cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
18 861
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+297 kunlar
+32830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Abdallaah ibnu mubaarak akkana jedhame gaafatame... Amala gaarii jecha tokkon nuf ibsii?? "aarii dhisuu" jedhe. Hin aariin! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
👍 6 1
Rabbiif male Namaaf hinjiraatiin gaafa duute namoonni si waliin qabrii hin seenan, si waliin gaaffii jabaaf Rabbiin biratti hindhaabbatan  yoo haadhaa fi Abbaa kee tahanillee. "qabriin sa'atii meeqa?" jedhanii wal waamanii erga bolla sif qotame kessa si darbatan booda galanii qabeenya kee waliif qoodu. Atiif hojiin kee qofti bolla kessatti haftu. Kanuma jirun adunyaa 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
لَا تَقْرَبُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ وَأَنتُمْ سُكَٰرَىٰ حَتَّىٰ تَعْلَمُوا۟ مَا تَقُولُونَ Haala machaahaa taataniin hanga waan dubbattanu beektanitti salaatatti hin dhihaatinaa - nama meqatu jira oso farsoo hin dhugiin garu salaata kessatti jaalalli dunyaa machoofsite waan jedhu kan hin beenne? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
👍 13 4🥰 1💯 1
00:29
Video unavailableShow in Telegram
akkuma Qaamni nyaataa fi dhugaati barbaachisuun...Onneenis Qur’aanaa fi zikrii barbaachisaan. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
5.16 KB
10
"Yoo jaallateen baay'ee kan kunuunsuun yoo jibbeen immoo nama mirga isi hin dhorkineef ilma kessan kennaa". A'ishaa Radiyallaahu anhaa 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
👍 7
Deebii sirri filadhu Dubartoota armaan gadii kessaa nikaa (gaa'ila) male walqunnamu dandeessu isi kamii waliin?Anonymous voting
  • Dubartoota abbaan manaa irraa du'e
  • Dubartoota qabsoodhaan booji'aman
  • Dubartoota kan fudhun dhabanii lafa ta'an
0 votes
👍 38
00:18
Video unavailableShow in Telegram
Qaama midhamaa meqatu qalbiin isaa fayyaa tahe Rabbii isaattii qajeela. Qalbiin fayyaa taanaan qaama midhamaa tahun kee jannatarraa ofduuba sin hanbisu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
TSEa6RPQlJLCXECF.mp41.60 MB
11😢 1
Odeeffannoo waytaawaa muslimoota Adunyaa fi islaama ilaallatan argachuuf yoo barbaaddan filannoon kessan....   HAQ~IBSA haa tahu jenna. linki armaan gadii cuqaasudhaan seenu dandeessu. hiriyoota kessaniif share akka gootan kabajaan isin gaafanna. 👇👇👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/HQ_Gaaffi
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Mee akkami wanna kana yaalaa jirtu?? Barreeffamonni kenna isin fayyadaa jiru?? Kaayyoon kenya gabroota gabra gabbaruu kessaa gara Goftaa gabrootaa gabbaruutti baasuudha. Nu waliin jirtuu? Wantoota shaakalaman shaakalaa jirtu? Mee barreeffama waa'ee salaata halkanii barreessine kanarraa eenyutu fayyadame yaalaa jiraa?? Asirratti 👇 nuf barressaa 📨 @Qaribanbot @Qaribanbot
Hammasini ko'rsatish...
7👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Namni suuraan kun galeef... dhugumaan haalli namoota dunyaa galeefii jira.😂😂 Yaa ahbaabii namoonni du'a kessaniin nagadaa jiru dammaqaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.