Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)
Ir al canal en Telegram
In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members
Mostrar más2 853
Suscriptores
+324 horas
+187 días
+4130 días
Archivo de publicaciones
BARATTOOTA KUTAA 6FFAA FI 8FFAA MANA BARUMSAA KEENYAA HUNDAAF: Karaa waajjira barnootaa orenteeshiniin waan isiniif kennamuuf,Guyyaa borii Jimaata (05/10/2018) ganama sa'a 2:30 tti mana barumsaatti akka argamtan isin beeksifna.
HUB: Barataan hundi Yuunifoormii uffatee dhufuun dirqama dha.
Repost from NEKEMTE EVENING TUTORIAL CLASS(NETC)
BIOLOGY grade 11.pdf6.09 KB
#Update
Odeeffannoo Lakkoofsa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018
564,219 ➫ Barattoota qormaataaf galmaa’an
306,964 ➫ Barattoota Qormaata damee Saayinsii Uumamaa fudhatan
257,255 ➫ Barattoota Qormaata damee Saayinsii Hawaasaa fudhatan
570 ➫ Wiirtuuwwan qormaataa naannolee keessatti qophaa’an
667 ➫ Wiirtuuwwan haala addaan qophaa’an
122,000 ➫ Koompitaraawwan qormaataaf qophaa’an
97 ➫ Dhaabbilee Barnoota Olaanaa qormaanni keessatti kennamu
🔔 Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa kitaabota barnootaa kutaa 9ffaa hanga 12ffaa irratti qofa kan hundaa’e ta’uu fi sirna barnootaa haaraa waliin guutummaatti kan walsimu ta’uu isaa Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.
BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
#Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
#1_Kan_Heyyamaman
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman:
#Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa,
#Kaardii Galmee/Admission Card/
#Kobbee/Irsaasii/ (Pencil)
#Haqxuu
#Sarartuu
#Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu.
#2_Kan_Dhoorkaman.
Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo:
#Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf
#Qalama
#Sa'aatii harkaa
#Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu,
#Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane ,
#Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu,
#Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa,
#Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi
#Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna.
Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna.
#Qormaatnis_kan_kennamu:
Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u,
Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama.
Shared by a full-featured free reader app - All Document Reader: https://st.deepthought.industries/vuA32i
Ecology Short Notes For Grade 9th Students
#Join for more 👇👇
✅️ @OroAcademic
Shared by a full-featured free reader app - All Document Reader: https://st.deepthought.industries/vuA32i
Barattoonni Kutaa 12ffaa liinkii armaan gadii kana bantanii lakkoofsa Admission keessan fayyadamuun seentanii gaaffilee shaakalaa adda addaa hojjachuu fi akkaataa qormaanni online itti kennamu irratti hubannoo dabalataa irraa argachuu ni dandeessu.
Liinkii 👉 http://mock1.ethernet.edu.et
BARATTOOTA MANA BARUMSAA KEENYAA HUNDAAF GUYYAA BORII JECHUUN 26/09/2018 BARNOONNI KAN ITTI FUFU TA'UU ISIN HUBACHIIFNA. KANAAF BARATAAN HUNDI HARCAATII TOKKO MALEE AKKA ARGAMTAN ISIN HUBACHIIFNA.
Shared by a full-featured free reader app - All Document Reader: https://st.deepthought.industries/vuA32i
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
