uz
Feedback
OROMO DV

OROMO DV

Kanalga Telegram’da o‘tish

DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa! Inbox: @OroDV1

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali OROMO DV analitikasi

OROMO DV (@oromodv) Amxar til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 16 897 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 11 985-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 1 981-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 16 897 obunachiga ega bo‘ldi.

19 Iyun, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -609 ga, so‘nggi 24 soatda esa -10 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 30.05% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 5.75% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 5 077 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 971 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 14 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa! Inbox: @OroDV1

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 20 Iyun, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

16 897
Obunachilar
-1024 soatlar
-1307 kunlar
-60930 kunlar
Postlar arxiv
OROMO DV
16 897
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortii
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa? Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha. Dafee akka sirreeffamu ni eegama! @EbaDigital

OROMO DV
16 897
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi fo
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira. Hubadhaa! Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu. Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta.

OROMO DV
16 897
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa Nation
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
16 897
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarr
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha. Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa! Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
16 897
Yaadachiisa: Paaspoortii Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira. Gaafa Kibxataa deemaa! @OromoDV

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkoll
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE! Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa! Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenj
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu! Leenjii kanarratti: - Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu - Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu - Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu - Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama! Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA! Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama! Buraayyuu, Maariyaam Bulchiinsa magaalaa Fuuldura

OROMO DV
16 897
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa! Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026) Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa. Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo gu
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa. Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna!

OROMO DV
16 897
#Breaking Passport - Oduu Gaarii! Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira! Barana qofa Oromiya
#Breaking Passport - Oduu Gaarii! Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira! Barana qofa Oromiyaa keessaa Magaalota 4tti Damee haaraan banameera. Naqamtee, Mattuu, Baalee Roobee, fi Bulee Horaa. Duraan Adamaa fi Jimmaa qofa ture. Damee barbaaddan irratti paaspoortii guuttachuu yoo feetan @OroDV irratti telegramaan na qunnamaa! Magaalaa hundarratti isiniif guutuu nan danda'a. @OromoDV

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f 1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa 2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisa
Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f 1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa 2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisaa 3ffaa) Birr 200 + Leenjii bilisaa 4ffaa) Birr 150 + Leenjii bilisaa 5ffaa) Birr 100 + Leenjii bilisaa 6ffaa - 10ffaa) Leenjii bilisaa Badhaasni leenjii kun Tiktok Content Creation Course dha. Course kana yoo fudhattan Tiktok hojjettanii milkaa'uu dandeessu! Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-10 badhaasa kana ni argattu! Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama. Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu! Carraa gaarii! @EbaDigital

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course)
Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Leenjii kana yoo fudhattan tiiktookii irratti hojjettanii milkaa'uu dandeessu! Waa'ee Leenjichaa odeeffaannoo dabalataa argachuuf as tuqaa: https://t.me/EbaCourses/18 Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo ani hojjedhe tokko filachuudhaan: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC Comment keessan like 30 fi isaa ol argate hundi badhaasa kana ni argattu! Badhaafamuuf: Comment keessan like 30 ol argatee fi ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot godhaatii @Eebbaa1 irratti naaf ergaa! Carraa gaarii!

OROMO DV
16 897
Giveaway 2ffaa Nama 5'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course)
Giveaway 2ffaa Nama 5'f - Step isaa baay'ee salphaadha! Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo jalqabarra jiru kana: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu! Baay'inni like keessanii ilaalamee Facaasaa(Kibxata dhufu) galgala badhaasni keessan isiniif kennama. Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu! Carraa gaarii!

OROMO DV
16 897
Badhaasa kaardii ykn qarshii nama 5'f 1ffaa) Birr 500 2ffaa) Birr 300 3ffaa) Birr 200 4ffaa) Birr 150 5ffaa) Birr 100 Badhaas
Badhaasa kaardii ykn qarshii nama 5'f 1ffaa) Birr 500 2ffaa) Birr 300 3ffaa) Birr 200 4ffaa) Birr 150 5ffaa) Birr 100 Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana: - Like fi Favorite godhaa - Repost godhaa - Si'a 5 copylink godhaa! - Nama 5'f share godhaa! - Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa! Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu! Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama. Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu! Carraa gaarii! @EbaDigital

OROMO DV
16 897
Breaking - Tajaajilli Paaspoortii magaalaa Mattuu irratti kennamuu eegale! Kana dura Oromiyaa keessaa Adamaa fi Jimmaa qofa ture. Ji'a muraasa dura Magaalaa Naqamteetti kan eegale yoo ta'u, Ammammoo dabalataan Godina Iluu Abbaa Booraa magaalaa Mattuu irrattis eegalameera! Paaspoortii biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan natti ergaa! Magaalaa feetan irratti isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Guyyaan beellama ashaaraa as dhiyaatee waan jiruuf dafaa itti fayyadamaa! Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
16 897
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyy
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha. Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa!

OROMO DV
16 897
Repost from Eba Digital
Of eeggannoo godhaa - Telegramiin namootaa baay'ee butamaa jira! Akkamiin butama yoo jettan... "Liinkii kana yoo tuqxe waan a
Of eeggannoo godhaa - Telegramiin namootaa baay'ee butamaa jira! Akkamiin butama yoo jettan... "Liinkii kana yoo tuqxe waan akkanaa argatta" jedhu. Fakkeenyaaf: - Doolara hanganaa argatta - Telegram premium bilisaan argatta - Footoo fi viidiyoo qullaa namootaa argatta 🤔 Ati dhuguma seetee liinkicha tuqxa. Bilbila kee itti galchita. Code siif dhufu itti galchita. Dhumarratti telegramakeetiin chaawoo jetta. Kana qofaaree? Telegrama kee fayyadamanii message sana contact kee hundaaf forward godhu. Warri saff jedhanii liinkicha tuqan hunduu akkuma kee ta'u... Ammas liinkichi Contact isaanii hundatti forward ta'a. Bifa kanaan daqiiqaa muraasa keessatti telegramiin namoota baay'ee butama. Telegrama qofa miti. Account miidiyaa hawaasa hundi bifa kanaan butamuu danda'a. @EbaDigital

OROMO DV
16 897
Magaalaa kamirraa paaspoortii baafachuu barbaaddu? Guyyaa ashaaraan itti kennamu as dhiyaatee jira Finfinnee - Guyyaa 79 Jimmaa - Guyyaa 62 Naqamtee - Guyyaa 46 Adaamaa - Guyyaa 82 Dire Dawa - Guyyaa 45 Ashaaraan kennamee torban 1-3 keessatti paaspoortii keessan isiniif dhufa. Akkasumas Paaspoortii haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta! Inbox: @OroDV1 OromoDV

OROMO DV
16 897
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Akkanatti isiniif guutee waraqaa beellamaa keessan isiniif erga. @OroDV1 ir
+6
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Akkanatti isiniif guutee waraqaa beellamaa keessan isiniif erga. @OroDV1 irratti telegramaan na qunnamaa! Torban 2 asitti Damee Finfinnee, Naqamtee, Jimmaa, Dirre Dawaa, fi Adaamaa irratti namoota hedduuf guutee waraqaa beellamaa isaanii ergeefiin jira. Inbox: @OroDV1 Guyyoota booda system baduu waan danda'uuf dafaa guuttadhaa!