en
Feedback
SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

Open in Telegram

Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattuπŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ #chaanaalii bashannanaa π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaaf

Show more

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

Channel SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) is an active participant. Currently, the community unites 46 209 subscribers, ranking 3 829 in the Education category and 739 in the Ethiopia region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 46 209 subscribers.

According to the latest data from 06 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 989 over the last 30 days and by 8 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 27.94%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 13.54% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 12 910 views. Within the first day, a publication typically gains 6 257 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 40.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œBeeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattuπŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ #chaanaalii bashannanaa π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaaf”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 07 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

46 209
Subscribers
+824 hours
+867 days
+98930 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+109
in 1 channels
August '26
+1 997
in 6 channels
Get PRO
July '26
+3 122
in 10 channels
Get PRO
June '26
+896
in 8 channels
Get PRO
May '26
+240
in 1 channels
Get PRO
April '26
+457
in 3 channels
Get PRO
March '26
+251
in 1 channels
Get PRO
February '26
+470
in 0 channels
Get PRO
January '26
+1 550
in 5 channels
Get PRO
December '25
+519
in 3 channels
Get PRO
November '25
+2 876
in 6 channels
Get PRO
October '25
+3 555
in 9 channels
Get PRO
September '25
+3 161
in 10 channels
Get PRO
August '25
+6 374
in 5 channels
Get PRO
July '25
+6 128
in 9 channels
Get PRO
June '25
+5 304
in 6 channels
Get PRO
May '25
+2 481
in 4 channels
Get PRO
April '25
+1 486
in 5 channels
Get PRO
March '25
+1 348
in 2 channels
Get PRO
February '25
+1 983
in 7 channels
Get PRO
January '25
+554
in 3 channels
Get PRO
December '24
+2 440
in 3 channels
Get PRO
November '240
in 0 channels
Get PRO
October '240
in 0 channels
Get PRO
September '24
+162
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 September+8
05 September+17
04 September+75
03 September+2
02 September0
01 September+7
Channel Posts
2
+1
No text...
7 146
3
No text...
9 623
4
No text...
11 354
5
+1
No text...
11 121
6
#Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Godina Boorana bahaa Barsiisota Barbaada Waajjirri Barnoota Godina Boorana bahaa Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada. Β Β  ✍️Muuxannoo:0 year Β Β Β Β  Ogummaa: Digirii Jalqabaan; ✍️Yeroo Galmee Guyyaa 27/12/2018 - 06/01/2019 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a. ➑️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Boorana Bahaa Gutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa. Β Β  ➑️ Ulaagaa Barbaachisu. Β Β  1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte. Β  2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman. 3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba. 4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha. 5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu. Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
1
7
Abbaan Amanti Lubni Balaay Mokonnoon Turtii Mana Hidhaa Waggaa Booda Hiikaman Lubni Balaay Mokonnoon turtii mana hidhaa waggaa tokkoo booda, guyyaa har’aa mana hidhaatii gadhiifamuu isaanii odeeffannoon ni mul’isa. Lubni Balaay Mokonnoon, sabboonummaa Oromoo keessatti gahee olaanaa qabaachuun kan beekaman yoo ta’u, Mana Amantaa Tawaahidoo Ortodoksii Oromiyaa keessatti Afaan Oromootiin lallabamuuf yeroo dheeraaf dhiibbaa fi hojii hubannoo uumuu irratti hojjechaa turan jedhame. Akka odeeffannoo argameetti, turtii mana hidhaa waggaa tokkoo booda guyyaa har’aa bilisummaa isaanii argataniiru. Gadhiifamuun Lubaa Balaay Mokonnoon hordoftoota isaanii fi hawaasa Oromoo biratti dhimma xiyyeeffannoo uumeera. Sababni hidhaa isaanii fi haalli itti gadhiifaman irratti odeeffannoon dabalataa yoo jiraate, hanga ibsa qaamolee dhimmi ilaallatuutti mirkaneeffachuun barbaachisaa dha. Odeeffannoo haala yeroo guyyaa guyyaan argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa
13 124
8
+1
No text...
12 446
9
Bu’aan barattoota bara 2018 A.L.I. sagantaa Remedial barachaa turanii ifa ta’eera. Barattoonni [https://result.ethernet.edu.et] seenuudhaan, Remedial Examination jedhu jalatti View Results kan jedhu cuqaasanii, Username isaanii galchuudhaan bu’aa isaanii ilaalaa jiru. Haaluma kanaan, barattoonni hedduun β€œBu’aan keenya guutummaatti Disqualified jedhamee kaa’ame” jechuun Tikvah Ethiopia’tti komii dhiyeessaniiru. Barattoonni kunneen, β€œRakkoo guddaa bu’aa qormaataa keenya irratti nu mudate akka nuuf dhagahamu barbaanna” jedhaniiru. Barattoota komii dhiyeessan keessaa, barattoonni Wolaita Sodo University keessatti Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa baratan, bu’aan isaanii guutummaatti Disqualified jedhamee kaa’amuu ibsaniiru. Kana malees, barattoonni yunivarsiitiiwwan Debre Birhan, Wollo, Arba Minch, Mizan-Tepi, Semera, Bahir Dar, Wolkite, Oda Bultum fi Gondar keessatti baratanis, rakkoon walfakkaataan bu’aa qormaataa isaanii irratti akka mudate beeksisaniiru. Barattoonni kunneen Ministeerri Barnootaa komii isaanii ilaalee, sababaa rakkoo kanaa adda baasuun akka isaan beeksisu, akkasumas qorannoo gaggeessuun furmaata hatattamaa akka kennu gaafachaa jiru. Qormaata sagantaa Remedial biyyaalessaa, kan Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 03/2018 A.L.I. kenname, qormaamtoonni 53,620 fudhataniiru jechuun Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksisee turun isaa ni yaadatama. Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
15 339
10
No text...
11 070
11
+2
Baatuu.xlsx
11 548
12
#Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Godina Harargee lixaa Barsiisota Barbaada Waajjirri Barnoota Godina Harargee Lixaa Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada.    ✍️Muuxannoo:0 year      Ogummaa: Digirii Jalqabaan; ✍️Yeroo Galmee Guyyaa 26/12/2018 - 04/01/2019 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a. ➑️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Harargee lixaa Gutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa.    ➑️ Ulaagaa Barbaachisu.    1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte.   2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman. 3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba. 4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha. 5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu. Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
12 159
13
No text...
10 811
14
#Beeksisa_Qacarrii_Barsiisummaa Yuuniversiitiin Haramayaa namoota hedduu barbaada. Kanaaf Barsiisonni ulaagaa jedhame guuttaniifi isin ilaallatu dorgomuu dandeessu Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana πŸ‘‡πŸ‘‡ π‘­π’‚π’„π’†π’ƒπ’π’π’Œ:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaaπŸ‘‡πŸ‘‡ π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaaf
1
15
+2
No text...
13 461
16
#Oduu_Raajii Barnoonni daangaa umurii hin qabu. Luba Seifu Tesfay qabxii 320 galmeesse! "Barnoonni fedhii fi kaka'umsi yoo jiraate daangaa umurii hin qabu" jechuun dhugaa jiru kan agarsiisan Luba Seifu Tesfay Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara kanaa irratti qabxii 320 galmeessisuun dorgomtoota yunivarsiiticha seenuuf eegaa jiran keessaa eerameera. Lubni Seifuu Tesfay jiraataa Zoonii Kibbaa Godina Tigraay Dejen Kebele Aanaa Selwaa Ganda Grazaafooti. Lubni Seifuu umriin isaanii waggaa 66 yoo ta'u, Magaalaa Selwaatti Baankii Anbessaa keessatti eegduu ta'uun hojjechaa jira. Haa ta'u malee barnoota isaa itti fufee hojii isaa cinatti Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuu danda'eera. Lubni Seifu bara kana qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kutaa fudhatan keessaa tokko yoo ta’u, dorgomtoota 3,146 qabxii 320n darban keessaa tokko ture. Bu’aan Luba Seifu’s miidiyaa hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kan argate yoo ta’u, baankii isaaniis milkaa’ina argateen baga gammaddan jedheera. #Baankichi maal jedhe? 1. Baankichi hanga barnoota yuunivarsiitii xumuranitti yuunivarsiiticha seenanii barachuuf baasii isaan barbaachisu hunda ni haguuga. Seenaan Luba Seifuu umriin, hojiin, ykn haalli biroo barachuuf gufuu akka hin taane, akkasumas namni fedhii fi kaka’umsa qabu kamiyyuu galma kamiyyuu galmaan ga’uu akka danda’u agarsiisa. Lubni Seifu gaa'ela kan qabu yoo ta'u ijoollee 6 qaba. Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡Β  https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa #Share gochuu hin dagatiin
12 578
17
+1
No text...
11 363
18
#Oduu_Gammachiisaa Barsiisotni jijjiirraa kan gaafatan yoo ta'u, bu'aan isaa guyyaa Roobii kan ibsamu ta'uun beekkame. Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa ganna 2018 'online'n akka iyyatan haaluma gaafatameen, barsiisotni MBBB -3,374 MB. Sad. 1ffaa - 28,513 MB Sad. 2ffaa - 8, 497 walitti barsiisotni 40 384 kan iyyatan ta'uun beekameera. Barsiisota iyyatan keessaa 35,595 tajaajilaa, 3, 518 gaa'elaanifii 1, 271 immoo rakkoo addaatin kan gaafatan ta'uun hubatameera. Haaluma kanaan bakkeem duwwaan(Vacancy) Mannee Barnootaa baasan/ barsiisaa irratti barbaadan/ 8 , 221 banaa ta'uu Moosaajii irratti kan gad-dhiifame yoo ta'u, iddoo banaa ta'e keessaa 2,511 irratti barsiisaan tokkollee kan hin iyyanne/hin gaafanne ta'ee mul'ateera. Iddoo duwwaa dhihaatan keessaa iddoo 1, 013 irratti dorgomaa malee namoota tokko tokkoon waan irratti iyyatameef namootni 1,013 jijjiirraa kana argachuuf carraa bal'aa horataniiru. Walumaa galatti, bu'aan jijjiirraa kanaa Guyyaa Roobii Hagayya 27/2018 Waaree Booda kan ifoomu yoo ta'u, Barsiisotni komii qabna jedhan yoo jiraatan Hagayya 28 - 29/2018 (Kamisa Ganamaa hanga Jimaata Galgala Sa'aa 12:00tti Qofa) Komii Isaanii Liinkii kenname kanarratti dhiheeffachuu kan danda'an ta'uu isin beeksifna. Odeeffannoo Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et follow gochuun maatii ta'aa #Share gochuu hin dagatiin
11 596
19
+2
No text...
11 169
20
+4
No text...
747
SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) - Statistics & analytics of Telegram channel @barsiisotaaf