Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)
رفتن به کانال در Telegram
In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members
نمایش بیشتر2 973
مشترکین
+1324 ساعت
+177 روز
+4730 روز
آرشیو پست ها
Repost from TIKVAH-ETHIOPIA
" ተማሪዎች ከምሽቱ 1፡00 ሰዓት ጀምረው ውጤታቸው ማየት ይችላሉ " - የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት
የ2018 ትምህርት ዘመን የኢትዮጵያ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ፈተና ውጤት የሚገለጽባቸው አድራሻዎች ይፋ ሆነዋል።
በ2018 ትምህርት ዘመን የኢትዮጵያ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ፈተና ውጤትን ተፈታኞች ዛሬ ነሐሴ 19 ቀን 2018 ዓ/ም ከምሽቱ 1፡00 ሰዓት ጀምረው የሚከተሉትን አማራጭ ማስፈንጠሪያዎችን (Link) በመጠቀም ማየት የሚችሉ መሆኑን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል።
በተያያዘም ተፈታኞች ቅሬታ ሲኖራቸው በአካል መምጣት ሳያስፈልግ https://result.eaes.et/complaint የሚለውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም ቅሬታቸውን ከነሐሴ 19 እስከ 26/2018 ዓ/ም ከቀኑ 10፡00 ሰዓት ድረስ በማቅረብ ምላሹንም በተመሳሳይ ማስፈንጠሪያ በኩል መከታተል የሚችሉ መሆኑን አገልግሎቱ ገልጿል።
ውጤት የሚገለጽባቸው ማስፈንጠሪያዎች፡-
- በድረ ገጽ ፡ https://result.eaes.et
- ቴሌግራም፡ https://result.eaes.et/telegram
- አጭር የጽሑፍ መልዕክት፡ https://result.eaes.et/sms
ነሐሴ 19 ቀን 2018 ዓ/ም
@tikvahethiopia
Barattoota Buleeyyii Mana barumsaa Keenyaa hundaaf:
1.Barattootni kana dura galmooftan Waraqaa eenyummaa biyyoolessaa(National ID) qabbattanii dhufuun FAN keessan gaafa 25-27/12/2018 galmeessisuu qabdu.
2.Barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in jirtan gaafa 25-26/12/2018 qofaatti akka galmooftan isin hubachiifna.
Barataa/ttuun hin galmaa'in hafe/te,kan barataa haaraa bakka buufnu ta'a.
Barattoota Buleeyyii Mana barumsaa Keenyaa hundaaf:
1.Barattootni kana dura galmooftan Waraqaa eenyummaa biyyoolessaa(National ID) qabbattanii dhufuun FAN keessan gaafa 23-25/12/2018 galmeessisuu qabdu.
2.Barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in jirtan gaafa 23-25/12/2018 qofaatti akka galmooftan isin hubachiifna.
Barataa/ttuun hin galmaa'in hafe/te,kan barataa haaraa bakka buufnu ta'a.
Barattoota Buleeyyii Mana barumsaa Keenyaa hundaaf:
1.Barattootni kana dura galmooftan Waraqaa eenyummaa biyyoolessaa(National ID) qabbattanii dhufuun FAN keessan gaafa 25-27/12/2018 galmeessisuu qabdu.
2.Barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in jirtan gaafa 25-27/12/2018 qofaatti akka galmooftan isin hubachiifna.
Barataa/ttuun hin galmaa'in hafe/te,kan barataa haaraa bakka buufnu ta'a.
kutaa 12ffaa ibsi har'a kennama
#MoE : ትምህርት ሚኒስቴር የ2018 ዓ/ም የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ዙሪያ ከደቂቃዎች በኋላ መግለጫ ይሰጣል።
Barattoota hundaaf carraa gaarii
Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014.pdf1.31 MB
Qormaata_Seensaa_Manneen_Barnoota_Addaa_Bultii_Addaa_BBO_fi_WMO.pdf2.05 MB
Qormaata_Seensaa_Manneen_Barnoota_Addaa_Bultii_Addaa_BBO_fi_WMO kutaa 9ffaaf
Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014.pdf1.31 MB
Qormaata_Seensaa_Manneen_Barnoota_Addaa_Bultii_Addaa_BBO_fi_WMO.pdf2.05 MB
Barattoota kutaa 6 gara 7tti akkasumas kutaa 8 gara 9tti dabartan mana barumsaa keenya barachaa turtaniif:
Galmeen bara 2019 gaggeeffaamaa kan jiru ta'uu isin hubachiisaa barattootni hanga har'aatti hin galmaa'in jirtan bor(07/12/2018) qofa galmaa'uu akka dandeessan isin beeksifna.
HUBACHIISA:Barataan/ttuun hin galmaaa'in hafe/te bakka isaa barataa/ttuu haaraa kan galmeessinu ta'uu isin hubachiifna.
Shared by a full-featured free reader app - All Document Reader: https://st.deepthought.industries/vuA32i
G_12_BIOLOGY_WORK_SHEET_ON_UNIT_1_THE_APPLICATIONS_OF_BIOLOGY.pdf6.48 KB