en
Feedback
OROMO DV

OROMO DV

Open in Telegram

DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa! Inbox: @OroDV1

Show more

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel OROMO DV

Channel OROMO DV (@oromodv) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 16 025 subscribers, ranking 12 377 in the Education category and 2 107 in the Ethiopia region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 16 025 subscribers.

According to the latest data from 27 August, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -361 over the last 30 days and by -7 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 38.20%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 9.44% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 6 133 views. Within the first day, a publication typically gains 1 515 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 8.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œDV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa! Inbox: @OroDV1”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 28 August, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

16 025
Subscribers
-724 hours
-867 days
-36130 days
Posts Archive
OROMO DV
16 025
Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa! Inbox: @Eebbaa1 Page active ta'uu qaba!

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera! Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n: πŸ“Œ Marsariitii (Website): https://result.e
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera! Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n: πŸ“Œ Marsariitii (Website): https://result.eaes.et πŸ“Œ Telegiraamii (Telegram): @EAESbot πŸ“Œ Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284 πŸ“Œ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba! @EbaDigital

OROMO DV
16 025
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!

OROMO DV
16 025
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofa
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa. Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha. Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha. Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.

OROMO DV
16 025
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortii
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa? Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha. Dafee akka sirreeffamu ni eegama! @EbaDigital

OROMO DV
16 025
Birr kuma 13 amanee natti erge πŸ₯Ί Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi fo
Birr kuma 13 amanee natti erge πŸ₯Ί Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira. Hubadhaa! Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu. Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta.

OROMO DV
16 025
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa Nation
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
16 025
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarr
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha. Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa! Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
16 025
Yaadachiisa: Paaspoortii Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira. Gaafa Kibxataa deemaa! @OromoDV

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkoll
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE! Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa! Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenj
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu! Leenjii kanarratti: - Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu - Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu - Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu - Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama! Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA! Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama! Buraayyuu, Maariyaam Bulchiinsa magaalaa Fuuldura

OROMO DV
16 025
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa! Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026) Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa. Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo gu
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa. Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna!

OROMO DV
16 025
#Breaking Passport - Oduu Gaarii! Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira! Barana qofa Oromiya
#Breaking Passport - Oduu Gaarii! Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira! Barana qofa Oromiyaa keessaa Magaalota 4tti Damee haaraan banameera. Naqamtee, Mattuu, Baalee Roobee, fi Bulee Horaa. Duraan Adamaa fi Jimmaa qofa ture. Damee barbaaddan irratti paaspoortii guuttachuu yoo feetan @OroDV irratti telegramaan na qunnamaa! Magaalaa hundarratti isiniif guutuu nan danda'a. @OromoDV

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f 1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa 2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisa
Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f 1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa 2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisaa 3ffaa) Birr 200 + Leenjii bilisaa 4ffaa) Birr 150 + Leenjii bilisaa 5ffaa) Birr 100 + Leenjii bilisaa 6ffaa - 10ffaa) Leenjii bilisaa Badhaasni leenjii kun Tiktok Content Creation Course dha. Course kana yoo fudhattan Tiktok hojjettanii milkaa'uu dandeessu! Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-10 badhaasa kana ni argattu! Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama. Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu! Carraa gaarii! @EbaDigital

OROMO DV
16 025
Repost from Eba Digital
Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course)
Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Leenjii kana yoo fudhattan tiiktookii irratti hojjettanii milkaa'uu dandeessu! Waa'ee Leenjichaa odeeffaannoo dabalataa argachuuf as tuqaa: https://t.me/EbaCourses/18 Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo ani hojjedhe tokko filachuudhaan: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC Comment keessan like 30 fi isaa ol argate hundi badhaasa kana ni argattu! Badhaafamuuf: Comment keessan like 30 ol argatee fi ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot godhaatii @Eebbaa1 irratti naaf ergaa! Carraa gaarii!

OROMO DV
16 025
Giveaway 2ffaa Nama 5'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course)
Giveaway 2ffaa Nama 5'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo jalqabarra jiru kana: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu! Baay'inni like keessanii ilaalamee Facaasaa(Kibxata dhufu) galgala badhaasni keessan isiniif kennama. Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu! Carraa gaarii!

OROMO DV
16 025
Badhaasa kaardii ykn qarshii nama 5'f 1ffaa) Birr 500 2ffaa) Birr 300 3ffaa) Birr 200 4ffaa) Birr 150 5ffaa) Birr 100 Badhaas
Badhaasa kaardii ykn qarshii nama 5'f 1ffaa) Birr 500 2ffaa) Birr 300 3ffaa) Birr 200 4ffaa) Birr 150 5ffaa) Birr 100 Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu! Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama. Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu! Carraa gaarii! @EbaDigital

OROMO DV
16 025
Breaking - Tajaajilli Paaspoortii magaalaa Mattuu irratti kennamuu eegale! Kana dura Oromiyaa keessaa Adamaa fi Jimmaa qofa ture. Ji'a muraasa dura Magaalaa Naqamteetti kan eegale yoo ta'u, Ammammoo dabalataan Godina Iluu Abbaa Booraa magaalaa Mattuu irrattis eegalameera! Paaspoortii biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan natti ergaa! Magaalaa feetan irratti isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Guyyaan beellama ashaaraa as dhiyaatee waan jiruuf dafaa itti fayyadamaa! Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!