cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office

Hojii

Show more
Advertising posts
266
Subscribers
+224 hours
+87 days
+2130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Formaataa Gabaasa Raawwii Invantarii (kan ittiin Xinxalamu).xlsx0.37 KB
Haala formaatii kanaatiin gabaasa hanga yoonaa jiru nuuf ergaa Formaatii kana keessaa uwwisa iddoo, baayina humna namaa hirmaate fi intarpiraayizoota hanga ammaati waligala bira gahame kan nuuf gabaastan ta'ee yeroo invanatariin xummuramu garu gabaasa guutuu xinxaluun kan nuuf gabaastan ta'a. Gama biraatiin unka 1 - 16 keessaa piroifaayilii kan gaafatu unka cuunfaan ala jiru guutuun kan nuuf ergitan ta'a
Show all...
Guyyaa 08/11/16 Aanonnii/Magaalonnii Gabaasa Raawwii Invantarii haala unkaatiin nuu ergaa.
Show all...
Oduu Gammachiisaa Lammii keenya biyya alaa(Kanaadaa)deemee ogummaa biyyi tun barbaaduun leenjii hojjatiu barbaadu ogummaa adda adda xalayaa ministeerri hojii fi Ogummaa nu beeksiseera. Lammii fedhii qaban hunduu karaa adreesii kaa"amee Akka galmooftanii carraa hojii biyya alaa kenname kanatti Akka fayyadamtan afeeramtanii jirtu .
Show all...
Qindeessitoota WKTIT Ganda Afraniitiif! 🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂🧏‍♂ Uunkaa Kana akka fayyadamnu Biiroon CHUO Oromiyaa erguu isaa isin yaadachiisa,isinis Raawwii Guyyaa Guyyaa Haluma unkaatiin Telegrama koree Invantarii irratti Maxxansuu hin dagatinaan Dhaamsa keenya.Galatoomaa!
Show all...
Formaataa Gabaasa Raawwii Invantarii (kan ittiin Xinxalamu).xlsx0.37 KB
Repost from National Lottery et
Photo unavailableShow in Telegram
✔️እንኳንንንን ደስስስስ አላችሁ👇👇👇 ብሄራዊ ሎተሪ ለባለ ዕድለኞች አስደሳች ዜና ይዞ መጥቷል የኢትዮጲያ ብሄራዊ ሎተሪ የማህበረሰቡን የቤት እጦት እና ፍላጎት በመገንዘብ ከEthio Telecom ጋር በመተባበር፣ #100_ሚሊዮን_ብር በመመደብ #ሐምሌ 30/2016 የሚጠናቀቅ ልዪ የሆነ "ቤተሰባችንን ይቀላቀሉ " ፕሮግራም አዘጋጅቷል። የኢትዮ ቴሌኮምና ብሄራዊ ሎተሪ አስተዳደር በወሰነው መሰረት  ድርጅታችን በቴሌቪዢንና በሬድዮ ለማስታወቂያ ይመድበው የነበረውን በጣም ከፍተኛ ገንዘብ በመቀነስ የቴሌግራም ቻናል በመክፈት ራሱን እያስተዋወቀ ይገኛል!! ቴሌግራም ገፃችንን ብዙ ተከታይ እንዲያገኝ (ሼር) ላደረጉ ተከታዮቻችን 1ኛ እጣ ባለ 3 መኝታ ለ 25 ዕድለኞች 2ኛ እጣ ባለ 2 መኝታ ለ 25 ዕድለኞች 3ኛ እጣ ባለ 1 መኝታ ለ 50 ዕድለኞች እና ቀጥሎ ላሉ 200 እድለኞች የ1 አመት ያልተገደበ የኢንተርኔት አገልግሎት ሽልማት ይኖረዋል፡፡ አሁንስ ምን ይጠብቃሉ ሊንኩን ተጭነው ከገቡ በኃላ፣ ይህን ፅሁፍ ለ40 እና ከዛ በላይ ለሆኑ ወዳጅ ጓደኛችዎና ግሩፓች ላይ ሼር ፎርዋርድ ሲያደርጉ፣ የመሸለም እድሎ የሰፋ ነው። ይህን የማይገኝ አጋጣሚ በከንቱ እንዳያሳልፉ አሁኑኑ ሼር ፎርዋርድ ያድርጉ ፡፡ ከ40 በላይ ሼር ማረጋችሁ የመሸለም እድላችሁን ያሰፋዋል ልብ ይበሉ ❗️ ሼር አድርገው ሲጨርሱ ከታች ባለው ቦት ላይ 👇👇            National Lottery Bot          National Lottery Bot     Start በማለት የሽልማቱን ቀን ይጠባበቁ በኮምፒውተር እጣ አወጣጥ መሠረት #ሐምሌ 30/2016 ምሽት ላይ ተሸላሚ ባለ ዕድለኛዎችን በ ቴሌግራም ቻናላችን የምንገልፅ ይሆናል መልካም እድል ከ ብሄራዊ ሎተሪ አስተዳደር @NATIONAL_LOTTERYET @NATIONAL_LOTTERYET ♻️ ሼር ሲያረጉ እኛ ደሞ እንሸልሞታለን!!
Show all...
Repost from N/a
Repost from N/a
Adoolessa 6/11/2016 Kolleejjii BLTO Daaroo Labuutti Biqiltuu addaa addaa mooraa Kollejjii keessaatti dhabuun Egalamee jira, biqiltuu Midhaginaa fi Magarisumma dabaluun Kollejjii Hawwataa gochuuf Hojiin Egalamee bara 2016/2017 Ciimee kan itti fuufu tahu karoora bahe jiru irra hubatamun danda"ameera.
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.