Shashemene Poly-technic College Channel
Open in Telegram
1 822
Subscribers
+224 hours
+97 days
-130 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+17
in 0 channels
August '26
+24
in 0 channels
Get PRO
July '26
+13
in 0 channels
Get PRO
June '26
+27
in 0 channels
Get PRO
May '26
+15
in 0 channels
Get PRO
April '26
+10
in 0 channels
Get PRO
March '26
+21
in 0 channels
Get PRO
February '26
+23
in 0 channels
Get PRO
January '26
+38
in 0 channels
Get PRO
December '25
+49
in 0 channels
Get PRO
November '25
+64
in 0 channels
Get PRO
October '25
+74
in 0 channels
Get PRO
September '25
+25
in 1 channels
Get PRO
August '25
+41
in 0 channels
Get PRO
July '25
+46
in 0 channels
Get PRO
June '25
+27
in 0 channels
Get PRO
May '25
+31
in 0 channels
Get PRO
April '25
+23
in 0 channels
Get PRO
March '25
+27
in 0 channels
Get PRO
February '25
+24
in 0 channels
Get PRO
January '25
+41
in 0 channels
Get PRO
December '24
+77
in 2 channels
Get PRO
November '24
+66
in 1 channels
Get PRO
October '24
+67
in 1 channels
Get PRO
September '24
+56
in 0 channels
Get PRO
August '24
+117
in 0 channels
Get PRO
July '24
+197
in 0 channels
Get PRO
June '24
+196
in 0 channels
Get PRO
May '24
+236
in 0 channels
Get PRO
April '24
+226
in 0 channels
Get PRO
March '24
+202
in 0 channels
Get PRO
February '24
+113
in 0 channels
Get PRO
January '24
+578
in 1 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | +3 | |||
| 06 September | +3 | |||
| 05 September | +3 | |||
| 04 September | +2 | |||
| 03 September | +1 | |||
| 02 September | +4 | |||
| 01 September | +1 |
Channel Posts
| 2 | No text... | 273 |
| 3 | No text... | 270 |
| 4 | No text... | 264 |
| 5 | No text... | 326 |
| 6 | No text... | 319 |
| 7 | Addunyaa har'aa keessatti injifachuuf ogummaan ofdanda'uu, yaada kalaqa haaraa maddisiisuufi jijjiirama waliin tarkaanfachuun murteessaadha- obbo Nasraddin Qaadii.
Hagayya 30, 2018 (Komn.KPTSH)- Kolleejjiin Poolii Teeknika Shaashamannee leenjifamtoota ogummaalee kudha lamaan leenjisaa ture 471 guyyaa har'aa sirna ho'aan eebbisiisee jira.
Sirnicharratti argamuun dhaamsa kan dabarsan Hogganaa Ittaanaan Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa obbo Nasraddin Qaadii, mootummaan karoora ogummaan ofdanda'uu hojiirra oolchuun lammiileen keenya hojii barbaaduurraa gara hojii uumuutti; rakkoof harka kennuurraa gara carraatti jijjiiruun furmaata uumuutti akka ce'an taasisuuf hojjechaa jiraachuu himaniiru.
Eebbifamtoonni har'aa bara ogummaan xiyyeeffannoo addaa argatee jiruufi ogeessi barbaadamu keessatti eebbifamuun eebba keessan adda taasisa kan jedhan obbo Nasraddin, ogummaan har'aa milkaa'ina borii waanta'eef ogummaa biraa dabalachuun caalmaatti ofgahoomsuuf har'umarraa kaasanii of qopheessuu akka qaban dhaamaniiru.
Addunyaa har'aa keessatti injifachuuf ogummaan ofdanda'uu, yaada kalaqa haaraa maddisiisuufi jijjiirama waliin tarkaanfachuun murteessaa ta'uu himuun, hawaasni naannichaas ofdanda'uufi jireenya isaa injifachuuf dhaabbilee leenjiitti simatamuun ogummaa leenji'uu akka qabu dhaamaniiru.
Haasawaa anaadhufuu kan taasisan Kantiibaa Ittaanaan Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Dr.Firaa'ol Uddeessaa, eebbi guyyaa gammachuufi agarsiiftuu milkaa'ina firii dadhabbii ta'uu ibsuun, sirni kunis galma xumuraa waan hintaaneef eebbifamtoonni ogummaa horataniin hojii uummachuun hawaasa isaanii tajaajiluufi diinagdeen of cimsuu akka qaban dhaamaniiru.
Diiniin Kolleejjii Poolii Teeknika Shaashamannee obbo Abdurahmaan Garee, kolleejjichi bara hundeeffama isaa 1994 irraa kaasee fedhii gabaa hojii irratti hundaa'uun leenjifamtoota hedduu simatee leenjisuun ogummaa hidhachiisee gara addunyaa hojiifi kalaqaatti bobbaasee jiraachuu ibsaniiru.
Guyyaa har'aas leenjifamtoota ogummaalee garaagaraan simatee leenjisaa ture leenjii xumursiisuun ogummaa gulantaan leenjichaa barbaadu gonfachiisuudhaan leenjifamtoota 471 eebbaaf dhiyeessuu himaniiru.
Eebbifamtoonni kunneen turtii leenjii isaaniitti ogummaa argatan gara carraa hojii uumuu, kalaqaafi oomishaatti jijjiiruu akka qaban obbo Abdurahmaan dhaamaniiru.
Xumura sagantichaattis leenjifamtoota qabxii ol'aanaa galmeessuun xumuraniif badhaasaafi beekamtiin kennamee kan jiru yoota'u, industiriiwwaniifi qaamolee milkaa'ina raawwii hojii kolleejjichaa bara 2018 keessatti tumsa ol'aanaa taasisaa turaniif waraqaan ragaa galataa kennameefii jira. | 288 |
| 8 | Qophii jala bultii Eebbaa Eebbifamtoota Kolleejjii keenyaa | 397 |
| 9 | No text... | 359 |
| 10 | Ergaa Ariifachiisa:-Hawaasa Kolleejjii keenyaa hundaaf.
Duraan dursaa baga jala bultii Eebbaa Eebbifamtoota kolleejjii keenyaa kan bara 2018 gettaan gennee. Guyyaa boruu Ganamaa sa'aatii 2:30 irratti Mooraa kolleejjii kessatti argamuudhaan namni hundi rammaddii hojii fudhaate hojiilee Eebbaa Eebbifamtootaatiif barbaachiisan hundaa akka xumuruu jecha, wal wajjiin Milkiin hunduu ni dhufti.
Hub: hafuun gonkummaa kan hin danda'amnee ta'uus gamanumaan isin hubaachiifna.
Oolmaa gaarii.
የኮሌጃችን ማህበረሰብ በሙሉ፦
በመጀመሪያ ለ2018 ዓ.ም የኮሌጃችን ተመራቂዎች የምረቃ ዋዜማ በሰላም አደረሳችሁ። ነገ ጠዋት በ2፡30 በኮሌጁ ግቢ ውስጥ በመገኘት እያንዳንዱ ሰው የተሰጠውን የሥራ ድልድል በመቀበል ለተመራቂዎች ምረቃ የሚያስፈልጉ ማናቸውንም ሥራዎች እንድነጠነቅቅ እያሳሰብን፣ አብረን በመስራት ስኬትን እንጎናፀፋለን።
ማሳሰቢያ፦ መቅረት በፍጹም የማይቻል መሆኑን ከወዲሁ እንገልጻለን።
መልካም ውሎ! | 409 |
| 11 | Akkam bultaan? Guyyaa Eebbaa Dura Hojiilee Xumuramuu Qaban.
Baanariin Eebbaa hundi kolleejjii keessatti maxxanfamuu qaba — Koree Maxxansaatiin
Gaawoniin Eebbifamtootaaf kennamee xumuramuu qaba — I/G Mummee fi Leenjistootaan
Badhaasaleen adda addaa biitamanii xumaramuu qabu — Koree Badhaasatiin
Galteen dhiheessi nyaataa keessumootaatiif ooluu hundi bitamee xumuramuu qabu. Koree Bittaatiin
Dhiheessiin Meeshaalee galtee qophii nyaataatiif ooluu erga dhiyaateen booda, hirmaannaa hunda galeessaan hojiin jalqabamu qabu— Qindoomina Mummee Hoteelaatiin
Tessoowwan Galma (Iddoo Eebbi itti adeemsiifamutti) galee xumuramuu qaba — Koreedhaan
Mooraan hundi qulqulla'u qaba — Hawaasa Kolleejjii hundaan
Iddoon Cireen ykn dhandhamni keessumoonni waamamaan itti dhandhamaan qopha'u qaba — Koree Qindessituutiin
⚠️ HUBACHIISA:
Hojiileen olitti ibsamaan hundi kan raawwataman hanga Kamiisa sa'aatii 11:00 qofa ta'uu hubachuudhaan, hawaasni Kolleejjii hundi irratti hirmaatee akka xumuru dhaamama.
✨ Oolmaa Gaarii! Eebbi Eebbaa Nagaa Nuuf Haa Ta'u! ✨ | 494 |
| 12 | No text... | 733 |
| 13 | Akkam Ooltaan?
Leenjistoota sababa ibsaan addaan ciite tureef ragaa Eebbifamtoota hanga amma hin galchiine hundi, amma ibsaan waan sirraa'eef ragaa Eebbifamtoota saffisaan hanga kibxaata 19/12/2018 qofatti galchu akka qabdaan jecha, Leenjistoota ragaa yeroo jedhametti galchanii hin xumuure Itti gaafatamtonni Mummee dursiitanii akka nu beeksiftan isin beeksifna.
Oolmaa gaarii.
እንደ ምን ዋላችሁ?
በመብራት መቋረጥ ምክንያት የሰልጣኞችን/ተመረቂዎችን መረጃ እስካሁን ያላስገባችሁ አሰልጣኞች በሙሉ፣ አሁን የመብራት ችግሩ ስለተፈታ እስከ ማክሰኞ 19/12/2018 ድረስ የሰልጣኞቹን መረጃ በአስቸኳይ ማስገባት እንዳለባችሁ እናሳውቃለን። በተሰጠው ጊዜ ውስጥ መረጃውን አጠናቅቀው የማያስገቡ አሰልጣኞችን ድፓሪትመንት (Department Heads) አስቀድማችሁ እንድታሳውቁን እንገልፃለን።
መልካም ውሎ! | 908 |
| 14 | No text... | 860 |
| 15 | No text... | 765 |
| 16 | Gahumsii Humna Namaa Waan Hundaaf Bu'uuraa | 679 |
| 17 | No text... | 724 |
| 18 | Gadab Hasasa Hinje River Suspension Bridge 100% with special thanks to our Mechanics Department Trainer's great efforts to working 💪 👷♀️ 👏 | 903 |
| 19 | No text... | 852 |
| 20 | Leenjii Gagaababoo – Culinary Arts 👩🍳👨🍳
Kolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee keessatti, ogummaa "Culinary Arts" irratti leenjii gagaababoon kennamaa jira. | 756 |
