uz
Feedback
FOCUS KITTOO FURDISA

FOCUS KITTOO FURDISA

Kanalga Telegram’da o‘tish

...................FOCUS KITTO FURDISA............... Welcome to the official Telegram channel of FOCUS Ministry – Jimma University (JIT) Kitto Furdisa Branch. FOCUS KITTO FURDISA 💳 CBE ACCOUNT :1000197541974  

Ko'proq ko'rsatish
1 257
Obunachilar
+224 soatlar
+137 kunlar
+4230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+64
0 kanalda
Iyun '26
+15
0 kanalda
Get PRO
May '26
+22
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+49
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+30
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+15
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+12
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+44
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+116
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+93
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+23
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+14
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+15
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+7
0 kanalda
Get PRO
May '25
+30
1 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+74
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+66
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+14
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+74
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+8
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+36
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+28
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+14
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+13
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+13
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+14
0 kanalda
Get PRO
May '24
+32
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+19
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+21
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+38
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+57
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+103
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+22
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+26
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+3
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+6
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+5
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+13
0 kanalda
Get PRO
May '23
+5
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+23
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+22
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+4
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+11
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+5
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+7
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+1
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '220
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+4
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+11
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+24
0 kanalda
Get PRO
May '22
+25
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+14
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+9
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+8
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+30
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+35
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+1
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '210
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+4
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+4
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+11
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+3
0 kanalda
Get PRO
May '21
+326
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
29 Iyul+5
28 Iyul+4
27 Iyul+1
26 Iyul+1
25 Iyul0
24 Iyul+1
23 Iyul+3
22 Iyul+8
21 Iyul+2
20 Iyul+2
19 Iyul+1
18 Iyul+1
17 Iyul+1
16 Iyul+1
15 Iyul+4
14 Iyul+2
13 Iyul0
12 Iyul+3
11 Iyul+1
10 Iyul+1
09 Iyul+1
08 Iyul+3
07 Iyul+1
06 Iyul+2
05 Iyul+5
04 Iyul+1
03 Iyul+3
02 Iyul+1
01 Iyul+5
Kanal postlari
🔊Christology Continuous Teaching #Part9 🔻THE DIVINITY OF JESUS CHRIST Audion barumsa #Christology #part9 akka kanatti qophaa'ee jira. 📌Barumsi kuni barnoota kana booda barannuuf hundee waan ta'eef sirriitti akka hordoftan isin yaadachiifna. 🔸Akkasumallee HIRIYYOOTA keessan kamillee hirmaachisuu akka hin daganne. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜

2
Kanaaf Manni Maree Niqiyaa Ariyos balaaleffatee, Nicene Creed jedhamu baase. 📜 B. Manni Maree Qonstantinoophil (Council of Constantinople) – AD 381 Bara 381 AD Manni Maree lammaffaan magaalaa Qonstantinoophil keessatti geggeeffame. Kaayyoon isaa: 📖 Barumsa Manni Maree Niqiyaa murteesse cimsuu. ✝️ Waaqummaa Yesuus Kiristoos ammas mirkaneessuu. 🕊 Waaqummaa Hafuura Qulqulluus ifatti labsuu. Waldaan akkana jette: ✅ Yesuus Kiristoos guutummaatti Waaqayyo dha. ✅ Hafuurri Qulqulluunis guutummaatti Waaqayyo dha. ✅ Tokkummaan Sillaasee Qulqulluu (Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu) akka barsiisa Macaafa Qulqulluutti mirkanaa'e.. 9️⃣ 🔗 Waaqummaa fi Namummaa Yesuus Yesuus: 👑 Guutummaatti Waaqayyo dha. 👤 Guutummaatti nama dha. Garuu: ❌ Walakkaa Waaqayyo miti. ❌ Walakkaa nama miti. ❌ Namoota/Person lama miti. ✅ 📖 Yesuus Kiristoos Person tokko keessatti uumamoonni (amalli) lama qaba: Waaqummaa fi Namummaa. Amalli lamaan kun waliti hin makaman (inconfusedly), wal hin jijjiiraman (unchangeably), walirraa hin qoodaman (indivisibly), walirra adda hin baafaman (inseparably). Kunis barumsa Manni Maree Kaalqedoon (Council of Chalcedon, AD 451) keessatti ibsame dha. Kun Hypostatic Union jedhama. 🔟 📌 Hiika Ti'ooloojii ✝️ Waaqayyo mataan isaa nu fayyise. 📖 Waaqayyo Kiristoosiin of mul'ise. 🙏 Yesuus waaqeffatamuu qaba. 🌍 Abdii keenya isa irratti kaa'anna. 👑 Inni Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa dha. 📌 Cuunfaa (Summary) ✝️ Macaafni Qulqulluun ifatti barsiisa: 👑 Yesuus Waaqayyo guutuu dha. 📖 Amaloota Waaqummaa hunda qaba. 🌍 Hojii Waaqayyoo qofa raawwata. 🙏 Waaqeffannaa ni fudhata. ⚖️ Addunyaa hunda irratti ni farada. 💀 Du'aa ni kaasa. ❤️ Cubbuu ni dhiisa. 🌟 Kanaaf Yesuus Kiristoos raajii qofa, barsiisaa qofa, yookaan uumama qofa miti; inni Ilma Waaqayyoo isa bara baraa, Waaqayyo foon uffatee gara addunyaa dhufe, Fayyisaa fi Gooftaa keenya dha. 📝 Homework (Short) Yesuus Waaqayyo ta'uu isaa caqasoota Macaafa Qulqulluu lama (2) fayyadamuun ibsi. Amaloota Waaqummaa Yesuus keessaa sadii (3) barreessi. Manni Maree Niqiyaa (AD 325) Ariyoosiif deebii maal kenne? Maaliif Waaqummaan Yesuus fayyina keenyaaf barbaachisaa ta'e? Gabaabinaan ibsi 🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸 Deebii Hojii manaa, akkasumas yaada barumsa kana irratti qabdan @MILKAN19 irratti nuuf qoodaa. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
90
3
Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira” isaaniin jedhe*. Namni kamiyyuu bakka hundatti argamuu hin danda'u. Kun amaloota Waaqummaa keessaa tokko. 🔒 E. Hin Jijjiiramu (Immutability) 📖 Ibroota 13:8 Yesus Kristos kaleessa isuma ture, har'as bara baraanis isuma sana*! Waaqayyo hin jijjiiramu. Yesuusis hin jijjiiramu. 4️⃣ ✝️ Hojii Waaqayyoo Yesuus Raawwate 🌍 Uumama uume. 📖 Yohaannis 1:3 🔗 Uumama hunda ni eega. 📖 Qolosaayis 1:17 🙏 Cubbuu ni dhiisa. 📖 Marqoos 2:5 ⚖️ Addunyaa hunda ni irratti murtee ni kenna. 📖 Maatewos 25:31-46 💀 Du'aa ni kaasa. 📖 Yohaannis 11 5️⃣ 👑 Maqaalee Waaqummaa Yesuus Agarsiisan 📖 Ilma Waaqayyoo 👑 Gooftaa (Kyrios) 📖 Dubbii Waaqayyoo (Logos) 🔥 Alfa fi Omeegaa 💡 Ifa 🐑 Tiksee Gaarii 🚪 Balbala 🍞 Buddeena Jireenyaa 6️⃣ 🙏 Waaqeffannaa Yesuus Fudhate 📖 Maatewos 14:33 Bartoonni isa waaqeffatan. 📖 Yohaannis 9:38 Namni ija isaa baname isa waaqeffate. 📖 Ibroota 1:6 Abbaan: Waaqayyo ilma isaa isa angafa waan hundumaa, gara biyya lafaatti yommuu erge immoo, “Ergamoonni Waaqayyoo hundinuu isaaf haa sagadan!” jedhe* Yesuus akka isa hin waaqeffannaa hin dhowwine. Kun Waaqummaa isaa mirkaneessa. 7️⃣ 🤝 Tokkummaa Abbaa fi Ilmaa 📖 Yohaannis 10:30 Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe*. Kun abbaani fi ilmi person tokkodha jechuun miti. Hiikni isaa: ✝️ Waaqummaa tokko/one Divine Essence. 👑 Humna tokko. ❤️ Kaayyoo tokko. 🌍 Nature Waaqayyoo tokko. 📖 Yohaannis 14:9 Yesus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge; attamitti, ‘Abbaa nu argisiisi’ jetta ree*? 8️⃣ 🏛 Hubannoo Waldaa Durii Waaqummaa Yesuus Irratti Erga Yesuus mootummaa samii ol ba'ee booddee, Waldaan Kiristiyaanaa jalqabaa Yesuus guutummaatti Waaqayyo ta'uu isaa cimsitee barsiisaa turte. Garuu yeroo dheeraa booda barsiisotni sobaa tokko tokko waaqummaa Yesuus mormuu jalqaban. Kanaaf waldaan barsiisa Macaafa Qulqulluu eeguuf manneen maree (Councils) waamte. 📜 A. Manni Maree Niqiyaa (Council of Nicaea) – AD 325 Manni Maree Niqiyaa bara 325 AD keessatti mootummaa Roomaa, magaalaa Niqiyaa keessatti geggeeffame. Sababni inni waamame keessaa inni guddaan barsiisaa tokko, Ariyos (Arius) jedhamu ture. ❌ Ariyos Maal Barsiise? Ariyos akkana jedha ture: 👉 Yesuus Waaqayyo miti. 👉 Ilmi Waaqayyoo uumama jalqabaa dha. 👉 Yeroo tokko Ilmi hin jirre ture. 👉 Waaqayyo Ilma uume. Kana jechuun Ariyos Yesuus Waaqa guutuu ta'uu isaa ni morme. ✅ Waldaan Maal Deebiste? Waldaan Macaafa Qulqulluu irratti hundaa'uun akkana jette: ✝️ Ilmi hin uumamne. ♾️ Ilmi bara baraan jira. 👑 Ilmi Abbaa wajjin Waaqummaa tokko qaba. 📖 Ilmi fi Abbaan uumama Waaqummaa tokko (Homoousios) qabu. Homoousios jechuun: "Uumama (essence/nature) Waaqummaa tokko qabaachuu." Kana jechuun Abbaan fi Ilmi namoota tokko miti; garuu Waaqummaa isaanii tokko dha. 📖 Yohaannis 10:30 Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe*. 📖 Yohaannis 1:1 Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture
62
4
.....📖 Christology Continuous Teaching  #Part9: 🔻 WAAQUMMAA YESUUS KIRISTOOS(The Divinity of Christ) 📖 Yaada Bu'uuraa (Core Idea) Amantii Kiristiyaanaa keessatti dhugaan guddaan tokko jiru: 👉 Yesuus Kiristoos nama qofa miti. ❌ 👉 Inni guutummaatti Waaqayyo dha. ✝️👑 Kana jechuun Yesuus uumama keessaa tokko miti; uumamaa hundumaa uume keessaa isa tokko miti. Inni Ilma Waaqayyoo isa bara baraa, Abbaa wajjin uumama Waaqayyoo tokko qabu (One Divine Essence) dha. 📖 Qolosaayis 2:9 Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jiraata*. Kana jechuun Waaqummaan Waaqayyoo guutuun Yesuus keessa jiraata jechuu dha. ❗️Kanaaf Yesuus: 👑 Mootii qofa miti. 📖 Raajii qofa miti. 👨‍🏫 Barsiisaa qofa miti. 🙏 Ergamaa qofa miti. ✝️ Waaqayyo foon uffatee gara addunyaa kana dhufe dha. 📖 Yohaannis 1:14 Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. 1️⃣ Maaliif Waaqummaan Yesuus Barbaachisaa Dha? Waaqummaan Yesuus bu'uura amantii Kiristiyaanaa ti. Yesuus Waaqayyo ta'uu isaa yoo mormine: ❌ Fayyinni keenya hin jiru. ❌ Aarsaan isaa gatii hin qabaatu. ❌ Waaqeffannaan keenya dogoggora ta'a. ❌ Macaafni Qulqulluun wal faallessa jechaa jira. Sababoota ijoo: ✝️ A. Waaqayyo qofatu Nama Fayyisuu Danda'a 📖 Isaayaas 43:11 Ana duwwaatu Waaqayyoo dha, ana malee fayyisaan kan biraa hin jiru*. Kanaaf Yesuus Fayyisaa ta'uun isaa Waaqummaa isaa mirkaneessa. 🙏 B. Waaqayyo qofatu Cubbuu Dhiisuu Danda'a 📖 Marqoos 2:7 Yihudoonni akkana jedhan: “Attamitti namichi kun akkas dubbata? Kun Waaqayyoon arrabsuu isaa ti! Waaqayyo tokkicha malee eenyutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?” jedhan*. Garuu Yesuus akkana jedhe: "Cubbuun kee siif dhiifameera." Kana jechuun Yesuus aangoo Waaqayyummaa qaba. 🙇 C. Waaqeffannaan Waaqayyo Qofaaf Ta'a 📖 Bau'uu 20:3-5 Namni kamiyyuu waaqeffatamuu hin qabu. Garuu Yesuus waaqeffannaa ni fudhate. Kanaaf inni Waaqayyo dha. 📖 D. Waaqayyoo Guutummaatti Kan Mul'isu Waaqayyo Qofa 📖 Yohaannis 14:9 Yesus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge; attamitti, ‘Abbaa nu argisiisi’ jetta ree*? Yesuus mul'ata guutuu Waaqayyoo dha. 2️⃣ 📖 Ragaa Macaafa Qulqulluu Waaqummaa Yesuus 📖 A. Yohaannis 1:1 Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture* As keessatti wantoonni sadii ibsaman: ✅Sagalichi bara baraan ture. ✅Sagalichi Abbaa wajjin ture. ✅Sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture. Sagalichi Yesuus dha. 👤 B. Yohaannis 20:28 Toomaas Yesuusiin akkana jedhe: Toomaasis, “Gooftaa ko, Waaqayyo ko!” jedhee deebiseef*. Yesuus kana hin mormine. Ergamoonni yeroo namoonni isanin waaqeffatan ni dhowwu. Garuu Yesuus waaqeffannaa kana fudhate. Kana jechuun inni Waaqayyo dha. 📖 C. Tiitoos 2:13 Achumaanis abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas Phaawuloos ifatti Yesuusiin "Waaqayyoo keenya isa guddicha" jedhee waama. 📖 D. Ibroota 1:8 Abbaan Ilmaan isaan akkana jedha: Waa'ee ilmaa garuu, “Teessoon kee yaa Waaqayyo, baraa hamma baraatti, uleen mootummaa kees ulee qajeelummaa ti. Kun ragaa cimaa keessaa isa tokko. Abbaan mataan isaa Ilma "Waaqayyo" jedhee waama. 3️⃣ 👑 Amaloota Waaqummaa Yesuus ♾️ A. Bara Baraa (Eternal) 📖 Yohaannis 8:58 Yesus immoo deebisee, “Dhuguma, dhuguman isinitti hima, Abrahaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture” isaaniin jedhe* "ANI" jechuun maqaa Waaqayyoo Bau'uu 3:14 keessatti Museetti mul'ate dha. Kanaaf Yesuus maqaa YHWH ofiif fayyadame. 🧠 B. Beekumsa Guutuu (Omniscience) 📖 Yohaannis 2:24-25 Yesuus garaa nama hundaa ni beeka. 📖 Yohaannis 16:30 Bartoonni: Amma ati waan hundumaa, gaaffii namni qabu iyyuu utuu inni si hin gaafatin akka beektu nuyi barreerra; kanaanis Waaqayyo biraa akka ati dhufte in amanna” jedhaniin*. 💪 C. Humna Guutuu (Omnipotence) Yesuus: 🌊 Bubbee callisiise. 🍞 Nyaata baay'ise. 💀 Du'aa kaase. 🌍 Uumama hunda ni to'ata. 🌍 D. Bakka Hundatti Argama (Omnipresence) 📖 Maatewos 28:20
60
5
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM Nagaan Waaqayyoo siniif haa baayyatu. #Story kana olitti share godhame kana repost gochuudhaan waliif qodaa. Sagantaan kuni kan Post Graduate yoo jedhame iyyuu obboloonni Undergraduate Finfinnee fi naannoo isheetti argamtan dhuftanii akka hirmaattan isin Yaadachiifna. 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, #Hospitaalaa_Phawuloos_Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook
241
6
Matn yo'q...
101
7
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot,
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
225
8
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART9 🔻THE DIVINITY OF JESUS CHRIST Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jir
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART9 🔻THE DIVINITY OF JESUS CHRIST Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jiraata. Qolosaayis 2:9 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 9ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#WAAQUMMAA_YESUUS_KIRISTOOS" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. Irraa haa barannuu hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu. 📆Guyyaa:Roobii(29-7-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00 galgala (LT) 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
208
9
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot,
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM — 5 DAYS LEFT 📅 Adooleessa 26, 2018 EC ⏰ 8:00 LT (Waaree Booda) 📍 Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS, FOCUS 💜❤️💜
307
10
🔊Christology Continuous Teaching #Part8 🔻NAMUMMAA YESUUS KIRISTOOS (THE HUMANITY OF CHRIST) Audion barumsa #Christology #part8 akka kanatti qophaa'ee jira. 📌Barumsi kuni barnoota kana booda barannuuf hundee waan ta'eef sirriitti akka hordoftan isin yaadachiifna. 🔸Akkasumallee HIRIYYOOTA keessan kamillee hirmaachisuu akka hin daganne. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
206
11
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
175
12
Kanaaf Docetism jechuun namummaa dhugaa Yesuus Kiristoos kan mormu barsiisa sobaa dha. 🚫 Gnosticism Gnosticism jechuun barsiisa sobaa kiristaanota jalqabaa keessatti babal'ate keessaa isa biraa dha. Barumsi kun wanta qaamaa(wanti qaqabamu) hundii hamaa yoo ta'u wanta hafuura qofatu gaarii akka ta'e barsiisa. Kanaaf Waaqayyo qaama namaa fudhachuu hin danda'u jechuun amana. Sababa kanaan Gnostikoonni Yesuus Kiristoos qaama namaa dhugaa hin fudhanne jechuun barsiisu. Isaan akka jedhanitti, wanti qaamaa(fooni) hamaa waan ta'eef Ilmi Waaqayyoo foon namaa dhugaa uffachuu hin danda'u. Kanaaf qaamni Yesuus qaama namaa fakkaatu qofa qaba ture jedhu. Barumsi kunis Macaafa Qulqulluu waliin wal faallessa. Macaafni Qulqulluun Waaqayyo uumama isaa hunda gaarii godhee akka uume, Ilmi Waaqayyoo immoo foonii fi dhiiga namaa dhugumaan akka hirmaate ifatti barsiisa. Ibroota 2:14 ni jedhu: Ijoollonni kun foonii fi dhiiga akkuma ta'an, inni “Obboloota koo” jedhee isaan waamu kunis akkuma isaanii ta'e; du'a isaatiin Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf nama ta'e*." Akkasumas Luqaas 24:39 keessatti Yesuus du'aa ka'ee booddee, "Harka koo fi miilla koo ilaalaa, ana mataa koo ti'o; mee qaqqabaa na ilaalaa, ekeraan foonii fi lafee hin qabu, ani garuu akkan qabu in argitu*” jedhe." jedhee bartoota isaatti dubbate. Kun qaama isaa dhugaa akka qabu ifatti mirkaneessa. Kanaaf Gnosticism jechuun namummaa fi qaama dhugaa Yesuus Kiristoos kan mormu barsiisa sobaa dha; Macaafni Qulqulluun garuu Yesuus Kiristoos guutummaatti nama dhugaa ta'ee foonii fi dhiiga namaa fudhatee gara addunyaa akka dhufe ifatti barsiisa.. 8️⃣ 🔗 Namummaa fi Waaqummaa Yesuus Yesuus: ✝️ Guutummaatti Waaqayyo dha. 👤 Guutummaatti nama dha. Garuu: ❌ Walakkaa Waaqayyo walakkaa nama miti. ❌ Person lama walitti makames miti. ✅ Person tokko keessatti uumamni(nature) lama jechuun Waaqummaa fi namummaan osoo Walitti hin makamin (inconfusedly), hin jijjiiramin (unchangeably), hin qoodamin (indivisibly), wal irraa hin addaan hin ba'iin (inseparably). tokko ta'anii jiru. Kun Walitti Hidhamiinsa two natures/Uumamoota Lama (Hypostatic Union) jedhama. 9️⃣ 📌 Hojiirra Oolmaa Namummaan Yesuus jireenya keenya keessatti hiika guddaa qaba. 🙏 Yeroo dhiphannu nu hubata. 💪 Yeroo qorama keessa jirru nu jajjabeessa. 👣 Akka isaatti qulqullinaan akka jiraannu nu barsiisa. ❤️ Fayyina keenyaaf bakka keenya bu'ee waan du'eef abdii keenya isa irratti kaa'anna. 🌍 Inni dhufuun nama haaromsuuf akka ta'e nu hubachiisa. 🧠 Yaadannoo Ijoo 📖 Ibroota 4:15 "Lubni Ol'aanaan keenya dadhabbii keenya nu waliin hin hubanne miti; inni akka keenya karaa hundumaan qorameera, garuu cubbuu hin hojjenne." 📌 Cuunfaa Yesuus Kiristoos: 👶 Dhugumaan nama ta'ee dhalate. 🍞 Nyaate, beela'e, dheebote, dadhabe, rafee boqote. ❤️ Boo'e, gammade, aare, garaan isaa ni laafe. ⚔️ Karaa hundumaan qorame; garuu cubbuu hin hojjenne. 💀 Dhugumaan dhiphate, fannifame, du'e. ✝️ Bakka keenya bu'ee aarsaa ta'e. 🌅 Guyyaa sadaffaatti du'aa ka'ee du'a moo'e. 👑 Guutummaatti Waaqayyo ta'ee osoo jiruu, guutummaatti nama ta'uun fayyina keenya raawwate. Kun bu'uura amantii Kiristiyaanaa fi Kristooloojii keessaa isa guddaa dha. 📚 Homework – Namummaa Yesuus Kiristoos 1️⃣ Macaafa Qulqulluu irraa ragaa sadii (3) barreessi kan Yesuus Kiristoos dhugumaan nama ta'uu isaa mirkaneessu; hiika isaanii gabaabinaan ibsi. 2️⃣ Maaliif namummaan Yesuus fayyina keenyaaf barbaachisaa ta'e? Sababoota afur (4) barreessi, lakkoofsa Macaafa Qulqulluus waliin deggari. 3️⃣ Docetism fi Gnosticism wal bira qabii ibsi. Tokkoon tokkoon isaanii waa'ee namummaa Yesuus maal barsiisu? Macaafni Qulqulluun maaliif isaan ni morma? 4️⃣ Walitti Hidhamiinsa Uumamoota Lama (Hypostatic Union) maal jechuu dha? Jechoota armaan gadii hiika isaanii barreessi: Walitti hin makamin (inconfusedly) Hin jijjiiramin (unchangeably) Hin qoodamin (indivisibly) Wal irraa hin addaan ba'iin (inseparably) 🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸 Deebii Hojii manaa, akkasumas yaada barumsa kana irratti qabdan @MILKAN19 irratti nuuf qoodaa.
147
13
😢 Boo'eera 📖 Yohaannis 11:35 Yesus imimmaan isaa dhangalaase*. Yeroo ALaazaar du'e, maatii isaa waliin boo'e. Kun inni jaalala fi gara-laafina guddaa qabu agarsiisa. ❤️ Garaan Isaa Laafa dha. 📖 Maatewos 9:36 Namoota akka hoolota tiksee hin qabneetti bittinnaa'an arguudhaan garaan isaa ni laafe. 😡 Aare 📖 Marqoos 3:5 Inni namoota akka hoolota tiksee hin qabneetti bututanii, gatamanii turan sana yommuu arge isaaniif oo'e*. Aariin isaa cubbuu irratti ture; namoota balleessuuf miti. 😊 Gammadeera 📖 Luqaas 10:21 Hafuura Qulqulluun gammadee Abbaa galateeffate. 😭 Dhiphateera 📖 Luqaas 22:44 Getesemaanee keessatti dhiphina guddaa keessa gale; dhiigni isaa akka copha dhiigaatti lafa bu'aa ture. Kun Yesuus dhiphina namaa guutuu akka beeku agarsiisa. ⚔️ D. Yesuus Qorameera 📖 Ibroota 4:15 Yesuus akkuma keenya karaa hundumaan qorameera. 📖 Maatewos 4:1-11 Seexanaan qorame. Qorumsawwan isaa keessaa: 🍞 Dhagaa buddeena godhi. 🏛 Mana qulqullummaa irraa of darbadhu. 👑 Mootummoota addunyaa kana hundumaa fudhadhu. Garuu yeroo hunda Dubbii Macaafaatiin deebise. Kanaaf: ✅ Qorame. ❌ Garuu cubbuu hin hojjenne. 💀 E. Yesuus Dhugumaan Dhiphate fi Du'e Yesuus du'a fakkeessa miti kan inni du'ee du'a really ta'e du'e. Inni: 😢 Yihudaan ganamee. 👊 Reebame. 🌵 Qoreen gonfame. 🩸 Dhiigni isaa dhangala'e. ✝️ Fannoo irratti fannifame. 💀 Dhugumaan du'e. 📖 Yohaannis 19:30 "Fiixaan Ba'eeraa" Duuti isaa fayyina keenyaaf kaffaltii cubbuu ture. 3️⃣ 🧒 Yesuus Akka Namaatti Guddate 📖 Luqaas 2:52 Yesus immoo Waaqayyoo fi namoota irraa ayyaana argachaa, namummaadhaa fi ogummaatti in guddata ture*. Kun agarsiisa: 🧠 Ogummaan guddate. 💪 Qaamaan guddate. ❤️ Hariiroon namoota waliin qabu ni guddate. 🙏 Jireenya hafuuraa keessattiis guutummaa ajajamuun jiraate. 4️⃣ 🙏 Yesuus Fedhii Namaa Qaba Ture akkuma keenya fedha qaba ture 📖 Luqaas 22:42 “Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta'e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta'in, akka ati jaallatte haa ta'u!” jedhe*. Kun Yesuus akka namaatti fedhii qabaachuu isaa agarsiisa. Garuu fedhii isaa fedhii Abbaa jala galche. Kun ajajamuu guutuumaattii fi gad of deebisuu isaa mul'isa. 5️⃣ 👤 Yesuus Aadam Lammaffaa 📖 1 Qorontos 15:45 Yesuus "Aadam inni lammaffaan" jedhamee waamama. 👤 Aadam Tokkoffaa ❌ Cubbuu fide. ❌ Du'a fide. ❌ Addunyaatti abaarsa fide. ✝️ Yesuus ✅ Ajajamuu fide. ✅ Qajeelummaa fide. ✅ Jireenya bara baraa fide. Kanaaf Yesuus jalqaba uumama haaraa ta'e. 6️⃣ 🧠 Hiika Ti'ooloojii Namummaa Yesuus Namummaan Yesuus hiika guddaa qaba. ✝️ Inni bakka keenya bu'ee du'e. 🙏 Araaraa fi araarsaa keenya ta'e. ❤️ Dhiphina keenya ni hubata. 👣 Fakkeenya jireenyaa nuuf ta'a. 7️⃣ ❌ Dogoggora Barumsaa Waa'ee yesuus irratti xiyyeefatan 🚫 Docetism Docetism jechuun barsiisa sobaa yeroo jalqaba Kiristaanoota keessatti babal'ate keessaa isa tokko dha. Jechi Docetism jedhu afaan Giriikii dokein irraa kan dhufe yoo ta'u, hiikni isaa "akka fakkaatu" ykn "mul'achuu qofa" jechuu dha. Barumsi kun Yesuus Kiristoos qaama namaa dhugaa hin fudhanne jedha. Isaan akka amananitti Yesuus nama fakkaatee mul'ate malee, foon dhugaa akkuma keenyaatti hin qabu. Kana jechuun foon inni uffate jechuun isaanii foon dhugaa osoo hin taane, foon fakkaataa ykn mul'ata qofa ture jedhu. Kanaaf beela, dheebuu, dadhabina, dhiphina fi du'a isaa illee dhugaa osoo hin taane waan mul'atu/faakkaatu qofa ture jechuun barsiisu. Barumsi kun garuu Macaafa Qulqulluu waliin guutummaatti wal faallessa. Macaafni Qulqulluun ilmi Waaqayyoo dhugumaan foon akka uffate a, Yesuus akka dhalate, akka beela'e, akka dheebote, akka dadhabe, akka rakkate, akka du'e fi du'aa ka'e ifatti barsiisa. Yohaannis 1:14 ni jedhu: "Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. e*." Kana jechuun Ilmi Waaqayyoo nama dhugaa ta'ee akka dhufe mirkaneessa. Akkasumas 1 Yohaannis 4:2–3 fi 2 Yohaannis 7 keessatti ergamaan Yohaannis namoonni Yesuus Kiristoos fooniin dhufe jechuun hin amanne hafuurota sobaa akka ta'an ifatti akeekkachiisa.
103
14
.....📖 Christology Continuous Teaching  #Part8: 🔻NAMUMMAA YESUUS KIRISTOOS (The Humanity of Christ)✝️ 📖 Yaada Bu'uuraa (Core Idea) Amantii Kiristiyaanaa keessatti dhugaan guddaan tokko jira. Innis Yesuus Kiristoos guutummaatti Waaqayyo ta'uu isaa qofa osoo hin taane, guutummaatti nama dhugaa ta'uu isaati. Yesuus Waaqummaa isaa dhiisee nama hin taane; akkasumas Waaqummaa fi namummaa walakkaatti hin qoodane. Inni Waaqummaa isaa guutuu osoo hin gatiin, yeroo keessatti namummaa dhugaa uffate. Kanaaf Yesuus nama fakkaatee mul'ate qofa miti; dhugumaan nama ta'ee dhalate, guddate, beela'e, dheebote, dadhabe, booye, qorame, dhiphate, du'e fi mootummaa du'aa moo'ee du'aa ka'e. 📖 Yohaannis 1:14 Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfina isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine; ulfinni isaas isa ilmi tokkichi abbaa isaa irraa argatu ture*. Wangeela Yohannis 1:14 Kun jechuun Ilmi Waaqayyoo dhugumaan nama ta'ee gara biyya lafaa dhufe jechuu dha. Namummaan Yesuus barumsa Kristooloojii keessatti bu'uura. Yoo Yesuus nama dhugaa hin taane ta'e: ❌ Bakka keenya bu'ee du'uu hin danda'u ture. ❌ Cubbuu keenyaaf aarsaa ta'uu hin danda'u ture. ❌ Waaqayyoo fi nama gidduutti araaraa buusuu hin danda'u ture. ❌ Fayyinni keenya guutuu ta'uu hin danda'u ture. Kanaaf namummaan Yesuus fayyina keenyaaf baay'ee barbaachisaa dha. 1️⃣ Maaliif Namummaan Yesuus Barbaachisaa Dha? Yesuus nama dhugaa ta'uun isaa sababoota hedduuf barbaachisaa dha. Tokkoffaa, seera Waaqayyoo kan cabse nama waan ta'eef, cubbuu namaa kaffaluuf nama dhugaa qofatu barbaachisa ture. Waaqayyo namaa bakka bu'ee du'uuf Yesuus nama ta'ee dhufe. 📖 Roomaa 5:18-19 Akkuma Aadam jalqabaa sababa cubbuutiin namoota hunda badiisa jalatti galche, Yesuus immoo ajajamuu isaatiin jireenya bara baraa fide. Lammaffaa, Yesuus nama waan ta'eef dhiphina keenya hunda hubata. Inni beela'eera, dheeboteera, dadhabeera, bo'eera, qorameera; kanaaf rakkoo keenya ni hubata. 📖 Ibroota 4:15 Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu. Ibroota 4:15 Kanaaf yeroo dhiphannu gara Yesuus amanamummaadhaan dhihaachuu dandeenya. 2️⃣ Ragaa Macaafa Qulqulluu Namummaa Yesuus Dhugaa bahan 👶 A. Yesuus Nama Dhugaa Ta'ee Dhalate Yesuus akkuma nama kamiyyuu haadha irraa dhalate. 📖 Luqaas 2:7 angafa ilma ishee deessee, lafa bultii kara-deemtuutii iddoo hin arganne waan turaniif, wayyaa itti martee, siree horiin keessaa nyaatu irra ciibsite. * Wangeela Luqaas 2:7 Kun Yesuus dhugumaan seenaa namaa keessatti dhalachuu isaa agarsiisa. Inni: 👶 Daa'ima ta'ee dhalate. 🏠 Maatii keessatti guddate. 👨‍👩‍👦 Maatii qaba ture. 🌍 Biyya Israa'el keessa jiraate. Kanaaf Yesuus nama kan fakkaatu miti; nama dhugaa dha. 🍞 B. Yesuus Qaama Nama Dhugaa Qaba Ture Yesuus qaama namaa dhugaa qaba ture. Kana jechuun qaamni isaa akkuma keenya ture. 🍽 Nyaateera Kana irratti isaan qurxummii waadamaa seeraa tokko kenninaaniif*, inni fudhatee isaan fuul duratti nyaate*. Wangeela Luqaas 24:42-43 Du'aa ka'ee boodallee qurxummii nyaate. Kun qaamni isaa dhugaa akka ture mirkaneessa. 💧 Dheeboteera 📖 Yohaannis 19:28 Yesus amma wanti hundinuu fiixaan ba'uu isaa beekee, dubbii macaafaa fiixaan baasuudhaaf, “Nan dheebodhe” jedhe*. Wangeela Yohannis 19:28 Fannoo irratti dheebuu dhugaa qaba ture. 😴 Rafeera Yesus garuu bidiricha keessa gara duubaatiin waa boraafatee in rafa ture. Wangeela Maarqos 4:38 Doonii keessatti rafee boqote. 😓 Dadhabeera 📖 Yohaannis 4:6 ...Yesus karaa adeemaa oolee waan dadhabeef.....Wangeela Yohannis 4:6 🍞 Beela'eera 📖 Maatewos 4:2 Guyyaa afurtama soomee booda beela'e. Kun hundi Yesuus qaama namaa dhugaa qabaachuu isaa mirkaneessa. ❤️ C. Yesuus Miira Namaa Guutuu Qaba Ture Yesuus qaama qofa osoo hin taane, miira namaa guutuu qaba ture.
130
15
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM —1 Week Left ❇️❇️CHRIST AMBASSADORS——-> ONE WEEK TWO GO❇️❇️ 📆Adooleessa 26, 2018EC ⏰ 8:00LT
📢 POST GRADUATES SUMMER PROGRAM —1 Week Left ❇️❇️CHRIST AMBASSADORS——-> ONE WEEK TWO GO❇️❇️ 📆Adooleessa 26, 2018EC ⏰ 8:00LT ( waaree booda) 📍Waldaa Burqaa Rehoobot, Hospitaalaa Phawuloos Fuulduraa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
313
16
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART8 🔻 THE HUMANITY OF CHRIST Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hun
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART8 🔻 THE HUMANITY OF CHRIST Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu. Ibroota 4:15 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 8ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#NAMUMMAA_YESUUS_KIRISTOOS" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. Hiriyyota keessanis affeeruu hin dagatiinaa. 📆Guyyaa:Dilbata(26-7-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00 galgala (LT) 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
284
17
🔊Christology Continuous Teaching #Part7 🔻YESUUS EENYUMMAA ISAA OFII ISAA IBSE (JESUS' SELF-IDENTITY) Audion barumsa #Christology #part7 akka kanatti qophaa'ee jira. 📌Barumsi kuni barnoota kana booda barannuuf hundee waan ta'eef sirriitti akka hordoftan isin yaadachiifna. 🔸Akkasumallee HIRIYYOOTA keessan kamillee hirmaachisuu akka hin daganne. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
324
18
Yesuus Macaafni Qulqulluun waa’ee isaa akka dhugaa ba’u barsiise. 📖 Yohaannis 5:39 “Caaffata qullaa'oo keessaa jireenya bara baraa qabna jettanii waan yaaddaniif, caaffatoota in qortu; caaffatoonni sunis immoo anaaf dhugaa in ba'u*.” 📖 Maatewos 5:17 “Yesus, “Seeraa fi barsiisa raajotaa diiguudhaaf waanan dhufe hin se'inaa, ani isaan raawwachuudhaafan dhufe malee, diiguudhaaf hin dhufne*.” 📖 Luqaas 24:27 ‘Ilmi namaa harka warra cubbamootaatti kennamuuf, fannifamuuf, guyyaa sadaffaattis du'aa ka'uuf jira’ jedhe” ittiin jedhan*. Wangeela Luqaas 24:7 Macaafa Qulqulluu hunda keessaa waa’ee isaa ibse. ✅ Kana jechuun Yesuus Macaafa Qulqulluu irraa adda miti ykn faalla miti; inni kaayyoo fi raawwii isaa ti. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 9️⃣ Yesuus fi Waaqeffannaa ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Yesuus waaqeffannaa fudhachuu isaa keessatti wanti guddaan mul’ata: 📖 Maatewos 14:33 👉 Bartoonni isaaf sagadan. "Kana irratti warri bidiricha keessaa Yesusiif sagadanii, “Ati dhuguma ilma Waaqayyoo ti!” jedhaniin*" 📖 Yohaannis 20:28 👉 Toomaas: “Toomaasis, “Gooftaa ko, Waaqayyo ko!” jedhee deebiseef*. Wangeela Yohannis 20:28” jedhe. 🔴 Seera Yihuudotaa keessatti waaqeffannaan Waaqayyo qofaaf kennama. Garuu Yesuus waaqeffannaa kana fudhate. ✝️ Kun eenyummaan isaa nama qofa akkas hin taane mul'isa . ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 🔟 Xumura ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Yesuus ofiin eenyummaa isaa karaa adda addaatiin mul’ise: ✅ Ilma Waaqayyoo addaa dha ✅ Hariiroo addaa fi hin fakkaanne Abbaa wajjin qaba ✅ Eenyyummaa Waaqummaa qaba ✅ “ANA” jechuun maqaa Waaqayyoo wajjin wal qabata ✅ Masihii guutuu dha ✅ Inni abdii Kakuu Moofaa raawwate ✅ Ergamaa fi eenyummaa walitti qaba ✅ Hojii fayyinaa inni raawwatu eenyummaa isaa irraa madde 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 📖 Yohaannis 10:30 “Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe*. Wangeela Yohannis 10:30” 💬 Maal goonaa? Yesuus waan ofiin jedhe yeroo beeknu, amantiin keenya bu’uura qabaata. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ ✝️ “Yesus gooftaa akka ta'e afaan keetiin yoo beeksifte, Waaqayyo du'aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa in argatta*. Roomaa 10:9” — Room 10:9 ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📚📝 Homework – Kristooloojii: Yesuus Eenyu Akka Ta'e Ofiin Maal Jedhe? 📖 Gaaffii 1 ✍️ Yesuus eenyummaa isaa ofiin karaa kamiin mul'ise? Fakkeenya Macaafa Qulqulluu irraa lama barreessi. 📖 Gaaffii 2 💬 Yesuus yeroo "ANI DHA" (Yohaannis 8:58) jedhetti hiikni isaa maal ture? Jechi kun Ba'uu 3:14 wajjin akkamitti wal qabata? 📖 Gaaffii 3 👤 Maqaan "Ilma Namaa" jedhu Yesuus ofiin itti fayyadame hiika akkamii qaba? Dhiphina isaa, aangoo isaa fi ulfina isaa akkamitti ibsa? 📖 Gaaffii 4 🤝 Yesuus fi Abbaan hariiroo akkamii qabu? Caqasa Yohaannis 10:30 — "Anii fi Abbaan tokko" — irratti hundaa'uun hiika isaa ibsi. 🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸🔸 Deebii Hojii manaa, akkasumas yaada barumsa kana irratti qabdan @MILKAN19 irratti nuuf qoodaa. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
264
19
⚠️ Kanaaf Yesuus waa'ee hojii qofa dubbachaa hin turre; inni eenyummaa Waaqummaa isaa mul’isaa ture. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 4️⃣ Aangoo Yesuus Eenyummaa Isaa Mul’isu ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Yesuus aangoo addaa qabaachuu isaa yeroo hedduu ibse: 📖 Marqoos 8:31 👉 Du’a isaa dursee beeka — duuti isaa balaa isa mudatu qofa akka hin taane, karoora Waaqayyoo keessatti akka jiru ibse. 📖 Yohaannis 6:38 “Fedha ofii kootii raawwachuudhaaf miti, fedha isa ana ergee raawwachuudhaafan waaqa irraa gad bu'e malee*. Wangeela Yohannis 6:38” 👉 Kun madda isaa samii irraa akka ta’e mul’isa. 📖 Maatewos 12:6 “Mana qulqullummaa irra kan caalu as akka jiru, ani isinittan hima*. Wangeela Maatewos 12:6” 👉 Yesuus ofii isaa sirna mana qulqullummaa caalaa ol ta’e akka qabu dubbata. 💪 Kanaaf Yesuus nama aangoo hin qabne miti; inni karoora Waaqummaa keessatti hojii isaa raawwataa jira. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 5️⃣ Maqaa “Ilma Namaa” (Son of Man) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Maqaan Yesuus yeroo baay’ee ofiin itti fayyadame: “Ilma Namaa” dha. Namoonni tokko tokko maqaa kana akka nama qofa agarsiisutti ilaalan. Garuu Yesuusitti hiikni isaa caalaadha. 📖 Daani’eel 7:13–14 👉 Mul’ata keessatti “Ilmi namaa” tokko samii irraa dhufee: • aangoo bara baraa fudhata • mootummaa argata • saboonni hundinuu isaaf ni bitamu Yesuus maqaa kana fayyadamuun eenyummaa Masihii mootummaa qabaatu mul’isa. 🔹 Maqaa “Ilma Namaa” keessatti dhimmoota sadii walitti qabata: 1 Dhiphina: 📖 Marqoos 8:31 “Yesusis, “Ilmi namaa maanguddootaa fi luboota warra angafootaatiin, barsiisota seeraatiin guddaa dhiphachuunii fi raawwatee tuffatamuun, du'atti kennamuun in ta'a; guyyaa sadii booddee garuu du'a keessaa in ka'a” jedhee isaan barsiisuutti ka'e*. Wangeela Maarqos 8:31” 2 Aangoo: 📖 Marqoos 2:10 “Garuu ilmi namaa lafa irratti dhiifamuu cubbuu kennuudhaaf aboo akka qabu beekaa!” isaaniin jedhe. Isa dhagni isaa gar tokko du'een immoo...” 3 Ulfina dhumaa: 📖 Maatewos 25:31 “Yesus ammoo, “Ilmi namaa ulfina isaatiin, ergamoonni Waaqayyoos hundinuu isaa wajjin in dhufu; yommus inni teessoo ulfina isaatii irra in taa'a*. Wangeela Maatewos 25:31” 🎯 Kanaaf Ilmi Namaa jechuun Yesuus Isa dhiphate,dhiphina booda aangoo qabaate, akkasumas ulfinaan mootummaa isaan akka dhufa himaa. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 6️⃣ Maqaa “Ilma Waaqayyoo” (Son of God) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Yesuus bara bara keessatti iyyuu ilma waaqayyoodha. Yesuus maqaa Ilma Waaqayyoo jedhu qaba. Maqaan kun karaalee hedduun ragaa baa'ame: 👼 Ergamichi Gabri’eel: 📖 Luqaas 1:35 — Yesuus Ilma Waaqayyoo akka ta’e ibse. Ergamichi immoo, “Hafuurri qulqulluun si irra in bu'a, humni aabbaas si golbooba, kanaafis mucichi si irraa dhalatu kun qulqulluudhaa fi ilma Waaqayyoo jedhamee in waamama*. Wangeela Luqaas 1:35 👥 Bartoonni isaa: 📖 Maatewos 14:33 “Kana irratti warri bidiricha keessaa Yesusiif sagadanii, “Ati dhuguma ilma Waaqayyoo ti!” jedhaniin*. ” 👿 Hafuuroonni xuraa’oon illee: 📖 Marqoos 1:24 — eenyummaa isaa beekan. ☁️ Abbaan: 📖 Marqoos 1:11 “Sagaleen immoo, “Ati ilma koo isa jaallatamaa dha; gammachuun koos sitti in raawwatama” jedhee waaqa irraa dubbate*.” ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 7️⃣ Yesuus Waa’ee Ergama Isaa Maal Jedhe? ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Eenyummaan Yesuus ergama isaa irraa adda hin ba’u: 📖 Luqaas 19:10 Ilmi namaa isa bade barbaaduudhaaf fayyisuudhaafis dhufeera” jedhe*. 👉warraa Badee barbaaduuf dhufe — namoota cubbuu keessatti badan deebisuuf dhufe. 📖 Marqoos 10:45 👉 Jireenya isaa furii kennuuf dhufe — du’a isaatiin fayyina kennuuf dhufe. 📖 Yohaannis 1:18 👉 Abbaa mul’isuuf dhufe — Waaqayyo Abbaan eenyu akka ta’e karaa isaa(Yesuus )beekna. 📖 Yohaannis 10:10 👉 Jireenya bara baraa kennuuf dhufe. 🔗 Kanaaf eenyummaan Yesuus fi ergamni isaa wal irraa hin cinne. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 8️⃣ Yesuus fi Macaafa Qulqulluu ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
178
20
.....📖 Christology Continuous Teaching  #Part7: 🔻YESUUS EENYUMMAA ISAA OFII ISAA IBSE (JESUS' SELF-IDENTITY) 📖 Yesuus Eenyu Akka Ta’e Ofiin Maal Jedhe? ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📌 Yaada Bu’uuraa (Core Idea) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii guddaa Kristooloojii keessatti ka’u keessaa inni tokko: ❓ “Yesuus Kiristoos eenyu akka ta’e ofiin maal jedhe?” Yesuus yeroo tajaajila isaa lafa irratti raawwatu waa’ee Waaqayyoo qofa hin barsiisne; garuu eenyummaa isaa, hariiroo isaa Waaqayyoo wajjin qabu, aangoo isaa fi ergama isaa illee mul’ise. Kanaaf, hubannoon Kiristiyaanaa hundi gaaffii kana irratti hundaa’a: 👉 “Yesuus eenyu?” 🤔 Yoo eenyummaan Yesuus sirriitti hubatame, amantii Kiristiyaanaa, hojii fayyinaa isaa fi mootummaa Waaqayyoo sirriitti hubachuu dandeenya. Garuu yoo eenyummaan isaa dogoggoraan hubatame, bu’uura amantii Kiristiyaanaa irratti dogoggorri uumamuu danda’a. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 1️⃣ Maaliif Eenyummaa Yesuus Hubachuun Barbaachisaa Dha? ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🔹 Eenyummaa Yesuus beekuun sababoota hedduudhaaf murteessaadha. Sababni isaa inni jalqabaa, Yesuus Waaqa ta’uu isaa ofiin mul’isee moo miti? jedhu hubachuuf nu gargaara. 🔹 Yesuus nama barsiisaa ta'e qofa moo nama Waaqayyo irraa dhufe qofa? Moo inni eenyummaa addaa fi Waaqummaa qaba? Gaaffiin kun bu’uura Kristooloojii ti. 🔹 Akkasumas, tajaajila Yesuus sirriitti hubachuuf eenyummaan isaa murteessaadha. Sababni isaa hojii inni hojjete, jechuun cubbuu dhiisuu, fayyina kennuu, du’a moo’uu fi jireenya bara baraa kennuun eenyummaa isaa waliin wal qabata. 🔹 Kanaaf Kiristiyaanummaan waa’ee Yesuus qofa osoo hin taane, Yesuus eenyu akka ta’e irratti dhaabbata. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 2️⃣ Hariiroo Addaa Yesuus Waaqayyoo Waliin Qabu ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Yesuus yeroo baay’ee Waaqayyoon: 🙏 “Abbaa koo” jechuun waama. 👉 Kun jecha salphaa kan akka namoonni hundi “Abbaa keenya” jedhan miti. Yesuus hariiroo addaa fi adda ta’e Waaqayyoo wajjin akka qabu ibsa. 📖 Maatewos 11:27 “Abbaan koo waan hundumaa dabarsee anatti kenneera; abbaa duwwaatu isa beeka malee, ilma kan beeku tokko illee hin jiru, ilma isaatii fi warra ilmi isaa itti mul'isuu barbaadetu abbaa beeka malee, abbaa kan beekus tokko illee hin jiru” jedhe*. ” 💡 Caqasni kun Yesuus fi Waaqayyoo Abbaa gidduu hariiroo addaa jiru mul’isa. Yesuus Waaqayyoon beekumsa nama biraa caaluun beeka; inni Abbaa mul’isuuf dhufe. 🔑 Kana jechuun Yesuus Waaqayyoo Abbaan alaan beekuu qofa miti; inni hariiroo keessaa fi dhumaa hin qabne qaba. ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 3️⃣ Dubbii “ANA DHA” (I AM) Yesuus ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Wangeela Yohaannis keessatti Yesuus jechoota “Ana dha” jedhu yeroo hedduu fayyadama. Jechoonni kun hojii isaa qofa ibsuu miti; eenyummaa isaa gadi fagoo mul’isu. 📖 Yohaannis 6:35 “Ani buddeena jireenyaa dha.” 👉 Kana jechuun jireenyi dhugaan karaa isaa akka dhufu agarsiisa. 📖 Yohaannis 8:12 “Yesus ammas namootatti dubbatee, “Ani ifa biyya lafaa ti, namni ana duukaa bu'u ifa jireenyaa in qabaata malee, dukkana keessa hin adeemu” isaaniin jedhe*. Wangeela Yohannis 8:12” 👉 Yesuus dukkana cubbuu keessaa nama baasu akka ta’e ibsa. 📖 Yohaannis 11:25 “Yesus garuu, “Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata*. Wangeela Yohannis 11:25” 👉 Jireenya irratti aangoo akka qabu mul’isa. 📖 Yohaannis 14:6 “Yesus deebisee, “Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu*. Wangeela Yohannis 14:6.” 👉 Fayyinni karaa Yesuus qofa akka dhufu ibsa. 🔥 Garuu dubbii isa caalaa nama ajaa’ibsiisu: 📖 Yohaannis 8:58 “Yesus immoo deebisee, “Dhuguma, dhuguman isinitti hima, Abrahaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture” isaaniin jedhe*. Wangeela Yohannis 8:58.” 👉 Jechi “ANI ” jedhu Kakuu Moofaa keessatti maqaa Waaqayyoo wajjin wal qabata. 📖 Ba’uu 3:14 Waaqayyo Museedhaan: “Waaqayyo deebisee Museedhaan, “Ani ‘Isa jiraataa dha,’ ati immoo saba Israa'eliin, ‘Inni jiraataan isinitti na ergeera’ in jetta*. Seera Ba'uu 3:14” jedhe.
201