OROMO DV
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 OROMO DV 的分析概览
频道 OROMO DV (@oromodv) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 15 657 名订阅者,在 教育 类别中位列第 12 724,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 196 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 15 657 名订阅者。
根据 06 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -232,过去 24 小时变化为 -6,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 20.65%。内容发布后 24 小时内通常能获得 8.01% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 235 次浏览,首日通常累积 1 255 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 12。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa!
Inbox: @OroDV1”
凭借高频更新(最新数据采集于 07 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
15 657
订阅者
-624 小时
-747 天
-23230 天
帖子存档
15 657
Breaking - Paaspoortiin guyyaa 45tti bahu ammas deebi'eera!
Finfinnee dabalatee magaalota baay'ee keessatti beellamni ashaaraa paaspoortii guyyaa 45 - 60 qofaan guutamaa jira.
Damee Finfinnee irratti beellama ji'a 3'n kan guutamaa ture. Saba Damee haaraan 2 kutaa magaalaa Nifaas Silkii fi Kolfee Qaraaniyootti waan dabalameef guyyaa 45tti deebi'eera.
15 657
Repost from Eba Digital
Course Bilisaa - Guyyaa dhumarratti yaadni tokko naaf dhufe
Ethiopian TikTok Creative Award injifadhee galii achirraa argamuun course bilisaa isiniif qopheessuun yaade. Addatti namoota tiktok koo NOMINATE fi VOTE godhaniif course dabalataa kennuun yaade.
Yoon dorgome vote gochuudhaan na injifachiistuu? Mee yaada keessan na beeksisaa!
TikTok koo naminate gochuuf link kana fayyadamaa!
https://www.creativeawards.et/categories
Step 3 qofa(viidiyoorraas ilaaluu dandeessu):
1) Link banuudhaan MAIN CATEGORIES kan jedhu filadhaa!
2) Category jiran keessaa gara gidduutti kan argamu STEM kan jedhu jalatti NOMINATE bakka jedhu tuqaa!
3) Username bakka gaafatutti
ebatips barreessuudhaan SUBMIT NOMINATION kan jedhu tuqaa!
Nominate gochuu keessan naaf mirkaneessuufimmoo dhumarratti screen record godhaa kaawwadhaa! Gaafa course qophaa'u bilisaan isinif kenna jechuudha.
@EbaDigital15 657
Paaspoortii amma yoo guunne gaafa DV nuuf qaqqabaa?
Gaaffii nama baay'eeti!
Deebii: Eeyyee ni qaqqaba!
Akkamitti?
DV-2027 guyyaan itti guutamu ammayyuu hin ibsamne. Yoo xiqqaate ji'a 1 dursee himama. Yoo guutamuu jalqabes galmeen isaa guyyaa 33'f tura. Kanaafuu ji'a 2 ol qabna jechuudha.
Paaspoortiin immoo turtii ji'a 2 keessatti xumuramaa jira. Kanaafuu nuuf qaqqaba jechuudha.
Paaspoortii nabiratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Haaraa baasuuf, Haaressuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma Umrii fi maqaa sirreeffachuufis na dubbisaa! Beellama idilee fi ariifachiisaadhaan magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta.
Hub: Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu waan ta'eef sodaa tokkollee hinqabdani!
15 657
DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan!
Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald Trumpiin uggurri DV lottery irra godhamee DV2027 osoo hin guutamin hafee ture. Akkasuma namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process akka hin godhanne ugguramanii turan.
Amma egaa, Uggurri sun kaafamee namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process isaanii akka itti fufan hayyamamee jira. Ta'us yeroo baay'ee gabaabaa ta'etu kennamee jira. Hanga September 30'tti xumurachuu akka qaban himamee jira.
Ulagaa haaraa DV haaraa guutuuf:
DV haaraan ji'oota itti aanan keessatti ulaagaa haaraadhaan guutamuuf akka jedhu ibsameera. Ulaagaan sunis paaspoortii qabaachuu fi kaffaltii $1 kaffaluudha.
Asumaan namoonni DV ittiin guutuufis ta'e dhimma biraadhaaf paaspoortii baafachuu barbaaddan bilbila bio irra jiruun telegramaan na qunnamaa! Paaspoortii haaraa qofa miti, Kan moofa'es, kan bades haa ta'u tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu.
Inbox: @OroDV1
Hub: Guyyaa DV'n guutamu ji'oota itti aanan jedhame malee jala muramee hin ibsamne.
15 657
Repost from Eba Digital
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!
Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:
📌 Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284
📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!
@EbaDigital
15 657
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama!
Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa.
Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha.
Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
15 657
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii?
Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1
15 657
Repost from Eba Digital
Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa?
Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha.
Dafee akka sirreeffamu ni eegama!
@EbaDigital
15 657
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺
Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira.
Hubadhaa!
Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu.
Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta.
15 657
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha!
Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera.
Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle!
Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
15 657
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira!
Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha.
Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa!
Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!
15 657
Repost from Eba Digital
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina!
Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru!
100% FREE!
Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa!
Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College
15 657
Repost from Eba Digital
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama?
Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu!
Leenjii kanarratti:
- Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu
- Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu
- Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu
- Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama!
Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA!
Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama!
Buraayyuu, Maariyaam
Bulchiinsa magaalaa Fuuldura
15 657
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera!
Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa!
Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura
Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026)
Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am
15 657
Repost from Eba Digital
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa.
Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna!
