uk
Feedback
Dr.Chala

Dr.Chala

Відкрити в Telegram

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Dr.Chala

Канал Dr.Chala (@chalaabdi) у мовному сегменті Яванська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 15 332 підписників, посідаючи 1 602 місце в категорії Медицина та 290 місце у регіоні Фінляндія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 15 332 підписників.

За останніми даними від 13 червня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -324, а за останні 24 години на -13, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 10.89%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 4.28% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 1 670 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 656 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 12.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 14 червня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Медицина.

15 332
Підписники
-1324 години
-707 днів
-32430 день
Архів дописів
Dr.Chala
15 332

Dr.Chala
15 332
Hojii gaarii gufuutu itti heddumaata....!! Kanaaf Jabaachuu sirraa egamaa 💪
Hojii gaarii gufuutu itti heddumaata....!! Kanaaf Jabaachuu sirraa egamaa 💪

Dr.Chala
15 332
photo content

Dr.Chala
15 332
Akka namoota waliin ooltuu taata. Eenyu waliin yeroo akka dabarsitu of eeggannoodhaan filadhu. Namoonni ati yeroo kee waliin dabarsitu, yaada kee, amala kee fi kallattii jireenya kee irratti dhiibbaa guddaa qabu. Kanaaf, nama sirrii waliin yeroo dabarsuun murteessaadha. Kana armaan gaditti bal’inaan haa ilaallu👇❤️ 1. Namoota si jajjabeessan filadhu Namoonni si jajjabeessan yeroo ati rakkattu si utubuu, yeroo ati yaada haaraa fiddu si deeggaru. Isaan kun jireenya kee keessatti ifa fi kaka’umsa siif ta’u. Yoo yeroo hunda namoota akkasii waliin oolte, ati ofi kees ni fooyyessa, kaayyoo kees itti si fufa. 2. Namoota si jallisuu fi si miidhan irraa fagaadhu Namoonni yeroo hunda yaada hamaa, komii fi mufannaa qofaan guutaman, siis gara yaada akkasii harkisuu danda’u. Akkasumas, namoota si xiqqeessan ykn dandeettii kee irratti amantaa hin qabne irraa of eeggachuun barbaachisaadha. 3. Namoota kaayyoo qaban waliin yeroo dabarsi Namoonni kaayyoo fi karoora jireenyaa qaban si kakaasu. Isaan kun akka ati illee waan guddaa yaaddu fi hojjettu si taasisa. Waliin isaanii yeroo dabarsuun, jireenya kee keessatti fuulduratti tarkaanfii guddaa akka fudhattu si gargaara. 4. Namoota amala gaarii qaban filadhu Amanamummaa, kabaja, dhugaa dubbachuu fi tokkummaa kan qaban waliin ooluun amala kee illee ni tolcha. Namoonni amala gaarii qaban si keessatti illee amala gaarii uumu. 5. Yeroo kee sirriitti to’achuu baradhu Namoota kam waliin yeroo dabarsitu qofa osoo hin taane, yeroo meeqa fi akkamitti waliin dabarsitu illee murteessaadha. Yeroo kee sirnaan fayyadamuun jireenya kee jijjiiruu danda’a. Kanaafuu,  namoota si waliin jiran filachuun murtee jireenya kee jijjiiru keessaa isa guddaadha. Namni ati waliin ooltu gara fuuldura kee si geessa ykn si duubatti harkisa kana sirriitti ilaali. Guddaa Galatoomaa yaa nama koo 👇👇👇👇👇👇👇 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 332

Dr.Chala
15 332
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore
gorsa Ogeessa fayyaa maalee Qorichaa kamiyyuu hin fayyadaminaa 💊💯 By Dr.Chala @joined #Biftudrugstore

Dr.Chala
15 332
Waan yeroon isa furuuf jirtuuf abdii walirratti hin kutinaa.
Waan yeroon isa furuuf jirtuuf abdii walirratti hin kutinaa.

Dr.Chala
15 332
Repost from Dr.Chala
Gaafa Boosse Osoo hin taane Gaafa moote Mirgi kee kabajama.💪 By Dr.Chala
Gaafa Boosse Osoo hin taane Gaafa moote Mirgi kee kabajama.💪 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 332
👂GORSA BARBAACHISOO TA’AN Waadaa kee eegdee mul'ata kee galmaan ga'uuf namoota huunda booda rafi, hunda durammoo barii barra
👂GORSA BARBAACHISOO TA’AN Waadaa kee eegdee mul'ata kee galmaan ga'uuf namoota huunda booda rafi, hunda durammoo barii barraaqaaan ka'i Namni baayyeen erga ati milkoofte harka siif rukuta malee yeroo ati imala milkii abju’atuu kan sitti qoosutu baayyata Kanaafuu wacaa fi qoosaa namoota abjuunkee hin galleefi waliin yerookee hin gubiin fulduratti tarkaanfadhu. Abjuunkee sitti mul’ate malee nama biraatti miti, namootni naannookee jiran yoo danda’an si haa gargaaran yoo dadhaban sirraa haa callisan itti himi. Abjuunkee garuu guddaa fi kan si sodaachisu tahuu qaba, milkaa’uun isaa garuu tasuma hin oolu Egaa gaafa ati Mul'ata kee hojiitti hiikuuf kaatu mul'anni kee namoota gosa lama si faana sochoosa 1ffaa. Namoota mul'ata kee si jaallatanii,mul'ata kee deeggaran siif kaasa, 2ffaa. Namoota mul'ata warraa faallaa kee deemuun siins mul'ata kee awwaaluu barabaadan immoo sirratti kaasa. Kanafuu obbolee koo namoota si faana socho'an addaan baafacha adeemi. Kun qajeelfama milkaa'inaa kee isa tokkoodha .

Dr.Chala
15 332
Namni si wajjiin jiraachuu haqa godhatu...; ✍ Nama kabaja siif qabu; nama bakka guddaa siif qabu; nama jaalala dhugaa siif qo
Namni si wajjiin jiraachuu haqa godhatu...; ✍ Nama kabaja siif qabu; nama bakka guddaa siif qabu; nama jaalala dhugaa siif qoodu. ✍ Nama akka ati addunyaa kana bifa addaatiin laaltu si godhuudha.... ✍ Nama yeroo ati gammaddu, sima wajjiin isas gammachuun qalbii guuttu... yoo ati gaddaan miidhamtu... gaddi akka galaanaatti Isa liqimsu. ✍ Nama inni si wajjiin jiraachuun ilma namaa hundarraa si duroomsu; nama osoo isa qofa argadhee, addunyaa tanarraa nama biraa hin barbaadu si jechisiisu... ✍ jireenyi inni si wajjiin jiraatu, Akka Roobni dachee jiisutti qalbii tee tan goggogde jiisu.. ✍ Nama yeroo boqonnaa isaa sitti dhufu osoo hin taane.. nama sitti dhufuudhaan boqonnaa argatu; nama si argachuun isa boqonnaa isaaf tahu. ✍ Nama yeroo barbaaddetti; bakka barbaaddetti; Akka barbaaddetti argachuu dandeessu. ✍ Nama yeroo ati fagaatte si barbaadu; nama yeroo ati miidhamte si gaafatu... nama yeroo kamuu si dagachuu hin dandeenye. ✍ Nama tokkos akka hin komanne... ____itti fufa. Rabbiin siif haa hiru... By Dr.Chala

Dr.Chala
15 332
Dargaggeessa taatee wantoota gochuu hinqabne... Abjuun kee waa'ee durbaa hin ta'in. maallaqa kee durba gammachiisuuf hin ball
Dargaggeessa taatee wantoota gochuu hinqabne... Abjuun kee waa'ee durbaa hin ta'in. maallaqa kee durba gammachiisuuf hin balleessin. Ofii beekamuuf jettee hiriyaa kee hin cunqursin. Yeroo kee online irratti hin gubinni. By Dr.Chala

Dr.Chala
15 332
AKKAMITTI JIREENYA KEE QOFAA SIRREESSUU DANDEENYA 1. Dursa hojii guyyaa guyyaa kee sirreessaa Dursitee dammaqi. Sirritti rafuu. Qaama kee sochoosi. Nyaata gaarii nyaadhaa. Amalli xixiqqoo callisee jireenya kee guutuu deebisee ijaara. 2. Jireenya keetif itti gaafatamummaa guutuu fudhadhu Yeroo ati namoota komachuu, yeroo, carraa, ykn haala... humni kee inni dhugaan jalqaba. 3. Wantoota yaada namaa jeequu fi sagalee sammuu balleessuu Garmalee scrolling, yaadonni, negativity fi stimulation suuta suutaan ifaafi xiyyeeffannoo kee duumessa. 4. Kaka’umsa irratti hundaa’uu dhiisanii naamusa ijaaruu Yeroo hundumaa kakaʼumsi sitti hin dhagaʼamu. Jijjiiramni dhugaa kan ta'u yeroo ati akkanumatti mul'achuu itti fuftedha. 5. Naannoo kee qulqulleessuu fi qindeessuu Iddoon jeequmsaa yeroo baayyee sammuu jeequmsaa uuma. Salphaa fi sirni keessoo tasgabbaa’aa uumuuf gargaara. 6. Yaada keetiin kophaa taa'uu baradhu Callisuun akkaataa, madaa, sodaa fi dhugaa mul’isa yaada namaa jeequ si jalaa dhokachuu itti fufa. 7. Guddina xixiqqoo wal irraa hin cinne irratti xiyyeeffadhu Jireenya kee guutuu halkan tokkotti jijjiiruun si hin barbaachisu. Murtoon fayya qabeessa tokko guyyaa guyyaan irra deddeebiin jijjiirama uuma. 8. Humna kee of eeggannoodhaan eegi Namoonni tokko tokko haalawwan ciccimoo taʼan caalaa saffisaan nagaa kee dhangalaasu. Fageenyi yeroo tokko tokko fayyinaaf barbaachisaadha. 9. Yeroo mudaa hin qabne eeguu dhiisi Namoonni baay’een “qophaa’ummaan itti dhaga’amuuf” waggootaaf jijjiirama tursiisu. Guddinni kan jalqabu yeroo ati mudaa hin qabneen jalqabdudha. 10. Fuuldura kee osoo ijaaruu sammuu kee fayyi Milkaa'inni nagaa keessaa malee ammallee duwwaa ta'ee itti dhagahama. Jireenya kee isa alaa fi addunyaa kee keessaa irratti hojjedhu. 11. Waadaa ofiif galte eegi Yeroo waadaa mataa keetii hordoftu hundatti ofitti amanamummaan kee suuta suutaan cimaa deema. 12. Bashannana qofa nyaachuu dhiistee ogummaawwan gatii guddaa qaban baradhu Akkuma dandeettii guddaa qabaatteen jireenyi humna dhabuun sitti dhagahama. 13. Yeroo ofii namoota biroo wajjin wal bira qabuuf dabarsuu xiqqaa Wal bira qabuun abdii kutannaa uumuu fi imala mataa keetii irraa xiyyeeffannoo hata. 14. Namoota yeroo hunda nagaa kee booressan gadi dhiisi Namni hundinuu jireenya kee, humna kee fi miira kee daangaa malee argachuun isaaf hin malu. 15. Dhugaawwan hin mijoofne amanamummaadhaan fudhadhu Guddinni bakka haaluun itti xumuramutti jalqaba. Dhugaawwan ciccimoon yeroo baay’ee boqonnaa guddaa uumu. 16. Guyyaa guyyaan sammuu kee leenjisuu Xiinxaluun, xiinxaluun, joornaalii, sammuu fi hubannoon yeroon darbee miiraan si cimsa. 17. Madda tasgabbii mataa keetii ta'i Namoonni ciccimoon yeroo rakkisaa taʼetti akkamitti akka of jajjabeessan, of qajeelchan, akkasumas of jiraachisan baratu. 18. Jireenyi kee ammallee guutummaatti jijjiiramuu akka danda'u amani Namoonni baay’een amala wal irraa hin cinne, adabbii, fayyinaa fi obsaan jireenya isaanii callisanii jijjiiru. Deebitee of ijaaruuf tuuta tuuta si hin barbaachisu. Amanamummaa si barbaachisa. Haala walfakkaatuun kan itti fufu. Naamuusa. Of beekuu. Akkasumas hamilee yeroo muraasaaf kophaa isaanii itti fufuu. Sababni isaas yeroo tokko tokko... nama dhumarratti lubbuu kee oolchu sidha. #Of Guddina #Nagaa Keessaa #Ilaalcha dhaabbataa nama tokkoo

Dr.Chala
15 332
photo content

Dr.Chala
15 332
Oduu Gammachiisaa Hordoftoota fi jaallattootaa koo hundaaf #ManaqorichaaBiiftuu Tajaajila Qulqullina ol'aanaadhan hawaasa kee
Oduu Gammachiisaa Hordoftoota fi jaallattootaa koo hundaaf #ManaqorichaaBiiftuu Tajaajila Qulqullina ol'aanaadhan hawaasa keenyaaf kennuuf hojjeechaa waan jiruuf koota Tajaajila keenyaa qulqullina qabuu Argaadha Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu biraa Argattu ✅️Kununsaa gogaa. ✅️Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii. ✅️Kununsaa rifeensa. ✅️Qulqullina dhuunfaa . ✅️Vitaaminoota fi Albuudota . ✅️Kununsaa nyaataa . ✅️Dibata miidhagina . ✅️Kununsaa daa'immanii ✅️Kununsaa haadhoolee ulfaa. ✅️Gorsa fayyaa barbaachisaa ✅️Qoricha dhukkuboota hundaaf ✅️Gorsa haadhoolee ulfaa fi Daa'imaanni Tajaajila Fayyaa quubsaa fi qulqullina ol'aanaa qabuu argaadha #Biftudrugshop #karamilee #qoricha #Biftudrugshop Nuu qunamaa tajaajila Fayyaa Qulqullinaa ol'aanaa qabuu argaadha #ManaaQorichaaBiiftuu

Dr.Chala
15 332
Oduu Gammachiisaa Hordoftoota fi jaallattootaa koo hundaaf #ManaqorichaaBiiftuu Tajaajila Qulqullina ol'aanaadhan hawaasa kee
Oduu Gammachiisaa Hordoftoota fi jaallattootaa koo hundaaf #ManaqorichaaBiiftuu Tajaajila Qulqullina ol'aanaadhan hawaasa keenyaaf kennuuf hojjeechaa waan jiruuf koota Tajaajila keenyaa qulqullina qabuu Argaadha Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu biraa Argattu ✅️Kununsaa gogaa. ✅️Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii. ✅️Kununsaa rifeensa. ✅️Qulqullina dhuunfaa . ✅️Vitaaminoota fi Albuudota . ✅️Kununsaa nyaataa . ✅️Dibata miidhagina . ✅️Kununsaa daa'immanii ✅️Kununsaa haadhoolee ulfaa. ✅️Gorsa fayyaa barbaachisaa ✅️Qoricha dhukkuboota hundaaf ✅️Gorsa haadhoolee ulfaa fi Daa'imaanni Tajaajila Fayyaa quubsaa fi qulqullina ol'aanaa qabuu argaadha #Biftudrugshop #karamilee #qoricha #Biftudrugshop Nuu qunamaa tajaajila Fayyaa Qulqullinaa ol'aanaa qabuu argaadha #ManaaQorichaaBiiftuu

Dr.Chala
15 332
MIIDHAAWWAAN (side effects) QORICHA ULFA ITTISUUF FUDHATAMAN IRRAA DHUFUU DANDA'AN ***&********* Kiniinni (qorichi) ulfa ittisuuf fudhataman gosa hormoonii istroojinii fi piroojestroonii jedhaman kan of keessaa qaban yoo tahu , ulfa ittisuu irraa alatti darbee darbee rakkoo garaagaraaf nama saaxiluu ni danda’u. *Marsaa laguu gidduutti dhiiga xixiqqaa ofirratti arguu (spotting or breakthrough bleeding) *Ol ol jechuu *Dhukkubbii harmaa *Bowoo mataa isa salphaa akkasuma bowoo mataa daanaa (migraine headache) isa jedhamuuf saaxila baasuu danda'a *Ulfaatina qaamaa dabaluu *Miiraa gegeddaramaa (mood changes) akkasumas mukaa’ummaafis (depression)ni saaxila *Marsaa laguu hambisuu *Hirdhachuu fedhii walqunnamtii saalaa ( decreased libido) *Rakkoowwaan hormoonii garaagaraa qaamaa keessaa jeequu kanneen akka taayirooyidii. *Qaamni saalaa dubaraa goguu (vaginal dryness) kunis sababbii dhangala’an qaama saalaa dubaraa irraa maddu hirdhatuuf *Ulfa gadameessa alatti uumammu (ectopic pregnancy) fi rakkoo isaan walqabatan kanneen akka dhala dhabuu. HUBACHIISA: Kaayyon maxxansa kanaa wanti hubatamuu qabu yookin irra jiraatu qorchoota kanneen fayyadaamaa yookin hin fayyadaminaa jechaa hin jiru. Garuu miidhama (side effects) akkasii akka jiru akka beektaniif qofadha. Dabalatanis qorichi kamiyyuu akkuma fayidaa qabu miidhaa ofis ni qabaata, kunis akkasuma. Garuu miidhaa isaa osoo hin beekin fayyadamuu fi beekanii fayyadamuun daran adda dha. Galatoomaa! Page kana like , share fi invite gochuu hin dagatinaa! Dr.Chala

Dr.Chala
15 332
photo content
+1

Dr.Chala
15 332
Kabajamtootaa jaallattootaa fi hordoftoota kiyya qaqqaalii Guyyaa arraa hedduun gammade Facebookni kiyya hordoftoota 207K fol
+2
Kabajamtootaa jaallattootaa fi hordoftoota kiyya qaqqaalii Guyyaa arraa hedduun gammade Facebookni kiyya hordoftoota 207K followers yeroo muraasa keessatti seenee jira, jaalalaa fi kabaja natti agarsiiftaniif galanni keesaan guddaadha jecha isiniif hin qabu, Isin jaallatamtoota deemsi itti fufa,hanga isin na jaallattan caalaan isin jaalladha lammi tiyya hedduun gammade, warri naaf gammaddan gammachun keessan suuraa kana maxxansuun ibsadhaa Follow godhuun waan naa filannoo hundarra gaarii nuu godhataniif Galatoomaa 💯🙏🙏🙏 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 332
Kabajamtootaa jaallattootaa fi hordoftoota kiyya qaqqaalii Guyyaa arraa hedduun gammade Facebookni kiyya hordoftoota 207K fol
Kabajamtootaa jaallattootaa fi hordoftoota kiyya qaqqaalii Guyyaa arraa hedduun gammade Facebookni kiyya hordoftoota 207K followers yeroo muraasa keessatti seenee jira, jaalalaa fi kabaja natti agarsiiftaniif galanni keesaan guddaadha jecha isiniif hin qabu, Isin jaallatamtoota deemsi itti fufa,hanga isin na jaallattan caalaan isin jaalladha lammi tiyya hedduun gammade, warri naaf gammaddan gammachun keessan suuraa kana maxxansuun ibsadhaa Follow godhuun waan naa filannoo hundarra gaarii nuu godhataniif Galatoomaa 💯🙏🙏🙏 By Dr.Chala

Dr.Chala
15 332
MAALTU CARRAA MILKAA’INAA KEE XIQQEESSA? (Bashannana yeroo gabaabaa dhiisiiti jireenyaa kee ijaari) Namoonni hedduun dhugaa kana siif hin himan; garuu yeroo hunda dubartoota duukaa bu’uun, gammachuu yeroo gabaabaa qofaaf jiraachuu fi humna kee bashannana irratti fixuun, karaa nama milkaa’ina irraa fageessu keessaa isa guddaadha. Dargaggoonni keenya yeroo baay’ee: 💸 Maallaqa dubartii irratti baasuu, 🎁 Kennaa bituu, 🍷 Bashannanaaf yeroo fixuu akka “jireenya gammachuu” qabuu itti fakkaata. Garuu yeroo baay’ee kun jireenya hiyyummaa keessatti nama hidhuu danda’a. Naannoo kee ilaali… Dhiironni hedduun: ❌ Yeroo isaanii balleessan ❌ Maallaqa isaanii fixan ❌ Kaayyoo isaanii dhiisan Sababni kanaa irra guddaan dubartoota duukaa bu’uun malee of ijaaruu irratti hin hojjanne. Namoonni milkaa’an garuu: ✔️ Sammuu isaanii to’atu ✔️ Fedhii isaanii irratti to'annaa gochuuf dandeettii qabu ✔️ Kaayyoo isaanii irratti xiyyeeffatu 1️⃣ HUMNI KEE QABEENYA KEE GUDDAADHA Dhiirti milkaa’e tokko humna isaa bakka sirrii irratti fayyadameti beeki. Dubartoota duukaa bu’uun: ❌ Sammuu kee bittinneessa ❌ Kaayyoo kee laaffisa ❌ Yeroo kee balleessa Namni badhaadhina barbaadu humna isaa: 📚 Barnoota irratti 💼 Hojii irratti 📈 Daldala irratti 🧠 Of guddisuu irratti oolcha. 2️⃣ MAALLAQNI BASHANNANAAF BAASU QABEEENYA HIN TA’U Kennaa, affeerraa, imala fi bashannana irratti maallaqa hedduu fixuun yeroo baay’ee bu’aa waaraa hin qabu. Namni milkaa’u maallaqa isaa ✔️ Daldala irratti ✔️ Ogummaa irratti ✔️ Qabeenya irratti invest godha. 3️⃣ RAKKOON MIIRAA XIYYEEFFANNAA NI MIIDHA Hariiroon sirrii hin taane: ❌ Dhiphina sammuu ❌ Walxaxa sitti uumuun ❌ Hinaaffaa ❌ Yaaddoo uuma. Namni milkaa’uu barbaadu sammuu isaa nagaa keessatti tiksuu qaba. 4️⃣ MAQAAN KEE QABEEENYA Namni yeroo hunda dubartoota hedduu waliin beekamu: ❌ Amanamummaa dhabuu danda’a ❌ Carraa hojii fi daldalaa dhabuu danda’a Kabajni fi maqaan gaariin kabaja fi fudhatama sif kenna. 5️⃣ NAMNI DOGONGORAA SI DUUBATTI DEEBISA Namni hundi si wajjin walii galus dhiisus kaayyoo kee deeggara jechuu miti. Tokko tokko: ❌ Humna kee xuuxa ❌ Yeroo kee fixa ❌ Kaayyoo kee irraa si hambisa Kanaaf nama sirrii filachuun murteessaa dha. 6️⃣ BASHANNANAAN BAAY’ISUUN DADHABINA FIDA Namni yeroo hunda gammachuu salphaa barbaadu: ❌ Hojii cimaa irraa baqata ❌ Kaayyoo dheeraa irratti hin cimu Milkaa’inni: ✔️ Obsaa ✔️ Hojii cimaa ✔️ Of to’annoo gaafata 7️⃣ OF TO’ACHUUN HUMNA DHUGAATI Fedhii kee to’achuu jechuun: 🧠 Sammuu cimaa qabaachuudha 💪 Murtii sirrii murteessuudha 🎯 Kaayyoo irratti cimuudha 8️⃣ MUL’ATA NAMAATIF JIRAACHUUN HIR’IINA FIDA Namoonni tokko tokko nama gammachiisuuf: 🚘 Konkolaataa humna isaanii ol bitu 👕 Uffata qaalii uffatu 💳 Liqii keessa seenu Garuu badhaadhinni mul’ata irratti osoo hin taane murtii sirrii irratti ijaarama. 9️⃣ YEROO KEE EEGI ⏳ Yeroon qabeenya deebitee hin arganne dha. Sa’aatii dubartoota duukaa bu’uun fixxxe jechuun: ❌ Of ijaaruu irraa hafte ❌ Barachuu dhiifte ❌ Milkaa’ina irraa fagaatte jechuudha 🔟 DUBARTOOTA DUUKAA BU’UU DHIISI; KAAYYOO KEE DUUKAA BU’I Dhiirti dhugaa: ✔️ Kaayyoo qaba ✔️ Of irratti hojjeta ✔️ Maqaa gaarii ijaara ✔️ itti gaafatammana jireenyaa isaa dhaabe mul'isa. Humni dhugaan: Dubartoota hedduu qabaachuu miti; Jireenya kee to’achuu dha. ✍️ XUMURA IRRATTI: Bashannanni yeroo gabaabaa gammachuu fakkaachuu danda’a; garuu yeroo dheeraaf to'annaa jireenyaa keetii balleessuu danda’a. Humna kee, Yeroo kee, Maallaqa kee to’adhu. Of ijaari. Kaayyoo kee irratti hojjadhu. Milkaa’ina kee irratti xiyyeeffadhu. Filannoon si harka jirti. Horaa Bulaa!!! Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! By Dr.Chala