ch
Feedback
Dr.Chala

Dr.Chala

前往频道在 Telegram

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

显示更多

📈 Telegram 频道 Dr.Chala 的分析概览

频道 Dr.Chala (@chalaabdi) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 14 384 名订阅者,在 医学 类别中位列第 1 754,并在 芬兰 地区排名第 333 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 14 384 名订阅者。

根据 05 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -279,过去 24 小时变化为 -14,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.56%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.01% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 520 次浏览,首日通常累积 577 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 12。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.”

凭借高频更新(最新数据采集于 06 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 医学 类别中的关键影响点。

14 384
订阅者
-1424 小时
-697 天
-27930 天
帖子存档
Dr.Chala
14 384
Tarii maaltu beeka poostii kana like goote jireenyi kee jijjiramuu danda'aa🥹😁

Dr.Chala
14 384

Dr.Chala
14 384
Yaaddee jirtaa sister? Yeroo ati dureessa malee hin heerumu jettu ..obbolleessa kee isa hiyyeessa sanatti eenyutu heerumaree?🤔😳🙄

Dr.Chala
14 384
Brother😁 shamarran dhiiraa itti boonuu malee dhiiraa itti boo'a oolu hin jaallatuu! Imimmaan Kee hin buusiin🥲😁

Dr.Chala
14 384

Dr.Chala
14 384
✍️ Abjuun koo jireenya koo caalaa guddaadha, kanaafis ala caalaa of keessa jiraadha. Hayyootarraaa…! By Dr.Chala
✍️ Abjuun koo jireenya koo caalaa guddaadha, kanaafis ala caalaa of keessa jiraadha. Hayyootarraaa…! By Dr.Chala

Dr.Chala
14 384
Akkuma ati miidhame jattee yaaddu kaaniis anaatu miidhame ja'ee yaada. Waan nama irraa eeydu san ifiif tahii argami, ka kanar
Akkuma ati miidhame jattee yaaddu kaaniis anaatu miidhame ja'ee yaada. Waan nama irraa eeydu san ifiif tahii argami, ka kanarraa hafe immoo of miitee namaaf hin jiraatin, nama irraahiis galata eeydu xiqqeessi. Akkas yoo goote qofa nagiya argatta

Dr.Chala
14 384
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu
+2
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu akkas ta'ee , utuu akkas godhee jechurra har'uma itti fayyadami...! Utuun seenaahuf malee seenaaf hin taatuutii!!. 👉waan godhuu qabdu godhi. Karoora keetiifi hojiin kee akka wal hin dhabne godhi. Rakkoon siyaasa biyyattii hammaatus, karoorsuu malee hojjachuun ulfaatus abdii hin murin bakka karaan hin jirre keessa karaa barbaadi. numa carraaqi. Rabbiin gargaasifadhuutii. 👉waan jaalattu argachuuf jalqaba waan jibbitu wajjiin obsuu qabda!. By Dr.Chala

Dr.Chala
14 384
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu akkas ta'ee , utuu akkas godhee jechurra har'uma itti fayyadami...! Utuun seenaahuf malee seenaaf hin taatuutii!!. 👉waan godhuu qabdu godhi. Karoora keetiifi hojiin kee akka wal hin dhabne godhi. Rakkoon siyaasa biyyattii hammaatus, karoorsuu malee hojjachuun ulfaatus abdii hin murin bakka karaan hin jirre keessa karaa barbaadi. numa carraaqi. Rabbiin gargaasifadhuutii. 👉waan jaalattu argachuuf jalqaba waan jibbitu wajjiin obsuu qabda!. By Dr.Chala

Dr.Chala
14 384
Ati jaalladhu....innimmoo si haa jibbu Ati hojjedhuuf....inni immoo sirratti haa hojjetu Ati hiiki....inni immoo haa xaxuu At
Ati jaalladhu....innimmoo si haa jibbu Ati hojjedhuuf....inni immoo sirratti haa hojjetu Ati hiiki....inni immoo haa xaxuu Ati kabaji .....inni immoo si haa salphisu Ati jaji....inni immoo si haa hamatu Ati jajjabeessi...inni immoo si haa cabsu Ati mala dhahiif....inni immoo sirratti haa malu... Ati gaarummaakee itti fufi, inni hamaa sirratti godhus itti haa fufu.ati hamaa hamaan deebisuuf utuu hin taane hamaa gaariidhaan mo'uu amala abbaakeetu si keessa jira. Isa hamaa godhutti hin aariin, innis hojiisaa haa hojjetatu, atis gaarii gochuukee itti fufi..... By Dr.Chala

Dr.Chala
14 384

Dr.Chala
14 384
Ofirra xiyyeeyfadhu ! ♡ Dhiira yoo taate Namni qaamaafii kiisha kee irra lubbuu tee qofa jaalatu malaykaa du'aa qofa, inninuu
+2
Ofirra xiyyeeyfadhu !
♡ Dhiira yoo taate Namni qaamaafii kiisha kee irra lubbuu tee qofa jaalatu malaykaa du'aa qofa, inninuu si ajjeesuuf. ◇ Kanarraa kan hafe hundinuu faa'idaa isaaniitiin wal qabsiisaniiti si jaalatu, yoo si keessatti abdii takka hin argine namni gara galee si laalu hin jiru, ofirra xiyyeeyfadhu ! By Dr.Chala

Dr.Chala
14 384
photo content
+2

Dr.Chala
14 384
DHIIRA TAATE DHALACHUUN *** Dhiira taatee dhalachuun uumama, garuu dhiira taatee jiraachuun aarsaa si kaffalchiisa adeero, dh
DHIIRA TAATE DHALACHUUN *** Dhiira taatee dhalachuun uumama, garuu dhiira taatee jiraachuun aarsaa si kaffalchiisa adeero, dhiirti maqaa Qofaa miti ,Kan dhiirummaa isaa eeggatuudha ,yoo kufe ka'ee , yoo moo'ame irra deebi'ee yaala jadhu, isa Yeroo mara waa'ee isaa hasawu osoo taane, isa hojiin isaa maalummaa isaa ibsituudha. Dhiirummaan boo’uu dhabuu miti, booyullee imimmaan kee haqxee gara fuulduraatti deemuu danda'uudha dha.rakkoon feete yoo dhuftees 100% Tunis ni dabartii Kan of amansiisee , jireenya isaa akka itti fufu taasisuu danda'uudha. Kana hunda raawwatee, dhiirummaa isaa namni eeggatu, dhiira tahee jachuu dandeessa, ykn maqaa Qofa tahee hafaa maqaan dhiira jadhu san Kanaaf yoo dadhabde xiqqo boqodhu, imalli kee ni dheerataa, Ati rakkoo kee caalaa guddaadha, Ati kufaatii kee caalaa ol’aanaa dha, Ati har’a kee qofa mitii bar ,boru kee ijaaraa jirta, Namni siif karaa akka banu eeggachuu dhiisi,ofii keetiif karaa uumi, Atis Jabaadha 💪💯 Galatoomaa share godha Qaaliiwwan 🥰

Dr.Chala
14 384
photo content

Dr.Chala
14 384
Wantoonni shan gammachuu fidan: 1- Ilma dirqamaa 2- Haadha manaa qajeeltuu 3- Hiriyaa amanamaa 4- Ollaa amanamaa 5- Hayyuu be
Wantoonni shan gammachuu fidan: 1- Ilma dirqamaa 2- Haadha manaa qajeeltuu 3- Hiriyaa amanamaa 4- Ollaa amanamaa 5- Hayyuu beekumsa qabu. Wantoonni shan immoo kanneen biroo shaniin ni guddatu: 1- Fayyaa jireenya mijataa ta'een 2- Dhaabbata gaariin imalaa 3- Bareedina amala gaariin 4- Nagaa sammuutiin rafuu 5- Halkan yaadannoo Waaqayyootiin. By Dr.Chala

Dr.Chala
14 384

Dr.Chala
14 384
#AMALOOTA #HIRIYYAA SOBA 10'n 1:Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasawu Gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadu malee! 2:Gaarummaa kee akka gowwummatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu ; Gaafa waan barbaadan sirraa dhaban! Siin oodu , Si cufu , Amala sitti jijiratu! Milkaa'ina keetitti hin gammadan akka ati isaan dursitee 3:milkooftu hin fedhan ykn milkaa'ina isaanii sitti odeessanii akka sitti dhaga'amu godhu! 4:Yeroo hunda gad si qabu bifa keetiin amala kee qeequ filannoo kee akka jibbitu si godhu; Walumaa galatti akka gad aantummaan sitti dhagahamtu si godhu! Isaan malee ati akka faayidaa hin qabne akka sitti fakkaatu si godha! 5:Yeroo sif hin kennan sin dhageeffatan rakkoo isaanii akka dhageeffattu barbaadu yeroo hunda Negative dha! Of jaalatu amala isaanii hin beektu ni jijiiramu yeroo hund sababa baayyiisu gaafa ati barbaaddu! 6:Si to'achuu barbaadu waan uffachuu qabduu nyaachuu eenyuu walin akka dubbachuu fi deemuu hin gabne sitti yoo nama tokko jibban atis akka isaanitti nama' sana akka fibbitu barbaaduu! 7:Akka ofiif fedhanitti si jijiiruu barbaadu wanta jaalattu a jibbitee kan isaani jaallatuu si gochu barbaadu! 8:Jibbaa fi oduu sobaa facaasu waa'ee nama biraa kana jechu83 sirrattis akkanuma duuba kee deemanii haasawuu jechuudha! ; Isa ati iccittidhaan itti himte si duuba deebi'anii odeessu! ‣ Dafanii sitti mufatu ; dafanii sitti hin araaraman! 9: Yeroo isaaniis ni hunda godhu sin yoo dorgomu sin yoo dorgomuu ati wanta hin haarawa dandeenye takka wanta gogy san akka jibbitu si godhu! 10:Siif waa baayyee akka ta'an tola akka oolan sitti himu ykn si duuba odeessu! @top fans

Dr.Chala
14 384
photo content

Dr.Chala
14 384
WAAN BAATEEF HIN DAGATIN! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Namoota lamatu rakkatanii jennaan wal duraa duubaan mana nama sooressaa tokko dhaqani.
WAAN BAATEEF HIN DAGATIN! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Namoota lamatu rakkatanii jennaan wal duraa duubaan mana nama sooressaa tokko dhaqani. Namichi inni duraa akkuma "Warra Manaa!" jedhee ol lixeen isaanumaa irbaata dhiyeeffatuu itti dhaqe. Jarris "koottu nyaadhu" jedhanii teessisani. Innis fiigee dhiqatee maaddii isaaniitti dhiyaatee nyaata eegale. ➬ Otuma hin turiin ammas rakkataan inni lammaffaan dhufee "Warra Manaa" jedhe. Isaanis "noori koottu nyaata nyaachaa jirra" jedhaniini. Inni garuu, "otuun waanan dhufeef isinitti hin himatin nyaata hin nyaadhu!" jedheeni. ➬ Isaanis "tole waan dhufte himadhukaa!" jedhan. Innis "bor ganamatti farda keessan barbaadeeni maaloo naaf ergisuu dandeessuu?" jedhe. ➬ Kana gidduutti namichi dura dhufee otuu dhimma isaa hin himatin nyaatatti gad jedhe sun "maal anisoo farda keessan barbaachan dhufe" jedhe. Isaan "garuu lakki ati durfamteetta". Jedhanii isa lamaffarra dhufeef farda laatani. ➬ WAAN BAATEEF HIN DAGATIN!