en
Feedback
Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)

Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)

Open in Telegram

In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members

Show more
2 925
Subscribers
-124 hours
+17 days
+9930 days
Posts Archive
To all our Grade 12 students.
To all our Grade 12 students.

2018 Round -1 Physics Entrance Exam.
+9
2018 Round -1ย  Physics Entrance Exam.

Barattoota kutaa 12ffaa kanaan dura yeroon qormaataa marsaa 3ffaa jedhamee ture gara marsaa 2ffaatti jijjiiramuu isin beeksifna.kanaaf barattootni keenya hundi marsaa 2ffaa ta'u jechuu dha.

๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š BARATTOOTA MANA BARUMSAA KEENYAA HUNDAAF: Cufiinsi mana barumsaa(guyyaan kaardii) gaafa 26/10/2018 (Jimaata) ta'uu beektanii,guyyaa kana barataan hundi Yuunifoormii mana barumsaa uffatee akka dhufu isin hubachiifna.Barataan yuunifoormii malee dhufu mooraa mana barumsaa galuu akka hin dandeenye isin beeksifna. ๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””

๐Ÿ”‰๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š โ€‹#Attention! " Barattoota Saayinsii Uumamaa Kutaa 12ffaa Hundaaf:- Bor Wiixata [22-10-2018] ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee haala waliigala qorumsaa ilaalchisee keessummoota Ministeera Barnootaa irraa dhufaniin qajeelfamni (orienteeshiniin) waan kennamuuf, hundi keessan "WOLLEGA UNIVERSITY" keessatti akka argamtan. Hubachiisa โ€‹Kaardii Galmee (Admission Card) โ€‹Waraqaa Eenyummaa (NATIONAL ID) โ€‹Guutummaatti yunifoormii uffachuun dirqama " โ€‹๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””

๐Ÿ”‰๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š๐Ÿ”Š #Attention แˆˆ12แŠ› แŠญแแˆ แ‹จแ‰ฐแˆแŒฅแˆฎ แˆฃแ‹ญแŠ•แˆต แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แˆ™แˆ‰ แАแŒˆ แˆฐแŠž แŠจแŒงแ‰ฑ 1แก30 แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แˆตแˆˆ แˆแ‰ฐแŠ“แ‹‰ แˆแŠ”แ‰ณ แŠจแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ แ‰ แˆšแˆ˜แŒก แŠฅแŠ•แŒแ‹ถแ‰ฝ แŠฆแˆจแŠ•แ‰ดแˆฝแŠ• แˆตแˆˆแˆšแˆ แŒฅ แˆแˆ‹แ‰ฝแˆแˆ "WOLLEGA UNIVERSITY " แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒˆแŠ™ แˆ›แˆณแˆฐแ‰ขแ‹ซ - แŠ แ‹ตแˆšแˆฝแŠ• แŠซแˆญแ‹ต แŒแ‹ต แАแ‹ - "NATIONAL ID " - แˆ™แˆ‰ แ‰ แˆ™แˆ‰ แ‹ฉแŠ’แŽแˆญแˆ แˆ˜แˆแ‰ แˆต แŒแ‹ฐแ‰ณ แАแ‹ ๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””๐Ÿ””

Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Yeroo qormaataaf deemtan: 1.barataan hundi admission card fi waraqaa eenyummaa(national ID) qabachuu qaba. 2.Barataan hundi Yuunifoormii mana barumaaa uffachuu qaba. 3.Admission kaardii barataan qabatee dhufu qulqulluu fi kan hinxuroofne ykn hinciccinne tahuu qaba. The barcode will be scanned by computer which serves as attendance. 4.barataan sababa dhukkubaaf qoricha fayyadamu yoo jiraate ajaja mana yaalaa qabaachuu qaba. Orientation warra CBT ( online) qoraman hundaaf kan kennamu gaafa Wiixataa(22/10/2018) sa'a 2:30 tti waan ta'eef hundumti keessan argamuun dirqama ta'a.

barattootni round 2 taatan qormaanni gaafa 26-30/10/2018 ta'a. warri round 3 gaafa 1-3/11/2018 ta'a.

candidates and round.xlsx0.19 KB

17/10/2018e.c CBE EXAM address ================ Oromia Region ( Please refer the above Excel sheet) https://exp4.ethernet.edu.et/ https://exp5.ethernet.edu.et/ https://exp6.ethernet.edu.et/ https://exp7.ethernet.edu.et/

Ergaa ariifachiisaa: Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf guyyaa borii akka biyyaatti qormaati yaalii(mock exam) waan kennamuuf ganama sa'a 2:30 tti Wallaggaa Yuunivarsitiitti akka argamtan isin beeksifna. Ergaan kun reefu karaa waajjira barnootaa nuuf darbe waan ta'eef share waliif godhaa.

photo content

Hubachiisa barattoota kutaa 12ffaaf:gaafa Wiixataa(15/10/2018)yeroo gara mooraa Yuunivarsitii dhuftan Yuunifoormii mana barumsaa guutuu ta'e uffachuun dirqama ta'uu isin hubachiifna.