cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

SAGALEE GAMMACHUU🌤

Kaayyoon channel kanaa👇 Ogummaa fi kennaa waaqayyo nuuf kenneen jecha sagalee isaa wal hubachiisuu fi barachuu dha!👇 Yaada qabdaniif👇 fb. https://www.facebook.com/an.dhuguma! You tube👇 https://youtube.com/channel/UCqh0fkKnSO1m29JGoH2Ohnw

Mostrar más
Finlandia1 090El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad15 953
Publicaciones publicitarias
5 943
Suscriptores
+1524 horas
+847 días
+66730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
#Wxabajjii_12 Guyyaa kanatti ulfina qabeessa kan ta'e #Hangafnii_ergamoota_qulqulluun_mika'eel Eergamoota hundumaa irraatti kabajaa guddaa/baay'eedhan kan itti muudamee,yaadannoo isaa kan itti yaadatamu fi #Qulqulluu_Baahiraanin guyyaa itti gargaree dha.Lammaffaas guyyaa kanatti #yaadannoo_boqochuu_qulqulleetti_Afoomiyaa dha.kan kabajamee fi kan galateeffamee #mootichaa_itiyoophiyaa_Lallibeela yaadanno boqochuu isaa dha.Hangafnii phaaphasoota iskindiriyaa #Abbaan_Yosxoos no boqotee.hangafaa phaaphasii Iskindiriyaa 67ffaa kan ta'e #Abbaan_Qerloos_NI_Boqotee. Bagaa Ayyaana waggaa ergamaa araara,ergamaa garramii,kan ta'e hangafaa ergamoota qulqulluu mika'eel waxabajjii 12n isiin gahee nu gahee🙏✝️ 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
17👍 12
Photo unavailableShow in Telegram
#Wxabajjii_12 Guyyaa kanatti kan ulfina qabeessa kan ta'e #Hangafnii_ergamoota_qulqulluun_mika'eel Eergamoota hundumaa irraatti kabajaa guddaa/baay'eedhan kan itti muudamee,yaadannoo isaa kan itti yaadatamu fi #Qulqulluu_Baahiraanin guyyaa itti gargaree dha.Lammaffaas guyyaa kanatti #yaadannoo_boqochuu_qulqulleetti_Afoomiyaa dha.kan kabajamee fi kan galateeffamee #mootichaa_itiyoophiyaa_Lallibeela yaadanno boqochuu isaa dha.Hangafnii phaaphasoota iskindiriyaa #Abbaan_Yosxoos no boqotee.hangafaa phaaphasii Iskindiriyaa 67ffaa kan ta'e #Abbaan_Qerloos_NI_Boqotee. Bagaa Ayyaana waggaa ergamaa araara,ergamaa garramii,kan ta'e hangafaa ergamoota qulqulluu mika'eel waxabajjii 12n isiin gahee nu gahee🙏✝️ 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
"Bara sanatti waa'ee ijoollee saba keef kan dhaabatu inni hangaftichi Mikaa'eel ni ka'a"(Dan 12:1) Bagaa ayyaana waggaa Hangafaa Ergamotaa Qulqulluu mikaa'eelin isin gahee!! "Kadhannaa afoomiyaa innii dhaga'ee sif dhaga'eera" jedhen kadhannaa kessan dhaga'eera jedhee isiniif haa fudhatuu!! Bagaa Gessan!! Ayyanaa Gaarii 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
6🙏 3🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram
💦"Maqaa Abbaa Kan Ilman Kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoon Ameen! Waaqa tokkoo kan ta'e Maqaa Abbaa Kan Ilma kan Afuura Qulqulluun kadhannaa fi ebbii isaa ummaata kiristaana irraa bara baraaf haa jiraatutii jiini galee guyyaa 11ttii Abbaa Qulqulleetti dubaroo maariyaam kan ta'e yaadannoo Ebbiifamichaa qulqulluu Iyyaqeemidha 🙏 📍Iyyaqeem jechuun Nama waanti hamaa afaan isa keessa kan hin baane,Kennaa/kennuu kan jaallatuu waaqa isra'eeliin laphee isaa qulqulluun waaqessuu dha. Ebbii fi Sugnii isaa nurra haa buluu🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
👏 10🥰 6👍 2 2😁 1
Photo unavailableShow in Telegram
🍁#Jiini Galee Guyyaa 11ttii ayyaana yadannoo ji'aa qulqullettii ebbifamtuu haanna dha #Bagaa_motittii_samii_fi_lafaa kan tatee giiftii keenyaa qulqullettii durbee mariyaamin kan nuf dessee kabaja ayyaana qulqulleettii haannan baga nagaan gessan💕🙏💕 #Maloo filatamuun kee ebbifama gadamessikee #Hadhaa fayyiisa adduunyaa fayyinaaf kan kennitee #Firii gaarii akkaa sif kennuu wan waregdeef #ofii isa wan ishee filateef durbee kan sif kennee #yaa qulqullettii hanna ol ol haa jedhuu maqankee። Nagaan biyyaa keenyaaf haa ta'uu💚💛💝 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/FZoO-CN9Wms                                                                                                               join share https://t.me/sagaleegammachuu/2112
Mostrar todo...
👍 1🔥 1
☞senessaa/barrefamaa yeedaloo qulqulluu yaared. ☞Diguwaa ☞Guyyaa sanbataa fi ayyanoota waggatti kan dhiyaatan. ☞Tsome diguwaa ☞ jechuun hikkan isa diguwa irraa kan addaa ba'ee osoo hin tanee sooma guddaa irrattii kan farfaatamuu wa'ee sooma kan ibsuu yoo ta'uu torbee gad bu'uu irraa hanga hosa'inattii hammaata/qabataa. ☞Faaruu☞Qurbaani/foonii fi dhiiga gooftaa booda wa'ee qurbaani kan dhiyaatuu. ☞Mewasi'at ☞warra du'aniif kan dhiyaatu  ( kadhannaa warra du'anii) ☞Boqonnaa(ምዕራፍ) ☞ Bultii boqonnaa yoo ta'uu iddoo boqonnatti seena wan farfaatamuf boqonna jedhamee jira. ☞Hojiin qulqulluu yaared bay'ee gad fagoo fi icciitii kan qabuu yoo ta'uu nu warra cubbaama kanan mitiiti beektootanuu tarrefamee hin dhumuu ebbaaf kana nuf haa ebbisuu. ☞ - - - Qulqulluu yaared hordoftoota/bartootaa isa sawiira,menkir, iskindir jedhaman waliin galaana takaze ce'ee gara gammojjii kaabatti deeme dachee dukkaana dhufee qorri isa kan jabatee cabbiin bakka ittii roobu sanero jedhamee kan wamamuu bihawi ambatti qanoona qabatee achumattii yeedaloo barsiisa kawwaala kaaba kessa jiratee . ☞Qulqulluu yaared gara mana kiristaana  aksum tsiyoon seene harkaa isa tsillatii/taboota irra dirirsee qulqullettii dha Ayyaana qabettii፤ kan galateffamtee dha,kan kabajamtee dha,ol ol kan jettee dha,  yabannoo ifaa dha jechaa qulqulluu yaared senessaa/barreffama isa #Bahaa_Ifaa jedhamuu yeedaloo iziilin yeroo yedalesuutii dhumdhumaa tokkoo kan ta'uu gara samiitii ol ol jedhee. ☞Lubichii yareed bara isa hundumattii galataa ergamootan waaqayyoon tajajiila somaa fi qabsuuran xumuree qorra isa obsee dadhabbii fi gidiraa irraa yeroo itti boqotuu ga'uu isa kennan addan yeroo barettii baratoota  isa wamee walittii qabee gorsee gaggessee. ☞Achii booda kawwala dhokataa tokkoo kessa galee umurii isa 66 tti camsaa guyyaa  11 ttii bara 571 dhokatee(ተሰወረ). ☞maddii bareffaama ☞( qabsuura qul.yaared) ☞Qulqulluun yaared kan isin jalaa dhokatee isiniif haa mul'isuu  Ebbaa isa nu haa hirmachisuu. ---🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏       👇👇👇👇👇👇           https://vm.tiktok.com/ZMjD9dJ3c/             Subscribe👇 https://youtu.be/FZoO-CN9Wms                 Join👇 https://t.me/sagaleegammachuu 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
TikTok - Make Your Day

TikTok - trends start here. On a device or on the web, viewers can watch and discover millions of personalized short videos. Download the app to get started.

👏 1
#Qulqulluu_Yaread👇 ☞Jiini galee Guyyaa 11ttii Qulqulluu Yaaredidha. #Bagaa mana kiristaanaf ifaa akkasumaa qaama ishee guutu fakkattii surafeel kan ta'ee Ayyaana yaadannoo qulqulluu yaaredin isiin ga'ee. ☞beeka guddaa qulqulluun yaared bitotessa guyyaa 5 bara 505 magaala aksumitti dhalatee. ☞Haatii isa kiristiina abban isa yisihaq jeedhamuu. ☞Qulqulluu yaared haatii isa wagga torbaffa isatti wan irraa duteef akka isa barsisuuf dargageessa cimaa aksum kan turee essuma isa gediwoonif kennamee. ☞beeka qulqulluu yareed essuma isa biratti yeroo baratuttii barnoonni wan isaf hin galleef sababa kanan essumnii isa wan isa reebuf/ isa garafuuf obsuu dadhabee essuma isa irraa addaa ba'ee badee. ☞Achittis mukaa tokkoo jalatti siqee osoo jiruu rammoon tokkoo muka sana irraa ba'uuf yeroo jettuu yeroo kuftuu ammas ba'uuf yeroo jettui yeroo kuftuu ittii fufee al ja'a yeroo ja'a akkas erga tatee torbaffaa irratti muka sana irraa yeroo isheen ol batuu yoo arguu anis abdii kutachuu hin qabuu jedhee gara essumaa isatti debi'ee dhiifama gafatee barnoota isa ittii fufee barachuu egalee. ☞Sana booda guyyaa tokkottii barnonni mana kiristaana mul'ateef #isa yeroo darbee guyyaa dhaloota isa kessatti isiinif katabeera isas gara gadiitti telegramin dubbiisa har'af garuu hojii qulqulluu yareed haa ilalluu. ☞Yeedaloon qulqulluu yaared gosa sadii dha. ☞1☞Gi'iiz፦ jechuun jalqabaa irratti kan argamee jechuu dha.hikkaan jechaa isa bilisaa ba'uu jechuu dha. yeedaloon yeroo hiikamu mallii isa kan milka'ee jabaa jechuu dha. ☞Iziil☞Gi'izii waliin dabalamee kan yedaleffamuu yeedaloo lallaafaa/suuta/maraara dha.  iziil yeedaloo jabaa jechuu dha.  ilmatti fakkeefamaa.  sababnii isas ilmii gidiiraa jabaa fudhateerati. ☞3☞Ararayii ☞Ararayii kan gaddisiisu  laphee kan hawwatuu yeedaloo qal'oo ta'ee dha. Afuura qulqullutti fakkeeffama.Duuka bu'oota kan jabessee fi ija jabinaa kan kennee fi afuura waaqayyoo isa qulqulluu dha. yeedalowwan galaata mana kiristaana keenyaa kan dhiyyaatan gosa sadiin dha. ☞ittii fufuun mallatowwan yeedaloo yaared haa ilalluu. ☞Diifit(ድፋት)፦ sagalee kee fi morma kee gombistee afuura kee gara garakee kessatti yeedalessuu yoo ta'uu fakkenyumman isa samii samii irraa gad bu'uu iyesus kiristoos hubachiisa. ☞Hidet(ሂደት)፦yeroo yeedalessitu hin dhabatiin addan hin kutiin homtii tokkoo osoo sin qabiin caal jedhii demii jechuu isa dha.  fakkeenyumman isas gooftaan addunyaa kana irraa deddebi'ee barsisuu isan yeroo himatamettiis hanna irra gara qeyyaffatti herodsii irraa gara philaxoositti homaa osoo hin dubbatin deddebi'uu isa hubachiisa. ☞Qinat(Hinaffaa) ፦jechaa dubbiisa yeedaloo isa xumuura irraa jiruuu qabattee mormaa kee ol qabdee jabessuun(baay'isuun) Sagalee kee yedalessii dhabii jechuu dha fakkenyumman isas ayihudonnii gooftaa irrattii hinaffaa isanin iyyanii dabarsanii isa kennuu isanii hubachiisa. ☞Yizet(ይዘት)፦yeedaloon isa akka dubbiisa isa arifannaan yeroo dubbatuu gidduu isatii qubee tokkoo /jechaa akka tasaa qabii yeedalessii jechuu dha.  fakkenyumman isas gooftaa qabuu isanii dha. ☞Qurxi(ቁርጥ) ፦ Sagalekee humnan bastee afuura kee gad ukkamsitee yedalessuu jechuu dha.  fakkenyumman isas ayihudonni gooftaa keenyan yoo gidirsan iyyuu addamin fayyisuuf kutachuu isaa hubachiisa. ☞Cireet(ጭረት)፦ yeedaloo gidduu dha sanyii qubee tokkoo harkistee morma kee ol qabii yedamessii jechuu dha. Fakkenyumman isas garafamuu gooftaa keenyaa kan agarsisuu dha. ☞Rikriik(ርክርክ)፦ Yeedaloon sun akka dheeratuuf irra irratti dabaluu fi dheressuu yoo ta'uu. fakkenyumman isas gooftaa keenyaa yeroo garafaan/reeban dhiiga isa isaa coccobee hubachiisa. ☞Deret(ደረት)፦ fuula fulatti lapheedhan sagalee addaan yeedaloo qonqoon  dubbatamuu yoo ta'uu.  fakkenyumman isas ol ba'uu gooftaa hubachiisa. mallatoon yeedaloo yaared warra kana yoo ta'an ittii fufuun senessaa yedaloo yareed haa ilalluu.
Mostrar todo...
👍 4 1
Photo unavailableShow in Telegram
JHar'aa Guyyaa 10tti Yaadannoo ji'a Qulqulluu fannoo isaa kan nuuf argitee qulqulleetti #illeeni fi Ilma ishee Mootichaa qulqulluu Qosxenxinoos dha Kadhannaa fi Araarsumman isanii nurra addaa hin ba'iin🙏❤ 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
14👍 1
Waa'ee Qulqullootaa maaf dubbachuu dhiisna Jireenya isaaniitiin Gooftaatiin lallabna Dhugaatu nuuf galeera duubatti hin deebinu Dhugaadhaaf hojjenna namni hundumtuu haa baru!       💖 #Mootittii_Qulqulletti_Illeeni💖 🌹#Jiini Galee Guyyaa 10ttii Haadha Keenyaa Qulqulletti Illenii dha 🌹 ❖ Qulqullettin kunis dura haadha mana daldalaa tokkoo turtee innis gochaa ishee hundumaan qulqulluu tatee osoo jirtuu gara galanatti ishee darbatee ፤abba kabajaa kan ta'ee eyyema gooftaa keenyanis biyyaa roha jedhamuu gessee mootii biranxiyaa Qunisxaa argattee ፤ midhaginaa fi simboo ishee argee ishe fudhee kiristanootaf mootii jalqaaba isa ta'ee  #Qosxenxiinosiin godhatte/dessee Namuusa fi amantaa barsiisun haala gaariin guddisteen ። ❖mucan ishee yeroo mootii ta'ettis gara iyyerusaleem demtee  abba kabajaa kan ta'ee fannoo kiristoos mul'isii bakka kabajaa isas hojjedhuu abjuu jedhuu argitee akkamitti akkaa argitees muca ishetti himtee innis loltoota hedduu waliin ishee ergee ። ❖ Yeroo achii geesus abbaa kabajaa kan ta'ee fannoo gooftaa keenyaa ni sakattaate fayyiisa kan ta'ee fannoo isas isa waliin kan fannifaman fannoo shiftoota lamaan waliin argitee፤ abba kabajaa kan ta'ee fannoon gooftaa keenyaa isa kam akka ta'ee akka bartuuf yeroo jallatettis mataa isa irrattii inni kun #Nazrawwiicha_iyesus_mooticha_Yihuudadha kan jedhuu barrefama  mukaan kafamee isa qabuu akkaa ta'ee ephisqophoosin iyyerusaleem Qulqulluun maqaaris ishetti himee ። ❖ kana booda isa irraa mallattoo argachuuf ni barbaddee nama du'es argitee fannoowan sana reenfa sana irraa yeroo kessuu hin kanee፤kana booda fannoo isa sadaffaa reenfa sana irraa kessee ፤ yeroo kanattiis namichii du'ee sun ni ka'ee amantaan ishes ni jabatee gammachuun ishes ni bay'atee ። ❖ kana boodas bakkewwan kabajaa oduun isanii ji'a fulbaana  17 tti barrefamee kessattii manneen kiristaana hojjechuu jalqabdee ፤ Abbaa meqaarisifis bakkewan kabajaman hundumatti mana kiristaana akkaa hojjeetu qarshii hedduu kenniteef ። ❖kana booda gara ilma ishetti deebitee wan ta'ee hundumaa ittii himtee fannoo isa kabajamaa argachuu isatti hedduu gammadee ፤ Qulqullettin kunis hojii gaarii ishee ergaa rawwattee fi waaqayyoon erga tajajiltee booda wa'ee uffaata luboota fi qallaaba isanii mana kiristanoota fi kawwalootaf dhaala fi gochaa hedduu hiyyesoota fi dadhabootafis akkasumaa ergaa hojjeette fi dhabdee booda nagaadhan boqottee gutumman umurii ishes waggaa 80 ta'ee ። Waaqayyoofis galannii haa ta'uu nunis kadhanna isheen nu haa fayyisuu ebbaa fi suuga ararsumma isheen nu waliin bara baran haa jirattuu ameen። 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
👍 3🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
😇🤲 Yaa waaqayyoo abbaa koo Yeroo hundumaa anaan cubbamaa kana kan nan  gannee xura'eera jedhanii kan nan dhisnee wa'ee harka  keef galata kee haala kam keessatiyyuu kan naaf ga'u kan na jajjaabessuu, kan na gargaaru namni harkii waaqayyoo qabee kan galateeffamee dha baga ati na qabdee. Ani kan keeti osoo hin taane ati kan kootii nan jedhii   Har'aas na qabii❤️ 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Mostrar todo...
8🥰 2👍 1