cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Magarsaa Qilxuu

Hundumtuu guuteet miti Irra keessa kolfinaa Kan kaleessaayyu hin qoorre Madaa keenya hin horfiinaa! we love Our flag!🟥🟩🟥

Mostrar más
Finlandia1 147El idioma no está especificadoNoticias y medios17 873
Publicaciones publicitarias
5 352
Suscriptores
+124 horas
+307 días
+18330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Xiyyeeffannoo. ============= Yeroo ammaa kana PPn godinoota WBOn keessa socho'uu keessatti Qindeessitota mana barnootaa fayyadamuun hanga gandaatti gadii buute caasa (network) ijaara akka jirtu 100% bira geenyerra. Kanaaf warroon ijaarsa caasaa network kana ijaaraa jirtanis ta'e ijaaramaa jirtan hojii itti jirtan kanarraa of hin qusattan tanaan kanaan booda dhiifamni tokko akka isiniif hin godhamne beektan akka itti seentan isiin beeksisu feena.
Mostrar todo...
10🥰 4👍 1
Kisaara Diroonota K/Abiyyi Hanga ammatti Diroonin 3 sababa adda addaan hojiin ala ta'aan jiru. Dirooniin Tokkoo lola Tigiray irraatti Lammafaan Gaafa Abbiyyif Bishooftuutti "Show dhiyyeessan gamootti Bishooftuti Rukutameeti 3ffaan Horroo Guduruu Wallaggaatti akka hamma ammatti Dirooniin Sadii hojii ala ta'uusaa Keessoo PP dubataani, Humni diroon to'achuu irraa  jiru lammiwwaan Faransay yoo ta'aan masara motummaa keessatti Abiyy bakka argamutti ajaajni kan kennamuu jedhan opireesheni dirree immoo RIBtu fudhata jedha odeessi. Yeroo warri habashaa fuutuudha dirooniin kun kan rakkoo uumee jedha eeruun kun. Kan kaleessa horro Guduruutti Caccabdee Boonbiin ishee keessaa jiruu waan hin dhuka'iin jiruuf of eeggannoo barbachisaa waan ta'eef ummaata naannoo sanaaf dhaamna!
Mostrar todo...
👍 12
Sababa Dirooni harraa Abee Dongorootti burkutooftef namiichi Tekinishaanota 5 karaarra makseera😉
Mostrar todo...
🔥 10
WBOn Zoonii Kibba Godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa Keessatti loltoota maafi'aa PP 100 ajjeesuun 60 Ol Madoon Adabe. ONM-ABO Caamsaa 22,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa  godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa ganda  Baddaa Magaadatti har'a Caamsaa 22 humna waraana faashistii Abiy Ahimed kan saamicha, gudeeddaa fi ajjeechaan uummata Oromoo hiraarsaa turte irratti tarkaanfii guggubduu fudhateen injifannoo cululuqaa galmeesseera. Lola sa'a 5:00 oliif jajjabeen WBO waraana maafi'aa PP waliin taassiseen waraana  PP irraa 100tti kan  lakkamuu  du'aan yoo adabu 60 ol madoo taasisee jira .   Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn  humna diinaa kan ji'a muraasa keessatti bosona Baddaa Magaadaa humna WBO  keessaa qulqulleessine jirra jettee miidiyaa irratti  ololaa turte irratti  tarkaanfii boonsaa fudhatee baaragse kanaan reeffaa fi madoo konkolaataa 5n  fe'attee gara magaalaa Bulee Horaatti  deebitee jirti. Injifannoon  Uummata Oromoof❗️
Mostrar todo...
👍 11
Photo unavailableShow in Telegram
Shaakalli meeshaa farra Drone yaaliin duraa milkaa'eera! Sichii Waa Hedduu Arguuf Jirtu. 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
Mostrar todo...
8👍 3👏 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kuniis Akkuma Taayye Qilinxoo Seenee Jira. Namni Birhaanu Leenjisoo jedhamu kun "Dhugaa Qallootu 4Kiloo Seenee " jechun qabsoo Qeerroon kumaatamni itti waregame ganuun impayeeratti xaxatee kan galee kunoo impayeerichi moo hanga barbaade dhimma itti bahuun qilinxooti darbatee jira.  Kan Oromoo Gane Ofkale Hin Beeku.
Mostrar todo...
👏 7👍 3 2
Photo unavailableShow in Telegram
Mootummaan Noorweey Filisxeemiif beekamtii biyyummaa kennuuf murteessuu beeksise. Ministirri Muummee Noorweey Jonaas Gaahr Istoor, biyyi isaanii Noorweey biyyummaa Filisxeemiif beekamtii ni kenniti jechu isaanii miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru. Qabsoo amma itti jirun Oromoonis onnatee yoo falmate biyya walabaa ta'uuf kan isa danqu hin jiru.
Mostrar todo...
👍 6
Finfinnee irraa ergamee dhaqeetu samiitti ol ergame. Tikni mootummaa Magaalaa guddittii Oromiyaa Finfinnee, kutaa magaalaa Boolee irraa ergamee dhufee Godina Wallaggaa Lixaa, Mandiitti gagamii qabame. Sana booda odeessaafi waan dhimma keenyaa xumurreetu samiitti ol ergine. Reeffi ishee guyyaa lamaa fi halkan lama daandiirra bule. Warri ergatte fuutee mandiitti geessiteetti. Amma  maxxansi! Suuraashee kan birriis, kan waraqaa eenyummaas, kan Qurxiis walitti hidhii dhoobiif. Tika taatanii kan hojjettan irraa baradhaa!
Mostrar todo...
10👍 9
Photo unavailableShow in Telegram
Mootummaan faash--istii Col. Abiyyi Ahmed torbee darberraa qabee aanota Godina Shawaa Lixaa  (Tokkee Kuttaayee, Jibaat, Liiban Jaawwii, Daannoo fi kkf) akkasumas Shawaa Kibba Lixaa (Ammayya)tti xiyyaarota waraanaa Raashiyaarraa liqiin bitate kan akka [Sukhoi SU-30, MIG-19], jeettiiwwan garagaraa fi Dirooniiwwaniin ummata nagaa fix-aa jira. Dabalataanis madfii fageenya dheeraarratti dhuka'u kan qiyyaafannoosaa ummata nagaa godhate baayyee dhukaasuun ummata shoror-keessaa fi ajjee-saa jira. Ummatni of eeggannoo barbaachisu akka godhu ammas irra deebin dhaamsa keenya!
Mostrar todo...
👍 2
Odeessa PP'n milishadhan leenjii waraanaaf Xollayi, Bir-sholoqo fi Awwash 40 tti seenu qabdu jechun ajaja dabarsite jirti!
Mostrar todo...
👍 10 1