en
Feedback
Dr.Chala

Dr.Chala

Open in Telegram

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Dr.Chala

Channel Dr.Chala (@chalaabdi) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 14 753 subscribers, ranking 1 662 in the Medicine category and 319 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 14 753 subscribers.

According to the latest data from 28 August, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -265 over the last 30 days and by -13 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 9.50%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 3.93% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 1 403 views. Within the first day, a publication typically gains 580 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 9.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 29 August, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Medicine category.

14 753
Subscribers
-1324 hours
-207 days
-26530 days
Posts Archive
Dr.Chala
14 753
🌷 Nama Biraa Caaluuf Osoo Hin Taane, Kaleessa Kee Caaluuf Jiraadhu 🌷 Yeroo baay’ee namoonni jireenya isaanii nama biraa waliin madaalu. Garuu milkaa’inni dhugaan nama biraa moo’achuu keessatti osoo hin taane, ofii kee guyyaa guyyaadhaan fooyyessuu keessatti argama. 🌱 Har’i kee kaleessa kee caalaa yoo fooyya’e, tarkaanfii guddaa fuuldura deemteetta jechuudha. Milkaa’inni dhugaan dorgommii namoota wajjin osoo hin taane, dorgommii ofii kee wajjin qabdu dha. 💎 Namni yeroo hunda of fooyyessuuf carraaqu, guyyaa tokko bakka ol’aanaa ga’a. Garuu namni yeroo hunda nama biraa ilaalu, gammachuu fi tasgabbii qalbii dhabuu danda’a. 🤲 Kanaaf yeroo hunda of gaafadhu: “Har’a maaliin kaleessa koo caale?” 🍂 Yeroo hunda namoota si miidhan yaadachuun qalbii kee hin dukkaneessin. Nama si miidhe irra, ofii kee fayyisuu irratti xiyyeeffadhu. Akkuma baalli mukaa kufuun muka sana hin balleessine, kufaatiin kee illee dhuma miti; jalqaba haarawaa ta’uu danda’a. 💎 Namoonni hundi jireenya kee keessatti si gammachiisuuf hin dhufan. Tokko tokko garuu barnoota guddaa si barsiisuuf dhufu. 🤍 Yoo Rabbiin balbala tokko siif cufe, balbala isa caalaa gaarii tokko siif banaa jiraachuu danda’a. Kanaaf abdii hin kutin. 🌹 Gammachuun dhugaan Waan hunda qabaachuu keessatti miti, Waan qabdu galateeffachuu keessatti argama. 📖 “Yoo galateeffattan, ani isiniif nan dabala.” ✨ Har’a: ✔️ Nama tokko gammachiisi ✔️ Nama tokkoof kadhadhu ✔️ Dogoggora tokko irraa deebi’i ✔️ Hojii gaarii tokko hojjadhu 🌷 Jireenyi kee yeroo sana miidhagina addaa argata. Nama biraa caaluuf osoo hin taane, kaleessa kee caaluuf jiraadhu. Milkaa’inni dhugaan achumaan jalqaba. 🤍🥰🌹 waan dubbiftanif Galatoomaa share godhaa

Dr.Chala
14 753
Namoonni dhukkuba garaachaa (peptic ulcer disease) qaban qorichoota kana fayyadamuu hin qaban,isaanis ◍Qorichoota garee NSAID
Namoonni dhukkuba garaachaa (peptic ulcer disease) qaban qorichoota kana fayyadamuu hin qaban,isaanis ◍Qorichoota garee NSAIDs kan akka 👉 Diclofenac 👉 Ibuprofen 👉 Naproxen 👉 Indomethacin ◍ Steroids- kan akka prednisolone ◍ Aspirin ◍ kiniinii (tablet) Ayiranii 👉 Qorichoota kana fayyadamuun dirqama yoo ta'e ogeessa fayyaa mariisisuun of eeggannoon fayyadamuun qabna. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!!

Dr.Chala
14 753
👂Gorsa warqii kanneen dhagefadhuu Namoota hunda gargaaruun gaariidha, garuu "Eeyyee" jechuun kee nagaa kee kan booressu yoo ta'e, "Lakki" jechuu barachuu qabda. Namni daangaa isaa hin beekne, akka farda fe'iisaa namatti tola. Daangaa qabaachuun hammeenya osoo hin taane, of kabajuu dha. 👊Gargaarsaa fi Fayyadama Gargar Baasi. Namni si jaallatu si gargaara, namni siti fayyadamuu barbaadu garuu yoo dhimmi isaa xumurame si irraanfaa. ■Namoota yeroo rakkoo qofa sii yaadatan irraa of qusadhu. Namummaan waliin guddachuu dha malee, nama tokko kuffisanii kaan irra deemuu mitii■ 👊Humna "Lakki" Jedhu Qabaadhu "Lakki" jechuun kee nama akka hin mufachiisne hin sodaatin. Namni "Lakki" kee hin kabajne, "Eeyyee" keetiifis iddoo hin qabu. Jaalalli dhugaan kabaja irratti hundaa Namoota hundaaf gaarummaa raawwachuun amala gaariidha. Garuu, gaarummaan kee akka namoonni sitti fayyadamaniif balbala hin baninin "Lakki" jechuun hammeenya miti, of kabajuu dha. Namni daangaa kee hin kabajne, namummaa keetiif iddoo hin qabu. Gargaarsaa fi fayyadama (Exploitation) gargar baasii beeki. 👏 Nagaa keef dursa kenni. Namummaan jaalala irratti malee fayyadama irratti hin hunda’u! 🤝Gabaabaa fi Humna Qabu (Short & Powerful) > Of Kabajuun Namummaa Dursa! > Namni hundi akka sitti fayyadamu hin hayyamin. " Namoota tokko tokko yoo Callistee walala itti fakkata ... Yoo isnitti tolle like fi share gochuun Hiriyoota keessan nama jaalataanif share godhaa biraan geeyaa Galatoomaa galatooma By Dr.Chala

Dr.Chala
14 753
Barnoonni Furtuu Rakkinaa, Hundee Guddinaati!
Barnoonni Furtuu Rakkinaa, Hundee Guddinaati!

Dr.Chala
14 753

Dr.Chala
14 753
Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a, waan ta'eef jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu.
Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a, waan ta'eef jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu.

Dr.Chala
14 753
#Ergaa_galateeffannaa ====////===== Hiriyoonni kiyya kan jalqabaa hanga xumuraa na waliin ifaajaa post godhaa. like godhaa. S
+5
#Ergaa_galateeffannaa ====////===== Hiriyoonni kiyya kan jalqabaa hanga xumuraa na waliin ifaajaa post godhaa. like godhaa. Share godhaa. turtan, hundi keessan, hiriyummaa qofa osoo hin taane obbolummaa Naa qabdani waan natti agarsiiftaniif galatoomaa! ❤️❤️🙏🙏🙏 ■Obboleewwan koo qaalii Hunduu keessaan galatoomaa yeroo muraasa Keessatti Ergaa koo namoota hedduu biraan geesaani Hedduu naa galatoomaa .❤️❤️🙏🙏 ■kanaaf hamilee nutti gootaniif hunduu galatoomaa !🙏 Akkasuma hiriyyoota nu waliin dhamaatan maraaf,❤️🤌 Hunda keessanuu hedduun isin jaalladha. Kun immoo bu'aa dadhabbii keessaniiti, galatoomaa!" By Dr.Chala

Dr.Chala
14 753

Dr.Chala
14 753
Mallattoolee hanqina asiidii coomaa Omega 3: 1. Gogaa qamadii qalla’aa qabu 2. Dhukkuba gogaa 3. Ija goguu 4. Rifeensa goguu
Mallattoolee hanqina asiidii coomaa Omega 3: 1. Gogaa qamadii qalla’aa qabu 2. Dhukkuba gogaa 3. Ija goguu 4. Rifeensa goguu 5. Umurii wajjin walqabatee macular degeneration 6. Dhibee ariitii (Arhythmia). 7. Kalee cooma qabu 8. Dhiibbaa dhiigaa 9. Anjiinaa 10. Dhukkuba onnee 11. Yaadannoo dhabuu 12. Infeekshinii 13. Dhiphina sammuu 14. Alarjii 15. ADHD Dr.Chala

Dr.Chala
14 753
Qaama imala waan taateef, guyyaa guyyaan waan hin qabne akkan godhu na dhiibdeef galatoomi. Waliin 200K geenyee jirra, kunis
Qaama imala waan taateef, guyyaa guyyaan waan hin qabne akkan godhu na dhiibdeef galatoomi. Waliin 200K geenyee jirra, kunis jalqaba. Galma gurguddaa, ool’aa, fi jireenya keenya jiru — kana waliin ijaaruu haa itti fufnu 🚀 next stop 500K 🚀 by Dr.Chala Thank you ❤️

Dr.Chala
14 753
Qaama imala waan taateef, guyyaa guyyaan waan hin qabne akkan godhu na dhiibdeef galatoomi. Waliin 200K geenyee jirra, kunis
+2
Qaama imala waan taateef, guyyaa guyyaan waan hin qabne akkan godhu na dhiibdeef galatoomi. Waliin 200K geenyee jirra, kunis jalqaba. Galma gurguddaa, ool’aa, fi jireenya keenya jiru — kana waliin ijaaruu haa itti fufnu 🚀 next stop 500K 🚀 by Dr.Chala Thank you ❤️

Dr.Chala
14 753
Jireenya Keessatti Akkamitti Injifachuu Dandeenyu 1. Addunyaa duratti dammaquu, osoo rafanii hojjachuu. 2. Ji'a 6f ogummaa to
Jireenya Keessatti Akkamitti Injifachuu Dandeenyu 1. Addunyaa duratti dammaquu, osoo rafanii hojjachuu. 2. Ji'a 6f ogummaa tokko irratti xiyyeeffachuun ofitti qabachuu. 3. Namoonni maal akka yaadan dhimmamuu dhiisi, isaan kaffaltii kee hin kaffalan. 4. Maallaqa qusadhu, qarshii baradhu, qarshii kabaju. 5. Hiriyyoota sobaa muraa, guddina kee ajjeesu. 6. Guyyaa guyyaan dubbisi, sammuun kee meeshaa waraanaa kee isa hunda caaludha. 7. Obsaa, wanti gurguddaan ijaaruuf yeroo fudhata. 8. Yeroo jireenyi itti ulfaatullee ofitti gonkumaa hin dhiisin. By Dr.Chala

Dr.Chala
14 753

Dr.Chala
14 753

Dr.Chala
14 753
🤭Yaadadhu: Waan alaan mul'atu utuu hin taane,... Wanti keessa kee jiru dhuma kee murteessa. By Dr.Chala
🤭Yaadadhu: Waan alaan mul'atu utuu hin taane,... Wanti keessa kee jiru dhuma kee murteessa. By Dr.Chala

Dr.Chala
14 753
Gooroo_Guutuu “Anis lubbuu baraaruuf qophiidha! Dhiigni yeroo tokko arjoomnu lubbuu namoota sadii baraaruu fi abdii maatii he
Gooroo_Guutuu “Anis lubbuu baraaruuf qophiidha! Dhiigni yeroo tokko arjoomnu lubbuu namoota sadii baraaruu fi abdii maatii hedduu dagaagsuu danda’a.

Dr.Chala
14 753
Barredini Kaa Fuula Caala Ka Oneetu Bareeda .♥️

Dr.Chala
14 753
photo content
+4