fa
Feedback
DR. AYU

DR. AYU

رفتن به کانال در Telegram

Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام DR. AYU

کانال DR. AYU (@naf37fspainbv) در بخش زبانی جاوه‌ای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 73 357 مشترک است و جایگاه 180 را در دسته پزشکی و رتبه 449 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 73 357 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 15 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -1 100 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -54 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 10.37% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 3.27% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 7 605 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 2 398 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 50 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 16 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته پزشکی تبدیل کرده‌اند.

73 357
مشترکین
-5424 ساعت
-3047 روز
-1 10030 روز
آرشیو پست ها
DR. AYU
73 357
Walqunnamtii saa'laa daqiiqaa hammamiif irraa turuu qabna? °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° Deebii gabaabaa: Atii fi haati mana kee hammam akka dheeratu barbaaddan??? Garuu qorannoon saayinsii dhimma kana irratti gaggeeffame daqiiqaa 3 hanga 13 gidduutti akka ta'u agarsiisa. Akka Armaan gaditti qoodne ilaaluu dandeenna. 1). Daqiiqaa 1–2 “baay’ee gabaabaa” jedhamee kan murtaa’e yoo ta’u, 2). Daqiiqaa 10–30 ammoo “baay’ee dheeraa” jedhamee fudhatame. 3). Gama biraatiin, Daqiiqaa 3–7 “gahaa” jedhamee, 4). Daqiiqaa 7–13 ammoo “kan barbaadamu” jedhamee madaalame. Garuu giddu galeessaan walqunnamtii saalaa qaama saalaatiin daqiiqaa 3-7 ture, Kanaafu ani hin dandanne jette ofii hin cinqiin/ dhipisiin. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
"Qaamni Saa-laa Dubartootaa Dheerina Hidhii Isaanitiin Wal Qixaa?" ******* Dubartoonni baay'een yeroo hedduu waa'ee bal'innaa fi guddina qaama saa-laa isaanii ni dhiphatu, sababa kanaafis yeroo baay'ee qaama saa-laa isaanii hiriyoota isaanii waliin wal bira qabanii kiyya guddaadha ykn bal'aadha jedhanii dhiphatu, kana qofa osoo hin taane namni tokko tokko waa'ee qaama saa-la dubartootaa yaada sirrii hin taane qaamni saa-laa dubartootaa dheerina hidhii isaanitiin wal qixa jedhu qabaachuun yeroo garagaraatti waan hin taane yoo jedhan ni muldhatu, as irratti garuu akkuma namni hundi dheerinni, ulfaatinni, halluun gogaa fi kkf garaagarummaa qabu qaamni saalaa dubartootaas bocaafii fooliin isaa garaagarummaa qaba, akkasumas fayyummaan qaama saalaa guddinaa fi bal'innaa oli waan ta'eef wanti nama dhiphisu jiraachuu hin qabu, dabalataan guddinni ykn bal'inni isaa hidhidhaan homaa hidhata hin qabu. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
Kununsa rifeensaaf godhamuu qabu *********** 1. Yoo rifeensi kan buqqa'u ykn gogu ta'e killee ykn hanqaaquu kubbaayyatti cabsaatii rifeensatti dibaa! Sana booda daqiiqaa 20f ofirratti dhiisaatii bishaan qabbanaawaan ofirraa dhiqaa 2. Qulqullinna rifeensaa sirritti eeggadha 3. Bishaan hoo'aadhaan qaamaa fi rifeensa keessan hin dhiqatinaa 4. Rifeensa guyyaa guyyatti dhiqachuurraa of qusadhaa. Guyyaa lama lamaan guyyaa sadi sadiin yoo dhiqattan filatamaadha 5. Filtuu lallaaftuudhaan rifeensa filadhaa 6. Yoo xiqqaate torbaan jaha jahaan( baatii fi torbaan 2n) rifeensa ofirraa gabaabsuu 7. Rifeensa jidhaa filachuu dhiisuu. 8. Erga dhiqattanii booda rifeensa uffataan goggooysuurra ofii akka gogu godhuu 9. Bishaan gahaa dhuguu fi nyaata madaalamaa nyaachuu( kan kuduraa fi fuduraan badhaadhe) 10. Yoo rifeensi buqqa'ee jiraate cunfaa shunkurtaa itti dibuu. Akka qorannoon agarsiiftutti namoota akkana gidhuun fayyadaman keessaa 80% rifeensi isaanii deebi'ee biqileefii jira!! FAYYAA HIN DHABINAA Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
FAAYIDAA ZEEYTUUNAA/ GUAVA ••••••••••••••••••••••••••••••• ✏ Dubartootaaf, ciniinnaa garaa yeroo marsaa laguu ni hir'isa. {Keessaattu baala zeeytuunaa guyyatti yoo fayyadaman (guava leaf extract daily} ✏ Zeeytuunni farra dhippinaati ( anti stress agent) ✏ zeeytuunni dhiitawwuu irgoo fi quncawuu afaaniitiif akkasuma dhukkubbii ilkeetiif dawaadha. (Keessaafuu cuunfaan baala zeeytuunaa). ✏Amala farra kaansarii ni qaba ✏ Dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf ni gargaara. ✏ Hamma choolestiroolii qaama keessaa hir'suuf ni gargaara. ✏ Qufaa fi Garaa kaasaa wal'aanuuf ✏ Sukkara qaama keessaa gad buusuuf gahee qaba( dhibee sukkaraaf) ✏ Vitamin C, A, E fi faayberiidhaan badhaadhaadha. ✏ Ammala farra keemikaalota summaawoo qaama keessaa ni qaba(anti oxidant) ✏ dandeetti dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala ( boost immunity) ✏ dhibee Tiruu kan (cholestatic liver damage ) jadhamu ittisuuf ✏ijji keenya akka sirritti nuuf arguuf ✏ fayyummaa onnee keenyaaf ni gumaacha. ✏ Fayyummaa rifeensa keenyaa fi foorfooriifillee ni ittisa.( keessaafuu baalli zeeytuunaa)... kkf Hub : Zeeytuunni firii isaa qofa osoo hin taane, baalli isaatiis faaydaa qaba. Baalli isaa akka shaa'ittiis ni dhugama. Cunfaan baala isaarra dalagamuus ni jira. Ani garuu biyya keenyatti firii isaa malee maloota baala isaa itti fayyadaman arkee hin beeku. Warri beeku yoo jiraate nuuf haa himuu. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
👉"Muuzii"n maal of keessaa qabaa? *Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna. Kun keessumaa namoota sababa dhukkuboota garaa garaatiin elementiin pootasiyeemii qaama isaanii keessaa gadi bu'eef (hypokalemia) baay'ee gargaara. *Sochii mar'umaaniif gargaarsa ta'a *Dhukkuba garaachaa warra qabaniif fayyisuuf warra hin qabamiin irraa immoo ittisuuf gahee guddaa taphata. *Sukkaara qaama keessa akka olhin kaanee fi gadi hin buune eeguu keessatti gahee guddaa taphata. *Keemikaala sammuu dhiphisu qaama keessaa hir'isuu danda'a *Dhiibbaa dhiiga keenyaa bakka sirriitti eeguufi dhukkuboota sirna dhiigaa fi onnee tokko tokko ni ittisa. *lafee jabaataa fi fayya qabeessa ijaaruu keessatti gahee olaanaa taphata. *Hir'ina dhiigaa ittisuu fi ulfaatina hir'isuuf ni gargaara. Fayyaatu dursaa!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
Hirriba Halkanii Moo Hirriiba Guyyaatu Caala? ******** Hirribni halkanii hirriba guyyaa caalaa barbaachisaa fi bu’a qabeessa. Hirribni guyyaa gabaaban ammoo dabalata gaarii ta’a, garuu bakka hirriba halkanii hin bu’u. Garaagarummaa isaanii ija saayinsii fayyaatin isiniif ibsuun yaala. Dubbisa gaarii! *********** Hirriba Halkanii: - Sirna uumamaa (biological clock) keenya wajjin walsimataadha. Qaamni keenya yeroo aduun baate dammaqee, yeroo aduun seente ammoo rafuu barbaada. - Dukkanti halkanii hormoonni melatonin tan hirriibni akka nu qabu taasiftu akka madditu taasifti. - Fayyaa sammuu fi qaamaaf bu’a qabeessa: yaadannoo, dammaqina, onnee fi dhiibbaa dhiigatif faayidaa guddaa qaba. ************ Hirriba Guyyaa: - Hirriiba guyyaa gabaabaa (nap) daqiiqaa 20–30 yoo rafne: - Dadhabbii hir’isa. - Xiyyeeffannaa dabala. - Sammuu tasgabbeessa . - Garuu hirriba guyyaa dheeraa (sa’aatii 2 ol) yoo rafne sirna hirriba halkanii jeequu danda’a; halkan rafuuf nu rakkisa. *********** - Hirriba halkanii (sa’aatii 6–8) bu’a qabeessa fi barbaachisaa dha. - Hirriba guyyaa gabaabaa (nap) yoo dadhabne rafuun nu fayyada, garuu bakka hirriba halkanii hin bu’u. *********** Kanaaf, namni fayyaa ofii eeguu barbaadu halkan rafuu qaba; guyyaa ammoo yoo barbaachise xiqqoo rafuun (nap) sammuu haarayoomsuf gaariidha. *********** Fayyaatu dursa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
Hirriba gaarii rafuuf maal gochuu qabna? 🔹 Amala walfakkataa qabachuu. Halkan hundumaa saʼaatii wal fakkaatutti ciisuu, torb
+2
Hirriba gaarii rafuuf maal gochuu qabna? 🔹 Amala walfakkataa qabachuu. Halkan hundumaa saʼaatii wal fakkaatutti ciisuu, torbanii dhumaa dabalatee ganama ganama saʼaatii wal fakkaatutti kaʼu. 🔹 Yoo danda'ame bakka ciisichaa tasgabbaa'aa, dukkanaa'aa, boqonnaa namaaf kennu fi ho'a mijataa ta'e qabachuu. 🔹 Hirriba dura meeshaalee elektirooniksii kanneen akka TV, kompiitara fi bilbila fayyadamuu dhiisuu. 🔹 Osoo hin ciisin dura nyaata gurguddaa, kaafeenii fi alkoolii irraa fagaachuu. 🔹 Sochii qaamaa tokko tokko gochuu. Guyyaa sochii qaamaa gochuun halkan salphaatti hirriba akka qabaannuu nu gargaara. Fayyaan faaya❗️ Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
Yeroon sagaraa bahu dhangala'aa Ispermii fakkaatuutu qaama saalaatiin narraa baha. Kuni rakkoo qabaa? Gaaffii kana namoota baayyeetu karaa keessaatiin na gaafate. Namni tokko tokko hoggaa lowzii nyaate waan akkasii firratti arga. Tokko tokko ammo hoggaa qama'ee mirqaanee sagaraa dhaqe isa mudatti. Wanta kana gama fayyaatiin hoggaa laallu rakkoo qabaa? Deebii isaa deebisuun duratti wantoota hubachuu qabnuutu jira Yeroo tokko tokko dhangala'aan adiin / xaliilli qaama saalaatiin bahuu mala. Kun mallattoo infeekshiinii xannacha piroosteetii tahuu danda'a. Mallattoolee akka fincaan nama gubuu, amma amma nama fincaansisuu, cinaachi nama dhukkubuu fi kkf jiraachuu baannaan kan yaala hin barbaachifne tahuu danda'a * gama deebisaa hoggaa deebinu dhangala'aan adiin sanyii kormaa fakkaatuu fi furdaa ta'e sagaraa hoggaa bahan booda karaa qaama saalaatiin dhiira irraa yeroo garii ni baha. Kuniis yeroo sagaraan guddaan bakka takkatti namarraa bahu ykn yoo sagaraa jajjabduu bahan tahe ,hoggaa sagaraan bahuuf jettu xannachaa irratti waan dhiibbaa uumaa deemuuf dhangala'aan xannacha piroosteetii akka qaamaa saalaa dhiiraatiin bahu godha. Kun ammoo rakkoo hin qabu .yaaddaa'uus hin barbaachisu. Furmaanni isaa nyaata udaan lallaaffisuu sirritti nyaachuun kan sirratuudha Galatoomaa❗️ Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
DUBBII WARRA SADII, AKKA SADITTI FIXAN 1. Dubbii warra Gowwaa, sossobaan fixan 2. Dubbii warra Hayyuu, dhugaa itti himaa fixan 3. Dubbii warra Luynaa, sodaachisuun fixan WAA SADII SITTI HIN FAKKAATIIN 1. Dubbachuun beekkumsa 2. Obsuun Wallaalummaa 3. Nama kabajuun sodaa.....sitti hin fakkaatin WAA SADII HIN SEEHIN 1. Nama beektu hunda fira kee 2. Nama si lolu hunda diina kee 3. Nama badii irraa si dhorku hundaa hammaata hin see'in. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
photo content

DR. AYU
73 357
Mana barumsaa Sadarkaa tokkoffaa irraa kaasee hanga Yuunivarsiitiitti kan na barsiiftan marti kabaja guddaan isiniif qaba!!!
Mana barumsaa Sadarkaa tokkoffaa irraa kaasee hanga Yuunivarsiitiitti kan na barsiiftan marti kabaja guddaan isiniif qaba!!! Biyyi barsiisotaaf (Oolmaa daa'immaniitii kaasee hanga Yuunivarsiitiitti jiraniif) xiyyeeffanaa addaa hin kennine yeroo mara rakkoo keessa jirti!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
Dinnicha/Moosee haalluun isaa magariisa ta'e nyaachuun summii "solanine" jedhamu kan fayyaa keenya miidhu waan godhatuuf nyaa
Dinnicha/Moosee haalluun isaa magariisa ta'e nyaachuun summii "solanine" jedhamu kan fayyaa keenya miidhu waan godhatuuf nyaachuun hin gorfamu. Summiin kun, nama haqqisiisuu, baasaa namatti fiduu, garaacha miidhuufi yoo baay'inaan fudhatame hanga lubbuu dabarsuutti gahuu danda'a. Galatoomaa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
73 357
Wantoota waa'ee harmaa hawaasa keessatti dogongoraan hubataman lama: 1. Shamarran harma guddaa qaban kan harma xiqqoo qaban c
Wantoota waa'ee harmaa hawaasa keessatti dogongoraan hubataman lama: 1. Shamarran harma guddaa qaban kan harma xiqqoo qaban caalaa horu. 2. Hammi/size harmaa dubartiin takka wal qunnamtii saalaa gootee beekuu ishee fi gootee akka hin beekne (durbummaa qabaachuu fi qabaachuu dhiisuu ishee) nutti himuu danda'a kan jedhaniidha. Kun lachuu soba. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌