ar
Feedback
OROMO DV

OROMO DV

الذهاب إلى القناة على Telegram

DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa! Inbox: @OroDV1

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام OROMO DV

تُعد قناة OROMO DV (@oromodv) في القطاع اللغوي Amharic لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 15 657 مشتركاً، محتلاً المرتبة 12 724 في فئة التعليم والمرتبة 2 196 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 15 657 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 06 أكتوبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -232، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -6، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 20.65‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 8.01‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 3 235 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 1 255 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 12.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa! Inbox: @OroDV1”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 07 أكتوبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

15 657
المشتركون
-624 ساعات
-747 أيام
-23230 أيام
أرشيف المشاركات
OROMO DV
15 657
Breaking - Paaspoortiin guyyaa 45tti bahu ammas deebi'eera! Finfinnee dabalatee magaalota baay'ee keessatti beellamni ashaara
Breaking - Paaspoortiin guyyaa 45tti bahu ammas deebi'eera! Finfinnee dabalatee magaalota baay'ee keessatti beellamni ashaaraa paaspoortii guyyaa 45 - 60 qofaan guutamaa jira. Damee Finfinnee irratti beellama ji'a 3'n kan guutamaa ture. Saba Damee haaraan 2 kutaa magaalaa Nifaas Silkii fi Kolfee Qaraaniyootti waan dabalameef guyyaa 45tti deebi'eera.

OROMO DV
15 657
Repost from Eba Digital
Course Bilisaa - Guyyaa dhumarratti yaadni tokko naaf dhufe Ethiopian TikTok Creative Award injifadhee galii achirraa argamuun course bilisaa isiniif qopheessuun yaade. Addatti namoota tiktok koo NOMINATE fi VOTE godhaniif course dabalataa kennuun yaade. Yoon dorgome vote gochuudhaan na injifachiistuu? Mee yaada keessan na beeksisaa! TikTok koo naminate gochuuf link kana fayyadamaa! https://www.creativeawards.et/categories Step 3 qofa(viidiyoorraas ilaaluu dandeessu): 1) Link banuudhaan MAIN CATEGORIES kan jedhu filadhaa! 2) Category jiran keessaa gara gidduutti kan argamu STEM kan jedhu jalatti NOMINATE bakka jedhu tuqaa! 3) Username bakka gaafatutti ebatips barreessuudhaan SUBMIT NOMINATION kan jedhu tuqaa! Nominate gochuu keessan naaf mirkaneessuufimmoo dhumarratti screen record godhaa kaawwadhaa! Gaafa course qophaa'u bilisaan isinif kenna jechuudha. @EbaDigital

OROMO DV
15 657
Paaspoortii amma yoo guunne gaafa DV nuuf qaqqabaa? Gaaffii nama baay'eeti! Deebii: Eeyyee ni qaqqaba! Akkamitti? DV-2027 guyyaan itti guutamu ammayyuu hin ibsamne. Yoo xiqqaate ji'a 1 dursee himama. Yoo guutamuu jalqabes galmeen isaa guyyaa 33'f tura. Kanaafuu ji'a 2 ol qabna jechuudha. Paaspoortiin immoo turtii ji'a 2 keessatti xumuramaa jira. Kanaafuu nuuf qaqqaba jechuudha. Paaspoortii nabiratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Haaraa baasuuf, Haaressuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma Umrii fi maqaa sirreeffachuufis na dubbisaa! Beellama idilee fi ariifachiisaadhaan magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta. Hub: Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu waan ta'eef sodaa tokkollee hinqabdani!

OROMO DV
15 657
Baga bara haaraa 2019 nagaan geessan! Ayyaana Gaarii! 🌻🌻🌻

OROMO DV
15 657
DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan! Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald Trumpiin uggurri DV lottery irra godhamee DV2027 osoo hin
DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan! Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald Trumpiin uggurri DV lottery irra godhamee DV2027 osoo hin guutamin hafee ture. Akkasuma namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process akka hin godhanne ugguramanii turan. Amma egaa, Uggurri sun kaafamee namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process isaanii akka itti fufan hayyamamee jira. Ta'us yeroo baay'ee gabaabaa ta'etu kennamee jira. Hanga September 30'tti xumurachuu akka qaban himamee jira. Ulagaa haaraa DV haaraa guutuuf: DV haaraan ji'oota itti aanan keessatti ulaagaa haaraadhaan guutamuuf akka jedhu ibsameera. Ulaagaan sunis paaspoortii qabaachuu fi kaffaltii $1 kaffaluudha. Asumaan namoonni DV ittiin guutuufis ta'e dhimma biraadhaaf paaspoortii baafachuu barbaaddan bilbila bio irra jiruun telegramaan na qunnamaa! Paaspoortii haaraa qofa miti, Kan moofa'es, kan bades haa ta'u tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu. Inbox: @OroDV1 Hub: Guyyaa DV'n guutamu ji'oota itti aanan jedhame malee jala muramee hin ibsamne.

OROMO DV
15 657
Breaking - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera Dafaa itti fayyadamaa Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunna
Breaking - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera Dafaa itti fayyadamaa Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!

OROMO DV
15 657
Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa! Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa! Inbox: @Eebbaa1 Page active ta'uu qaba!

OROMO DV
15 657
Repost from Eba Digital
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera! Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n: 📌 Marsariitii (Website): https://result.e
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera! Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n: 📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et 📌 Telegiraamii (Telegram): @EAESbot 📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284 📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba! @EbaDigital

OROMO DV
15 657
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!

OROMO DV
15 657
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofa
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama! Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa. Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha. Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha. Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.

OROMO DV
15 657
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortii
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @OroDV1

OROMO DV
15 657
Repost from Eba Digital
Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa? Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha. Dafee akka sirreeffamu ni eegama! @EbaDigital

OROMO DV
15 657
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi fo
Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺 Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira. Hubadhaa! Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu. Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta.

OROMO DV
15 657
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa Nation
Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
15 657
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarr
Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira! Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha. Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa! Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @OroDV1 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

OROMO DV
15 657
Yaadachiisa: Paaspoortii Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira. Gaafa Kibxataa deemaa! @OromoDV

OROMO DV
15 657
Repost from Eba Digital
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkoll
Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina! Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE! Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa! Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College

OROMO DV
15 657
Repost from Eba Digital
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenj
Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama? Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu! Leenjii kanarratti: - Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu - Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu - Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu - Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama! Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA! Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama! Buraayyuu, Maariyaam Bulchiinsa magaalaa Fuuldura

OROMO DV
15 657
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan
Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera! Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa! Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026) Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am

OROMO DV
15 657
Repost from Eba Digital
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa. Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo gu
Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa. Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna!