cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

Show more
Finland334The language is not specifiedReligion & Spirituality4 366
Advertising posts
18 870
Subscribers
-424 hours
+87 days
+27230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

namoonni erga duute booda akkam akka takkatu si irraanfatan odo beekte jiruu kee Rabbiin gammachiisuuf male kan biraa gammachiisuuf jecha hinjiraattu ture. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
Alaabaan kun islaama bakka bu'a jettan yaaddu? Alaabaa islaama bakka bu'u asirratti nuf ergaa... 👇 @Qaribanbot
Show all...
Deebii: dubartoota qabsoodhaan booji'aman. Akka shari'aa islaamaatti dubartii afuur 4 ol fuuchuuun haa dhorkamu male dubartoota qabsoodhaan booji'aman gabriitti daangaa male qabachuun/qunnamuun ni danda'am haala ulaagaa isaa guttateen. Jechuunis namni tokko haadha manaa afuur fi Gabroota dubaraa 100 qabaachu danda'a. Kun bu'aawwan qabsoo kessaa isa tokkodha
Show all...
ija kee guyyaa guutu maasiyaa fi badii argaa oleen rafuudhaaf dunuunfachu keetiin dura haga Rabbiin sif laaffiseen Qur’aana Rabbii dubbisi. badiin guyyaa guutu hojjataa oltee akka sif araaramuu Rabbii kee kadhadhu. Tarii ija kee kan bantu qabrii kessa tahu mala. Kanaaf dubbiin kee dhumaa fi ilaalchi kee dhumaa yerooma hunda Qur’aana Rabbii haa ta'u. Yoom akka Rabbiin wal geessu waan hinbeennef. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni mana bareedaa dunyaa baddu kana irratti ijaaruuf umrii isaanii guutuu kan dhama'an yoo tahe  atii raka'a guyyaatti raka'aa kudha lama salaatudhaan jannata kessatti mana ijaarradhu! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 15 2
00:11
Video unavailableShow in Telegram
Jiruun adunyaa kanuma https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
55405846d7eec1c09e6b4289e4cf1c86.mp42.96 MB
😢 3
- Rabbiin gabricha isaa tokko yoo jaallateen... hojiin isaa xiqqoo taatullee   irraa qeebale badii isaa irraas hedduu araarama. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 11 4
Abdallaah ibnu mubaarak akkana jedhame gaafatame... Amala gaarii jecha tokkon nuf ibsii?? "aarii dhisuu" jedhe. Hin aariin! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 18 6🥰 2
Rabbiif male Namaaf hinjiraatiin gaafa duute namoonni si waliin qabrii hin seenan, si waliin gaaffii jabaaf Rabbiin biratti hindhaabbatan  yoo haadhaa fi Abbaa kee tahanillee. "qabriin sa'atii meeqa?" jedhanii wal waamanii erga bolla sif qotame kessa si darbatan booda galanii qabeenya kee waliif qoodu. Atiif hojiin kee qofti bolla kessatti haftu. Kanuma jirun adunyaa 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 12💯 3
Photo unavailableShow in Telegram
لَا تَقْرَبُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ وَأَنتُمْ سُكَٰرَىٰ حَتَّىٰ تَعْلَمُوا۟ مَا تَقُولُونَ Haala machaahaa taataniin hanga waan dubbattanu beektanitti salaatatti hin dhihaatinaa - nama meqatu jira oso farsoo hin dhugiin garu salaata kessatti jaalalli dunyaa machoofsite waan jedhu kan hin beenne? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Show all...
👍 16 8🥰 1💯 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.