JECHOOTA GAMNAA
Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. ☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Mostrar más20 439
Suscriptores
+4224 horas
+2987 días
+1 30830 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
Yeroo tokko barsiisaan herregaa tokko gabatee gurraacha irratti akka armaan gadii barreesse:
9×1=9 ta’a
9×2=18 ta’a
9×3=21 ta’a
9×4=36 ta’a
9×5=45 ta’a
9×6=54 ta’a
9×7=63 ta’a
9×8= 72 ta’a
9×9=81 ta’a
9×10=90 ta’a
Yeroo barreessitee xumurtu gara barattoota isheetti garagalte. Hundi isaanii itti kolfaa jiru.Sababni isaas shallaggii sadaffaa dogoggoraan waan argatteef.Ati yoona hin agarre mitii? himm barattootu si caale jechuudha.Ok,gara dubbii keenyaatti haa deebinu.Yeroo kanatti barsiisaan kun akkana jedhe: "Dogoggora tokko itti yaadeen barreesse, sababiin isaas barumsa barbaachisaa tokko irraa akka barattan waanan barbaadeef. Kana jechuun, addunyaan alaa akkamitti akka si simatu akka beektuuf.
Ani akkan barreesse hubachuu dandeessa." waan sirrii ta'e, garuu isin keessaa tokkollee waa'ee kanaa kan na jajjabeesse hin jiru.Garuu, hundi keessan dogoggora waanan hojjedheef natti kolfitan. Na qeeqxan. Har'a wanti guddaan isinitti himuuf jirus kanuma." Itti fuftees;Addunyaan, yoo hojii gaggaarii miliyoona tokko hojjette si hin jajjabeessitu.Garuu, dogongora tokko yoo hojjettee si qeeqti.Abdii kutachuu hin qabdu. "Yeroo hunda kolfaa fi qeeqaa olitti dhaabbadhu, jabaadhu, jabaadhu!"
@JechootaGamnaa
👍 94❤ 14🥰 3
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W
S░E░L░E░C░T░E░D
C░H░A░N░N░E░L░S
⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀
⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆
⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇
⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏
⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯
⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂
⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜
⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁
⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉
⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀
⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄
⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛
★ ˚ * ★ . * . ·
˚ * ⋆ * · ﹡
* * ⋆ .
· ⋆ · * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ * · * . * . ★
⋆ · * ⋆ *
⋆ ﹡ · ˚ *★ ˚ * ★ . * . ·
˚ * ⋆ * · ﹡
* * ⋆ .
· ⋆ ⋆ · * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ * · * . * . ★
⋆ · * ⋆ *
⋆ ﹡ · ˚ *
★ ˚ * ★ . * . ·
˚ * ⋆ * · ﹡
* * ⋆ .
· ⋆ ⋆ · * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ * · * . * . ★
⋆ · * ⋆ *
⋆ ﹡ · ˚ *★ ˚ * ★ . * . ·
˚ * ⋆ * · ﹡
* * ⋆ .
· ⋆ ⋆ · * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ * · * . * . ★
⋆ · * ⋆ *
⋆ ﹡ · ˚ *
⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀
⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀
⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀
⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀
⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿
⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀
⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀
⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀
⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀
⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀
⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀
⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀
⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀
⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀
⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀
⢾⠇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤.
🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮
🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮
╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ▪️
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃ 🔘
╰━━━━━━━
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l
⇣
🌺🌺
🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
☘🌺🌺☘
☘☘
🎋 🍃
🎋 🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃🍃
🎋🍃🍃🍃🍃🍃
🎋🍃🍃🍃🍃
🎋
🎋
🎋
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢
👇 Click
❌❌❌❌❌❌
❌❌❌❌❌❌
❌❌❌❌❌❌
❌❌❌❌❌❌
❌❌❌❌❌❌
❌❌❌❌❌❌
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞
⇣
☆
☆ ☆
☆ 🌑.°.● .
☆ ●★:.¸. ●.
☆ . * ●.°☆ ☆.
☆●●● ★ *°☆.
☆ ●* ● 🌚 ●°☆.
☆● *° .°●☆●°°☆.
.°● ★ * °☆.
.●¸.★°●☆.
.● ★ °☆ ●.
.●*●°° ☆●.
. * ¸★°☆ ●.
. *●¸. ★° °●.
. ★ ° °☆★●.
.○: . * .° °☆★ ° °☆ ¸..★¸ ● ★.
.○★ . . . ★ ° °☆★ °☆ ¸. ● ★.
.○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.
.○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★.
.○° :. * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★.
👀👇
⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE ⚠️
Ads
@Oromoo_inspire ♨️
@Jireenya_jaalalaa 📚
Affeerraa Gaarii 🌄
+ Subscribers Free Promoter
🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s
@Oromoon_Oromoof_PostBot
Ads
• @hope_promo
👍 8❤ 1🙏 1
"Jireenya keessatti wanti gaddisiisaan dafnee dulloomuu keenyaa fi turree immoo ogeessota ta'uu keenya"
─ Beenjaanii Firaankiliin
Dargaggummaatti ogeessota ta'uu kan qabnu yeroo humni keenya dhume/yeroo dulloomne warra yaada hubatan taana! Kanaaf yeroo dargaggummaatti ogeessota ta'uudhaaf SAMMUU OFII MISOOMSUUN karaa milkaa'ina keenya jalqabaati.
Yeroo dargaggummaa keenyaa kanatti bakka nuuf hin malle, bakka ogeessota nu hin taasifne, bakka kaayyoo fi galma keenyaan wal hin qabannetti humna keenya fixuu hin qabnu. Waanuma bara dargaggummaatti facaafne, bara dullumaatti haammanna. Eeyyeen, "Ijoollummaan lafa qotamee bullaa'e, dargaggummaan yeroo itti facaasanii, dullumni immoo yeroo itti haammatanii dha."
Ogummaan jiraatanii darbuu caala, wanti nama gammachiisu hin jiru!
Namoota dullooman irraa yaada fudhachuun immoo caalatti gaariidha nama cimsas.
@JechootaGamnaa
👍 31🙏 6❤ 2
HUBADHU
▬▬▬▬▬▬
➲ Jireenya jiraattu keessatti wanti hubachuu qabdu jira.
1ffaa: Yeroo hundumaa abdii haaraa fi gammachuu addaatiin oolmaa kee gaggeeffachuu yaali! Gatii baasuu qabdus baasi! Namni abdii fi gammachuu qabu waan haaraa hojjechuuf cimina hunda caalu qaba.
➛ Haalota oolmaa kee keessatti si mudatan ilaaltee harka hin kennin! Abdii akka qabdu sammuu keetti himi!
➛ Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti.
➛ Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.
➛ Kufaatiin isa ta'uuf (bira gahuuf) dhalatte osoo hin ta'in (bira hin gahin) hafuudha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo rakkina keessa darbuun dirqama. Rakkina hin sodaatin!
➥ Mee namoottan addunyaa beekamoo ta'an hunda isaanii qoradhu! Hundi isaanii rakkina hammana hin jedhamne keessa darbanii kan mul'ata argatan.
RAKKINNI YAADNI HAARAAN KEESSA KEETII AKKA BURQU GODHA!
● Eenyummaan kee rakkinaan yoo dabalame of argita. Ofitti akka deebitu si godha. Si malee namni si ta'uu danda'u akka hin jirre sitti hima.
● Namoonni baay'een yoo waa rakkatan waanuma akkasitti hafan of se'uudhaan milkaa'ina cina isaanii jirutti aggaamuu of dhoowwu. Lakki akkas miti eenyuyyuu rakkina baatee kan hafu hin jiru. Yeroodhaaf nutti fakkaata malee.
● Namni mul'ata qabu, fuuldura isaatti milkaa'ina ilaalu tokko rakkina keessa darbuun waanuma jiru.
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
👍 29❤ 10🤩 1
~Waa hunda dura ofiif bakka laadhu kan sirra sitti aanu waan hin jirreef!
~ Of beeki kan sirra sibeeku waan hin jirreef
~Namni kaayyoo ofi beeku jaalalan hin kufu
kaayyoo ofi galmaan ga'uuf kufa malee!
~ Beekaa jechuun nama dogoggora ofii ofirratti beekee irraa of sirreessuudha!
~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee,
kopheen qixxeessuuf luka hin muran!
~ Moo’uu jechuun 1ffaa bahuu qofa osoo hin
taane, jijjiiramas agarsiisuudha!
~ Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu
Osoo hin taane, barumsi nama keessa darbuudha!
~ Barumsa barattee yoo qoramtu, jireenya
Immoo qoramtee baratta!
~ Nama si sobu wajjiin gammaddee kolfuu,
Irraa nama dhugaa sitti hime wajjiin gadditee boohuu siif wayya !
~ Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan
galaana keessatti darbanii yyuu, Qurxummii
afanitti qabatee keessaa baha!
~hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome
Osoo hin ta’in nama sammuu hiyyoomeedhaa!
~ Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin
xinnoon bishaan bobeessiti!
~ Yeroo tokko, tokko gammachuun guyyaa
tokko gadda waggaa tokkootti jijjiirama!
~ Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn
luglummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi
dandeettii fageessanii yaaduuti!
~ Jireenya kee fooyyessuudhaaf yaaliidhaan
shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si
mudatan kufaatii osoo hin taane, akeektuu
galma gahiinsa yaalii keetiiti!
~ Addunyaa kana irratti Harreen akka
Namaatti yaaddu jiraatuu baattus, namni akka
Harreetti yaadu hin dhabamu!
~ Akka addunyaatti yaadii, akka naannootti
hojjadhu!
~ Dhalli namaa wanta haara argannoodhaan
Yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu yoo ta’u, garuu ......
Ofi isaatii uumamuu (kalaqamuu) yoo irraaffatu immoo kan nama gaddisisuudha.
~ Kan nama qaanessu ba’aa guddaa sammuu
irratti baachuu osoo hin taane, sammuu hin
yaanne baachuudha!
~ Yoo rakkoon wahii si mudate rakkoo si
Mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si
mudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda!
~ Osoo dhugaan kophee hin godhatin, dharti
addunyaa naannofti!
~ Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee ta'uu kan hin dandeenye yoo ta'u. Balleessaan kee ta'uu kan danda'u kuftee yoo acitti hafteedha!
~ Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmanneef of gooti!
~ Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane,
wanta dukkana keessa jiruudha!
@JechootaGamnaa
❤ 43👍 28👏 6😁 1
Galma kee kan si hanqisu gufuu cabbii osoo hin taane kufuu qalbiiti !!!
Nama of beekuu tokko gammachiisuus tahe gaddisiisu hin dandeessuu.
👍 6