en
Feedback
SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

Open in Telegram

Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattuπŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ #chaanaalii bashannanaa π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaaf

Show more

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

Channel SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) is an active participant. Currently, the community unites 46 257 subscribers, ranking 3 831 in the Education category and 742 in the Ethiopia region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 46 257 subscribers.

According to the latest data from 01 October, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 138 over the last 30 days and by 8 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 33.20%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 11.73% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 15 357 views. Within the first day, a publication typically gains 5 426 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 29.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œBeeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattuπŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ #chaanaalii bashannanaa π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaaf”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 02 October, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

46 257
Subscribers
+824 hours
+517 days
+13830 days
Posts Archive
#Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Godina Gujii Barsiisota Barbaada Waajjirri Barnoota Godina Harargee Lixaa Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada.    ✍️Muuxannoo:0 year      Ogummaa: Digirii Jalqabaan; ✍️Yeroo Galmee Guyyaa 15/1/2019 - 28/01/2019 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a. ➑️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Gujii Gutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa.    ➑️ Ulaagaa Barbaachisu.    1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte.   2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman. 3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba. 4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha. 5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu. Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa

Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019(0).pdf4.02 KB

Barattoota Yunivarsiitiiwwan Mootummaa Naannoo Tigraay Keessatti Barattan Hundaaf Barattoota haaraa ramadamtan akkasumas barattoota mooraa jiran ilaalchisee, yunivarsiitii yeroo muraasaaf itti ramadamtu dhiyootti ifa akka ta’u Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Barattoonni yeroo ammaa naannoo Tigraay keessatti barachaa turtan, haala naannichaa hanga sirreeffamutti, akka gaafattan irratti hundaa’uun, yeroo muraasaaf yunivarsiitiiwwan mootummaa naannoo Tigraay alatti argamanitti ramadamuun akka barnoota keessan itti fuftan ni taasifama. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni dhimma kana irratti gaaffii ykn komii qaban gara Ministeera Barnootaatti qaamaan deemuun dirqama osoo hin taane, barnoonni keessan akka hin addaan cinne fi nageenyi keessan eegamee barnoota keessan sirnaan akka itti fuftan gochuuf yunivarsiitii isin yeroo muraasaaf itti ramadamtan yeroo dhiyootti ni beeksifama. πŸ“Œ Hubachiisa Haalli jiru yeroo sirreeffamutti, barattoonni yunivarsiitii jalqaba irratti itti ramadamtanitti deebi’uun barnoota keessan itti fuftu. Akkasumas, barattoota #barattoota_durii fi #barattoota_haaraa sababoota adda addaatiin yunivarsiitiiwwan naannoo Tigraay keessatti argamanitti barnoota isaanii itti fufuu barbaadan ilaalchisee, Ministeerri Barnootaa yunivarsiitiiwwan kanneen waliin mari’achaa jiraachuu ibsee, barattoonni obsaan akka eeggatan gaafateera. Madda: Ministeera Barnootaa Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.πŸ‘‡πŸ‘‡ π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaf

#Barnootni_Itti_Fufeera; #Galmeen_Dilbata_Xumurama. -------------- BBO - Fulbaana 07/2019 Barnootni Bara 2019 Fulbaana 05/2019 Guutuu Oromiyaatti Jalqabamee ture haala ho'aan itti fufeera. Barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in/ barnoota hin jalqabin yoo jiraattan hanga Dilbata Fulbaana 10/2019 waaree booda sa'aatii 11:00tti qofa akka galmooftan cimsinee isin beeksifna. Barataan hanga Dilbataatti hin galmoofne Wiixatarraa/11/01/2019 irraa eegalee simannaan hin taasifamu. Kanaafuu, Maatiin Barattootaafi Hawaasni keenya barattootni guyyoota kennaman keessatti akka galmaa'an jajjabeessuun carraa kennametti akka fayyadaman deeggarsi keessan barbaachisaa ta'uun dhaamsa keenya ta'a. #Barataan_hin+galmoofne+hn_baratu!

photo content
+3

πŸ“’ Beeksisa Barattoota Kutaa 10ffaa Barattoonni kutaa 10ffaa, bara barnootaa 2019 E.C. manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa (Federal Special Boarding Secondary Schools) keessatti barachuuf galmooftanii qormaata seensaa fudhattan, liinkii isin ittiin galmooftanitti seenuun lakkoofsa eenyummaa (ID) fi jecha iccitii (Password) keessan galchuun bu’aa qormaataa keessanii ilaaluun ni dandeessu. Barattoonni qormaata darbaniis, mana barumsaa itti ramadamtan achuma irratti ilaaluu ni dandeessu. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni bu’aa qormaata isaanii irratti hundaa’uun of eeggannoodhaan filatamaniiru. Kanaaf, bu’aa qormaataa ykn mana barumsaa itti ramadamtan ilaalchisee komii gosa kamiyyuu hin fudhatu. πŸ“… Barnoonni manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa hunda keessatti: Fulbaana 05, 2019 E.C. irraa eegalee ni jalqaba. Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.πŸ‘‡πŸ‘‡ π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaf

photo content
+4

photo content
+9