BBC AFAAN OROMOO
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Mostrar más📈 Análisis del canal de Telegram BBC AFAAN OROMOO
El canal BBC AFAAN OROMOO (@bbcafannoromoo) en el segmento lingüístico de Javanés es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 126 783 suscriptores, ocupando la posición 1 727 en la categoría Noticias y medios y el puesto 213 en la región Etiopía.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 126 783 suscriptores.
Según los últimos datos del 07 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 457, y en las últimas 24 horas de 21, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 7.81%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 5.19% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 9 905 visualizaciones. En el primer día suele acumular 6 577 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 18.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 08 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Noticias y medios.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 08 julio | 0 | |||
| 07 julio | +34 | |||
| 06 julio | 0 | |||
| 05 julio | +19 | |||
| 04 julio | +36 | |||
| 03 julio | +58 | |||
| 02 julio | +48 | |||
| 01 julio | +19 |
| 2 | Duula dirqiin namoota waraanatti makuu Naannoo Tigraay keessatti gaggeeffamaa jiruun kanneen guuramaa jiran irra caalaan isaanii umriin isaanii waggaa 18 gadi ta'uu mirkaneeffachuu Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TUbZsI9 | 5 293 |
| 3 | Biyyootni baayyina uummataa guddaa qaban Indiyaan, Baangilaadeesh, Itoophiyaa fi Paakistaan hanga har'aa Waancaa Addunyaa hawwuu malee hirmaatanii hin beekan. Maaliif? Kana jijjiiruuf maal gochuu qabu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YC5KdIu | 5 070 |
| 4 | Ameerikaan haleellaa Ulaa Hormuuz keessatti dooniiwwan boba'aa fe'anirratti raawwatame booda Iraan irratti haleellaa raawwatte. Iraan gamasheen haaloo ba'uuf Bahreen fi Kuweet keessatti buufataalee waraanaa US misaa'elaa fi dirooniin haleelte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UFBveKD | 4 799 |
| 5 | Yeroo yeroon idilee taphaa xumuramuuf daqiiqaan 12 hafu Masriin seenaa Waancaa Addunyaa keessatti sadarkaa gahanii hin beeknerra gahuu amananii ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VrbmSzo | 4 669 |
| 6 | UK dabalatee biyyooti 12 Awurooppaa eeguudhaaf piroojeektii misaayelaa haaraaf waggaa 10 dhufu keessatti doolaara biiliyoona 50 baasuufi.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CY3RsdF | 4 256 |
| 7 | US taankariiwwan boba'aa Ulaa Hormuuz keessatti rukutaman haaloo ba'uuf jecha Iraan irratti haleellaa ''cimaa'' raawwachuu himte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YqXBW8a | 4 507 |
| 8 | Piiter Komolaafee lammii Naayijeeriyaa yoo ta'u waggaa 18 yeroo ta'u UK keessatti nama abdii kutee fi mana keessa jiraatulleen hin qabne ta'e. Garuu amma gorsaa faayinaasiiti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u4oS05F | 5 256 |
| 9 | Dhalli namaa ammallee jijjiirama tirannaarra jiraa? Gara fulduraatti gabaabbachaamoo dheerachaa deema laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HQUle6T | 5 258 |
| 10 | Dhaddachi baha Chaayinaatti argamu qondaala bulchiinsa magaalaa waggaa 30 darbe keessatti matta'aa doolaara miiliyoona 325 fudhachuusaatiif du'aan adabe
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tsYxM72 | 8 785 |
| 11 | Kora paarlaamaa har'a taa'amaa jiru irratti MM Abiy Ahimed gaaffii miseensota irraa ka'eef deebii kennaa jiru
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gRmDBHL | 8 580 |
| 12 | Sirni awwaalchaa hoogganaa olaanaa duraanii Iraan Ayaatollaa Alii Kaameenii Jimaata, Adoolessa 3, 2026 irraa qabee torban tokkoof gaggeeffamaa jiru siyaasa biyyattii isa ijoo agarsiiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T3IxHZg | 7 623 |
| 13 | Gadi bu'uu lakkoofsa dubartoota daa'imman godhachuu hinbarbaanneef sababoonni garagaraa jiraachuu kan himu gabaasni CSJ, "dhiibbaawwan hawaasummaafi diinagdee garagaraa jiru" jedheera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O1EfZpx | 7 977 |
| 14 | Ayaatolaa Alii Kaameenii haleellaa Ameerikaa fi Israa'eliin ajjeefamuun sirni awwaalchaa isaa gaggeeffamuu lammiileen Iraan arganiiru. Garuu gaggeessitoonni haaraan biyyattii maal fiduu barbaadu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RPe0NGZ | 7 484 |
| 15 | Manni maree ministirootaa Itoophiyaan baankii BRICS 'Niiw Develoopment Baank' makamuuf wixinee labsii hundeeffamaa Waxabajjii 19, 2018 A.L.I raggaaseera. Manni marichaa marii torbee darbe tolcheen faayinaansii misooma biyyaalessaa, deeggarsa misoomawwan bu'uuraa fi filannoo maddeen faayinaansii barbaaduutti waan amaneef miseensummaa kana mirkaneessuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RebTPEy | 9 785 |
| 16 | Haleellaa marsaa lamaan halkan kaleessaa Raashiyaan magaalaa Yuukireen Kiiv irratti gaggeesiteen namoonni 11 ajjeefaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eyLEwtS | 10 791 |
| 17 | Erga Bitootessa 8, 2026 hoogganaa olaanaa Iraan ta'uun muudamee maqaasaatiin dhimmoota garaagaraa irratti ibsa barreeffamaan ba'uun alatti qaamaan hawaasatti mul'atee hin beeku Mojtabaa Kaameenii.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/axv6Ypj | 10 147 |
| 18 | Adabbiin kaardii diimaa taphataa Ameerikaa Baalogun ka'uun falmii kaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pNcM1xL | 9 181 |
| 19 | Kubba miilaa ammayyaa keessatti namni ana caalu hin jiru jedhee kan amanuu fi badhaasa taphataa cimaa adunyaaf kenname Ballon d'Or yeroo shan kan mo'ate Kiristaanoo Roonaaldoo dirreetiin ala jireenyi isaa maal fakkaata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NtqwE58 | 8 618 |
| 20 | Hayyuuleen bilbiloonni ammayyaa haala sammuu keenyaa jijjiiraa akka jiran akeekkachiisaa kan turan yemmuu ta'u, namoonni tokko tokko bilbilasaaniirratti hirkattoota ta'uusaanii ogeeyyiin himu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mpvb0QR | 8 982 |
