cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Arada education office

Show more
Advertising posts
6 839
Subscribers
+2524 hours
+1267 days
+32030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

FAQ for School Admins.pdf3.93 KB
FAQ for Student.pdf1.42 MB
ሰላም! የተማሪዎች ምዝገባ ከተጀመረ ጀምሮ ለሚነሱ ጥያቄዎች ምላሽ እየሰጠን መቆየታችን ይታወቃል ነገር ግን ከአንድ ት/ቤት የተነሳን ጥያቄ በሌሎችም ት/ቤቶች በድጋሜ እየተጠየቁ በመሆኑ፤ በተማሪዎች ምዝገባ ፎርም ላይ እንዲሁም የምዝገባን ፎርም ከማፅደቅ አንፃር በት/ቤቶች አስተዳደሮች በተደጋጋሚ የተነሱ ጥያቄዎችን እና መላሾችን (FAQ) በአንድ ላይ በዶክመንት አዘጋጅተናል:: በመሆኑም ለሚኖራችሁ ጥያቄዎች ያያዝነውን ፋይል እንድትጠቀሙ እናሳስባለን::
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Waajjira barnootaa kutaa magaalaa Araadaatti sosochii galmee bara barnootaa 2017ALI haala gaarii ta'een milkeessuuf waltajjii sosochii galmee barattootaa Akka kutaa magaalaatti qopheessee jira. Waltajjicha irrattis qaamoleen garaagaraa galmee barattootaa nuuf milkeessuu danda'an irratti Akka hirmaatan taasifameera. Kanneen waltajjicha irratti hirmaatan keessaa 1.Ogeessota barnootaa kutaa magaalaa 2.Hoggantoota waajjira barnootaa aanolee 3.Suupparvaayizaroota wiirtuulee. 4.Abbaa adeemsaa sirna barnootaa aanolee 5.Hooganaa manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa Fi lammaffaa Fi itti aanaa baruu Fi barsiisuu. 6.Namoota hawaasa keessatti fudhatama qabanii Fi dhibbaa uumuu danda'an aanolee hunda irraa 7.Barsiisota. 8.Maatii barattootaa muraasa.8.GMB 9.WMO 10.Waldaa dargaggoota oromiyaa Fi kkf Akka irratti hirmaatan taasisuun sanadni sosochii galmee barattootaa kan bara 2017 dhiyeessuun Akka irratti mariyatamu taasifameera. Sanada sosochii kana ka'umsa godhaachuun hirmaattotnis cimina bara darbe jiruu Fi dadhabina bara darbee irratti yaadoolee garaagaraa kaasaniiru.Gaaffiwwan hirmaattota irraa ka'eefis hoogganaan waajjira barnootaa kutaa magaalaa Araadaa kan ta'an Obbo Dassaaleeny Dabalee Fi Abbaa adeemsaa sirna barnootaa kutaa magaalaa Araadaa kan ta'an Obbo Tamasgeen Oljirraa deebii itti kennuu danda'aniiru.Gara fulduraatti koree galmee barattootaa hundeessuun kutaa magaalaa Haga mana barnoottaatti haalota jiran gamaggamaa adeemuun fala itti kennamaa adeemamuu Akka qabu irratti walii galameera.Hawwaasni keenyas hoggantoota barnootaa waliin qindaa'uun galmee barattoota bara 2017 Kana milkeessuuf fedhii guddaa Akka qabu mirkaneesseera. Walumaa galatti waltajjichi karoora galmee barattoota bara 2017 Kana nu milkeessa kan jennu abdii guddaa qabna.
Show all...
የ2017 ዓ.ም የምዝገባ ንቅናቄ ተካሄደ
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
ውጤቱን ለማየት< ይህን ሊንክ ይጠቀሙ https://aa.ministry.et
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.