Catholic Kidane Mihiret(Nekemte)
Kanalga Telegramโda oโtish
In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members
Ko'proq ko'rsatish2 925
Obunachilar
-124 soatlar
+17 kunlar
+9930 kunlar
Postlar arxiv
Barattoota kutaa 12ffaa kanaan dura yeroon qormaataa marsaa 3ffaa jedhamee ture gara marsaa 2ffaatti jijjiiramuu isin beeksifna.kanaaf barattootni keenya hundi marsaa 2ffaa ta'u jechuu dha.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
BARATTOOTA MANA BARUMSAA KEENYAA HUNDAAF:
Cufiinsi mana barumsaa(guyyaan kaardii) gaafa 26/10/2018 (Jimaata) ta'uu beektanii,guyyaa kana barataan hundi Yuunifoormii mana barumsaa uffatee akka dhufu isin hubachiifna.Barataan yuunifoormii malee dhufu mooraa mana barumsaa galuu akka hin dandeenye isin beeksifna.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ#Attention!
" Barattoota Saayinsii Uumamaa Kutaa 12ffaa Hundaaf:-
Bor Wiixata [22-10-2018] ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee haala waliigala qorumsaa ilaalchisee keessummoota Ministeera Barnootaa irraa dhufaniin qajeelfamni (orienteeshiniin) waan kennamuuf, hundi keessan "WOLLEGA UNIVERSITY" keessatti akka argamtan.
Hubachiisa
โKaardii Galmee (Admission Card)
โWaraqaa Eenyummaa (NATIONAL ID)
โGuutummaatti yunifoormii uffachuun dirqama "
โ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Attention
แ12แ แญแแ แจแฐแแฅแฎ แฃแญแแต แฐแแชแแฝ แ แแ
แแ แฐแ แจแงแฑ 1แก30 แ แ แแแญ แตแ แแฐแแ แแแณ แจแตแแ
แญแต แแแตแดแญ แ แแแก แฅแแแถแฝ แฆแจแแดแฝแ แตแแแ แฅ แแแฝแแ "WOLLEGA UNIVERSITY " แฅแแตแตแแ
แแณแฐแขแซ
- แ แตแแฝแ แซแญแต แแต แแ
- "NATIONAL ID "
- แแ แ แแ แฉแแแญแ แแแ แต แแฐแณ แแ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf
Yeroo qormaataaf deemtan:
1.barataan hundi admission card fi waraqaa eenyummaa(national ID) qabachuu qaba.
2.Barataan hundi Yuunifoormii mana barumaaa uffachuu qaba.
3.Admission kaardii barataan qabatee dhufu qulqulluu fi kan hinxuroofne ykn hinciccinne tahuu qaba.
The barcode will be scanned by computer which serves as attendance.
4.barataan sababa dhukkubaaf qoricha fayyadamu yoo jiraate ajaja mana yaalaa qabaachuu qaba.
Orientation warra CBT ( online) qoraman hundaaf kan kennamu gaafa Wiixataa(22/10/2018) sa'a 2:30 tti waan ta'eef hundumti keessan argamuun dirqama ta'a.
barattootni round 2 taatan qormaanni gaafa 26-30/10/2018 ta'a. warri round 3 gaafa 1-3/11/2018 ta'a.
17/10/2018e.c
CBE EXAM address
================
Oromia Region ( Please refer the above Excel sheet)
https://exp4.ethernet.edu.et/
https://exp5.ethernet.edu.et/
https://exp6.ethernet.edu.et/
https://exp7.ethernet.edu.et/
Ergaa ariifachiisaa:
Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf guyyaa borii akka biyyaatti qormaati yaalii(mock exam) waan kennamuuf ganama sa'a 2:30 tti Wallaggaa Yuunivarsitiitti akka argamtan isin beeksifna.
Ergaan kun reefu karaa waajjira barnootaa nuuf darbe waan ta'eef share waliif godhaa.
Hubachiisa barattoota kutaa 12ffaaf:gaafa Wiixataa(15/10/2018)yeroo gara mooraa Yuunivarsitii dhuftan Yuunifoormii mana barumsaa guutuu ta'e uffachuun dirqama ta'uu isin hubachiifna.
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 โ yilning asosiy insaytlari 
