es
Feedback
Dr.Chala

Dr.Chala

Ir al canal en Telegram

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Dr.Chala

El canal Dr.Chala (@chalaabdi) en el segmento lingüístico de Javanés es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 15 067 suscriptores, ocupando la posición 1 634 en la categoría Medicina y el puesto 306 en la región Finlandia.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 15 067 suscriptores.

Según los últimos datos del 24 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -167, y en las últimas 24 horas de -5, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 15.61%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 4.34% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 2 355 visualizaciones. En el primer día suele acumular 655 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 19.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 25 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Medicina.

15 067
Suscriptores
-524 horas
-667 días
-16730 días
Archivo de publicaciones
Dr.Chala
15 067
Kabajamtootaa hordoftootaa koo Kotaa tajaajila keenya Qulqullinaa qabuu argadhaa 24hrs mana Qorichaa ammayaa'ee fi tajaajilaa Qulqullinaa ol'aanaa qabuu argaadha

Dr.Chala
15 067
Akka Mana Barumsa #Kaarra_Milleetti kutaa 8ffaa keessa Akka Shamarraniiti #1ffaa akka wali galatti Sadarka 3ffaa qabatee jirt
+2
Akka Mana Barumsa #Kaarra_Milleetti kutaa 8ffaa keessa Akka Shamarraniiti #1ffaa akka wali galatti Sadarka 3ffaa qabatee jirtii.Inshaa Allah Bakka Eebba Kanaas akka geessuu Abdiin sirraa qabaa Insha Allah. #Congratulations

Dr.Chala
15 067
Akka Mana Barumsa #Kaarra_Milleetti kutaa 8ffaa keessa Akka Shamarraniiti #1ffaa akka wali galatti Sadarka 3ffaa qabatee jirt
+2
Akka Mana Barumsa #Kaarra_Milleetti kutaa 8ffaa keessa Akka Shamarraniiti #1ffaa akka wali galatti Sadarka 3ffaa qabatee jirtii.Inshaa Allah Bakka Eebba Kanaas akka geessuu Abdiin sirraa qabaa Insha Allah. #Congratulations

Dr.Chala
15 067
Firii tapha har'a galgala saatii 4:00 irratti Ispeen fi Arjantiinaa gidduutti taasifamu tilmaamaa! Namoota firiisaa dursanii
+2
Firii tapha har'a galgala saatii 4:00 irratti Ispeen fi Arjantiinaa gidduutti taasifamu tilmaamaa! Namoota firiisaa dursanii sirriitti tilaaman 5f, tokkoon tokkoon isaaniitiif badhaasa kaardii moobaayilaa birrii 200 qopheessinee jirra. Badhaafamaa ta'uuf: 1. Fuula Feesbuukii keenya Follow godhaa Dr.Chala 2. Maxxansa (post) kana like/react godhaa. 3. Fuula Feesbuukii keenya namoota biroof qoodaa (share) godhaa. 4. Tilmaama keessan saanduqa yaadaa (comment section) fuula Feesbuukii keenyaa qofa irratti barreessaa. 5. Yaanni (comment) ergamee booda sirreeffame (edit godhame) fudhatama hin qabu. 6. Seeraa fi danbiin dorgommichaa hojiirra ni oola. 7.Ariifadhaa hirmaadhaa! Yeroo taphichi jalqabu yaadnni nii cufama. ❌️NAMNI SHARE HIN GODHIN HIN BADHAAFAMU መልካም እድል! Carraa gaarii!

Dr.Chala
15 067
Namoonni sadi(3) addunyaa kana irra Baay'ee miidhamoodha na amani 1ffa Nama Garaa Namaaf Laafu🤗 2ffa Nama Namaaf Yaadu🤔🥹 3
Namoonni sadi(3) addunyaa kana irra Baay'ee miidhamoodha na amani 1ffa Nama Garaa Namaaf Laafu🤗 2ffa Nama Namaaf Yaadu🤔🥹 3ffa Nama dhugaa dubbatu 🗣😌 Garuu ati Namni si jibbeef Isa hin jibbin  Haga dandeessuun ofitti qabi😊 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 067
Dargaggeessi tokko jaarsa ogeessa qoruuf mala baafate. Simbirroo xiqqoo tokko harka isaa keessatti qabatee, akkana jedhee gaa
Dargaggeessi tokko jaarsa ogeessa qoruuf mala baafate. Simbirroo xiqqoo tokko harka isaa keessatti qabatee, akkana jedhee gaafate: “Simbirroon harka koo keessa jirtu kun lubbuun jirtii moo duuteetti?” Kaayyoon dargaggeessaa sanaa garuu ifaadha. Yoo jaarsi sun “Lubbuun jirti” jedhe, harka isaa cufee simbirrittii ajjeesuuf yaade; yoo immoo “Duuteetti” jedhe, harka isaa banee simbirrittii gadhiisee akka balaliitu gochuuf yaade. Haala kamiinuu jaarsa sana dogoggorsuu fi salphisuuf mala qopheeffatee ture. Jaarsi sun garuu mala dargaggeessaa sanaa battalumatti hubatee akkana jedheen: “Ilma koo, deebiin gaaffii kanaa harka kee keessa jira.” Yeroo baayʼee namoonni tokko tokko dhimma isaan irratti murtee isaanii duraan murteessan ilaalchisee yaada kee akka barbaadan fakkeessu. Garuu kaayyoon isaanii dhugumaan yaada kee dhagaʼuu osoo hin taʼin, si qoruuf, si dogoggorsuuf yookaan dogoggora kee barbaaduuf taʼuu dandaʼa. Kanaaf, mala isaanii keessatti hin kufin; hubannaa fi ogummaadhaan deebii keenefi By Dr.Chala

Dr.Chala
15 067
Namni kan sitti hin hinaafne gaafa ati rakkatte qofa dha.
Namni kan sitti hin hinaafne gaafa ati rakkatte qofa dha.

Dr.Chala
15 067
photo content

Dr.Chala
15 067
Yeroo Hojjechuu qabdutti yoo hin hojjanne, yeroo kolfuu qabdutti boossa jechuudha. Kanaaf tattafadhu! ■ Sobdee deebitee immoo maqaa waaqatiin hin kakatini yakki tokko si ga'a. ■ Nama si sobu maalif akka si sobu hin gaafatin. Sababni isaas gaaffi kee deebisuuf soba biraa soba waan ta'eef. ■ Oduu Kuntaala 1 odeessaa oolu irra Hojii kilo 1 hojjattee yoo agarsiiste siif wayya. Kanaaf Xiqqoo haasa'i baay'ee hojjadhuu agarsiisi! ■ Gaarummaan ati har'a hojjattu Galaa kee borii siif ta'a. Kanaaf Jal'ina lafa kaa'ii waan gaggaarii qofa facaafadhu! ■ Gaafa ol baatu warra sii gadii hin dagatin! Sababani isaas gaafa gadi buutu isaanuma deebitee argatta waan ta'eef. ■ Lubbuu kee waan hin taanen hin dhiphisin! Sababni isaas akka si darbuuf kan siif barreeffame sin argatu. Akka si argatuuf immoo kan siif barreeffame sin dhabuuti. ■ Namoonni tokko tokko akka axxiffannaati. Jireenya kee keessaa gaafa ba'an galata jedhi malee of hin goolin! ■ Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfuu kee keessa dhukkubni ati dhokfattu baay'eetu jiru. ■ Waan hunduma amanuu dhaaf hin ariifatin! Sababni isaas sobni dhugaa irraa ariifatee gurra si lixaati. ■ Nama balbala onnee kee rurrukutu hundumaaf ariifattee hin banin! Sababni isaas namni tokko tokko akka ijoollee balbala rurrukutee fiiguu jaallata waan ta'eef! ■ Namni kan sitti hin hinaafne gaafa ati rakkatte qofa dha. Gaafa milkaa'inni kee baay'atu hinaaftonni kees lakkoofsan danuu dha. kanaaf si hin dinqin! ■ Nama tokko yeroo jaallattu amma argattutti utuu hin taane amma dhumaatti jaaladhu! Isa har'a akka salbaajii uffatanii boru baafatan dhiisi! ■ Gaafa qabeenya argattu Uumaa kee yaadadhu! Qabeenyi hiyyummaa irraa malee du'a irraa si hin oolchu waan ta'eef. ■ Dandeetti kee kan agarsiisuu qabdu warra si dinqisifatanitti utuu hin taane warra si tuffatanitti haa ta'u! ■ Saree yoo si ciniinte deebitee hin ciniintu. Akkuma kana namoota jal'ina si irratti yaadanis tuffadhuutii bira darbi! Isaan irra wayyaa'uu kee itti agarsiisi! ■ Nama gaarii yaaduuf gaarii hojjatu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni si dhabu immoo jira. ■ Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu! ■ Maaliif sitti fakkaata Daawwitiin konkolaataa inni duuba agarsiisu xiqqaatee inni fuuldura agarsiisu kan guddaa ta'eef... Isa dudduubaa irra inni fuulduraa waan caalufi dha. ■ Atis Boriin kee har'aaf kaleessa kee caala wan ta'eef kaleessa kee xiqqoo xiqqoo yaadachaa borii kee fageessii ilaali! ■ Kufuu kee caalaa shakkuu keetu Abjuu kee borii dukkaneessa. Kanaaf abdii horadhuu tiradhu ka'i karaa kee itti fufi! ■ Dhalli namaa kan inni hin dabarre guyyaa du'a isaa qofa dha. Guyyaan kun Waaqayyo wajjin ni darbama jabaadhu! ■ Amma hin dhaabbannetti tirachaa deemaa jirta taanan iddoo yaadde inuma geessa. Kanaaf dhaabbachuu irra tirachuun ni caala. ■ Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbachuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu! 👇🏾👇🏾👇🏾 Dr.Chala Yoo isnitti tolle like fi share gochuun Hiriyoota keessan nama jaalataanif share godhaa biraan geeyaa Galatoomaa ♥️

Dr.Chala
15 067
Bakka Rabbiin siif akeeke gahuun dirqama .... Alhamdulillah 🤲☝️
Bakka Rabbiin siif akeeke gahuun dirqama .... Alhamdulillah 🤲☝️

Dr.Chala
15 067
🗣️ Yaada guddinaa kee guddisuuf tarkaanfiiwwan muraasni fudhachuu dandeessu kunooti. 1. Kufaatii akka carraatti ilaali. Yero
🗣️ Yaada guddinaa kee guddisuuf tarkaanfiiwwan muraasni fudhachuu dandeessu kunooti.  1. Kufaatii akka carraatti ilaali. Yeroo wanti karaa kee hin deemne akka muuxannoo barumsaatti yaaduuf yaali. 2. Ofii keef dammaqiinsa uumi. Ciminaa fi hanqina kee hubachuuf yaali! Bakka guddinni barbaachisu irratti xiyyeeffachuu akka dandeessuuf ilaalcha suuraa guddaa qofa fudhadhu. 3. Barnoota umurii guutuuf qophaa'i. Tarkaanfiin imala fayyaa keessanii hunduu yeroo itti aanutti akkamitti akka fooyya’aa ta’e barachuuf carraadha. 4. Qormaata fudhadhu. Jijjiiramni ulfaataadha. Tokkoon tokkoon gufuu ati qaxxaamurtu dandeettii fi tooftaa haaraa akka guddifattu si gargaara.  5. Injifannoo kabaji. Milkaa'inni xiqqaan jedhamu hin jiru! Jijjiiramni, barumsi yookiin yaadni gaariin kamiyyuu xiyyeeffannoo argachuu qaba. Yaada “Guddina malee guutuu ta’uu miti” jedhu hammadhu. Yaada kee jijjiiri; Amala kee jijjiirta! Share and react now➩ Dr.Chala Share and react now➩ Dr.Chala

Dr.Chala
15 067
nama tuffatte Naman ta'a jettee hin yaadiin
nama tuffatte Naman ta'a jettee hin yaadiin

Dr.Chala
15 067
Seera 10 Dhiirotaaf: 🧠🛡️ 1. Tasumaa eenyuunuu hin amanin, keessumaa #Durba boossu. 😁❌ 2. Hamma walitti dhufeenyi keessan lafa Ciniinutti, #Jaalallee kee maatii fi hiriyoota keetti hin beeksisiin. 🤝🛑 3. Qofaa kee jiraachuu bari; namoonni si bukkee jiran yeroo kamiyyuu #jijjiiramuu ykn si dhiisanii deemuu danda'u. 👤⏳ 4. Yeroo fi Qarshii kee of irratti Hojjedhu(#invest) malee, namoota gatii hin qabne irratti hin gubiin. 📈💰 5. Warra si ganan ykn dugda duubaan si #waraanan waliin tasumaa deebitee michummaa hin Uumiin. 🐍❌ 6. Iccitii kee fi haala #Maallaqaa kee dhoksaa godhadhu; Namni baay'een Dhimma sitti bahuu barbaada.🔒💸 7. Tasumaa #Kophummaan kee gara namoota si tuffatanii fi si xiqqeessanitti akka si hin deebisne of eeggadhu. 🚶‍♂️🛡️ 8. Miira kee to'adhu; aariin #daqiiqaa tokkoo Gadda waggoota baay'ee uumuu danda'a. 🧠🧊 9. Qaama kee, sammuu kee fi dinagdee kee ijaari; karaa hundaan #jireenya keessatti filannoo dabalataa siif kenna. 💪📈 10. Oduu irratti Osoo hin taane Gocha irratti #xiyyeeffadhu; namoonni gocha isaaniitiin fedha isaanii isa dhugaa agarsiisu. 👁️📣 #LIKE #FOLLOW #SHARE🙏 Dr.Chala ✍️

Dr.Chala
15 067
photo content

Dr.Chala
15 067
Oduu Gammachiisaa Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa ##karamilee hundaaf Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu biraa Argattu ✅️Qoricha Rakkoo Qaama saalaa dhiiraa . ✅️Kununsaa gogaa. ✅️Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii. ✅️Kununsaa rifeensa. ✅️Qulqullina dhuunfaa . ✅️Vitaaminoota fi Albuudota . ✅️Kununsaa nyaataa . ✅️Dibata miidhagina . ✅️Kununsaa daa'immanii ✅️Kununsaa haadhoolee ulfaa. ✅️Gorsa fayyaa barbaachisaa ✅️Qoricha dhukkuboota hundaaf ✅️Gorsa haadhoolee ulfaa fi Daa'imaanni Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaa Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa Magalaa #karamilee keessatti Buna Jira. Kanaaf namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu. *** Tajaajila keenyaa namoota barbaadan qamanni ta'ee kara mijatu hundan haala isaanii mijjesaa jiraa issnii hawaasaa koo tajaajila fayyaa Qulqullina qabuun tajaajiluuf 24-hour qophii godhaa jiraa.

Dr.Chala
15 067

Dr.Chala
15 067
Jireenya kee keessatti nama lama gonkumaa hin dagatin: 1) Nama akka injifattu qofaaf waan hunda dhabe. 2) Nama dhukkubbii hun
Jireenya kee keessatti nama lama gonkumaa hin dagatin: 1) Nama akka injifattu qofaaf waan hunda dhabe. 2) Nama dhukkubbii hunda keessatti si waliin ture. By Dr.Chala

Dr.Chala
15 067
Namoonni Yeroo Si midhaan Yeroo: 1. Guddachaa kee yeroo si argan. 2. Caalaatti nama hawwachuu kee yeroo Argan. 3. Ofii keetii
Namoonni Yeroo Si midhaan Yeroo: 1. Guddachaa kee yeroo si argan. 2. Caalaatti nama hawwachuu kee yeroo Argan. 3. Ofii keetiin gammaduu kee yeroo argan. Akka issaa caaltuu kan Barbaaduu Abba kee Qofa broo..👂 Gaarii hojjechuu, waan gaarii yaaduu fi waan gaarii hawwachuu itti fufi... Namoonni sirrii fi humni sirrii ta’e akkasitti karaa kee dhufa.

Dr.Chala
15 067
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore