ch
Feedback
Pharmacist Rayid Jibril

Pharmacist Rayid Jibril

前往频道在 Telegram

💪This channel created for wellness and awareness of medical and health information issues. For anyone who want advertising can Buy ads: https://telega.io/c/PharmacistRayid

显示更多
4 257
订阅者
-224 小时
-117 天
-3230 天

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
9月 '26
九月 '26
+16
在0个频道中
八月 '26
+24
在0个频道中
Get PRO
七月 '26
+51
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+116
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+56
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+42
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+69
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+46
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+106
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+367
在1个频道中
Get PRO
十一月 '25
+223
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+215
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+188
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+544
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+88
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+75
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+255
在3个频道中
Get PRO
四月 '25
+187
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+187
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+257
在1个频道中
Get PRO
一月 '25
+236
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+286
在4个频道中
Get PRO
十一月 '24
+1 342
在3个频道中
Get PRO
十月 '240
在2个频道中
Get PRO
九月 '240
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+186
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
28 九月0
27 九月0
26 九月+1
25 九月0
24 九月0
23 九月0
22 九月+1
21 九月+2
20 九月0
19 九月0
18 九月+2
17 九月0
16 九月0
15 九月0
14 九月+3
13 九月0
12 九月0
11 九月+1
10 九月0
09 九月0
08 九月+1
07 九月+1
06 九月0
05 九月+1
04 九月0
03 九月+2
02 九月0
01 九月+1
频道帖子
Waa'ee qoricha sodium chloride insha'allaha bal'inaan qabannee dhufaa jirra. @pharmacistrayid
Waa'ee qoricha sodium chloride insha'allaha bal'inaan qabannee dhufaa jirra. @pharmacistrayid

2
Good morning🤝
343
3
COPD.PDF
493
4
3. Sababoonni dhukkubni danqamuu ujummoo qilleensa sombaa dhufuu danda'uun maali fa'adha? * Tamboo ykn sigaaraa xuuxuu irraa. * Aara qoraanii ykn balfaa gubatan irraa . * Mana Aaraa iddoo qilleensa firraa baasuun hin qabne keessa hoojjachuu. * Aaraa warshaa, keemikaalootaa fi dhukkee garagara harganuu irraa fi kkf fa'adhaan dhufuu danda'a. 4. Dhibee kana akkamiti ofirraa ittisuu dandeenya ? * Tamboo xuuxuu dhiisuu ykn nama tamboo aarsuu irraa fagaachuu. * Kuushiinaa iddoo qilleensaa gaha ta'e galfachuu dandeessuu fayyadamuu. * Iddoo qillensaa qulqulluu ga'a qabu keessa jiraachuu. * Iddoo aaraa garagaraa qabu irraa fagaachuu. * Shiishaa Aarsuu dhiisuu. * Guyyaa guyyaan deemuu fi bifa salphaan sochii godhuun maashaalee ujummoo qilleensaa jabeessuu. * Nyaata madaalawaa vaayitaaminii fi pirootiiniin badhaadhan soorachuu. * Inifeekshinii sombaa ittisuuf talaalii fudhachuu. * Gara mana yaalaa deemuun qorichaa fi gorsa ogeeysa fayyaa fudhachuu fi kkf fa'a taasisuu qabna. Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa. @pharmacistrayid
559
5
Dhukkuba Danqamuu ujummoo qilleensa Sombaa | chronic obstructive pulmonary Disease. -----------------------------//----------
Dhukkuba Danqamuu ujummoo qilleensa Sombaa | chronic obstructive pulmonary Disease. -----------------------------//----------------------------- 1. Dhibeen dhibeen danqamuu ujummoo qilleensa sombaa maali ? Dhibeen kun dhibee sombaa yeroo dheeraa afuuraa baafachuu fi fudhachuuf nama rakkisu ta'ee,dhukkubni kun guutumati kan fayyu osoo hin ta'in, mallattoo isaa to'achuu fi fooyyeessuun kan danda'amuudha. 2. Mallattoon dhibee danqamuu ujummoo qilleensaa sombaa maali fa'adha ? * Qufaa yeroo dheeraa qufa'uu. * Hafuura baafachuuf rakkachuu. * Yeroo qilleensa baafatan sagalee dhaga'uu. * Qomti nama ciniinuu. * Qaamni dadhabuu fi laafina fiduu fi kkf fa'adha. @pharmacistrayid
488
6
没有文字...
1
7
3. Sababoonni dhibeen raammoo koosoo dhufuu danda'uun maali fa'adha? * Foonii loonii ykn booyyee osoo sirriti hin bilcheessin dheedhii nyaachuu. * Bishaan hanqaaquu raammoo koosootiin faalame dhuguu. * Harka keenya qulqulleefachuu dhabuu fi kkf fa'adha. 4. Dhibee raammoo koosoo akkamiti ofirraa ittisuu dandeenya ? * Foon loonii fi booyyee sirriti bilcheessanii nyaachuu. * Yeroo nyaata qopheessuu deemnu duraa fi booda harka keenya bishaan fi saamunaan dhiqachuu. * Bishaan danfisanii ykn qulqulleessanii qulqulluu isaa dhuguu qabna. * Yeroo mana fincaanii seenanii fi bahan hunda harka keenya bishaanii fi saamunaan dhiqachuu. * Kuduraa fi muduraa dhiqanii bilcheessanii nyaachuu. * Gara mana yaalaa nuti dhiheenya qabuu deemuun qorannoo fayyaa fi gorsa ogeessa fayyaa waliin qorichoota farra maxxantuu fudhachuu qabna. Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa. @pharmacistrayid
497
8
Inifeekshiinii Maxxantuu Raammoo Koosoo | Tapeworm infection. ------------------------------------------------------- 1. Dhib
Inifeekshiinii Maxxantuu Raammoo Koosoo | Tapeworm infection. ------------------------------------------------------- 1. Dhibeen raammoo koosoo maali ? Inifeekshinii sababa maxxantuu raammoo koosootiin maar'imaan keessati uumamuu danda'uudha.raammoon kun dheeraa fi haphii yoo ta'u, baay'inaan foon loonii ykn booyyee dheedhii nyaachuu irraa dhufuu kan danda'uudha. 2. Mallattoon dhibee Raammoo koosoo maali fa'adha ? * Dhukkubbii garaa. * Garmalee beela'uu. * Dadhabbii qaamaa * Loollocuu ykn haqqisuu. * Ulfaatinni qaamaa hir'achuu. * Fedhiin nyaataa hir'achuu. * Garaan ciniinuu ykn dhukkubuu. * Hir'ina dhiigaa fiduu. * Garaan yaasuu. * Hanqaaquu Raammoo kanaa boba'aa keessati mul'achuu fi kkf fa'adha. @pharmacistrayid
479
9
Torbee kana insha'allaha Waa'ee qoricha sodium chloride bal'inaan qabannee kan dhiheessinu ta'a. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacist
Torbee kana insha'allaha Waa'ee qoricha sodium chloride bal'inaan qabannee kan dhiheessinu ta'a. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid
649
10
Torbee kanaf qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan baga gammadan isini
Torbee kanaf qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan baga gammadan isiniin jenna. Galatoomaa🙏🙏🙏 @pharmacistrayid
671
11
Qorichoota armaan gadii keessaa torbee kanaf waa'ee qoricha kamii baruu barbaaduu ?
802
12
Sulfadiazine pdf. 👉https://tinyurl.com/ymrd8heb
965
13
Metoprolol.PDF
895
14
Fayyaa ijaa.PDF
974
15
✔️Fayyummaa ija keenyaa eeguuf maal godhuu qabna ? * Nyaata madaalawaa soorachuu. * Yeroo yeroon qorannoo ijaa gaggeessuu. *
✔️Fayyummaa ija keenyaa eeguuf maal godhuu qabna ? * Nyaata madaalawaa soorachuu. * Yeroo yeroon qorannoo ijaa gaggeessuu. * Sa'atii dheeraaf iskiiriinii bilbilaa,komputara, Tiivii fi kkf ilaaluu hir'isuu. * Yeroo gara alaa gadi ba'ani ifa aduutiin akka hin miidhamneef meeshaalee ifa aduu ijarraa ittisan uffachuu. * Qulqullina ija keenyaa eeggachuu. * Tamboo xuuxuu dhiisuu. * Ijji keenya akka hin gognee ittisuu. * Bishaan baay'ee dhuguu. * Sochii jabeenya qaamaa hoojjachuu. * Dhukkuboota biroo kanneen akka dhukkuba sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa olka'aa to'achuu. * Hirriiba ga'aa Rafuu fi kkf taasisuun fayyaa ija keenyaa eeggachuu dandeenya. Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa. @pharmacistrayid
1 042
16
Faayidaa fi miidhaa qoricha Naproxen. 👉https://youtu.be/frbZYoz0bOs?si=zkoZ3-vlHIxS-CvE @pharmacistrayid
Faayidaa fi miidhaa qoricha Naproxen. 👉https://youtu.be/frbZYoz0bOs?si=zkoZ3-vlHIxS-CvE @pharmacistrayid
723
17
Maqaa qorichootaa fi dhibee waa'ee isaanii baruu fedha qabdan nuuf erguu hin dagatinaa. Galatoomaa 🙏🙏🙏 @pharmacistrayid
947
18
Good morning 🤝
1 066
19
Metoprolol.PDF
1 098
20
Hubannoo Waa'ee qoricha Metoprolol 50mg ---------------------------------------------------- 1️⃣.Qorichi Metoprolol maali ? ✔
Hubannoo Waa'ee qoricha Metoprolol 50mg ---------------------------------------------------- 1️⃣.Qorichi Metoprolol maali ? ✔️Metoprolol~Jechuun qoricha garee ( Beta blocker ) jedhamuu ta'ee kan ujummoo dhiigaa si'eessuu fi dha'annaa onnee hir'isuun dhiigni rakkoo malee salphumati akka yaa'uu fi dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf kan gargaaruudha. 2️⃣.Qorichi Metoprolol rakkoolee fayyaa akkamii yaaluuf gargaara ? * Dhibee dhukkubbii qomaa (angina) hir'isuuf. * Dhibee dhiibbaa dhiigaa olka'aa hir'isuuf. * Dhukkuba dadhabina onnee hir'isuuf. * Rakkoo sirnaan dha'achuu dhabuu onnee sirreessuuf. * Rakkoo fayyaa miidhama onneetiin dhufu haala jireenyaa fooyyeessuun carraa du'aa fi mana yaalaa keessa turuu hir'isuu fi kkf taasisuuf gargaara. @pharmacistrayid
1 160