uz
Feedback
SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

Kanalga Telegram’da o‘tish

Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) analitikasi

SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 46 257 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 3 831-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 742-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 46 257 obunachiga ega bo‘ldi.

01 Oktabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 138 ga, so‘nggi 24 soatda esa 8 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 33.20% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 11.73% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 15 357 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 5 426 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 29 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 02 Oktabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

46 257
Obunachilar
+824 soatlar
+517 kun
+13830 kun
Postlar arxiv
#Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Godina Gujii Barsiisota Barbaada Waajjirri Barnoota Godina Harargee Lixaa Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada.    ✍️Muuxannoo:0 year      Ogummaa: Digirii Jalqabaan; ✍️Yeroo Galmee Guyyaa 15/1/2019 - 28/01/2019 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a. ➡️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Gujii Gutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa.    ➡️ Ulaagaa Barbaachisu.    1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte.   2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman. 3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba. 4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha. 5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu. Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook 👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa

Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019(0).pdf4.02 KB

Barattoota Yunivarsiitiiwwan Mootummaa Naannoo Tigraay Keessatti Barattan Hundaaf Barattoota haaraa ramadamtan akkasumas barattoota mooraa jiran ilaalchisee, yunivarsiitii yeroo muraasaaf itti ramadamtu dhiyootti ifa akka ta’u Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Barattoonni yeroo ammaa naannoo Tigraay keessatti barachaa turtan, haala naannichaa hanga sirreeffamutti, akka gaafattan irratti hundaa’uun, yeroo muraasaaf yunivarsiitiiwwan mootummaa naannoo Tigraay alatti argamanitti ramadamuun akka barnoota keessan itti fuftan ni taasifama. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni dhimma kana irratti gaaffii ykn komii qaban gara Ministeera Barnootaatti qaamaan deemuun dirqama osoo hin taane, barnoonni keessan akka hin addaan cinne fi nageenyi keessan eegamee barnoota keessan sirnaan akka itti fuftan gochuuf yunivarsiitii isin yeroo muraasaaf itti ramadamtan yeroo dhiyootti ni beeksifama. 📌 Hubachiisa Haalli jiru yeroo sirreeffamutti, barattoonni yunivarsiitii jalqaba irratti itti ramadamtanitti deebi’uun barnoota keessan itti fuftu. Akkasumas, barattoota #barattoota_durii fi #barattoota_haaraa sababoota adda addaatiin yunivarsiitiiwwan naannoo Tigraay keessatti argamanitti barnoota isaanii itti fufuu barbaadan ilaalchisee, Ministeerri Barnootaa yunivarsiitiiwwan kanneen waliin mari’achaa jiraachuu ibsee, barattoonni obsaan akka eeggatan gaafateera. Madda: Ministeera Barnootaa Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf 👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaf

#Barnootni_Itti_Fufeera; #Galmeen_Dilbata_Xumurama. -------------- BBO - Fulbaana 07/2019 Barnootni Bara 2019 Fulbaana 05/2019 Guutuu Oromiyaatti Jalqabamee ture haala ho'aan itti fufeera. Barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in/ barnoota hin jalqabin yoo jiraattan hanga Dilbata Fulbaana 10/2019 waaree booda sa'aatii 11:00tti qofa akka galmooftan cimsinee isin beeksifna. Barataan hanga Dilbataatti hin galmoofne Wiixatarraa/11/01/2019 irraa eegalee simannaan hin taasifamu. Kanaafuu, Maatiin Barattootaafi Hawaasni keenya barattootni guyyoota kennaman keessatti akka galmaa'an jajjabeessuun carraa kennametti akka fayyadaman deeggarsi keessan barbaachisaa ta'uun dhaamsa keenya ta'a. #Barataan_hin+galmoofne+hn_baratu!

photo content
+3

📢 Beeksisa Barattoota Kutaa 10ffaa Barattoonni kutaa 10ffaa, bara barnootaa 2019 E.C. manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa (Federal Special Boarding Secondary Schools) keessatti barachuuf galmooftanii qormaata seensaa fudhattan, liinkii isin ittiin galmooftanitti seenuun lakkoofsa eenyummaa (ID) fi jecha iccitii (Password) keessan galchuun bu’aa qormaataa keessanii ilaaluun ni dandeessu. Barattoonni qormaata darbaniis, mana barumsaa itti ramadamtan achuma irratti ilaaluu ni dandeessu. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni bu’aa qormaata isaanii irratti hundaa’uun of eeggannoodhaan filatamaniiru. Kanaaf, bu’aa qormaataa ykn mana barumsaa itti ramadamtan ilaalchisee komii gosa kamiyyuu hin fudhatu. 📅 Barnoonni manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa hunda keessatti: Fulbaana 05, 2019 E.C. irraa eegalee ni jalqaba. Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf 👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaf

photo content
+4

photo content
+9