en
Feedback
DR. AYU

DR. AYU

Open in Telegram

Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel DR. AYU

Channel DR. AYU (@naf37fspainbv) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 77 326 subscribers, ranking 166 in the Medicine category and 385 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 77 326 subscribers.

According to the latest data from 13 June, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -360 over the last 30 days and by -80 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 15.58%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 5.34% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 12 056 views. Within the first day, a publication typically gains 4 136 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 53.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 14 June, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Medicine category.

77 326
Subscribers
-8024 hours
-5467 days
-36030 days
Posts Archive
DR. AYU
77 326
Haati manaa dandeessuun abbaa manaa isheetiif gonfoo dha🙏 Macaafa Fakkeenyaa 12:4 Wako Getachew Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧
+2
Haati manaa dandeessuun abbaa manaa isheetiif gonfoo dha🙏 Macaafa Fakkeenyaa 12:4 Wako Getachew Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
🔥Raawwatameera‼️ Bubbee kutaa 15ffaan dhufaa jira Wako Getachew Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin
+2
🔥Raawwatameera‼️ Bubbee kutaa 15ffaan dhufaa jira Wako Getachew Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
🔥Caalaa Baga Waaqayyo Salphina, Gaddaa fi Caba Laphee isin oolche Bu'aan gara Waaqayyootti Siquu kanadha Waaqayyo Waan akkan
+2
🔥Caalaa Baga Waaqayyo Salphina, Gaddaa fi Caba Laphee isin oolche Bu'aan gara Waaqayyootti Siquu kanadha Waaqayyo Waan akkanaa isin irraa haa fageessu🙏 Inni in oolcha, in hoofkalchas‼️ Macaafa Daani'el Raajichaa 6:27 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
Borcii garaa dubartootaa maaltu fida ? -Bakka tokko yeroo dheeraa taa’aa turuu -Sochii qaamaa gochuu dhiisuu -Nyaata sukkaarr
Borcii garaa dubartootaa maaltu fida ? -Bakka tokko yeroo dheeraa taa’aa turuu -Sochii qaamaa gochuu dhiisuu -Nyaata sukkaarri itti heddummaatu ykn Mi’aawaa ta’an hedduminaan fayyadamuu -Alkoolii hedduu dhuguu -Nyaata coomaafi zayita qabu hedduminaan fayyadamuu -Marsaan laguu dubartoota irraa dhaabachuu (umuriin) -Hir’ina nyaata Pirootinaan badhaadhanii -Dhiphina (physical and mental stress) -Ulfaafi Da’umsa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @naf37fspainbv💌

DR. AYU
77 326
Barsiisaan sun seeraan nuuf gaafatamuu qaba😃 Dhugamoo dubbiin kun!😂 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqo
Barsiisaan sun seeraan nuuf gaafatamuu qaba😃 Dhugamoo dubbiin kun!😂 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @naf37fspainbv💌

DR. AYU
77 326
Dubarri qaama saalaa dhiiraa furdaa ta'e ni barbaaddi. Sababni isaas, qaamni saalaa furdaa ta'e buqushaa gaafa seenu, dhaaba buqushaa(vaginal wall) waxxaree waan qabuuf rigata cimaa uumudhaan akka ishiin daftee dhangalaastu taasisa. Kanumarraa ka'uudhaan yeroo ofiin fedhii ofirraa baastus, waan furdaa, kanneen akka muuza, xaarmusii, dungoo fi diildoo fufurdaa ta'anitti dhimma baati. Waan kana irra deddeebin kan raawwattu yoo ta'e buqushaa ishee ajj*suu dandeessi. Qaamni saalaa dhiiraa akka wantoota ishiin ittiin fedhii ofii fidduutti dheebuu ishii baasuu dadhabaa dhufa. Dhiira feete bira yoo deemtes qaamni saalaa isaa waan qal'oo ta'e itti fakkaata. Itti hin gammaddu. Tarii yoo dheeraa ta'es gadi bu'e serviiksii waan dhiibuuf dhukkubbii itti uumuu malee homaa ishiidhaaf hin godhu🙄 Gama biraatiin, dhiirri ammoo buqushaa afaan ishii dhiphoo taate qaama isaa gaafa seensisu itti mijata. Yeroo hedduu buqushaan afaan isaa irra dhiphaa ta'eetu garri keessaa bal'achaa deema. Kan shamara takka takkaa, keessattuu kan hin dahin yoo taate qaama dhiiraa jabeessee qaba. Kanarraa kan ka'e dhiibbaa negativii(vacuum effect) uumudhaan yeroo qaamni saalaa dhiiraa keessaa bahu ni dhuka'a(Dhoha jedha). Kunimmoo dhiira ni gammachiisa. Garuu dhiirris waan akkasii kana waan fedhuuf yeroo maasterbeeshinii hojjatu jabeesseetu qaamasaa sukkuuma. Akkasitti dafee waan dhangalaasuuf jechuudha. Yeroo dubara bira deeme ammoo buqushaan akkasitti jabeesseefii hin qabuufi. Haala kanaan innillee qaama saalaa isaa ajjeesa jechuudha. Buqushaan dubartii hundaa bal'aa itti fakkaata. Rakkoodha! Akkan barreeffama kaana keessatti ibsuuf yaaletti, fedhii ofiin ofirraa gaafa baasnu humnaa ol, irra deddeebin akkasumas waan qaama saalaa caala nu gammachiisutti fayyadamuun yeroo gaayela raawwannetti fedhii akka hin baane nu gochuu danda'a. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
photo content
+1

DR. AYU
77 326
Faayidaa hirriba keessatti hammachuu ============================= Yeroo hirribaa hammachuun faayidaa hedduu kennuu danda’a, isaanis: 1️⃣ Oksitoosiinii Gadi Lakkifamuu: Yeroo baay’ee “hormoonii cuddle” jedhamee kan waamamu oksitoosiin miira wal amantaa, walitti hidhamiinsaa fi gammachuu ni dabala. 2️⃣ Dhiphinaafi Yaaddoo Hir’isuu: Hammachuun sadarkaa kortisoolii hir’isuu fi wiirtuuwwan gammachuu sammuu hojiitti galchuudhaan dhiphinaafi yaaddoo hir’isuu danda’a. 3️⃣ Boqonnaa fi Qulqullina Hirribaa Guddisuu: Bu’aan tasgabbeessuu oksitoosiinii hirriba boqonnaa caalu argachuuf gumaachuu danda’a. 4️⃣ Miira Nageenyaa kennuu: Qaama tuquun karaa hammachuu miira nageenyaa fi miira gaarii ta’e kennuu danda’a. 5️⃣ Fayyaa Qaamaaf dansaadha: Tuttuqqiin qaamaa yeroo hunda, kan akka, dhiibbaa dhiigaa gadi buusu, carraa dhukkuba onnee hir’isuu fi sirna ittisa qaamaa guddisuu danda’a. Faayidaan kun barbaachisummaa tuqaalee qaamaa fi dhiibbaa gaarii fayyaa sammuu fi qaamaa irratti qabu, keessumaa qulqullina hirribaa wajjin walqabatee kan mul’isudha. Kan hammattan hin Dhabinaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
photo content

DR. AYU
77 326
Good luck Obboleesso akka laafaa as hin geenye Guddachuun kee maatiikeef firoottan keef gaariidha nuuf ammoo akka sabaatti gu
Good luck Obboleesso akka laafaa as hin geenye Guddachuun kee maatiikeef firoottan keef gaariidha nuuf ammoo akka sabaatti gurra nutti goota siin boonna siin dhaadhanna Rabbi garakee haagoru. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
"Dhungoon(kissing) 💋 afaan jaalalaa kan jecha hin barbaanne fi riqicha miiraa kan namoota walitti hidhuudha. Inni hidhaa jaalalaa cimsuun, hormoonii 'Oxytocin' fi 'Endorphins' jedhaman qaama keessatti gadhiisuun miira amanamummaa, dhiyeenyaa fi gammachuu addaa uuma. Fayyaa sammuu fi qaamaa fooyyessuun dhiphina (stress) hir'isa; akkasumas dandeettii wal hubannaa namoota gidduu jiru daran gadi fageessa. Dhungoon jaalalleewwan gidduutti fedhii fi jaalala dhugaa ibsuu qofa osoo hin taane, ofitti amanamummaa namaa dabaluun jireenyaaf hiika haaraa fi miira quufinsaa kenna. Akka mallattoo kabajaa, nagaa fi jaalala maatiittis tajaajiluun, dhungoon uumama namummaa keessatti meeshaa humna qabu kan namoota walitti hidhu, jireenya miidhagsu fi nagaa sammuu fiduudha." Jechoota fi gorsa jaalalaa akkana namatti tolan argachuuf #Ichima_jaalalaa like, comment fi follow gochuun ergaan page kanaa akka si dhaqqabu godhi, Jaalalleen kee gatii dhungoo hin beektu yoo ta'e immoo #ShareThisPost godhiif. GALATOOMAA isinin jaalladha 🥰🥰 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
photo content

DR. AYU
77 326
Haala salphaatti dubartii Dubrummaa qabdu Akkamitti godhuun danda’ama? Dubartii dubrummaa (hymen) qabdu godhuun (walqunnamtii saalaa jalqabaa gochuun) gama lachaniiyyuu biratti yaaddoo fi dhiphina qabaachuu danda'a. Haala salphaa, tasgabbaawaa fi miidhaa hin qabneen raawwachuuf qabxiilee armaan gadii hordofuun barbaachisadha: 1. Qophii Sammuu fi Tasgabbii • Haasaa fi Amantaa: Jalqaba irratti dhiphina fi sodaa ishee keessa jiru salphisuuf waliin haasa'uun, amantaa waliif uumuun baay'ee barbaachisadha. Jarjarsuu fi dirqisiisuun tasuma hin ta'u. • Sodaa Hambisuu: Dubartoonni baay'een jalqaba irratti dhukkubbii guddaan ni uamama jedhanii waan sodaataniif, akka isheen tasgabbooftu gochuun qaamni ishee akka lafu (relax) taasisa. 2. Tapha Dursee Adeemsifamu (Foreplay) • Kun qabxii murteessaa dha. Walqunnamtii saalaa kallattiittiin jalqabuu dura dhungachuu, hammachuu fi qaama ishee mimmisuun (foreplay) yeroo gahaa fudhatanii hojjechuun barbaachisadha. • Kunis qaamni saalaa dubartii dhangala'aa gahaa akka maddisiisu (lubrication) godha. Dhangala'aan kun immoo naannoo san jiisuun seenumsi akka salphatu fi dhukkubbiin akka xiqqaatu gargaara. 3. Jiidha Alaa (Lubrication) Fayyadamuu • Yeroo baay'ee sodaa irraan kan ka'e dhangala'aan uumamaa gahaan madduu dhiisuu danda'a. Kun akka hin mudaneef,zayita walqunnamtii saalaaf gargaaran (water-based lubricants) fayyadamuu. Kun riggiinsa hir'isuun seenumsi akka laafu godha. 4. Suuta Jedhanii Jalqabuu (Gentle Insertion) • Saffisaa fi humna baay'ee gargaaramuu hin qabdu. Suuta jedhanii, suukkuumidhaan jalqabuun gaariidha. • Haala Ciisichaa (Position): isheen dugdaan ciistee miila ishee ol sassaabbattu baay'ee filatamaadha. Kunis dubartiin sun hamma seenumsaa fi saffisa jiru akka to'attu (control) gochuuf ishee gargaara. 5. Obsa fi Hubannoo Qabaachuu • Yoo dhukkube ykn dhiphatte, yeroodhaaf dhaabuun tasgabbeessuun, achiin booda suuta jedhanii itti fufuun ni danda'ama. • Dubrummaan yeroo dhiigu ykn tarsahu dhiigni xiqqaani fi dhukkubbiin salphaan uumamuu danda'a, kun uumama. Garuu dhiigni baay'ee dhangala'a yoo ta'e ykn dhukkubbiin humnaa oli yoo ta'e dhaabuu qabda. Hubachiisa: Dubartoota hunduma biratti dubrummaan dhiiguu dhiisuu danda'a. Dubartoonni tokko tokko uumamaan hymeeniin isaanii baay'e sababa lallaafaa ta'eef, ykn sababa ispoortiitiin kan ka'e duraan tarsa'ee ta'uu danda'a. Kanaaf, dhiigni dhabamuun ishee dubra miti jechuu akka hin taane hubachuun barbaachisadha. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
photo content

DR. AYU
77 326
Shamarran halkan yeroo raftan uffata jalaa/paantii malee rafuu adeeffadhaa! Fayyaa qaama saalaa keessaniif gaaridha. Naannoon
Shamarran halkan yeroo raftan uffata jalaa/paantii malee rafuu adeeffadhaa! Fayyaa qaama saalaa keessaniif gaaridha. Naannoon qaama saalaa keessan qilleensa qulqulluu argachuun carraa infeekshinii fangasii qaama saalaa hir'isuu keessatti ga'ee guddaa qaba! Kunis qaamni saalaa isin nyanyaatuu ykn hooqsisuu dabalatee dhibeewwan infeekshinii qaama saalaa keessan miidhan hedduu isinirraa ittisuuf isin gargaara! Faallaa kanaatin halkaniifii guyyaa paantidhaan ukkaamsuun carraa Infeekshinii fangasii qaama saalaatiif saaxilamuuf qabdan guddisa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
Boroo dubartii akkamiitu dhiiratti tola?? ‎******** ‎Boroo dubartii dhiiratti tolu jechuun wanti tokko qofti hin jiru; namni hundi garaagarummaa qaba. Garuu qorannoowwan hawaasummaa fi seenaa keessatti hedduun dhiira boroo akkamii hawataniif ibsa ni kennu: ‎ ‎Boroo Dubartii kamtu dhiiratti tola ‎- Boroo sirriin walitti madaalame(ratio) ‎- Boroo jabaataa fi sochii qabu. ‎- Boroo gad bu’iinsa qindaa’e qabu. ‎-Boroo qaama waliigala waliin walitti dhufeenya qabu. ‎-Boroo guddina garmalees miti,ykn xiqqeenya giddu galeessas ta'erra caalu. ‎ ‎⚠️ Hubachiisa ‎Boroo qofti nama hundatti ni tola jechuu miti. Namni tokko boroo jaalata, kan biraa immoo amala, garaa qulqulluu, fi safuu caalaa jaalata. Kanaaf jaalalli dhugaa qaama qofaan osoo hin taane garaa fi amala irratti hundaa’a. ‎ ‎Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
photo content

DR. AYU
77 326
Wal-hammachuun Bu’aa Hedduu Fayyaa Keenyaaf Qaba. ** Namni tokko yeroo wal-hammatu kessumaa jaalalleewwan ykn Abbaan manaaf h
+1
Wal-hammachuun Bu’aa Hedduu Fayyaa Keenyaaf Qaba. ** Namni tokko yeroo wal-hammatu kessumaa jaalalleewwan ykn Abbaan manaaf haati manaa yoo wal-hammatan hormooniin gammachuu qaama isaanii keessatti baay’ee Dabala. Kan biraa faayidaa inni qabu keessaa muraasni: - Hariiroo walitti dhufeenya namaa baay’ee cimsa - Dhiphina hir’isuu keessatti gahee guddaa qaba - Dhukkubbii qaamaa ni hiri’isa - Ofitti amanamummaa namaa ni jabeessa - Jaalalleewwan gidduutti qaanqee jaalalaa bobeessa - Fayyaa Onnee keenyaafis gaaridha - Madiinummaa qaama keenyaas ni cimsa - Miira gammachuu namaa daraan dabala Kanaaf wal-hammadhaa rafaa warri walbira jirtan.❤ Sanyiin keessan lafa haa qabatu abboo.🤲 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
CARRAA ULFAA'UU DABALUUF... °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° 1. Hanqaaquun ovaarii shamarranii irraa kan gadi lakkifamu, guyyaa jalqabaa marsaan laguu inni darbe itti dhufee kaasee guyyaa 14ffaa irratti. Naannoo kanatti walqunnamtii saalaa haalaan raawwachuudha. Fakkeenyaaf haati manaa gaafa guyyaa Caamsaa 13 yoo itti dhufe, hanqaaquun gaafa Caamsaa 27 gadi lakkifama. Kanaafuu Caamsaa 25 haga 30 gidduu carraan ulfaa'uu olka'aa dha. Asirratti waan hubatamuu qabu, sanyiin kormaa erga dhangala'ee booda qaama walhormaataa shamarranii keessa HANGA GUYYAA SHANII lubbuun jiraatee obsaan eeguu danda'a. Sanyiin shamarranii garuu qophaa'ee GUYYAA TOKKO qofaaf sanyii kormaa eega. 2. Haati/shamarri umuriin ishee waggaa 35 osoo hin ga'iin yoo da'uu yaalte gaarii ta'a. Isaa olitti carraa ulfaa'uu xiqqaachaa deema. 3. Haati manaa fi abbaan manaa walbira jiraachuu. Walqunnamtii saalaa yoo xiqqaate torbanitti si'a sadii fi isaa ol rawwachuu. 4. Carraaqqi kana keessatti lamman isaanii; haraada adda addaa irraa of qusachuu (alkoolii, tamboo kkf) garmalee ulfaatina hir'isuuf dabaluu fi of dhiphisuu irraa of qusachuu...✍️ Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 326
photo content