYINTISTOOTA ADDUNYAA KEESSAA TOP 2% YUUNIVARSIITII JIMMAA IRRAA! 🏆 BAGA GAMMADDAN! SAAYINTISTOOTA YUUNIVARSIITII JIMMAA TARREE SAAYINTISTOOTA ADDUNYAA KEESSAA %2 ISAAN DURAA BARRUU 2026 KEESSATTI FILATAMAN💪🤝 Yuunivarsiitiin Jimmaa (Jimma University) qorattoota isaa tarree saayintistoota addunyaa keessaa %2 sadarkaa olaanaa irra jiran, kan Stanford fi Elsevieriin qophaa’u bara 2026 keessatti hammataman baga gammaddan jechuun, baga milkaa’ina guddaa kanaan ga’an jedha. Milkaa’inni kun hojii qorannoo keessan, kutannoo, gahumsa saayinsii fi bu’aa qorannoowwan keessaniin beekumsa addunyaa irratti dhiibbaa guddaa uumuu keessan kan mirkaneessudha. Keessumaa, dhiibbaa hojii qorannoo keessanii karaa caqasa saayinsii (citation impact) madaalamuun sadarkaa addunyaatti beekamtii argachuun keessan, bu’aa hojii keessanii fi gumaacha beekumsa saayinsii guddisuuf taasiftan kan mul’isuudha. Yuunivarsiitiin Jimmaa milkaa’ina keessaniin boona; gumaacha saayinsii, kalaqa, qorannoo fi guddina beekumsaa keessatti taasiftan ni dinqisiifata; akka biyyaattis nu boonsitan!💪 Milkaa’ina keessan kana waliin gammanna; imala qorannoo fi hojii akaadaamikii keessan keessatti milkaa’ina itti fufiinsa qabu isiniif hawwina. Beekamtiin addunyaa argattan kun maqaa Yuunivarsiitii Jimmaa ol kaasuu, maqaa biyya kanaa addunyaatti lallabuufi utubuu qofa osoo hin taane, hawaasa akaadaamikii guutuu keessatti kaka’umsa fi fakkeenya gaarii uuma. Baga gammaddan! Milkaa’inni keessan milkaa’ina Yuunivarsiitii Jimmaa fi biyya keenyaati.🫴 Abdinaol Abera✍️
422
17
+5
بدون متن...
430
18
Qorattoonni Itoophiyaa Dr. Jiinanuus Fiqaaduufi Dr. Taaddasaa Gammadaan saayintistoota addunyaa %2 keessaa tokko ta’an💥 Qorattoonni lammiilee Itoophiyaa damee fayyaafi mahaandisumnaarratti bobba’an Dooktar Jiinanuus Fiqaaduufi Dooktar Taaddasaa Gammadaan saayintistoota Addunyaa %2 maqaan isaanii wabeeffannaan caqasaman keessaa tokko ta’an. Stanford-Elsevier tarree qorattoota addunyaa bara 2026 hojiin qorannoo isaanii caalaatti wabeeffatame 2% ifoomseera. Haaluma kanaan Damee ‘General and Internal Medicine’ irratti Qorataa Yuunivarsitii Hoongikoong kan ta’e Dooktar Jiinenus Fiaaaduu waggaa 4ffaaf walitti aansuun filameera. Bara 2023 irraa kaasee walitti aansuun waggoota 4f kan filame barataan Yuunivarsitii Wallaggaa duraanii kun, bara kana qorattoota %2 ifooman keessaa warreen ijoo %0.3 qofaa ta’an keessa seenuuf danda’eera. Lammiin Itiyoophiyaa biraan Dooktar Taaddasaa Gammadaan damee Injinariingii Siiviiliitiin Yuunivarsiitiin Stanford fi Elsevier’ saayintistoota addunyaa % 2 ol keessaa tokko ta’uun filatameera. Dooktar Taaddasaan beekumtii kana yeroo 3ffaaf argachuu isaati. Dabalataanis, damee Injinariingii Siivilii keessatti, qorattoota sadarkaa olaanaa addunyaa irratti argaman keessaa %1 jalqabaa keessatti hammatamuu ibsameera.
342
19
+2
بدون متن...
386
20
Itiyoophiyaan ilmaan Oromoon ala duwwaadha kan jennuuf sababaani! Kaleessa gaafa Xaaliyaaniin biyya kana weeraruuf dhuftu kan aarsaa kaffalee ofirra deebise, Fitawuraarii Gabayyoo Gurmuuti; Dajjaazmaach Baalchaa Saafoo, Dajjaazmaach Garasuu Dhukii, Fitawuraarii Habtegiyoorgis Diinagdee, Koloneel Abdiisaa Aagaati. Balaay Zallaqaati. Jeneraal Jaagamaa Keellooti. Isaantu salphirraa oolchee biyya kana biyya jechisiise. Har’as ammoo biyyattii kana kan tiksaa jiru ilmaan Oromooti. 1.Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa 2.Jenaraal Geetaachoo Guddinaa 3.L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa 4.Jeneraal Dirribaa Mokonnoon 5.L/Jeneraal Shuumaa Abdataa 6.M/Jeneraal Bultii Taaddasaa 7. Jeneraal Suufiyaan Ahimad 8.M/Jeneraal Tashoomaa Gammachuu 9.Jeneraal Naasir Abbaa Diggaa 10.Jeneraal Abdallaa Mohaammed 11.Jeneraal Baacaa Dabalee 12.Jeneraal Haacaaluu Shallamaa 13.Jeneraal Kabbadaa Raggaasaa 14.B/Jeneraal Darajjee Magarsaa 15.Jeneraal Tasfaayee Ayyaaloo 16.B/Jeneraal Jamaal Shaalee 17.B/Jeneraal Nuuruu Muzayyin 18.Jeneraal Moosisaa Tolasaa 19.L/Jeneraal Abdurraaman Ismaa’el 20.L/Jeneraal Solomoon Ittafaa 21.Jeneraal Tashoomaa Baacaa 22.Jeneraal Getaachoo Shifarraa 23.L/Jeneraal Kaffaaloo Amdee 24.Jeneraal Biraanuu Baqqalaa 25.Jeneraal Takluu Hurrisaa 26.Jeneraal Nigusee Lammaa fi … hedduutu biyya kana tiksaa jira. Eeyyeen Itiyoophiyaa Oromoo malee yaaduun abjuudha!
344