cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

نمایش بیشتر
فنلندة318زبان مشخص نشده استدین و مذهبی4 316
پست‌های تبلیغاتی
18 871
مشترکین
-324 ساعت
+277 روز
+29330 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni mana bareedaa dunyaa baddu kana irratti ijaaruuf umrii isaanii guutuu kan dhama'an yoo tahe  atii raka'a guyyaatti raka'aa kudha lama salaatudhaan jannata kessatti mana ijaarradhu! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 7
00:11
Video unavailableShow in Telegram
Jiruun adunyaa kanuma https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
55405846d7eec1c09e6b4289e4cf1c86.mp42.96 MB
😢 2
- Rabbiin gabricha isaa tokko yoo jaallateen... hojiin isaa xiqqoo taatullee   irraa qeebale badii isaa irraas hedduu araarama. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 8 3
Abdallaah ibnu mubaarak akkana jedhame gaafatame... Amala gaarii jecha tokkon nuf ibsii?? "aarii dhisuu" jedhe. Hin aariin! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 15 5🥰 1
Rabbiif male Namaaf hinjiraatiin gaafa duute namoonni si waliin qabrii hin seenan, si waliin gaaffii jabaaf Rabbiin biratti hindhaabbatan  yoo haadhaa fi Abbaa kee tahanillee. "qabriin sa'atii meeqa?" jedhanii wal waamanii erga bolla sif qotame kessa si darbatan booda galanii qabeenya kee waliif qoodu. Atiif hojiin kee qofti bolla kessatti haftu. Kanuma jirun adunyaa 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 9💯 2
Photo unavailableShow in Telegram
لَا تَقْرَبُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ وَأَنتُمْ سُكَٰرَىٰ حَتَّىٰ تَعْلَمُوا۟ مَا تَقُولُونَ Haala machaahaa taataniin hanga waan dubbattanu beektanitti salaatatti hin dhihaatinaa - nama meqatu jira oso farsoo hin dhugiin garu salaata kessatti jaalalli dunyaa machoofsite waan jedhu kan hin beenne? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 15 6🥰 1💯 1
00:29
Video unavailableShow in Telegram
akkuma Qaamni nyaataa fi dhugaati barbaachisuun...Onneenis Qur’aanaa fi zikrii barbaachisaan. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
5.16 KB
11👍 1
"Yoo jaallateen baay'ee kan kunuunsuun yoo jibbeen immoo nama mirga isi hin dhorkineef ilma kessan kennaa". A'ishaa Radiyallaahu anhaa 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
👍 10
Deebii sirri filadhu Dubartoota armaan gadii kessaa nikaa (gaa'ila) male walqunnamu dandeessu isi kamii waliin?Anonymous voting
  • Dubartoota abbaan manaa irraa du'e
  • Dubartoota qabsoodhaan booji'aman
  • Dubartoota kan fudhun dhabanii lafa ta'an
0 votes
👍 42
00:18
Video unavailableShow in Telegram
Qaama midhamaa meqatu qalbiin isaa fayyaa tahe Rabbii isaattii qajeela. Qalbiin fayyaa taanaan qaama midhamaa tahun kee jannatarraa ofduuba sin hanbisu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
نمایش همه...
TSEa6RPQlJLCXECF.mp41.60 MB
12😢 1
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.