Pharmacist Rayid Jibril
Kanalga Telegram’da o‘tish
💪This channel created for wellness and awareness of medical and health information issues. For anyone who want advertising can Buy ads: https://telega.io/c/PharmacistRayid
Ko'proq ko'rsatish4 286
Obunachilar
-324 soatlar
-67 kun
-4030 kun
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Sentabr '26
Sentabr '26
+4
0 kanalda
Avgust '26
+24
0 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+51
0 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+116
0 kanalda
Get PRO
May '26
+56
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+42
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+69
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+46
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+106
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+367
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+223
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+215
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+188
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+544
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+88
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+75
0 kanalda
Get PRO
May '25
+255
3 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+187
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+187
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+257
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+236
2 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+286
4 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+1 342
3 kanalda
Get PRO
Oktabr '240
2 kanalda
Get PRO
Sentabr '240
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+186
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 05 Sentabr | +1 | |||
| 04 Sentabr | 0 | |||
| 03 Sentabr | +2 | |||
| 02 Sentabr | 0 | |||
| 01 Sentabr | +1 |
Kanal postlari
✔️Qoricha Miconazole ergaa yaalaaf fudhachuu jalqabnee booda yeroo hanga fudhatamuu qabu hanga xumurruu mallattoo Inifeekshiniichaa fooyya'insa ofirrati arginani ajaja ogeessa fayyaa malee qoricha kana fudhachuu jidduun dhaabuu hin qabnuu inifeekshiniichii qorichaan wal- baree wan cimuu danda'uuf.
5️⃣.Qorichi Miconazole miidhaalee akkamii fiduu mala/danda'aa ?
* Gogaan hooksisuu.
* Dhukkubbii Mataa.
* Lolloocuu.
* Garaan Yaasuu.
* Afaan gogsuu.
* Arrabni madaa'uu.
* Dhukkubbii Ilkaanii.
* Miira dhandhamaa jijjiiruu.
* Hidhiin diimachuu ykn dhiita'uu fi kkf mul'achuudha
✔️Kanaafuu yeroo mallattoolee armaan olii kana ofirrati arginee qoricha kana yeruma san fudhachuu dhaabnee hatattamaan gara mana yaalaa deemnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna.
Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa.
@pharmacistrayid
| 2 | 3️⃣.Qoricha Miconazole Yaalaaf fayyadamuun durati maali beekuu qabna ?
✔️Namoonni alarjii qoricha Miconazole ykn wantoota isa keessaa qabu qoricha kana yaalaaf fayyadamuu hin qabanii.
✔️Namoonni rakkoolee fayyaa biroo kanneen akka dhukkuba sukkaaraa,dhukkuba tiruu ykn kalee, dhukkubii garaachaa,dhukkubbii dugdaa,dhukkubbii gateetii,hoo'a qaamaa dabaluu,hoollachuu/qoorrachuu,lolloocuu,haqqisuu,dhangala'oo qaamaa saalaa dubartootaa miira foolii qabu,dhukkuba HIV/AIDS Saaxilame,inifeekshinii fangasii qaama saalaa dubartootaatiin deddeebi'anii qabamuu fi kkf qaban ogeessa fayyaa beeksisan malee qoricha miconazole yaalaaf jalqabuu hin qabanii.
✔️ Yeroo qorichoota dhiiga qal'isan kan akka warfarin,coumadin, jontevan fi kkf yaalaaf fudhachaa jirru ogeessa fayyaa gaafannu malee qoricha miconazole yaalaaf jalqabuu hin qabnuu.
✔️Qoricha miconazole yeroo yaalaaf fayyadamnuu qaamoota akka ijaa, gurraa fi funyaan keenya irraa of eeggachaa fayyadamuu qabna.
✔️Akkasumas qoricha miconazole bifa karaa qaama saalaa dubartiin kaayamuuf qophaa'e yeroo yaalaaf fayyadamaa jirru yoo maloota ulfa ittisuuf gargaaran kan akka koondoomii fi meeshaalee diyaafiramii ulfa ittisan waliin yoo fayyadamnee bu'aan ulfa ittisuu gad bu'uun ulfa karooraan alaatiif nama saaxiluu wan maluuf yeroo qoricha miconazole karaa qaama saalaa dubartiin qophaa'ee yaalaaf fayyadamaa jirru maloota ulfa ittisuuf gargaaran biroo fayyadamuu qabnaa.
✔️Dubartoonni yeroo qoricha miconazole karaa qaama saalaatiin kaayamu yaalaaf fayyadamaa jiran wal-qunnamtii saalaa irraa fagaachuu qabanii.
✔️Akkasumas yeroo qoricha miconazole yaalaaf fayyadamaa jirru namoonni qorichoota biroo kanneen akka vaayitaaminii, Mineeraalaa ,qorichootaa aadaa, qorichoota biroo kamiyyuu fudhachuuf karoora qabu fi kkf ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana waliin yaalaaf jalqabuu hin qabnuu.
✔️Dubartiin Ulfaa ykn ulfaa'uuf karoora qabdu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha miconazole yaalaaf fayyadamuu hin qabduu.
✔️Haati Hoosiftuu ykn hoosisuuf karoora qabdu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha miconazole yaalaaf fayyadamuu hin qabduu.
4️⃣.Qoricha Miconazole Akkamiti yaalaaf fayyadamuu qabnaa ?
✔️ Akkaatuma ogeessi fayyaa nuuf ajajeti sirritti dhageeyfannee fudhachuu qabna.
✔️Qorichi Miconazole bifa adda addaatiin qophaa'e wan ta'eef karaalee adda addaatiin fayyadamuu wan dandeenyuuf yeroo ogeessi fayyaa nuuf ajaju sirriti dhageeyfannee hubannee akkuma nuun jadhameti fayyadamuu qabna.
✔️Qoricha Miconazole bifa kireemii ykn qibaatiin qophaa'e afaaniin osoo hin liqimsine gogaa keenya iddoo inifeekshinii fangasiin miidhame irrati dibachuun fayyadamuu ni dandeenya.
✔️Qoricha Miconazole bifa kireemiin qophaa'ee naannoo gogaa gama alaa qaama saalaa dubartii fangasiin miidhame irrati dibachuun duraa fi boodaas harka keenya qulqulleefachuun naannoo miidhame qulqulleessinee goggeysuun hamma xiqqaa ta'ee qofa haala infeekshinichaa irrati hundaa'uun guyyaati yeroo lamaaf hanga guyyaa torbaatiif fayyadamuu ni dandeenya.
✔️Qoricha Miconazole torbee 2 ykn 4f yaalaaf fudhachuu erga jalqabnee booda mallattooleen inifeekshinichaa yoo nurraa fooyya'uu baatee kan duraanii caalaa nutti hammaate ogeessa fayyaatiif himuu qabna.
@pharmacistrayid | 138 |
| 3 | Hubannoo Waa'ee qoricha Miconazole 2 %
--------------------------------------------------
1️⃣.Qorichi Miconazole Maali ?
✔️Miconazole ~jechuun qoricha gosa garee farra fangasii (anti-fungal imidazole) jedhamuu ta'ee kan inifeekshinii baay'ee sababa fangasiitiin dhufu yaaluuf gargaaruudha.
2️⃣.Qorichi Miconazole rakkoolee fayyaa akkamii yaaluuf gargaara ?
* Inifeekshinii fangasii gogaa sanacha miilaa fi qubbeen miilaa jidduu miidhu yaaluuf.
* Inifeekshinii fangasii naannoo gogaa qaamaa adda addaa miidhu yaaluuf.
* Inifeekshinii fangasii afaan keessaa yaaluuf.
* Inifeekshinii fangasii gogaa maashaalee qaamaa naannoo hudduu fi sarbaa miilaa miidhu yaaluuf.
* Inifeekshinii Fangasii qaama saalaa dubartootaa keessaa yaaluuf.
* Inifeekshinii fangasii halluu gogaa naannoo dugdaa, mormaa,qomaa,harkaa fi miilaa jijjiiruu fi kkf yaaluuf gargaara.
@pharmacistrayid | 131 |
| 4 | Waa'ee qoricha Miconazole bal'inaan qabannee insha'allaha dhufaa jirra wan ta'eef barumsi keenya akka ummata keenya hundaa fi barattoota Farmaasii baay'ee bira akka naa dhaqqabuuf channeel keenya kana share godhuun maaloo nu jajjabeessaa jaalatamtoota kiyya.
@pharmacistrayid | 250 |
| 5 | Maalummaa,Sababaa Fi Maloota ittisa Dhibee Asmii | Asma Disease.
👉https://youtu.be/6QY9W1AyK2Y?si=vPy8gStiKdm3Cvv7
@pharmacistrayid | 312 |
| 6 | Good Morning 🤝 | 359 |
| 7 | Fayyaa sombaa eeguuf .PDF | 427 |
| 8 | ✔️Fayyaa Somba keenyaa eeguuf maali taasisuu qabna ?
* Tamboo Xuuxuu dhiisuu.
* Aara tamboo naannoo jiru irraa fagaachuu.
* Qilleensaa Faalamaa fi kosii irraa of eeguu.
* Qulqullina mana keenya keessaa eeguu.
* Sochii qaamaa yeroo yeroon hoojjachuu.
* Harka keenya bishaan fi saamunaan dhiqachuu.
* Nyaata madaalawaa qulqulluu soorachuu.
* Hargansuu gad-fagoo shaakaluu.
* Talaallii Fudhachuu.
* Bishaan qulqulluu baay'isanii dhuguu fi kkf taasisuu qabna.
Fayyaa ta'aa. Horaa Bulaa.
@pharmacistrayid | 460 |
| 9 | Dhibee kulkula appeendiksii.PDF | 508 |
| 10 | Nifedipine .PDF | 529 |
| 11 | 3. Dhibee kulkula appeendiiksii karaalee akkamiitiin ofirraa ittisuu dandeenya ?
* Nyaata faayibarii baay'ee qaban kan akka kuduraa fi fuduraa soorachuu.
* Bishaan guyyaa guyyaan baay'inaan dhuguu qabna.
* Sochii qaamaa hoojjachuun mar'imaan sirritti akka hoojjatu godhuu qabna.
* Qulqullina qaamaa eeggachuu qabna.
* Inifeekshinilee maar'imaanii yoo qabaatan dafanii yaala barbaachisu taasisuu fi kkf taasisuu qabna.
✔️Hubachiisa mallattoo kulkula appeendiksii ofirrati arginaan hatattamaan gara mana yaalaa deemuun qorannoo fi yaala barbaachisu fudhachuu qabna.dhibee kana yoo osoo hin yaalamin tursiifame balaa lubbuu baasuu fiduu kan danda'uudha.
Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa.
@pharmacistrayid | 559 |
| 12 | Dhibee kulkula Appeendiiksii | Appendicitis
--------------------------------------------------
Dhibeen kulkula appeendiiksii jechuun foon xiqqoo mar'imaan furdaa irrati rarraatee argamtu yoo cufamtee,dhiitooftuu fi inifeekshinii qabdu kan uumamuudha.
dhibeen kun hatattamaan yaalamuu kan qabu ta'ee,yoo yaalamuu baate dhoo'uun luubbuuf balaa ta'uu kan danda'uudha.
2.Mallattoon Dhibee kulkula appeendiiksii maali ?
* Dhukkubbii garaa.
* Hoo'ii qaamaa dabaluu.
* Haqqisuu/lolloocuu.
* Fedhiin nyaataa dhabuu.
* Garaan dhiita'uu fi dheebachuu.
* Garaan goguu ykn yaasuu fi kkf mul'achuudha.
@pharmacistrayid | 490 |
| 13 | Faayidaa Fi Miidhaa Qoricha Insulin regular
👉https://youtu.be/v7R0RaUgbUY?si=I26CwWNRB0qtS-ko
@pharmacistrayid | 490 |
| 14 | Good morning 🤝
@pharmacistrayid | 483 |
| 15 | Torbee kana insha'allaha Waa'ee Qoricha miconazole bal'inaan qabannee kan dhiheessinu ta'a.
Galatoomaa🙏🙏🙏
@pharmacistrayid | 598 |
| 16 | Torbee kanaaf qorichi sagalee guddaa argate qoricha kana wan ta'eef warroonni qoricha kana filachaa turtan baga gammadan jennaa.
Galatoomaa🙏🙏🙏
@pharmacistrayid | 553 |
| 17 | 🧬 PEPTIDES — ADVANCED RESEARCHExplore our selection of high-quality research peptides, including peptides commonly studied in areas such as metabolism, body composition, muscle recovery, hair and skin research, and overall wellness research.
🔥 POPULAR RESEARCH PEPTIDES
• RET
• MOTS-C
• AOD-9604
• CJC-1295 + Ipamorelin
• BPC-157
• TB-500
• GHK-Cu
• MK-677
• PT-141
• Thymosin Beta-4
⚖️ WEIGHT-LOSS & METABOLIC RESEARCH
Research compounds including RET, MOTS-C and AOD-9604
💪 MUSCLE & RECOVERY RESEARCH
CJC-1295, Ipamorelin, BPC-157, TB-500 & more
🧴 HAIR & SKIN RESEARCH
GHK-Cu and other popular research peptides
💉 REUSABLE PEPTIDE PENS AVAILABLE
✅ High Purity
✅ Lab Tested / COA Available
✅ Fast & Discreet Shipping
EASY ORDERING https://tglink.io/622a8dfde57f19
Shipping from EU & USA | 556 |
| 18 | Filannoo keessan jala nuuf kaa'uu hin dagatinaa.
Galatoomaa🙏🙏
@pharmacistrayid | 638 |
| 19 | Torbee kanaaf waa'ee qoricha kamii baruu barbaadduu ? | 829 |
| 20 | Faayidaa Fi miidhaa Qoricha Nifedipine 20
👉https://youtu.be/OjDA_IQyWE0?si=swFnTRydoFDyN8hU
@pharmacistrayid | 886 |
