en
Feedback
Eba Digital

Eba Digital

Open in Telegram

Digital Hustler and Content Creator

Show more
The country is not specifiedCryptocurrencies7 577

📈 Analytical overview of Telegram channel Eba Digital

Channel Eba Digital (@ebadigital) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 13 482 subscribers, ranking 7 577 in the Cryptocurrencies category.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 13 482 subscribers.

According to the latest data from 08 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -253 over the last 30 days and by -8 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 27.64%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 10.84% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 3 727 views. Within the first day, a publication typically gains 1 462 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 10.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Digital Hustler and Content Creator

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 09 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Cryptocurrencies category.

13 482
Subscribers
-824 hours
-437 days
-25330 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+1
in 0 channels
August '26
+72
in 1 channels
Get PRO
July '26
+75
in 0 channels
Get PRO
June '26
+35
in 1 channels
Get PRO
May '26
+48
in 2 channels
Get PRO
April '26
+609
in 3 channels
Get PRO
March '26
+481
in 0 channels
Get PRO
February '26
+155
in 2 channels
Get PRO
January '26
+647
in 6 channels
Get PRO
December '25
+480
in 1 channels
Get PRO
November '25
+56
in 1 channels
Get PRO
October '25
+86
in 0 channels
Get PRO
September '25
+219
in 2 channels
Get PRO
August '25
+491
in 3 channels
Get PRO
July '25
+394
in 2 channels
Get PRO
June '25
+40
in 0 channels
Get PRO
May '25
+70
in 0 channels
Get PRO
April '25
+81
in 0 channels
Get PRO
March '25
+10
in 1 channels
Get PRO
February '25
+12
in 1 channels
Get PRO
January '25
+3
in 3 channels
Get PRO
December '24
+72
in 4 channels
Get PRO
November '24
+356
in 5 channels
Get PRO
October '24
+3 319
in 5 channels
Get PRO
September '24
+3 173
in 12 channels
Get PRO
August '24
+9 540
in 8 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 September0
08 September0
07 September0
06 September0
05 September0
04 September+1
03 September0
02 September0
01 September0
Channel Posts
Dafaa itti fayyadamaa! - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Inb
Dafaa itti fayyadamaa! - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!

2
Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa! Inbox: @Eebbaa1 Page active ta'uu qaba!
2 226
3
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera! Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n: 📌 Marsariitii (Website): https://result.e
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera! Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n: 📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et 📌 Telegiraamii (Telegram): @EAESbot 📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284 📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba! @EbaDigital
7 303
4
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!
4 135
5
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofa
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa. Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha. Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha. Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
3 923
6
Usdt bitachuu fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Binance, Bybit, Tonkeeper, Exness, Paypal Doolaara Paypal baay'inaan nabiraa ni argattu! Gurgurachuu yoo barbaaddanis na qunnamaa! Inbox:  @Eebbaa1 Hub: - Username kanaan alatti kankoo miti. Hattoonni maqaakoon isinitti dhufuu waan danda'aniif of eeggannoo taasisaa! - Ani ofiikoon dursee isiniif hin barreessu. Yoo isin naaf barreessitan qofan isiniif deebisa!
1 825
7
Adsense Account - Kan youtube'dhaan banamee verify ta'e namoonni qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa! Gatii bareedaadhaan isinirraan bita. Inbox: @Eebbaa1
3 915
8
Deebii guutuu - Ati eenyu? Ogummaa akkamii qabda? Maal maal hojjetta? Akkamiin galii argatta? Kun gaaffii nama baay'eeti. Warri kaanis waa'ee hojii online fi hojiiwwan dijitaalaa haasawuu fi barreessuukoo yeroo argitan gaaffiin kun isin keessatti uumamuu hin oolu. Maxxansa kana keessatti gaaffii keessan guutummaatti isiniif deebisa! Waa'eekoo baruu yoo feetan hanga dhumaatti dubbisaa! Dursa achii as dhufa(Background) koo xiqqoo isiniif ibsa: - Waggaa 8 dura hojii online yaaluu jalqabe - Barnoota Digrii muummee saayinsii kompiitaraatiin waggaa 4 dura Yuunivarsiitii Samaraa irraa eebbifame. Barnootatti nama jabaatun tures! - Durii kaasee teeknoolojii fi wantoota dijitaalaa qorachuu, barachuu fi hojjechuu baay'een jaalladhan ture. - Durii kaasee wantoota haaraa baruuf, hubachuuf kaka'umsa olaanaan qaba. Maxxansaalee(Blog) fi Kitaabota murteessoo ta'an nan dubbisa, Viidiyoo garagaaraa nan dawwadha! Dudduubni koo gabaabaatti kana fakkaata. Egaa, Ani amma ogummaa dijitaalaa baay'een qaba. Ogummaa kanneen gonfachuuf waggoota 7 ol natti fudhateera. Ammas ogummaa dabalataa gonfachuuf akkasuma ogummaa duraan gonfadhe sadarkaa olaanaatti guddisuufis tattaafachaan jira. Ogummaawwan gonfadhe keessaa kan yeroo ammaa galii naaf argamsiisaa jiranii fi akkamiin akkan galii ittiin argachaa jiru bal'isee isiniif ibsa! Ogummaa gurguddoo galii galii naaf argmsiisaa jiran: 1) Content Creation     - Tiktok(157K+ followers)     - Telegram(50K+ total members)     - Facebook(8K followers)    2) Digital Marketing     - Social Media Marketing     - Social Media Management     - Paid ads     - Script Writing & Copywriting 3) Creative jobs      - Video Waraabuu      - Viidiyoo gulaaluu(Video Editing)      - Graphic Design      - Sound Design 4) Services      - Passport Services      - DV application & Processing      - Short Term Trainings 5) Website Design & Development    - Blog Websites    - Landing page Websites    - Business & Corporate Websites    - Portfolio Websites    - Educational & E-Learning Websites    - Entertainment & Media Websites    - Non-Profit & Charity Websites    - Personal & Biography Websites    - Event Websites 6) Artificial Intelligences(AI)    6) Forex Trading Hub: Kanan tarreesse kun ogummaa koo dijitaalaa interneetiin walqabatanii fi yeroo ammaa galii ittiin argachaa jiru qofadha. Ogummaa kanbiroollee qaba jechuumaafi! Ogummaawwan kunneen akkamiin galii naaf argamsiisaa jiru? 1) Content Creation: Tiktok, Telegram, Facebook Akkamiinan galii argadha? - Tajaajila ofiikoo kennu beeksifachuudhaan. Fkn: DV, Paaspoortii, Graphic Design, Video Editing, Leenjii Garagaaraa - Dhaabbilee biizinasiif beeksisa hojjechuudhaan. Fknf. Mana elektroniksii Obbolaawwan Teknolojii - Youtube immoo jalqabuufin jedha! 2) Digital Marketing: Tajaajiloota Digital Marketing biizinasii garagaaraaf kennuudhaan - Social Media Management - Paid ads - Content Creation with strategy - Content Marketing fi kkf Bal'inaan hubachuuf Amaya Marketing daawwadhaa! 3) Freelancing: Ogummaakootiin hojii battalaa namootaa fi dhaabbileef hojjechuudhaan Fknf: Graphic Design, Video Editing, Web Development fi kkf 4) Artificial Intelligence(AI): Hojii koo baay'ee keessatti AI fayyadamuudhaan ariitii fi si'aayinaan hojjedhee galii koo fooyyessaan jira. 5) Barsiisuu fi leenjisuu: Qaamaanis ta'e karaa Onlaayinii ogummaa garagaaraa leenjisuudhaan galii murtaa'e nan argadha. 6) Forex Trading: Daldala sharafa biyya alaa. Baay'ees ta'uu baatu yeroo murteessaa ta'etti forex trading nan hojjedha. Gabaabaatti ogummaawwan kanneenin qaba. Bifa kanaanimoo galii ittiin argadha. Dhimma kanarratti gaaffiin addaa yoo jiraate isiniifan deebisa. Gaafadhaa!
4 677
9
No text...
3 198
10
Usdt bitachuu fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Binance, Bybit, Tonkeeper, Exness, Paypal Doolaara Paypal baay'inaan nabiraa ni argattu! Gurgurachuu yoo barbaaddanis na qunnamaa! Inbox: @Eebbaa1 Hub: - Username kanaan alatti kankoo miti. Hattoonni maqaakoon isinitti dhufuu waan danda'aniif of eeggannoo taasisaa! - Ani ofiikoon dursee isiniif hin barreessu. Yoo isin naaf barreessitan qofan isiniif deebisa!
1 104
11
Gurbaan kun maal maal hojjeta? Ogummaawwan akkamii qaba? Hojii online akkam akkamii hojjeta? Akkamiin galii argata? Bal'inaan
Gurbaan kun maal maal hojjeta? Ogummaawwan akkamii qaba? Hojii online akkam akkamii hojjeta? Akkamiin galii argata? Bal'inaan baruu ni barbaadduu? Ni barbaaddu yoo ta'e barreeffama dheeraadhaan waan hunda gad fageenyaan isiniif ibsa. 📸 Selah Production by Damee Hordofaa
3 610
12
Badhaafamtoonni baga gammaaddan! Ji'a 1 dura badhaasa namoota 10'f qopheesseen ture. Baadhaasichi maal akka ture ilaaluuf as+4
Badhaafamtoonni baga gammaaddan! Ji'a 1 dura badhaasa namoota 10'f qopheesseen ture. Baadhaasichi maal akka ture ilaaluuf as tuqaa: https://t.me/EbaDigital/1298 Baay'inni badhaafamtootaa 10 hanga guututti eegeen ture. Garuu hanga ammaatti nama 7 qofatu ulagaa jedhame guutee badhaasaaf kaadhimamee jira. Namoonni maqaan keessan badhaafamtoota keessatti ramadame ajaja hunda akka raawwattan ragaa screenshot naaf fiduudhaan badhaasa keessan fudhachuu dandeessu. Inbox: @Eebbaa1 Badhaasni itti fufa!
5 426
13
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortii
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
5 069
14
Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa? Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha. Dafee akka sirreeffamu ni eegama! @EbaDigital
9 256
15
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi fo
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira. Hubadhaa! Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu. Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
4 516
16
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa Nation
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
4 228
17
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkoll
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE! Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa! Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College
8 856
18
Qophooftanii? Boru(Sambata Xiqqaa) waaree booda sa'atii 8:00 irraa kaasee leenjiin kennamuu ni eegala! Hojii Online isa sirri
Qophooftanii? Boru(Sambata Xiqqaa) waaree booda sa'atii 8:00 irraa kaasee leenjiin kennamuu ni eegala! Hojii Online isa sirrii fi galii guddaa argamsiisu akkamiin akka hojjetamu barachuu yoo barbaaddan leenjii kana of hin dabarsinaa! Hub: Kaffaltiin kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE Bakka leenjii: Buraayyuu, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Galma Harmony College @EbaDigital
4 117
19
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenj
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu! Leenjii kanarratti: - Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu - Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu - Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu - Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama! Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA! Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama! Buraayyuu, Maariyaam Bulchiinsa magaalaa Fuuldura
8 472
20
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa! Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026) Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am
4 334