cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf๐Ÿ‘‡ https://t.me/Ibrahim_92taf

Show more
Finland701The language is not specifiedReligion & Spirituality11 555
Advertising posts
8 126
Subscribers
+1424 hours
+1187 days
+74430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Yaadachiisa: โœ Akka tasaa kaleessa osoo garee Tafakkur jalatti nama seensisu... nama maqaan isaa "Allah is my best friend" jedhu arge. Amma garuu keessaan dubbisa jedhee barbaadee dhabe. inshallah asumaanuu isaafis namoota biraatiifis gorsa haa tahuufan barreesse. jechoota akkanaa hedduu kan nuti dogoggora tahuu isaa hin beekne, moggaafataa oollu fi itti fayyadamaa oollu heddutu jira. #Cuunfaan_dubbii: jechoota akka " Hiriyyaan muslimtootaa Rabbiin qofa, Rabbii koo malee hiriyyaa fi jaalalleehis hin qabu; Rabbii keetitti waahiloomi ykn hiriyyoomi... " jechoonni jedhaman dogongora guddaadha.... wanti Aqiidaan wal qabata waan taheef uf haa eeggannuu isiniin jedha. Galatoomaa๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Show all...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 6โค 2
โœ Obboleetti islaamaa... hanguma uffanni kee dhiphataa dhufuun, qabriin teetis dhiphataa dhufti... Rabbii kee sodaadhu... duuti tee guyyaa takkaa.... @tafak_or
Show all...
๐Ÿ‘ 13โค 1
Innaa lillaahi WA innaa ileyhi Raaji'uun.... eennullee hin duune du'uma isin yaadachiisuuf malee๐Ÿ˜ข https://t.me/tafak_or
Show all...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 7โค 2
โœ Namoonni kufaatii hedduu booda lafaa ka'an hunduu, miila ufii jijjiiranii osoo hin taane sammuu isaanii jijjiiraniiti....! @tafak_or
Show all...
Deebii erga filattee.... A) ykn B) Tuqxa... achi booda Jala gadi buutee @Vote kan jedhu San cuqqaasta... ykn Comment jalatti barreessita
Show all...
๐Ÿ‘ 7๐Ÿฅฐ 1
โœ๏ธ Salaata keessatti dubartiin miila ufii muldhisuun taha moo hin tahu___?Anonymous voting
  • A) Hin taha
  • B) Hin tahu
0 votes
#Ramadaana_booda_hoo? โœ Ramadaanni keessaa bahee guyyaa muraasa lakkoofsisee jira. haala keenya kan Ramadaana keessaatiin Wal bira qabnee yoo ilaallu... mee Ramadaana booda akkam jirra ? Aaah lubbuu koo...! guyyaa ajaa'ibaa keessa turte; salaata, dhaabbata, qaraatii qur'aanaa, sooma, zikrii, du'aa'ii, sadaqaa, tola ooltummaa fi firoottan koo jajjabeessuudhaan ibaadaa gaarii dabarsaa ture...! โœ Mi'aa Iimaanaa dhandhamnee, maalummaa soomaa hubannee, mi'aan imimmaanii nutti muldhatee, obboroo yeroo suhuuraa Rabbitti warwaachuun aadaa keenya tahee ture. โœ Salaanni keenya salaata nama gammachuun isaa fi jireenyi isaa hundi salaata keessa jirtuu fakkaata ture. Soomni keenya sooma nama gatii isaa beekee fi mi'aa isaa dhandhamee baree fakkaata. yeroo sadaqannu sadaqaa nama hiyyummaa hin sodaannee kennataa turre.... akkas turree... akkas turree....Ramadaana keessa akka hedduu turre. akkasitti balbala keeyrii hunda keessa gangalachaa turre... hanga hedduun keenya... osoo duuti keenya Ramadaana booda taatee hoo jennee hawwinu takka ture.... ๐Ÿ˜ข โœ Ramadaanni nurraa fe'atee jira... erga Ramadaanni nurraa fe'atee guyyaa xiqqoodha... baatii takkaahuu hin guunne... garuu namni qara hin salaanne kan Ramadaana keessa salaataa ture.. kan bakka durii sanatti deebi'ee meeqa...! kan dhala nyaachaa ture, yeroof uf qusate amma dhala eegale meeqa...!, kan Haraama laaluu aadeffate, kan Ramadaanaaf irraa cite, amma eegale meeqa.. kan sigaaraa aarsuuf dhiise, Ramadaanni baanaan aarsaa jiru meeqa kam...! โœ Nuti akkuma yeroo Ramadaanaa turtan San, Ramadaana boodas addaan hin citinaa jechuu baannus... garuu yoo xiqqaate dalagaa gaggaarii tana: Sooma, dhaabbata halkanii, sadaqaa fii keeyrii dalagannu sana osoo itti jabaannee jechuu barbaade... Join๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Show all...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 4
โœ Ani ballaas miti... maraattuus miti... garuu gaafuma gatiin nyaataa rakasee, gatiin ilma namaa dabalu arguuf hawwee dadhabe.... !
Show all...
๐Ÿ‘ 12