fa
Feedback
SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

رفتن به کانال در Telegram

Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

کانال SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 46 118 مشترک است و جایگاه 3 823 را در دسته آموزش و رتبه 728 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 46 118 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 26 اوت, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 2 781 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 4 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 28.29% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 13.04% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 13 048 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 6 013 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 27 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 27 اوت, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

46 118
مشترکین
+424 ساعت
+757 روز
+2 78130 روز
آرشیو پست ها
#Oduu_Ammee! Hagayya 19/2018 Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Galgala Har'aa Sa'aatii 1:00 Irraa Eegalee Ilaallachuun Kan Danda'amu Ta'u Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Itoophiyaa Beeksiseera. Liinkota Ittiin ilaallachuun danda'amu filannoon dhiheesseera. Liinkota- Marsariitii: https://result.eaes.et Telegraamii:- https://result.eaes.et/telegram Barreeffama Gabaabaan: https://result.eaes.et/sms #Kan_Komii_Qabdaniif Immoo, Liinkii: https://result.eaes.et/complai jedhutti fayyadamuu #online'n fayyadamuun #hanga_Hagayya_26/2018tti akka dhiheeffattan tajaajilichi beeksiseera. Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook 👇👇  https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa

photo content

photo content
+9

#Finfinnee 💪🏼💪🏼💪🏼 Walmarii biyyaaleessaa guyyoota 37’f gaggeeffameen yaadoota Murtoo argatan:- 1.Finfinneen Magaalaa Guddoo Oromiyaa ta’uu heera Mootummaan akka mirkanaa’u. 2.Afaan Oromoo Afaan Hojii Fedaraalaatti akka ida’amu. 3.Afaan Hojii Magaalaa Finfinneettis Afaan Oromoos akka ida’amu. 4.Heera Mootummaa irratti “Faayidaa addaa” kan jedhamaa ture,qabeenyi Uumamamaa Magaalaa Finfinnee Faayidaa Waloon akka bakka buufamu. 5.Guyyaan Kabaja Irreechaa akkuma Ayyaanoota biyyattiitti gara biroo kalaandara keessatti akka hammatamu fi kkf… Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook 👇👇  https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa

#Gorsa_Obbolummaa_Barsiisotaaf_Akkasumas_Sirreeffama_Dabalataa_Biiroo_Barnootaa_Irraa_Barbaadamu 💠 Wantoota Barsiisonni Bor Yeroo Doggogora keessan Sirreessifattan gochuu qabdan:- 👉 Yeroo sirreeffama gosa barnoota taasifattan akkaataa moosaajii wajjin walsimutti sirreeffadhaa. Fkf:- Sadr. 1ffaa irra yoo jiraattan Subject keessan bifa Subject manneen barnootaa sadr. 1ffaa keessatti barsiifamuun walsimutti Sirreeffadha 👉Barsiisonni Bu'uura boruu barsiistan Subject Keessan Kanneen Sadr.1ffaatti barsiifaman irraa gara Bu'uura boruutti jijjiirradhaa. jechuunis Subject kee Bu'uura boruu jedhi. 👉 Barsiisonni Sadr.2ffaa Dipp. barsiistan yoo isiniif danda'ame M/B keessan gara Sadr. 1ffaatti Jijjiirsisuun jijjiirraa keessan guutaa. sababni isaas Bul/magaalaa Dippiloomaan Sadr.2ffaa waan isin hin barsiisisneef yeroo jiijjiirraa argattan isin rakkisa. 💠 Dhumarra #BBO iyya barsiisota keenyaa Dhagahuu keessaniif Ulfaadhaa jechaa. Ammallee Sababa System moosaajii irraa kan ka'e. ✤ Sadr. 2ffaa irraa gara Sadr. 1ffaatti guutuun waan hin hojjenneef akka sirratu gaafanna. ✤ dabalataan Gosoota barnootaa akka Biology, Chemistry, physics,History, Civics tiin sadarkaa 1ffaa keessatti guutuun hin danda'amne. kanaafis biiroon barnootaa rakkinoota kanaaf furmaata akka kennu isin gaafanna. Barsiisonni Keenya fi Maatiin FB keenyaa Yaada kana#Share gochuun #Barsiisotaa fi #BBO qaqqabsii. W/raalee Barnootaa Sadarkaan jirtanis Rakkoo barsiisotaa akka hubattanii akka sirreessitaniif isin gaafanna. Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook 👇👇  https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa

#Beeksisa_Ariifachiisaa! Barsiisota Jijjiirraa Guutaa Jiran Hundaaf Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksisa jijjiirraa barsiisotaa baase irratti hundaa'un #barsiisotni tokko tokko odeeffannoo tokko tokko dogoggoraan guutuu isaanii ibsuun "Edit" gochuu akka danda'an gaafachaa turaniiru. #Barsiisotni tokko tokko immoo, "User Name"n nu dhaqqabne jechuun qaaman BBO dhufuufi bilbilaan iyyachaa jiru. Haaluma kanar hubachuun BBO'n: 1) Guyyaa boruu, Jimaata ganama sa'aatii 12:00 irraa hanga Sanbata 16/2018 galgala sa'aatii 12:00tti qofa barsiisaan sirreeffachuu barbaade #Sirreeffachuu(#Edit) godhachuu akka danda'amu heyyamameera. Ogeessotni ICT aanarra jirus deeggarsa barbaachisaa akka taasisu kallattiin hoggansa barnootaa godinaalee, magaalotaafi aanaaf kennameera. 2) Barsiisotni "User Name" hin argannes waajjirri barnootaa aanaa xiyyeeffannoo kennee rakkoo kana akka furu kallattiin kaa'ameera. Kanaafuu, yeroo isiniif kenname keessatti obsaan "Edit" (sirreeffadha). Gosoota Barnootaanis walqabatee gaaffin ka'aa jirus furmaata kan argatu ta'a. Dhumarratti, ogeessotni ICT aanaaleefi kutaa magaalotaa deeggarsa kanaan dura taasiftaniif galatoomaa jechaa, , barsiisaan tokkollee sababa dogoggoraan guutef carraa jijjiireaa akka hindhabni cinaa akka dhaabbattan dhaamsa keenya ta'a. Liinkichis:- tmis.oeb.gov.et Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook 👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa

#Update Barsiisonni Keenya Gaaffii Kana Keessaan Na gaafatan. Gaaffii Nama Hundaaf Ta'uu Waan Danda'uuf:- 1. Dokumentii barbaachisu Kan upload gootan Yoo special cause fi Marriage ta'e malee Tajaajilaf isin hin gaafatu. 2. Teacher's ID eessaa fuuna warri jettaniif; Sirna Odeeffannoo Bulchiinsa Barsiisotaa (TMIS) keessatti, IDn Barsiisaa Hiriyaa Gaa’elaa (yeroo baay’ee ID Tiraazirarii ykn ID hojjetaa lakkoofsa Eenyummaa haadha warraa /Abbaa Warraa jedhamee waamamu) eenyummaa mootummaa addaa ykn lakkoofsa mindaa yoo ta’u, piroofaayilii barsiisaa tokkoo hiriyaa gaa’ela isaanii wajjin walqabsiisuuf kan gargaaru yoo ta’u, hiriyaan sunis damee mootummaa ykn hojjetaa/barsiisaa mootummaa yoo ta’e. Kunis Dirqama Faayinaansii dubbisuu isin gaafata! Yoo isaa Dhiistan Username Nama Sanaa galchaa! *** Kunis Kan barbaachiseef Dhuguma Abbaa manaaf Haadha Manaa ta'anii bakka garaagaraatii hojjechuu isaanii adda baasuuf gargaara. Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook 👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa.

Magaalaa Dodolaatti Hojjettoota Mootummaa 132f Lafti Mana Jireenyaa Kenname. Kallacha Oromiyaa, Hagayya 13/2018 - ‎Magaalaa Dodolaatti hojjattoota mootummaa 132, waldaa 6n gurmaa'aniif lafti mana jireenya kenname. ‎ ‎Lafti mana jireenya kenname kunis barsiisota, miseensota poolisiifi hojjattoota mootummaa kan of keessatti hammatedha. ‎ ‎Hojjettoonni lafa mana jireenyaa argatais rakkoowwan hawaas-dinagdee kan hiikuuf ta'uu dubbataniiru. ‎Itti Gaafatamaan Waajjira Lafaa Magaalaa Dodolaa Obbo Muhaammadamiin Haashim, namoonni abba carraa ta'uun lafa mana jireenyaa ta'an ariitiin misoomsuun karoora qabameef akka oolfatan dhaamaniiru. W/ra Kominikeeshinii Magaalichaa