uz
Feedback
Dr.Chala

Dr.Chala

Kanalga Telegram’da o‘tish

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Dr.Chala analitikasi

Dr.Chala (@chalaabdi) Yava til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 15 218 obunachidan iborat bo'lib, Tibbiyot toifasida 1 613-o'rinni va Finlandiya mintaqasida 292-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 15 218 obunachiga ega bo‘ldi.

04 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -204 ga, so‘nggi 24 soatda esa -3 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 13.70% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 3.94% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 2 086 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 600 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 13 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 05 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Tibbiyot toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

15 218
Obunachilar
-324 soatlar
-27 kunlar
-20430 kunlar
Postlar arxiv
Dr.Chala
15 218

Dr.Chala
15 218
Jireenya kee keessatti nama lama gonkumaa hin dagatin: 1) Nama akka injifattu qofaaf waan hunda dhabe. 2) Nama dhukkubbii hun
Jireenya kee keessatti nama lama gonkumaa hin dagatin: 1) Nama akka injifattu qofaaf waan hunda dhabe. 2) Nama dhukkubbii hunda keessatti si waliin ture. By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
Namoonni Yeroo Si midhaan Yeroo: 1. Guddachaa kee yeroo si argan. 2. Caalaatti nama hawwachuu kee yeroo Argan. 3. Ofii keetii
Namoonni Yeroo Si midhaan Yeroo: 1. Guddachaa kee yeroo si argan. 2. Caalaatti nama hawwachuu kee yeroo Argan. 3. Ofii keetiin gammaduu kee yeroo argan. Akka issaa caaltuu kan Barbaaduu Abba kee Qofa broo..👂 Gaarii hojjechuu, waan gaarii yaaduu fi waan gaarii hawwachuu itti fufi... Namoonni sirrii fi humni sirrii ta’e akkasitti karaa kee dhufa.

Dr.Chala
15 218
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore

Dr.Chala
15 218
Milkaa’inni: ✔️ Obsaa ✔️ Hojii cimaa ✔️ Of to’annoo gaafata By Dr.Chala
Milkaa’inni: ✔️ Obsaa ✔️ Hojii cimaa ✔️ Of to’annoo gaafata By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
Dhiirti dhugaa: ✔️ Kaayyoo qaba ✔️ Of irratti hojjeta ✔️ Maqaa gaarii ijaara ✔️ itti gaafatammana jireenyaa isaa dhaabe mul'i
Dhiirti dhugaa: ✔️ Kaayyoo qaba ✔️ Of irratti hojjeta ✔️ Maqaa gaarii ijaara ✔️ itti gaafatammana jireenyaa isaa dhaabe mul'isa. By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
👀​Waa jahaa hudadhuu✍️ 1.Yadiii mallee hin dhiphatiin 2.Namaa irraa bayyee hin egatiin 3.Dandettii ketitii fayadamii❤️ 4.Dog
👀​Waa jahaa hudadhuu✍️ 1.Yadiii mallee hin dhiphatiin 2.Namaa irraa bayyee hin egatiin 3.Dandettii ketitii fayadamii❤️ 4.Dogongoraa kee irraa baradhuu 5.Ofitii Amanii🥀 6.Dandettii kee bekii👌 @Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
Gaafa Boosse Osoo hin taane Gaafa moote Mirgi kee kabajama.💪 By Dr.Chala
Gaafa Boosse Osoo hin taane Gaafa moote Mirgi kee kabajama.💪 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
Namni si wajjiin jiraachuu haqa godhatu...; ✍ Nama kabaja siif qabu; nama bakka guddaa siif qabu; nama jaalala dhugaa siif qo
Namni si wajjiin jiraachuu haqa godhatu...; ✍ Nama kabaja siif qabu; nama bakka guddaa siif qabu; nama jaalala dhugaa siif qoodu. ✍ Nama akka ati addunyaa kana bifa addaatiin laaltu si godhuudha.... ✍ Nama yeroo ati gammaddu, sima wajjiin isas gammachuun qalbii guuttu... yoo ati gaddaan miidhamtu... gaddi akka galaanaatti Isa liqimsu. ✍ Nama inni si wajjiin jiraachuun ilma namaa hundarraa si duroomsu; nama osoo isa qofa argadhee, addunyaa tanarraa nama biraa hin barbaadu si jechisiisu... ✍ jireenyi inni si wajjiin jiraatu, Akka Roobni dachee jiisutti qalbii tee tan goggogde jiisu... ✍ Nama yeroo boqonnaa isaa sitti dhufu osoo hin taane... nama sitti dhufuudhaan boqonnaa argatu; nama si argachuun isa boqonnaa isaaf tahu. ✍ Nama yeroo barbaaddetti; bakka barbaaddetti; Akka barbaaddetti argachuu dandeessu. ✍ Nama yeroo ati fagaatte si barbaadu; nama yeroo ati miidhamte si gaafatu... nama yeroo kamuu si dagachuu hin dandeenye... ✍ Nama tokkos akka hin komanne... ____itti fufa... Rabbiin siif haa hiru...

Dr.Chala
15 218
Addessii qophaa isaa ta'uullee ifaa kannuu hin dhisnee. kanaaf attis akka Addessaa ta'i guyyarran ifaa kee dabalaa deemi. By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
​"Inni na gargaare onnee koo keessa jira, Inni na miidhe immoo sammuu koo keessa jira." Kanaafuu waan gaarii hojjedhu ❤️✍️
​"Inni na gargaare onnee koo keessa jira, Inni na miidhe immoo sammuu koo keessa jira." Kanaafuu waan gaarii hojjedhu ❤️✍️

Dr.Chala
15 218
✅ Umriin kee waggaa 18-55 yoo ta'e kana hubachuuf beekumsa gahaa qabaachuu qabda! ◄✣••✥••✣►══════◄✣••✥••✣► ➤1. Jireenyi siif gaarii akka ta'u hin eegin. Guyyaa guyyaan ka'aa dhiibuu itti fufaa. ➤2. Gonkumaa nama kamiyyuu akka si filatu dirqisiisiin. Yeroo kophaa dabarsuu baradhu. ➤3. Miira kee toʼadhu. Sammuun tasgabbaa’aan haala kamiyyuu to’achuu danda’a. ➤4. Mufannaa irraa of eeguuf namoota akka ati barbaaddutti akka ta’an eeguu osoo hin taane eenyummaa isaaniitiin fudhachuu qabda. ➤5. Hunduu eenyu akka ta'e sitti agarsiisa, yeroo qofa kenniif. ➤6. Gaafa of kunuunsitu ofitti nagaa argatta. ➤7. Akka gaariitti of kunuunsuu kee mirkaneessi; wanti si mudatus addunyaan itti fufti. ➤8. Namni dhimma itti bahu hin jiru, guyyaa guyyaan fooyya'aa ta'uuf cimtee hojjedhu. ➤9. Abjuu ofii ijaaruuf yoo hin hojjenne namni si qacaree kaayyoo isaa galmaan gahuuf humna siif kenna. ➤10. Gorsa hawaasaa jalaa of bilisoomsi, irra caalaan isaanii waan hojjetan hin beekan. ➤11. Waggaan 30 yeroo dheeraa waajjira keessa taa'anii maal akka gootan itti himamuudha. Waan gootu ofitti himuu jalqabuu qabda. ➤12. Jireenya keessatti bakka barbaadde yoo hin jirre gorsa irra deddeebitee namoota irraa fudhachuu hin qabdu. Yoo ogeeyyii ta'an malee. ➤13. Yoo namni waa'ee kee homaa hin beekne jireenya 100% fooyya'aa jiraachaa jirta. ➤14. Oduu ilaaluu dhiiftee siyaasa dhimma kee keessaa yeroo kaaftu (hojii ofii keetii yoo ta'e malee ykn karaa gaariin si hin fayyadne yoo ta'e malee) dachaa 10n qaroo taata. ➤15. Akkasumas carraa mataa keetii uumuuf qaroo ta'uu qabda, carraan sitti dhufu hin eegin. ✅Yoo sitti tole ✅ hordofaa ✅Sherrrrr godhaa By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218
🌟 Yaadadhu: "Mukti yeroo kufu sagalee guddaa qaba; yeroo guddatu garuu callisee guddata. Atiis akkuma mukaa sanaa, sagalee b
🌟 Yaadadhu: "Mukti yeroo kufu sagalee guddaa qaba; yeroo guddatu garuu callisee guddata. Atiis akkuma mukaa sanaa, sagalee baay'ee uumuu irra guddina kee callisaan ijaari. Guyyaan bu'aan kee mul'atu ni dhufa; yeroo sana hojii kee jechuun isaa ni danda'ama malee ati of jajuu hin barbaachisu." #Guddina Kee Callisaan Taasisi #OfIjaari #Milkaa'ina #Jijjiirama #Kaayyoo #ObsaaFiHojii 🌱💪✨ By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218

Dr.Chala
15 218
Hojii gaarii gufuutu itti heddumaata....!! Kanaaf Jabaachuu sirraa egamaa 💪
Hojii gaarii gufuutu itti heddumaata....!! Kanaaf Jabaachuu sirraa egamaa 💪

Dr.Chala
15 218
photo content

Dr.Chala
15 218
Akka namoota waliin ooltuu taata. Eenyu waliin yeroo akka dabarsitu of eeggannoodhaan filadhu. Namoonni ati yeroo kee waliin dabarsitu, yaada kee, amala kee fi kallattii jireenya kee irratti dhiibbaa guddaa qabu. Kanaaf, nama sirrii waliin yeroo dabarsuun murteessaadha. Kana armaan gaditti bal’inaan haa ilaallu👇❤️ 1. Namoota si jajjabeessan filadhu Namoonni si jajjabeessan yeroo ati rakkattu si utubuu, yeroo ati yaada haaraa fiddu si deeggaru. Isaan kun jireenya kee keessatti ifa fi kaka’umsa siif ta’u. Yoo yeroo hunda namoota akkasii waliin oolte, ati ofi kees ni fooyyessa, kaayyoo kees itti si fufa. 2. Namoota si jallisuu fi si miidhan irraa fagaadhu Namoonni yeroo hunda yaada hamaa, komii fi mufannaa qofaan guutaman, siis gara yaada akkasii harkisuu danda’u. Akkasumas, namoota si xiqqeessan ykn dandeettii kee irratti amantaa hin qabne irraa of eeggachuun barbaachisaadha. 3. Namoota kaayyoo qaban waliin yeroo dabarsi Namoonni kaayyoo fi karoora jireenyaa qaban si kakaasu. Isaan kun akka ati illee waan guddaa yaaddu fi hojjettu si taasisa. Waliin isaanii yeroo dabarsuun, jireenya kee keessatti fuulduratti tarkaanfii guddaa akka fudhattu si gargaara. 4. Namoota amala gaarii qaban filadhu Amanamummaa, kabaja, dhugaa dubbachuu fi tokkummaa kan qaban waliin ooluun amala kee illee ni tolcha. Namoonni amala gaarii qaban si keessatti illee amala gaarii uumu. 5. Yeroo kee sirriitti to’achuu baradhu Namoota kam waliin yeroo dabarsitu qofa osoo hin taane, yeroo meeqa fi akkamitti waliin dabarsitu illee murteessaadha. Yeroo kee sirnaan fayyadamuun jireenya kee jijjiiruu danda’a. Kanaafuu,  namoota si waliin jiran filachuun murtee jireenya kee jijjiiru keessaa isa guddaadha. Namni ati waliin ooltu gara fuuldura kee si geessa ykn si duubatti harkisa kana sirriitti ilaali. Guddaa Galatoomaa yaa nama koo 👇👇👇👇👇👇👇 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 218

Dr.Chala
15 218
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore

Dr.Chala
15 218
Waan yeroon isa furuuf jirtuuf abdii walirratti hin kutinaa.
Waan yeroon isa furuuf jirtuuf abdii walirratti hin kutinaa.