SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)
前往频道在 Telegram
Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
显示更多📈 Telegram 频道 SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) 的分析概览
频道 SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) 是活跃参与者。目前社区聚集了 46 257 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 831,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 742 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 46 257 名订阅者。
根据 01 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 138,过去 24 小时变化为 8,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 33.20%。内容发布后 24 小时内通常能获得 11.73% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 15 357 次浏览,首日通常累积 5 426 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 29。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡
#chaanaalii bashannanaa
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf”
凭借高频更新(最新数据采集于 02 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
46 257
订阅者
+824 小时
+517 天
+13830 天
帖子存档
#Beeksisa_Qacarrii
Waajjirri Barnootaa Godina Gujii Barsiisota Barbaada
Waajjirri Barnoota Godina Harargee Lixaa Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada.
✍️Muuxannoo:0 year
Ogummaa: Digirii Jalqabaan;
✍️Yeroo Galmee Guyyaa 15/1/2019 - 28/01/2019 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a.
➡️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Gujii Gutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa
kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa.
➡️ Ulaagaa Barbaachisu.
1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte.
2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman.
3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba.
4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha.
5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu.
Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook 👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa
#Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
Barattoota Yunivarsiitiiwwan Mootummaa Naannoo Tigraay Keessatti Barattan Hundaaf
Barattoota haaraa ramadamtan akkasumas barattoota mooraa jiran ilaalchisee, yunivarsiitii yeroo muraasaaf itti ramadamtu dhiyootti ifa akka ta’u Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Barattoonni yeroo ammaa naannoo Tigraay keessatti barachaa turtan, haala naannichaa hanga sirreeffamutti, akka gaafattan irratti hundaa’uun, yeroo muraasaaf yunivarsiitiiwwan mootummaa naannoo Tigraay alatti argamanitti ramadamuun akka barnoota keessan itti fuftan ni taasifama.
Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni dhimma kana irratti gaaffii ykn komii qaban gara Ministeera Barnootaatti qaamaan deemuun dirqama osoo hin taane, barnoonni keessan akka hin addaan cinne fi nageenyi keessan eegamee barnoota keessan sirnaan akka itti fuftan gochuuf yunivarsiitii isin yeroo muraasaaf itti ramadamtan yeroo dhiyootti ni beeksifama.
📌 Hubachiisa
Haalli jiru yeroo sirreeffamutti, barattoonni yunivarsiitii jalqaba irratti itti ramadamtanitti deebi’uun barnoota keessan itti fuftu.
Akkasumas, barattoota #barattoota_durii fi #barattoota_haaraa sababoota adda addaatiin yunivarsiitiiwwan naannoo Tigraay keessatti argamanitti barnoota isaanii itti fufuu barbaadan ilaalchisee, Ministeerri Barnootaa yunivarsiitiiwwan kanneen waliin mari’achaa jiraachuu ibsee, barattoonni obsaan akka eeggatan gaafateera.
Madda: Ministeera Barnootaa
Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf 👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa
telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.👇👇
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaf
#Barnootni_Itti_Fufeera; #Galmeen_Dilbata_Xumurama.
--------------
BBO - Fulbaana 07/2019 Barnootni Bara 2019 Fulbaana 05/2019 Guutuu Oromiyaatti Jalqabamee ture haala ho'aan itti fufeera.
Barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in/ barnoota hin jalqabin yoo jiraattan hanga Dilbata Fulbaana 10/2019 waaree booda sa'aatii 11:00tti qofa akka galmooftan cimsinee isin beeksifna.
Barataan hanga Dilbataatti hin galmoofne Wiixatarraa/11/01/2019 irraa eegalee simannaan hin taasifamu.
Kanaafuu, Maatiin Barattootaafi Hawaasni keenya barattootni guyyoota kennaman keessatti akka galmaa'an jajjabeessuun carraa kennametti akka fayyadaman deeggarsi keessan barbaachisaa ta'uun dhaamsa keenya ta'a.
#Barataan_hin+galmoofne+hn_baratu!
📢 Beeksisa Barattoota Kutaa 10ffaa
Barattoonni kutaa 10ffaa, bara barnootaa 2019 E.C. manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa (Federal Special Boarding Secondary Schools) keessatti barachuuf galmooftanii qormaata seensaa fudhattan, liinkii isin ittiin galmooftanitti seenuun lakkoofsa eenyummaa (ID) fi jecha iccitii (Password) keessan galchuun bu’aa qormaataa keessanii ilaaluun ni dandeessu.
Barattoonni qormaata darbaniis, mana barumsaa itti ramadamtan achuma irratti ilaaluu ni dandeessu.
Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni bu’aa qormaata isaanii irratti hundaa’uun of eeggannoodhaan filatamaniiru. Kanaaf, bu’aa qormaataa ykn mana barumsaa itti ramadamtan ilaalchisee komii gosa kamiyyuu hin fudhatu.
📅 Barnoonni manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa hunda keessatti:
Fulbaana 05, 2019 E.C. irraa eegalee ni jalqaba.
Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf 👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa
telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.👇👇
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaf
