ru
Feedback
Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)

Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)

Открыть в Telegram

In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members

Больше
2 925
Подписчики
-124 часа
+17 дней
+9930 день
Архив постов
photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

To all our Grade 12 students.
To all our Grade 12 students.

2018 Round -1 Physics Entrance Exam.
+9
2018 Round -1  Physics Entrance Exam.

Barattoota kutaa 12ffaa kanaan dura yeroon qormaataa marsaa 3ffaa jedhamee ture gara marsaa 2ffaatti jijjiiramuu isin beeksifna.kanaaf barattootni keenya hundi marsaa 2ffaa ta'u jechuu dha.

🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊 BARATTOOTA MANA BARUMSAA KEENYAA HUNDAAF: Cufiinsi mana barumsaa(guyyaan kaardii) gaafa 26/10/2018 (Jimaata) ta'uu beektanii,guyyaa kana barataan hundi Yuunifoormii mana barumsaa uffatee akka dhufu isin hubachiifna.Barataan yuunifoormii malee dhufu mooraa mana barumsaa galuu akka hin dandeenye isin beeksifna. 🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔

🔉🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊 ​#Attention! " Barattoota Saayinsii Uumamaa Kutaa 12ffaa Hundaaf:- Bor Wiixata [22-10-2018] ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee haala waliigala qorumsaa ilaalchisee keessummoota Ministeera Barnootaa irraa dhufaniin qajeelfamni (orienteeshiniin) waan kennamuuf, hundi keessan "WOLLEGA UNIVERSITY" keessatti akka argamtan. Hubachiisa ​Kaardii Galmee (Admission Card) ​Waraqaa Eenyummaa (NATIONAL ID) ​Guutummaatti yunifoormii uffachuun dirqama " ​🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔

🔉🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊🔊 #Attention ለ12ኛ ክፍል የተፈጥሮ ሣይንስ ተማሪዎች በሙሉ ነገ ሰኞ ከጧቱ 1፡30 አጠቃላይ ስለ ፈተናዉ ሁኔታ ከትምህርት ሚኒስቴር በሚመጡ እንግዶች ኦረንቴሽን ስለሚሠጥ ሁላችሁም "WOLLEGA UNIVERSITY " እንድትገኙ ማሳሰቢያ - አድሚሽን ካርድ ግድ ነው - "NATIONAL ID " - ሙሉ በሙሉ ዩኒፎርም መልበስ ግደታ ነው 🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔

Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Yeroo qormaataaf deemtan: 1.barataan hundi admission card fi waraqaa eenyummaa(national ID) qabachuu qaba. 2.Barataan hundi Yuunifoormii mana barumaaa uffachuu qaba. 3.Admission kaardii barataan qabatee dhufu qulqulluu fi kan hinxuroofne ykn hinciccinne tahuu qaba. The barcode will be scanned by computer which serves as attendance. 4.barataan sababa dhukkubaaf qoricha fayyadamu yoo jiraate ajaja mana yaalaa qabaachuu qaba. Orientation warra CBT ( online) qoraman hundaaf kan kennamu gaafa Wiixataa(22/10/2018) sa'a 2:30 tti waan ta'eef hundumti keessan argamuun dirqama ta'a.

barattootni round 2 taatan qormaanni gaafa 26-30/10/2018 ta'a. warri round 3 gaafa 1-3/11/2018 ta'a.

candidates and round.xlsx0.19 KB

17/10/2018e.c CBE EXAM address ================ Oromia Region ( Please refer the above Excel sheet) https://exp4.ethernet.edu.et/ https://exp5.ethernet.edu.et/ https://exp6.ethernet.edu.et/ https://exp7.ethernet.edu.et/

Ergaa ariifachiisaa: Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf guyyaa borii akka biyyaatti qormaati yaalii(mock exam) waan kennamuuf ganama sa'a 2:30 tti Wallaggaa Yuunivarsitiitti akka argamtan isin beeksifna. Ergaan kun reefu karaa waajjira barnootaa nuuf darbe waan ta'eef share waliif godhaa.

photo content

Hubachiisa barattoota kutaa 12ffaaf:gaafa Wiixataa(15/10/2018)yeroo gara mooraa Yuunivarsitii dhuftan Yuunifoormii mana barumsaa guutuu ta'e uffachuun dirqama ta'uu isin hubachiifna.

photo content