ch
Feedback
East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office

East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office

前往频道在 Telegram
564
订阅者
+124 小时
+17
+830

数据加载中...

吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+18
在0个频道中
五月 '26
+23
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+8
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+4
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+12
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+6
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+10
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+14
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+10
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+19
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+12
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+5
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+8
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+10
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+16
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+18
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+17
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+21
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+54
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+95
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+74
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+24
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+31
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+38
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+17
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+23
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+23
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+25
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+175
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
24 六月+1
23 六月+1
22 六月0
21 六月0
20 六月+1
19 六月+2
18 六月+1
17 六月+1
16 六月+2
15 六月+1
14 六月0
13 六月+1
12 六月0
11 六月0
10 六月+1
09 六月+2
08 六月0
07 六月+1
06 六月+2
05 六月0
04 六月0
03 六月+1
02 六月0
01 六月0
频道帖子
Ragaa Leenjifamaa Gaafachuu Ta'a (1).xlsx0.15 KB

2
Dhaabbilee LTO Ragaa Leenjifamtootaa gaafatame hin deebisin 1. Kolleejii LTO Raayituu 2. dhaabbata LTO Laga Hidhaa , Sawweena, Gindhiir fi Dhaawwee Sarar Ta'uu beektanii bor hanga saa'aa 3tti akka nuu ergitan cimsisinee isin beeksifna.
6
3
Dhaabbilee LTO Ragaa Leenjifamtootaa gaafatame hin deebisin 1. Kolleejii LTO Raayituu 2. dhaabbata LTO Laga Hidhaa , Sawweena, Gindhiir fi Dhaawwee Sarar Ta'uu beektanii bor hanga saa'aa 3tti akka nuu ergitan cimsisinee isin beeksifna.
14
4
+3
没有文字...
40
5
Gaalii Koolleejjii BLTO Raayituu Cimsuuf Hojii Omishaa Furniture Making fi Mechanics Irratti Hojjatamaa Jira Godina Baalee Bahaa keessatti kan argamu Koolleejji BLTO Raayituu gaalii isaa cimsuuf hojii omishaa Furniture Making fi Mechanics irratti kallattii addaatiin hojjechaa jira. Koolleejji BLTO Raayituu omisha meeshaalee manaa barnootaa, jechuunis teessoo fi gabatee manneen barnootaa Aanaa Raayituu keessatti argamaniif hojjechaa ture yeroo ammaa hojii isaa xumuree jira. Hojiin omishaa meeshaalee barnootaa kun waliigaltee Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituu fi Koolleejjii BLTO Raayituu gidduutti taasifameen kan jalqabame yoo ta’u, hojii kana kan raawwatan leenjistoota Koolleejjii BLTO Raayituu dha. Kaayyoon hojii kanaa manneen barnootaatiif meeshaalee kana gatii madaalawaan fi yeroo barbaachisetti dhiyeessuu, akkasumas koolleejjiin galii akka argatu taasisuudha. Hojii kana keessatti Koolleejji BLTO Raayituu qulqullinaa fi sadarkaa barbaachisaa eeggatee omishuun manneen barnootaa birootti bal’inaan tajaajila kennuuf ulaagaalee barbaachisan hunda guutuu irratti argama. Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituutti itti gaafatamaa Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituu Obbo Sa’aad Abdaa (Management) Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituu hundaaf galanni guddaan isaanii haa ta’u. Dabalataanis, leenjistoota Koolleejjii BLTO Raayituu keessaa Obbo Anawar Sulxaan, Obbo Faysaal Ahmad, akkasumas leenjistoota fi (Management) Koolleejjii BLTO Raayituu hundaaf galanni guddaan isaanii haa ta’u.
40
6
WCHUO Hundaaf.pdf
87
7
Formaatii_Invantarii_Intarpiraayizootaa_Bara_2018_final_of_final.xlsx
111
8
+7
Akkam jirtan jaallan? iddoo jirtan hundatti nageenyi isiniif haa tahu jechaa Invantarii bara 2018 akka guyyaa 16/10/2018 irraa gara hojii galamuuf karooraa fi unkoota hojii kanaaf barbaachisu isinii erginee jirra waan taheef, koree hojii kana deeggaru hundeessuu hojitti akka galtan isin beeksifna.
144
9
Ragaa Leenjifamaa Gaafachuu Ta'a.xlsx
115
10
Akkam ooltan? Dhaabbileen LTO keenya hundi ragaan kun waan barbaadamuuf atattamaan hanga gasfa 16/10/2018 saa'aa 4tti qindeessaa nuu ergaa.
111
11
WCHUO Hundaaf.pdf
119
12
4_5890847250497674692.xlsx
118
13
Share Ragaa Gaafachuu Ta'a.xlsx
214
14
WCHUO Hundaaf.pdf
216
15
Gabaasaa_Daarektoreetii_TEI_bara_2018_Hanga_Ji'a_Gurraandhala_Haala.xlsx
229
16
Warri sawweenaa gabaasni (TEI) keessan harcaatii qaba waan taheef sirreessaa. Harcaatiin kunis:- 1. Gabaasni unka xumura waggaatti guutamuu qaban hundi osoo hin guutamin duwwaa jira. 2. Gabaasichi gabaasa waggaa tahuu hin ibsu.
224
17
3.Gabaasa Technology Bara 2018 LTOAG Aana gindhir 2018.xlsx
268
18
Aanaan Gindhiir gabaasa jedhee unka duwwaa ergaa jiru waa taheef kana sirreessanii waan raawwattan nuu ergaa.
253
19
没有文字...
256
20
Guyyaa 09/10/2018 Aanota Gabaasa raawwii hojii Waggaa Ergan:- 1.  D/Qaachan 2. Kol.Gololcha 3. A/Gindhiir (TEI qofa ergan) kan Teknolojii nuu ergaa. 4. PT Gindhiir 5. Kol. Raayituu
247