OROMO DV
📈 Analytical overview of Telegram channel OROMO DV
Channel OROMO DV (@oromodv) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 16 487 subscribers, ranking 12 217 in the Education category and 2 046 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 16 487 subscribers.
According to the latest data from 23 July, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -341 over the last 30 days and by -15 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 28.15%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa!
Inbox: @OroDV1”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 24 July, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 24 July | 0 | |||
| 23 July | 0 | |||
| 22 July | 0 | |||
| 21 July | 0 | |||
| 20 July | 0 | |||
| 19 July | 0 | |||
| 18 July | 0 | |||
| 17 July | 0 | |||
| 16 July | 0 | |||
| 15 July | 0 | |||
| 14 July | 0 | |||
| 13 July | 0 | |||
| 12 July | 0 | |||
| 11 July | 0 | |||
| 10 July | 0 | |||
| 09 July | 0 | |||
| 08 July | 0 | |||
| 07 July | 0 | |||
| 06 July | 0 | |||
| 05 July | 0 | |||
| 04 July | 0 | |||
| 03 July | 0 | |||
| 02 July | 0 | |||
| 01 July | 0 |
| 2 | Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii?
Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1 | 3 177 |
| 3 | Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa?
Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha.
Dafee akka sirreeffamu ni eegama!
@EbaDigital | 3 101 |
| 4 | Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺
Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira.
Hubadhaa!
Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu.
Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta. | 8 836 |
| 5 | Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha!
Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera.
Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle!
Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 8 290 |
| 6 | Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira!
Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha.
Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa!
Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 5 339 |
| 7 | Yaadachiisa: Paaspoortii
Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira.
Gaafa Kibxataa deemaa!
@OromoDV | 4 342 |
| 8 | Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina!
Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru!
100% FREE!
Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa!
Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College | 3 271 |
| 9 | Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama?
Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu!
Leenjii kanarratti:
- Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu
- Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu
- Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu
- Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama!
Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA!
Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama!
Buraayyuu, Maariyaam
Bulchiinsa magaalaa Fuuldura | 3 774 |
| 10 | Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera!
Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa!
Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura
Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026)
Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am | 4 645 |
| 11 | Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa.
Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna! | 4 005 |
| 12 | #Breaking Passport - Oduu Gaarii!
Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira!
Barana qofa Oromiyaa keessaa Magaalota 4tti Damee haaraan banameera. Naqamtee, Mattuu, Baalee Roobee, fi Bulee Horaa.
Duraan Adamaa fi Jimmaa qofa ture.
Damee barbaaddan irratti paaspoortii guuttachuu yoo feetan @OroDV irratti telegramaan na qunnamaa!
Magaalaa hundarratti isiniif guutuu nan danda'a.
@OromoDV | 5 414 |
| 13 | Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f
1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa
2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisaa
3ffaa) Birr 200 + Leenjii bilisaa
4ffaa) Birr 150 + Leenjii bilisaa
5ffaa) Birr 100 + Leenjii bilisaa
6ffaa - 10ffaa) Leenjii bilisaa
Badhaasni leenjii kun Tiktok Content Creation Course dha. Course kana yoo fudhattan Tiktok hojjettanii milkaa'uu dandeessu!
Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-10 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii!
@EbaDigital | 3 478 |
| 14 | Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha!
Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Leenjii kana yoo fudhattan tiiktookii irratti hojjettanii milkaa'uu dandeessu!
Waa'ee Leenjichaa odeeffaannoo dabalataa argachuuf as tuqaa: https://t.me/EbaCourses/18
Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo ani hojjedhe tokko filachuudhaan:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC
Comment keessan like 30 fi isaa ol argate hundi badhaasa kana ni argattu!
Badhaafamuuf: Comment keessan like 30 ol argatee fi ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot godhaatii @Eebbaa1 irratti naaf ergaa!
Carraa gaarii! | 3 713 |
