Pharmacist Rayid Jibril
الذهاب إلى القناة على Telegram
💪This channel created for wellness and awareness of medical and health information issues. For anyone who want advertising can Buy ads: https://telega.io/c/PharmacistRayid
إظهار المزيد4 287
المشتركون
+124 ساعات
-27 أيام
-4030 أيام
جاري تحميل البيانات...
القنوات المماثلة
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '26
+3
في 0 قنوات
أغسطس '26
+24
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+51
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+116
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '26
+56
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+42
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+69
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+46
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+106
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+367
في 1 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+223
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+215
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+188
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+544
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+88
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+75
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+255
في 3 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+187
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+187
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+257
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '25
+236
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+286
في 4 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+1 342
في 3 قنوات
Get PRO
أكتوبر '240
في 2 قنوات
Get PRO
سبتمبر '240
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+186
في 0 قنوات
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 04 سبتمبر | 0 | |||
| 03 سبتمبر | +2 | |||
| 02 سبتمبر | 0 | |||
| 01 سبتمبر | +1 |
منشورات القناة
| 2 | ✔️Fayyaa Somba keenyaa eeguuf maali taasisuu qabna ?
* Tamboo Xuuxuu dhiisuu.
* Aara tamboo naannoo jiru irraa fagaachuu.
* Qilleensaa Faalamaa fi kosii irraa of eeguu.
* Qulqullina mana keenya keessaa eeguu.
* Sochii qaamaa yeroo yeroon hoojjachuu.
* Harka keenya bishaan fi saamunaan dhiqachuu.
* Nyaata madaalawaa qulqulluu soorachuu.
* Hargansuu gad-fagoo shaakaluu.
* Talaallii Fudhachuu.
* Bishaan qulqulluu baay'isanii dhuguu fi kkf taasisuu qabna.
Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa.
@pharmacistrayid | 182 |
| 3 | Dhibee kulkula appeendiksii.PDF | 354 |
| 4 | Nifedipine .PDF | 426 |
| 5 | 3. Dhibee kulkula appeendiiksii karaalee akkamiitiin ofirraa ittisuu dandeenya ?
* Nyaata faayibarii baay'ee qaban kan akka kuduraa fi fuduraa soorachuu.
* Bishaan guyyaa guyyaan baay'inaan dhuguu qabna.
* Sochii qaamaa hoojjachuun mar'imaan sirritti akka hoojjatu godhuu qabna.
* Qulqullina qaamaa eeggachuu qabna.
* Inifeekshinilee maar'imaanii yoo qabaatan dafanii yaala barbaachisu taasisuu fi kkf taasisuu qabna.
✔️Hubachiisa mallattoo kulkula appeendiksii ofirrati arginaan hatattamaan gara mana yaalaa deemuun qorannoo fi yaala barbaachisu fudhachuu qabna.dhibee kana yoo osoo hin yaalamin tursiifame balaa lubbuu baasuu fiduu kan danda'uudha.
Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa.
@pharmacistrayid | 448 |
| 6 | Dhibee kulkula Appeendiiksii | Appendicitis
--------------------------------------------------
Dhibeen kulkula appeendiiksii jechuun foon xiqqoo mar'imaan furdaa irrati rarraatee argamtu yoo cufamtee,dhiitooftuu fi inifeekshinii qabdu kan uumamuudha.
dhibeen kun hatattamaan yaalamuu kan qabu ta'ee,yoo yaalamuu baate dhoo'uun luubbuuf balaa ta'uu kan danda'uudha.
2.Mallattoon Dhibee kulkula appeendiiksii maali ?
* Dhukkubbii garaa.
* Hoo'ii qaamaa dabaluu.
* Haqqisuu/lolloocuu.
* Fedhiin nyaataa dhabuu.
* Garaan dhiita'uu fi dheebachuu.
* Garaan goguu ykn yaasuu fi kkf mul'achuudha.
@pharmacistrayid | 392 |
| 7 | Faayidaa Fi Miidhaa Qoricha Insulin regular
👉https://youtu.be/v7R0RaUgbUY?si=I26CwWNRB0qtS-ko
@pharmacistrayid | 430 |
| 8 | Good morning 🤝
@pharmacistrayid | 417 |
| 9 | Torbee kana insha'allaha Waa'ee Qoricha miconazole bal'inaan qabannee kan dhiheessinu ta'a.
Galatoomaa🙏🙏🙏
@pharmacistrayid | 510 |
| 10 | Torbee kanaaf qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan baga gammadan jennaa.
Galatoomaa🙏🙏🙏
@pharmacistrayid | 474 |
| 11 | 🧬 PEPTIDES — ADVANCED RESEARCHExplore our selection of high-quality research peptides, including peptides commonly studied in areas such as metabolism, body composition, muscle recovery, hair and skin research, and overall wellness research.
🔥 POPULAR RESEARCH PEPTIDES
• RET
• MOTS-C
• AOD-9604
• CJC-1295 + Ipamorelin
• BPC-157
• TB-500
• GHK-Cu
• MK-677
• PT-141
• Thymosin Beta-4
⚖️ WEIGHT-LOSS & METABOLIC RESEARCH
Research compounds including RET, MOTS-C and AOD-9604
💪 MUSCLE & RECOVERY RESEARCH
CJC-1295, Ipamorelin, BPC-157, TB-500 & more
🧴 HAIR & SKIN RESEARCH
GHK-Cu and other popular research peptides
💉 REUSABLE PEPTIDE PENS AVAILABLE
✅ High Purity
✅ Lab Tested / COA Available
✅ Fast & Discreet Shipping
EASY ORDERING https://tglink.io/622a8dfde57f19
Shipping from EU & USA | 493 |
| 12 | Filannoo keessan jala nuuf kaa'uu hin dagatinaa.
Galatoomaa🙏🙏
@pharmacistrayid | 532 |
| 13 | Torbee kanaaf waa'ee qoricha kamii baruu barbaadduu ? | 705 |
| 14 | Faayidaa Fi miidhaa Qoricha Nifedipine 20
👉https://youtu.be/OjDA_IQyWE0?si=swFnTRydoFDyN8hU
@pharmacistrayid | 806 |
| 15 | Good morning
@pharmacistrayid | 723 |
| 16 | INDOMETHACIN 25MG_50MG .PDF | 823 |
| 17 | Maqaa qorichootaa fi dhukkuboota waa'ee isaanii hubannoo argachuu barbaadannii nuuf erguu hin dagatinaa.
Galatooomaa🙏🙏🙏
@pharmacistrayid | 858 |
| 18 | Ethambutol 100mg.PDF | 828 |
| 19 | * Dhukkubbii qomaa fi hafuurrii nama hanqachuu.
* Funyaanniin dhiiguu ykn hidhiin dhiiguu.
* Fincaan dhabuu ykn xiqquma finca'uu.
* Dhukkubbii cabsannaalee qaamaa.
* Nyaanni namarraa dalaguu dhabuu.
* Rakkoo tiruutiin dhukkubbii garaachaa,fincaan gurraacha'uu,halluun gogaa ykn ijaa gara keelloottii jijjiiramuu fi kkf mul'achuudha.
↪️ Kanaafuu yeroo mallattoolee armaan olii kana ofirrati arginee qoricha kana yeruma san fudhachuu dhaabnee hatattamaan gara mana yaalaa deemnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna.
Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa.
@pharmacistrayid | 972 |
| 20 | 3️⃣.Qoricha Ethambutol yaalaaf fayyadamuun durati maali beekuu qabna ?
✔️Namoonni alarjii qoricha Ethambutol fi rakkoo fayyaa ijaa qabu qoricha kana yaalaaf fayyadamuu hin qabanii.
✔️Akkasumas namoonni rakkoo fayyaa biroo kanneen akka dhukkuba kalee,dhibee tiruu,kulkula rakkoo ijaa,rakkoo ijaa sababa dhibee sukkaaraan dhufu,dhibee cabsannaalee qaamaa fi kkf qabu ogeessa fayyaa beeksisuu malee qoricha ethambutol yaalaaf jalqabuu hin qabanii.
✔️Qorichi Ethambutol rakkoo ijaan arguu cimaaf sababa ta'uu kan danda'u waan ta'eef yeroo yaalaaf fudhachaa jirru yoo ija keenya tokkorrati ykn lamaan irrati rakkoolee kanneen akka ...........
* Ijji waararra'uun sirritti arguu dadhabuu.
* Ijji takka turtii sa'atii 4 ykn sanii oliif arguu dadhabuu.
* Ijji halluu addaan baasee arguu dadhabuu.
* ijji keenya yeroo socho'uu nama dhukkubbuu fi kkf yoo nurrati mul'ate qoricha kana yaalaaf fudhachuu dhaabnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna.
✔️Qoricha Ethambutol qorichoota farra asiidii garaachaa waliin yeroo wal-fakkaataa keessa osoo waliin hin fayyadamnee qoricha Ethambutol sa'atii takka dursinee ykn sa'atii lama qoricha farra asiidii garaachaa booda aansinee fudhachuu qabna.
✔️Dubartiin ulfaa ykn ulfaa'uuf karoora qabdu qoricha Ethambutol yaalaaf fayyadamuun daa'ima ishii irra miidhaan inni geessisuu malu wanti beekkame hin jiru ta'uullee ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana yaalaaf fayyadamuu hin qabduu.
✔️Haati hoosiftuu ykn hoosisuuf karoora qabdu qoricha kana yaalaaf fudhachaa daa'ima ishii harma yoo hoosiftee qorichi kun gara harma haadhaatiin gara daa'ima ishii darbuun wan miidhuu maluuf qoricha kana fayyadamuu hin qabduu.
✔️Qoricha ethambutol daa'imman umriin isaanii waggaa 13 gadi ta'aniif kennamuu hin qabuu.
✔️ Qoricha kana iddoo hoo'aa fi jiidhaa irraa fageeysinee iddoo tempireechara dareettii kuusuu qabna.
4️⃣.Qoricha Ethambutol akkamiti yaalaaf fayyadamuu qabna ?
✔️Akkaatuma ogeessii fayyaa itti nuuf ajajeti sirritti dhageeyfannee fudhachuu qabna .
✔️Qoricha Ethambutol doosii isaa osoo hin guddisnee ykn hin xiqqeeysine hamma ogeessii fayyaa nuuf ajaje qofa fudhachuu qabna.
✔️Qorichoota dhibee Daranyoo sombaa yaalu kamiyyuu ammaa dura yoo fudhachaa turre doosiin isaa jijjiiramuu wan danda'uuf ogeessa fayyaatiif himuu qabnaa.
✔️Qoricha Ethambutol kiniinii isaa afaaniin nyaata waliin ykn nyaata malees kophaa isaa fayyadamuu ni dandeenya.
✔️ Dhibee Daranyoo sombaa namoota ga'eessa ta'anii kan qoricha sombaa kamiyyuu amma dura fudhachaa hin turin yoo ta'e qoricha Ethambutol kiiniinii isaa ulfaatinaa qaamaa irrati hundaa'uun afaaniin doosii 15mg/kg qorichoota TB biroo waliin guyyati yeroo takka qofa turtii yeroo Ji'a lamaaf fayyadamuu ni dandeenya.
✔️Dhibee Daranyoo sombaa namoota ga'eessa qoricha sombaa amma dura fudhachaa turan yoo ta'e qoricha Ethambutol kiiniinii isaa ulfaatina qaamaa irrati hundaa'uun afaaniin doosii 25mg/kg qorichoota farra TB biroo waliin guyyati yeroo takka qofa turtii yeroo ji'a lamaaf fayyadamuu ni dandeenya.
✔️Qoricha Ethambutol yaalaaf fudhachuu ergaa jalqabnee booda yeroo hanga fudhatamuu qabu hanga xumurruu mallatoolee Inifeekshiniichaa fooyya'insa ofirrati arginani jidduun dhaabuu hin qabnuu inifeekshiniichii qorichaan wal- baree wan cimuu danda'uuf.
5️⃣.Qorichi Ethambutol miidhaalee akkamii fiduu mala/ danda'aa ?
* Janja'uu.
* Harganuuf rakkachuu.
* Dhukkubbii mataa.
* Laftii namaan maruu.
* Lolloocuu/ haqqisuu.
* Fedhiin nyaataa hir'achuu.
* Qufaan namati hammaachuu fi tempireecharri qaamaa dabaluu.
* Gogaan nyaatee hooksisuu.
* Dhukkubbii garaachaa.
* Harka ykn miila keessaan nama hadooduu.
* Hubannoon sobaa kan dhugaan hin argamnee namati dhaga'amuu fi mul'achuu. | 726 |
