en
Feedback
Pharmacist Rayid Jibril

Pharmacist Rayid Jibril

Open in Telegram

💪This channel created for wellness and awareness of medical and health information issues. For anyone who want advertising can Buy ads: https://telega.io/c/PharmacistRayid

Show more
4 286
Subscribers
-324 hours
-67 days
-4030 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+4
in 0 channels
August '26
+24
in 0 channels
Get PRO
July '26
+51
in 0 channels
Get PRO
June '26
+116
in 0 channels
Get PRO
May '26
+56
in 0 channels
Get PRO
April '26
+42
in 0 channels
Get PRO
March '26
+69
in 0 channels
Get PRO
February '26
+46
in 0 channels
Get PRO
January '26
+106
in 0 channels
Get PRO
December '25
+367
in 1 channels
Get PRO
November '25
+223
in 0 channels
Get PRO
October '25
+215
in 0 channels
Get PRO
September '25
+188
in 0 channels
Get PRO
August '25
+544
in 0 channels
Get PRO
July '25
+88
in 0 channels
Get PRO
June '25
+75
in 0 channels
Get PRO
May '25
+255
in 3 channels
Get PRO
April '25
+187
in 0 channels
Get PRO
March '25
+187
in 0 channels
Get PRO
February '25
+257
in 1 channels
Get PRO
January '25
+236
in 2 channels
Get PRO
December '24
+286
in 4 channels
Get PRO
November '24
+1 342
in 3 channels
Get PRO
October '240
in 2 channels
Get PRO
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '24
+186
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
05 September+1
04 September0
03 September+2
02 September0
01 September+1
Channel Posts
✔️Qoricha Miconazole ergaa yaalaaf fudhachuu jalqabnee booda yeroo hanga fudhatamuu qabu hanga xumurruu mallattoo Inifeekshiniichaa fooyya'insa ofirrati arginani ajaja ogeessa fayyaa malee qoricha kana fudhachuu jidduun dhaabuu hin qabnuu inifeekshiniichii qorichaan wal- baree wan cimuu danda'uuf. 5️⃣.Qorichi Miconazole miidhaalee akkamii fiduu mala/danda'aa ? * Gogaan hooksisuu. * Dhukkubbii Mataa. * Lolloocuu. * Garaan Yaasuu. * Afaan gogsuu. * Arrabni madaa'uu. * Dhukkubbii Ilkaanii. * Miira dhandhamaa jijjiiruu. * Hidhiin diimachuu ykn dhiita'uu fi kkf mul'achuudha ✔️Kanaafuu yeroo mallattoolee armaan olii kana ofirrati arginee qoricha kana yeruma san fudhachuu dhaabnee hatattamaan gara mana yaalaa deemnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna. Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa. @pharmacistrayid

2
3️⃣.Qoricha Miconazole Yaalaaf fayyadamuun durati maali beekuu qabna ? ✔️Namoonni alarjii qoricha Miconazole ykn wantoota isa keessaa qabu qoricha kana yaalaaf fayyadamuu hin qabanii. ✔️Namoonni rakkoolee fayyaa biroo kanneen akka dhukkuba sukkaaraa,dhukkuba tiruu ykn kalee, dhukkubii garaachaa,dhukkubbii dugdaa,dhukkubbii gateetii,hoo'a qaamaa dabaluu,hoollachuu/qoorrachuu,lolloocuu,haqqisuu,dhangala'oo qaamaa saalaa dubartootaa miira foolii qabu,dhukkuba HIV/AIDS Saaxilame,inifeekshinii fangasii qaama saalaa dubartootaatiin deddeebi'anii qabamuu fi kkf qaban ogeessa fayyaa beeksisan malee qoricha miconazole yaalaaf jalqabuu hin qabanii. ✔️ Yeroo qorichoota dhiiga qal'isan kan akka warfarin,coumadin, jontevan fi kkf yaalaaf fudhachaa jirru ogeessa fayyaa gaafannu malee qoricha miconazole yaalaaf jalqabuu hin qabnuu. ✔️Qoricha miconazole yeroo yaalaaf fayyadamnuu qaamoota akka ijaa, gurraa fi funyaan keenya irraa of eeggachaa fayyadamuu qabna. ✔️Akkasumas qoricha miconazole bifa karaa qaama saalaa dubartiin kaayamuuf qophaa'e yeroo yaalaaf fayyadamaa jirru yoo maloota ulfa ittisuuf gargaaran kan akka koondoomii fi meeshaalee diyaafiramii ulfa ittisan waliin yoo fayyadamnee bu'aan ulfa ittisuu gad bu'uun ulfa karooraan alaatiif nama saaxiluu wan maluuf yeroo qoricha miconazole karaa qaama saalaa dubartiin qophaa'ee yaalaaf fayyadamaa jirru maloota ulfa ittisuuf gargaaran biroo fayyadamuu qabnaa. ✔️Dubartoonni yeroo qoricha miconazole karaa qaama saalaatiin kaayamu yaalaaf fayyadamaa jiran wal-qunnamtii saalaa irraa fagaachuu qabanii. ✔️Akkasumas yeroo qoricha miconazole yaalaaf fayyadamaa jirru namoonni qorichoota biroo kanneen akka vaayitaaminii, Mineeraalaa ,qorichootaa aadaa, qorichoota biroo kamiyyuu fudhachuuf karoora qabu fi kkf ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana waliin yaalaaf jalqabuu hin qabnuu. ✔️Dubartiin Ulfaa ykn ulfaa'uuf karoora qabdu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha miconazole yaalaaf fayyadamuu hin qabduu. ✔️Haati Hoosiftuu ykn hoosisuuf karoora qabdu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha miconazole yaalaaf fayyadamuu hin qabduu. 4️⃣.Qoricha Miconazole Akkamiti yaalaaf fayyadamuu qabnaa ? ✔️ Akkaatuma ogeessi fayyaa nuuf ajajeti sirritti dhageeyfannee fudhachuu qabna. ✔️Qorichi Miconazole bifa adda addaatiin qophaa'e wan ta'eef karaalee adda addaatiin fayyadamuu wan dandeenyuuf yeroo ogeessi fayyaa nuuf ajaju sirriti dhageeyfannee hubannee akkuma nuun jadhameti fayyadamuu qabna. ✔️Qoricha Miconazole bifa kireemii ykn qibaatiin qophaa'e afaaniin osoo hin liqimsine gogaa keenya iddoo inifeekshinii fangasiin miidhame irrati dibachuun fayyadamuu ni dandeenya. ✔️Qoricha Miconazole bifa kireemiin qophaa'ee naannoo gogaa gama alaa qaama saalaa dubartii fangasiin miidhame irrati dibachuun duraa fi boodaas harka keenya qulqulleefachuun naannoo miidhame qulqulleessinee goggeysuun hamma xiqqaa ta'ee qofa haala infeekshinichaa irrati hundaa'uun guyyaati yeroo lamaaf hanga guyyaa torbaatiif fayyadamuu ni dandeenya. ✔️Qoricha Miconazole torbee 2 ykn 4f yaalaaf fudhachuu erga jalqabnee booda mallattooleen inifeekshinichaa yoo nurraa fooyya'uu baatee kan duraanii caalaa nutti hammaate ogeessa fayyaatiif himuu qabna. @pharmacistrayid
138
3
Hubannoo Waa'ee qoricha Miconazole 2 % -------------------------------------------------- 1️⃣.Qorichi Miconazole Maali ? ✔️Mi
Hubannoo Waa'ee qoricha Miconazole 2 % -------------------------------------------------- 1️⃣.Qorichi Miconazole Maali ? ✔️Miconazole ~jechuun qoricha gosa garee farra fangasii (anti-fungal imidazole) jedhamuu ta'ee kan inifeekshinii baay'ee sababa fangasiitiin dhufu yaaluuf gargaaruudha. 2️⃣.Qorichi Miconazole rakkoolee fayyaa akkamii yaaluuf gargaara ? * Inifeekshinii fangasii gogaa sanacha miilaa fi qubbeen miilaa jidduu miidhu yaaluuf. * Inifeekshinii fangasii naannoo gogaa qaamaa adda addaa miidhu yaaluuf. * Inifeekshinii fangasii afaan keessaa yaaluuf. * Inifeekshinii fangasii gogaa maashaalee qaamaa naannoo hudduu fi sarbaa miilaa miidhu yaaluuf. * Inifeekshinii Fangasii qaama saalaa dubartootaa keessaa yaaluuf. * Inifeekshinii fangasii halluu gogaa naannoo dugdaa, mormaa,qomaa,harkaa fi miilaa jijjiiruu fi kkf yaaluuf gargaara. @pharmacistrayid
131
4
Waa'ee qoricha Miconazole bal'inaan qabannee insha'allaha dhufaa jirra wan ta'eef barumsi keenya akka ummata keenya hundaa fi
Waa'ee qoricha Miconazole bal'inaan qabannee insha'allaha dhufaa jirra wan ta'eef barumsi keenya akka ummata keenya hundaa fi barattoota Farmaasii baay'ee bira akka naa dhaqqabuuf channeel keenya kana share godhuun maaloo nu jajjabeessaa jaalatamtoota kiyya. @pharmacistrayid
250
5
Maalummaa,Sababaa Fi Maloota ittisa Dhibee Asmii | Asma Disease. 👉https://youtu.be/6QY9W1AyK2Y?si=vPy8gStiKdm3Cvv7 @pharmaci
Maalummaa,Sababaa Fi Maloota ittisa Dhibee Asmii | Asma Disease. 👉https://youtu.be/6QY9W1AyK2Y?si=vPy8gStiKdm3Cvv7 @pharmacistrayid
312
6
Good Morning 🤝
359
7
Fayyaa sombaa eeguuf .PDF
427
8
✔️Fayyaa Somba keenyaa eeguuf maali taasisuu qabna ? * Tamboo Xuuxuu dhiisuu. * Aara tamboo naannoo jiru irraa fagaachuu. * Q
✔️Fayyaa Somba keenyaa eeguuf maali taasisuu qabna ? * Tamboo Xuuxuu dhiisuu. * Aara tamboo naannoo jiru irraa fagaachuu. * Qilleensaa Faalamaa fi kosii irraa of eeguu. * Qulqullina mana keenya keessaa eeguu. * Sochii qaamaa yeroo yeroon hoojjachuu. * Harka keenya bishaan fi saamunaan dhiqachuu. * Nyaata madaalawaa qulqulluu soorachuu. * Hargansuu gad-fagoo shaakaluu. * Talaallii Fudhachuu. * Bishaan qulqulluu baay'isanii dhuguu fi kkf taasisuu qabna. Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa. @pharmacistrayid
460
9
Dhibee kulkula appeendiksii.PDF
508
10
Nifedipine .PDF
529
11
3. Dhibee kulkula appeendiiksii karaalee akkamiitiin ofirraa ittisuu dandeenya ? * Nyaata faayibarii baay'ee qaban kan akka kuduraa fi fuduraa soorachuu. * Bishaan guyyaa guyyaan baay'inaan dhuguu qabna. * Sochii qaamaa hoojjachuun mar'imaan sirritti akka hoojjatu godhuu qabna. * Qulqullina qaamaa eeggachuu qabna. * Inifeekshinilee maar'imaanii yoo qabaatan dafanii yaala barbaachisu taasisuu fi kkf taasisuu qabna. ✔️Hubachiisa mallattoo kulkula appeendiksii ofirrati arginaan hatattamaan gara mana yaalaa deemuun qorannoo fi yaala barbaachisu fudhachuu qabna.dhibee kana yoo osoo hin yaalamin tursiifame balaa lubbuu baasuu fiduu kan danda'uudha. Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa. @pharmacistrayid
559
12
Dhibee kulkula Appeendiiksii | Appendicitis -------------------------------------------------- Dhibeen kulkula appeendiiksii
Dhibee kulkula Appeendiiksii | Appendicitis -------------------------------------------------- Dhibeen kulkula appeendiiksii jechuun foon xiqqoo mar'imaan furdaa irrati rarraatee argamtu yoo cufamtee,dhiitooftuu fi inifeekshinii qabdu kan uumamuudha. dhibeen kun hatattamaan yaalamuu kan qabu ta'ee,yoo yaalamuu baate dhoo'uun luubbuuf balaa ta'uu kan danda'uudha. 2.Mallattoon Dhibee kulkula appeendiiksii maali ? * Dhukkubbii garaa. * Hoo'ii qaamaa dabaluu. * Haqqisuu/lolloocuu. * Fedhiin nyaataa dhabuu. * Garaan dhiita'uu fi dheebachuu. * Garaan goguu ykn yaasuu fi kkf mul'achuudha. @pharmacistrayid
490
13
Faayidaa Fi Miidhaa Qoricha Insulin regular 👉https://youtu.be/v7R0RaUgbUY?si=I26CwWNRB0qtS-ko @pharmacistrayid
Faayidaa Fi Miidhaa Qoricha Insulin regular 👉https://youtu.be/v7R0RaUgbUY?si=I26CwWNRB0qtS-ko @pharmacistrayid
490
14
Good morning 🤝 @pharmacistrayid
483
15
Torbee kana insha'allaha Waa'ee Qoricha miconazole bal'inaan qabannee kan dhiheessinu ta'a. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid
Torbee kana insha'allaha Waa'ee Qoricha miconazole bal'inaan qabannee kan dhiheessinu ta'a. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid
598
16
Torbee kanaaf qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan baga gammadan jenn
Torbee kanaaf qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan baga gammadan jennaa. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid
553
17
🧬 PEPTIDES — ADVANCED RESEARCHExplore our selection of high-quality research peptides, including peptides commonly studied i
🧬 PEPTIDES — ADVANCED RESEARCHExplore our selection of high-quality research peptides, including peptides commonly studied in areas such as metabolism, body composition, muscle recovery, hair and skin research, and overall wellness research. 🔥 POPULAR RESEARCH PEPTIDES • RET • MOTS-C • AOD-9604 • CJC-1295 + Ipamorelin • BPC-157 • TB-500 • GHK-Cu • MK-677 • PT-141 • Thymosin Beta-4 ⚖️ WEIGHT-LOSS & METABOLIC RESEARCH Research compounds including RET, MOTS-C and AOD-9604 💪 MUSCLE & RECOVERY RESEARCH CJC-1295, Ipamorelin, BPC-157, TB-500 & more 🧴 HAIR & SKIN RESEARCH GHK-Cu and other popular research peptides 💉 REUSABLE PEPTIDE PENS AVAILABLE ✅ High Purity ✅ Lab Tested / COA Available ✅ Fast & Discreet Shipping EASY ORDERING https://tglink.io/622a8dfde57f19 Shipping from EU & USA
556
18
Filannoo keessan jala nuuf kaa'uu hin dagatinaa. Galatoomaa🙏🙏 @pharmacistrayid
638
19
Torbee kanaaf waa'ee qoricha kamii baruu barbaadduu ?
829
20
Faayidaa Fi miidhaa Qoricha Nifedipine 20 👉https://youtu.be/OjDA_IQyWE0?si=swFnTRydoFDyN8hU @pharmacistrayid
Faayidaa Fi miidhaa Qoricha Nifedipine 20 👉https://youtu.be/OjDA_IQyWE0?si=swFnTRydoFDyN8hU @pharmacistrayid
886